cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

📚 ilaalcha moo'ataa

chanalli kun kan Guddina Aadaa, Aartii fi Afaan oromooti.liinkii kana cuqaasuudhaan nu hordofaa barnoota guddaa argadhaa .....!!

إظهار المزيد
فنلندا2 287لم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
198
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Eegumsa naannoof carraaqqii goonu itti fufuun har’as biqiltuu dhaabuu keenya itti fufneerra. አካባቢን ለመጠበቅ የምናደርገውን ጥረት በመቀጠል ችግኞች መትከላችንን ዛሬም ቀጥለናል። Nature is our greatest asset, and we're taking action to protect it! We've planted trees as part of our ongoing sustainability efforts.
إظهار الكل...
Photo unavailableShow in Telegram
====Waliif haa birmannuu=== Hangafa aartii Afaran qalloo gameetti qabsoo bara ulfaataa keessatti lubbuu ofii kennitee sabaaf sagalee taate kabajamtuufi jaallatamtu Aartisti Halloo daawwee Dhukkubsatee jirti kanaaf yeroo ammaatti deeggarsa ijoollee ishii barbaaddi waan taheef cinaa haa dhaabbannu qaqqaaliwwan teenya jabaa ofii osoo jiruu abbaatu jabeeffata.. Aniis Hojiin koo barsiisaadha,wantiin ani ammatti of harkaa qabu tiqqoodha. tiqqummaan kunuuhuu ammaas kan sabaati..! Yoon arra waaniin harkaa qabu kanaan dadhabaa kiyya cinaa hin dhaabbanne yoon amma haaluma ulfaataan keessa jiru kana keessatti nama hin gargaarre guyyaan bira hin jiru. Lubbuun tiyyaahuu guyyaa kana malee kan biraa qabaachuu kiyya maaltu beeka.! Jedheetiin waanuma harka kootirra jiru kana gama Aartisti teenya Hallootti hiixadhe waan ta'eef ilaaltanii na harkatti hin tuffatinaa.. warri ishee bira jirtaniis tahe kan deemtani ilaaluudhaaf hiree qabdan immoo waanuma qabdaniin cinaa ishii nuuf dhaabbadhaa. rabbiin ishii haa fayyisu. Dabbaal Mootii...
إظهار الكل...
إظهار الكل...
Register - Chapa

Easily receive money from anyone, anywhere in the world.

Oduuu gammachiisaa bilbila keetitti fayyadami hin shakkin linkii kanaan seenuun sign up gochuudhaan baasii tokko osoo hin baasiin bakuma jirtu taa'ii hojii kee eegali fayyadamaa tahi. Liinkiin kunooti 👇👇 https://mobile-earn.beauty/483854969051
إظهار الكل...
🕖Help you make money easily 🕚

The best marketing network. Paid over $14M to 300k members with no requirements

Oduu gammachiisaa linkii sirrii tahe kan bilbila keessaniin iddoo barbaaddan teessanii onlinedhan hoojjattan isiniif fidee tin dhufe kanaaf ammuma seenaa sign up gochuudhaan hojii keessan jal qabaa linkiin isaa kunooti 👇👇👇👇 https://mobile-earn.beauty/483854969051
إظهار الكل...
🕖Help you make money easily 🕚

The best marketing network. Paid over $14M to 300k members with no requirements

Kabajamoo maamila, hiriyyaa keessaniin tajaajila super app akka fayyadamtaniif affeerramtanii jirtu daraartuu. https://superapp.ethiomobilemoney.et:38443/customer/help/downloadPage.html
إظهار الكل...
≈≈≈≈≈ Oduu Gaddaa==== Gadda Akkaam ulfaatudha! Ganama Har'aa Baarsiisonni Yuuniversiitii Madda Walaabuu Damee Magaalaa Roobee imana Gara Damee Yuuniversiitichaa Shaashamanneetti argamutti Osoo imalaa jiranii Konkolaataan Bakka Waashaa Sabsibee jedhamutti Hallayyaa Seenuun Lubbuu Barsiisota 15 bakka tokkotti darbee jira ! Maatii isaaniitii fi ummata oromoo hundaaf jajjabina Lubbu isaanii jannataan haa qananiisu...
إظهار الكل...
Namni karaa onlinedhaan business argachuu feetan carraa kanatti fayyadamaa api kanaan hoojjatanii birrii gaarii argachuu dandeesu ammuma liinkii armaan gadii kanaan seenaa buufadha itti gargaaramaa.. 👇👇 https://traffmonetizer.com/?aff=917280
إظهار الكل...

Make Money Online by Simply Installing the App