cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Azooz mami

Technology by oromo language

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
6 278
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
-130 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Haalli itti dhokatani internet google chrome itti fayadaman dhokanne hin jedhamu, warri fayaa internet qoratu Google Chrome akkata biraawzari dhokataani faydaman akkaawuntii fayyadamtoota miliyoonaan lakkaa'aman hordofu akka dandahan hubatame jira, jechi kunis Googliin iccitii fayyadamtootaa ifaan ifatti cabsuu isaani mirkaneessa. Kanaaf, hordoftoota keyya jaallatamoo hunda waan kana irraa of eeggadhaa, interneetii kana irratti nageenya gaha akka hin jirre beekaa.
إظهار الكل...
👍 25 6
إظهار الكل...
WhatsApp 4 blue

Photo unavailableShow in Telegram
WhatsApp4 blue appii yeroo ammaa kana application chat fi messaging barbaachisoo ta'an keessaa tokko, wantoota ajaa'ibaa appiin kun qabu onlineirra jirachu keesan dhoksu ammas dabalatee bareefama isin namaaf ergitan namni sun irra debi'e haqe isin biraa hin haqamu fi bareefama namni isinii erge dhokattanii laalu dandeettan osoo namni sun hin beekin.
إظهار الكل...
👍 33 5👏 5🥰 2
Buufadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
Manni marii Bakka Bu’oota Ummataa amerikaa yoo ByteDance waajjira muummee isaa application tiktoki mootummaa Ameerikaatti gurguree fi hoggansi application achitti argamu dhaabbata Ameerikaa waliin hidhata akka qabaatu yoo godhe malee application TikTok achitti dhorkuuf walii galan.
إظهار الكل...
👍 25😁 12 11
00:42
Video unavailableShow in Telegram
Mana bilbila dubai keessatti banne bakka barbaadanitti akka isinii ergu dandeenu beeka
إظهار الكل...
41👍 20🥰 9
Photo unavailableShow in Telegram
bakka jirtu irraa maati ykn nama atin jaalattu eessa akka inni deeme ilaaluu dandeettan.
إظهار الكل...
👍 22
Buufadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
Appii chaargi orginala fi feeki addaan isinii baasu
إظهار الكل...
👍 14
Buufadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
CapCut appii viidiyoo sirreesu keessaa tokkoffaa tahe beekame. Fayyadamtoonni soshel meefita appii kanaan viidiyoo isaanii uumuu. Fayyadamni isaa baay'ee salphaa waan ta'eef namni kamiyyuu buufachuu fi itti fayyadamuu danda'a. Akka ogeessa Tiktoker tokkootti akka ciminaatti fudhatamuu yoo barbaaddan app kana fayyadamuu qabdu!!!.
إظهار الكل...
👍 7🕊 4
Buufadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
ZEDGE Appii yaamicha bilbilaa fi photo screen bilbila irraa buufatan
إظهار الكل...
👍 10 3
Buufadhaa
Photo unavailableShow in Telegram
Computer waliin haasoytani waan feetan gaafattanii deebii hatantama arrgachu yoo feetan appii kana fayadama apiin kuni samuu namni o'ome kan akka namaatti waan barbaaddan gaafattanii deebi gaha isiniif kennuuf dalagame
إظهار الكل...
👍 7🥰 2
Buufadhaa