cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Odeeffannoo Haqa Haaraa (Hot real News)

⚫️🔴⚪️ ⚫️🔴 ⚛️ BEEKSISAA YEROO YEROOTI SIN BIRAN GEENYA!! ⚛️Bilbilotaa qulqulluu,Laptop fi Meshaale Electronics ni bina ni gurguraa ⚫️️Odeeffannoo haaraa fi haqa qofaf 🔴 join us @marsarihaqati ⚪️🔜nubiratti argattu

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
189
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

إظهار الكل...
Ethio Civil Servants

@Online

Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Jedhaa !!! •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin Wassalaatu Wasaalaamu Alaa Rasuulillaahi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Yaa Rabbii Keenya Dilii teenya hunda nuuf araarami Haadhaa abbaa keenyatti nuuf toli Ibaadaa tee hunda Nuuf Laaffisi Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii hunda nurraa qeebali Yaa rabbi adunyatti jiruu gaarii Nu jiraachisi Aakhiratti jannatul Firdoowsiin nu qananiisi Yaa Rabbi waan nu jalaa bade Nuuf Mullisi Yaa Rabbi waan nu jalaa fagaate hunda nuuf dhiheeysi Yaa Rabbi Nama karaa Keetirratti du’u nu taasisi. Yaa Rabbi Rizqii nutti ballisi Kheeyriin dalaguu nuuf laaffisi Yaa Rabbi shabaaba Keenya jaartii gaarii kenniif Shamarran keenyaaf jaarsa gaarii kenni Dhukkuba Keenya hunda nuuf fayyisi Kan nurraa Aakhirame hundaaf Rahmata Nuuf godhi. Yaa Rabbii keenya si kadhannee nuuf qeebali Tun nurraa irratte atummaan itti nuuf guuti. Aaaamiin Aaamiin Yaa Rabbal Aalamiin.
إظهار الكل...
Vacancy at Ethiopian Payment Roads Enterprise ✅Number of Positions: 7 -positions 0 EXP , 2 - positions with EXP ✅Location: addis-ababa, mojo , adama ✅Professions: accounting,auto-mechanic,economics,finance-management,information-technology,transport-managment,transport-operation . 📌 Deadline: August 2, 2022 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 @marsarihaqati @marsarihaqati 👉Read Detail:- https://bit.ly/3tTDa0B 🔰Telegram:- @marsarihaqati
إظهار الكل...
Ethiopian Payment Roads Enterprise vacancy 2022 - Harmeejobs In Ethiopia

Ethiopian Payment Roads Enterprise/ የኢትዮጵያ የክፍያ መንገዶች ኢንተርፕራይዝ invites qualified and experienced applicants for the various positions. EPRE is invites job seekers for appointment. The Ethiopian Toll Roads Enterprise (ETRE), as asset manager, is mainly mandated to operate and maintain toll roads. Currently, ETRE provides 24/7 toll road service on AAE to more than 20,000

Itoophiyaatti laabiraatooriin Fooreensikii DNA jalqabaa eebbifameera. Laabiraatorichi Hospitaala Poolisii Itoophiyaa keessatti kan ijaarame yoo ta’u, har'a eebbifamee hojii jalqabeera. Ajajaa Olaanaan Komishinii Poolisii Federaalaa Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel sirna eebba laabiraatoorichaarratti haasawaa taasisaniin, laabiraatoorichi biyya keessatti jalqabuun isaa dandeettii qorannoo Poolisii Itoophiyaa sadarkaa fooyya’aarra geessisuu kan dandeessisu ta’uu dubbataniiru. Hojii qorannoof ogeeyyiin ga’umsa qaban guutamuu eeruun, sirna haqaarratti raga qabatamaa fi amanamaa dhiyeessuuf kan gargaaru ta’uu ibsaniiru. Laabiraatorichii kan ammaayyaafi bakka damee kanaan addunyaan irra geesse tekinolojii fayyadamudha jedhameera. @marsarihaqati @marsarihaqati
إظهار الكل...
Hordoftoota Amantaa Islaamaa Maraan Baga Ayyaana Iid Al-Adiha (Arafaan) Nagaan Isin Ga’e! IId-Mubaarak! ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለኢድ አል አደሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ! ኢድ ሙባረክ!
إظهار الكل...
MASHA ALLAH Filannoo arman oli☝️☝️☝️☝️☝️ keesaa filachun hirmaadha. Hirriyootan keessan gaafachun ni danda'ama. Share godha follow godha wallif dabarsa. Linki kana join godha👉👉👉https://t.me/+kIJHYPn9wgIzODQ0 ተሳተፋ Please participate it mashaallah
إظهار الكل...
Garee Gargaarsa Masjiida Salaam

@Asela03mesjid Facebook: Website: https:// Twitter: www.twitter.com/ App: https:// Contact: @----bot Beeksisaaf(Ads): @

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
በኦሮሚያ ክልል ለምትገኙ በ6ኛው ሀገራዊ ምርጫ ለተሣተፋቹ ምርጫ አስፈጻሚዎች ሁሉ የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ ባሳለፍነው ሣምንት በ6ኛው ሀገራዊ ምርጫ ለተሣተፉ ምርጫ አስፈጻሚዎች የሰርተፍኬት መውሰጃ ፖርታል ይፋ ማድረጉ ይታወቃል። ነገር ግን በአንዳንድ የቴክኒክ ችግሮች ምክንያት በኦሮሚያ ክልል ለምትገኙ የምርጫ አስፈጻሚዎች ፖርታሉ እየሠራ ስላልሆነ፤ ይህንን ችግር በጥቂት ቀናት ውስጥ አስተካክለን እስከምናሳውቃችሁ ድረስ በትዕግሥት እንድትጠብቁን በአክብሮት እንገልጻለን። Raawwachiistota filannoo, filannoo biyyaalessa 6ffaa irratti naannoo Oromiyaatti hirmaattaniif Boordiin Filannoo Biyyaalessa Itoophiyaa torban darbe rawwachiistota filannoo akka biyyaatti argamaniif poortaalii waraqaa ragaa fudhachuudhaaf isaan gargaaru ifoomsuun isaa ni beekama. Haa ta`u malee, sababa rakkoo teeknikaa gara garaatiin raawwachiistota filannoo naannoo Oromiyaatti argamtaniif poortaalichi hojjachaa waan hin jirreef, rakkoo kana guyyoota muraasa keessatti sirreessinee hanga isin beeksisnutti obsaan akka nu eegdan kabajaan isin beeksisna. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Join And Share for your Friends Join @marsarihaqati wallif share godha hirriyootan keessan qaqabsisa. raga 👉🏻https://t.me/NationalElectionBoardNEBE Nagaa wajjiin
إظهار الكل...
የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ National Election Board of Ethiopia

NEBE

Engineering Corporation of Oromia is Calling for Exam 👇👇👇👇👇👇👇👇👇BEEKSIISA Namooni maqaan keessan arman gaddittii tarreeffame gita hojii adda addaa irratti galmooftani calallii isa dura kan darbitan qormaatni gaafa 08/10/2014 waan keennamuuf ganama sa’a 3 irra eegalee waajjira Korporeeshiinii Ingiinariingii Oromiyaa tti gabaasa akka taasiftan isin beeksifna. Gita Hojii :- SDE-1 Senior Dam Engineer 1. Tufaa Fufaa Abooma 2. Safi Hassan Feto 3. Mallasaa Tujii Kawweessaa 4. Mangistuu Tasfaayee Tolaa 5. Ashebbir Tasfaayee Dabaloo 6. Asmaraa Gaanguul Ayyaanaa 7. Shimmallis Taaffasa Kabbada 8. Lammii Goonfaa Saaqataa 9. Lalliisaa Yaadataa Agaa 10. Baqqalaa Asaffaa Gadafaa 11. Jamaal Eda’oo Abaasoo 12. Shimmalliis Getaachoo Tolaa 13. Dubroo Abbishuu Guddataa 14. Gammachuu Mokonoon Bogaalee 15. Toleeraa Kabetoo Dodee 16. Alamaayyoo Gezaahene W/Sanbat 17. Guyyoo Liban Hama 18. Nureesaa Margaa Bayyiisaa 19. Gutamaa Dabaloo Dibaabaa 20. Addunyaa Tolaa Baaboo Gita Hojii:- SH-1 Senior Hydrologist 1. Tajinaa Kariim Nabii 2. Tassammaa Adaamuu Dhereesaa 3. Kumanger Tashooma Woldee 4. Daawwit Midheqsaa Abdii 5. Kalbeessaa Bitamaa Mijanaa 6. Jireenyaa Giddisuu Tolasaa 7. Amsaaluu Guddataa Awwetuu *************** Join And Share for your Friends @marsarihaqati wallif share godha hirriyootan keessan qaqabsisa. Eco | Kio Nagaa wajjiin
إظهار الكل...