cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Kuusaa Mammaaksa Afaan Oromoo

Akkuma beekkamu ummanni Oromoo afoola baayyee qabaachuun isaa wal nama hin gaafachiisu,Mammaksis tokkoo afoolaati.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدلم يتم تحديد اللغةالفئة غير محددة
مشاركات الإعلانات
1 924
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

sticker.webp0.65 KB
Networkii waan nu jalaa balleysaniif obsaan share waliif godhaa nu eeggadhaa jaallan. @oromoproverb
إظهار الكل...
Garaa nagaya qabu sukkuumuun dhukkuba itti fiduudha.
إظهار الكل...
Namni akkaataa fardaa beeku ulee fardaa hin bobeessu.
إظهار الكل...
Hoolaan abbaa gaarii qabu duma ala kaayee rafa.
إظهار الكل...
Bakkuma dhaqqaban hooqqatan.
إظهار الكل...
Warra wal nyaatu idduudhaa waa nyaatu.
إظهار الكل...
Sanyiin buqqee miciraantu hadhaawa.
إظهار الكل...
Ablee qara lamaa beekaatu itti fayyadama.
إظهار الكل...
Afaan qabachuun hunda too'achuudha.
إظهار الكل...