cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

OROMIA TODAY

Walaboomee Ripaablika Oromiyaa Mataasaa dhaabuu.

إظهار المزيد
مشاركات الإعلانات
8 301
المشتركون
+524 ساعات
+67 أيام
+11930 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
10🙏 3
إظهار الكل...
Waliin, the newest social media site is connecting friends globally. You can install the apps on your phone or any other related devices and use Waliin. Waliin can also be used on computers using its website www.waliin.com. Using Waliin has many benefits such as free calls, chat, Live Stream, and more. Moreover, you can make money working on Waliin. Install the apps on your devices and use Waliin.

👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
Oduu Gaddaa! Obboleessi artist Caalaa Bultumee,Fedhasaa Bultumee du'aan boqotee jira. Kichuuwwan Oromiyaa keessaa dacheen quufuu didde. Nagaan boqodhu😭
إظهار الكل...
😢 15👍 4
Photo unavailableShow in Telegram
"Itiyoophiyaan beektota Oromoo filattee nyaattus, hanga har'aa hin furdanne!" Jaal Gammachuu Ayyaanaa Roorroo
إظهار الكل...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Shabboo media galatni kee guddaa dha. “Jaal Dhaabasaa Waaqjiraaf Baroota dheeraaf qabsoo Saba Oromoo fi guddina media Oromoof gumaacha qixa hundaan gooteef Shabboo media galata guddaa siif galcha.”
إظهار الكل...
👍 6
Karoorri PP 100% Fashalaa'eera. ========================== Humni PP daangaa Oromiyaa biyyoota ollaan Waldaangessan kan akka Keeniyaa, Sudaan, akkasumas naannolee Oromiyaan Waldaangessan kan akka Beneshaangul Gumuz, Gambeellaa, Sumaalee, Kibba Itoophiyaa fi Amaaraatti dhiimma bahee WBO rukutuuf ture achumaan dhidhiima. Kaan immoo giddu galeessa Oromiyaatti ni barbadeeffama. Qubsumni humna diinaa irra guddaan gama daangaa fi giddu galeessa Oromiyaa jira. Kunis waan lamaafi. 1ffaan humni gama daangaa jiru WBO duubaan rukutuuf seene. Akkuma ppn humnashee gama daangaatti ergiteen nutis gama daangaatti sossoone humna dudduubaan nutti duuluuf dhufe biyyoo nyaachisaa jirra. kanaafuu humnichi gara itti goru wallaaleera. Dhumarratti gara biyyoota ollaatti baqachuun isaa hin hafu. 2ffaa humni giddu galeessa jiru teessoo mootummaa pp eeguudhaaf kan qubsiifameedha. Humni kunis baha Shaggar, lixa Shaggar, kibba lixa Shaggarii fi Kaaba Shaggari. Humni kun gara tokkoon teessoo mootummaa pp eegaa gama biroon immoo WBO ofirraa achi lolaa gara daangaatti dhiibuun humni daangaa irra jiru immoo duubaan loluun barbadeessu turan. Kana milkeessuuf humna 3ffaa magaalota godinaalee Oromiyaa mararra qubsiisuun gandoota baadiyyaa keessatti qubsuma kaampii waraana ijaarsisaa turte. Mooraan diinaa kunis hedduun isaa tarkaanfii WBOn duula Irbuu Shinniggaan irratti fudhateen barbadaa'uun buqqa'eera. Amma humni baadiyyaatti kaampii ijaaraa turte gara magaalota aanaa fi godinatti baqachaa jirti. Humni giddu galeessa qubates godinaalee shaggar maratti barbadeeffamaa jira. Walumaa galatti karoorri diinaa fashalaa'eera. Duulli Irbuu Shinniggaas Milkiin Itti Fufeera. IUOf.
إظهار الكل...
👍 4
إظهار الكل...
KUSH LIST! SELL,RENT,BUY AND PROMOTIONS

Chali Ensermu invites you to join this group on Telegram.

👍 1 1
Waliin (ዋሊን) Waliin kan jedhamu Appii haara’a media hawaasummaati. Mee bilbila keessanirratti fe’a itti fayyadamaa akkasumas yaada nuuf kennaa. Qabiyyee isaa: Bilbila sagaleedhanis viidyoodhanis bilbiluuf, waliif barreessuf, maxxansuf, Live Stream, kan biroo heddu… Gatiin itti baastan: Tola (hoomaa). Bu’aan irraa argattan: Heddu. midiyaa hawaasaa kamirraahuu wanti argamu asirra nijira, kan birootis. Galatoomaa! Liinkiwwan armaan gadii fayyadamaa. ዋሊን (Waliin) አዲስ የማህበራዊ ሚድያ ፕላትፎርም ነው። እባኮን ስልኮት ላይ በመጫን ወይም ድረ ግጻችንን በጠቀም ተቃሚ ይሁኑ እንዲሁም ሃሳብ ይስጡበት።   የአፑ ይዘት፥ Free Audio Call, Video Call, Chat, Post, Live Stream, more… የሚታወጡበት ክፍያ፥ ምንም ወይም ነጻ። የሚታገኙት ጥቅም፥ በጣም ብዙ። ከማንኛውም የማህበራዊ ድረ ገጽ የሚታገኙትን ጥቅም ታገኛላችሁ። እናመሰግናለን። የአፑ ሊንኮች፤ For Android Phones: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.waliin&pcampaignid=web_share iPhone and other Apple Devices: https://apps.apple.com/us/app/waliin-app/id6450835243 Website: www.waliin.com
إظهار الكل...
Waliin - Apps on Google Play

Waliin connects friends by calling, chatting, posting, & more.

👍 5
00:31
Video unavailableShow in Telegram
Taatee ilma Oromoo irratti ergamtootni Murna Abbaa Irree raawwatan. Poolisiin nagaa ummataa kan eegsisu ture Oromiyaa keessatti haala argitan kanaan dararaa raawwataa jira.
إظهار الكل...
IMG_6130.MOV5.97 MB
4👍 1
Photo unavailableShow in Telegram
Jaal Battee, Siifis silaa Foundation hundeeffama ture. Dhugaan Foundation Haacaaluu waliin wal qabatu kan hawaasa keenya keessa jiru Foundation Haacaaluu yeroo booda ni kufa. Dagatama. Sababni isaa warri waan kana harkaa qabu warra ajjeechaama Haacaaluun shakkamu, warra ajjeefamuu Haacaluun duurome dha. Warra Oromoo konkolaataa oofaniin madaaluu barbaadan, tuuta hattootaa fi tika waliin tahuun Oromoos ajjeesisaa oolani dha. Oromoon Haacaaluu waan jaallatuuf malee tuuta Jaal Battee galaafate waliin warra shubbisu bira dhaquus hin barbaadu. Gumaa dha. Gochuma guyyaa guyyaan haati manaa Haacaaluu gootu irraa iyyuu Oromoon gammachuu hin qabu. Kabajaa Haacaaluuf callifame. Dhugaa hawaasa keessa jiru dha.
إظهار الكل...
🙏 3👍 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.