cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Telebirr - Afaan Oromoo

Show more
Finland77The language is not specifiedTechnologies & Applications1 515
Advertising posts
48 488
Subscribers
+12124 hours
+7287 days
+2 81930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailable
Magaalaa Finfinnee keessatti nyaata saffisaa fi gatii madaalawaa ta'een tajaajila dhiyeessu kan kennu beu delivery irraa nyaata jaalattan erga filattanii booda kaffaltiidhaaf fuula mirkaneessa ajaja keessanii irratti kan argattan teeleebirrii baay’ee saffisaatti fayyadamu ni dandeessu! teeleebirrii – Salphaa, Saffisaa Mijataa fi Amansiisaa! #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
πŸ‘ 435❀ 193πŸ’― 66❀‍πŸ”₯ 48πŸ†’ 36πŸŽ‰ 33✍ 32🫑 32πŸ™ 30πŸ“ 30πŸ€— 30
Photo unavailable
Baga gammaddan! πŸŽ‰ Teeleebirrii Suuppar Aappiin Bilisaan Haasa’uun Danda’amee Jira! teeleebirrii Suuppar Appii Ammayyaa’een bittaa fi gurgurtaa gaggeessuu,Maallaqaa akkasumas yeroo qilleensaa waliif daddabarsuu bira darbee vidiyoo,suuraa,barreeffamaa fi faayiloota bilisaan waliif qooduudhaan walitti dhufeenya hawaasummaa keessanii cimsadhaa, daldala keessan ariifachiisaa! Jireenya dijitaalaa keessan teeleebirrii ingeejiin (telebirr engage) salphifadhaa!
Show all...
πŸ‘ 466❀ 161πŸ™ 53✍ 49πŸ“ 29πŸ₯° 22πŸŽ‰ 21πŸ†’ 21❀‍πŸ”₯ 19🍾 19πŸ‘ 18
Photo unavailable
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir nagaan isin gahe! Miseensa ta'aa badhaafamaa.
Show all...
❀ 393πŸ‘ 192✍ 52πŸ™ 48πŸ•Š 47πŸ† 41πŸ“ 32πŸ†’ 20πŸ”₯ 13❀‍πŸ”₯ 11πŸ€— 11
Photo unavailable
Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan! Ayyaana Gaarii! #Ethiotelecom #telebirr #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
❀ 489πŸ‘ 259✍ 76πŸ’― 61πŸ™ 50πŸ”₯ 48πŸ†’ 43❀‍πŸ”₯ 40πŸŽ‰ 38🍾 38πŸ•Š 37
Photo unavailable
Bakkuma jirtanii hawaalaa teeleebirriin maallaqa haala mijataan fudhadhaa kennaa %10 argadhaa! Ayyaanaaf firaa fi aantee keessan biyyoota alaa irraa karaa miiltoowwan keenyaa Hawaalaa teeleebirrii Idil-addunyaatiin maallaqni yommuu isiniif ergamu; hamma isiniif ergame %10 kennaadhaan ni argattu! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Show all...
❀ 202πŸ‘ 117❀‍πŸ”₯ 36πŸ“ 28🫑 17πŸ†’ 10✍ 9πŸ‘ 9🍾 6
Photo unavailable
Baga Geessaan! Ayyaana Qiillee sababeeffachuudhan namoota chaanaali Itiyoo telekoomif miseensa ta'aniif badhaasa kuufamaa adda addaa qophesssineerra. 🎁 5GB Internet weekly package. 🎁 1000 mins weekly voice package Join and shareπŸ”½ Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts Ethiotelecom - Afaan Oromoo β€”β€”β€”orβ€”β€”β€” Click Here : Join all Ethiotelecom channels
Show all...
πŸ‘ 593❀ 285πŸ† 81πŸŽ‰ 58πŸ™ 52✍ 49🍾 45πŸ“ 44❀‍πŸ”₯ 42πŸ‘ 40πŸ’‹ 40
Photo unavailable
Bittaa ayyaanaa keessan kan gammachuu fi bohaartiin guutame teeleebirriin raawwadhaa! Baazaarii Magaalaa Finfinfinnee giddugala Egzibiishiniitti qophaa'e seenuudhaaf adeemsa kaffaltii salphaa kana hordoftanii tikkeettii keessan karaa teeleebirri Suuppar-Aappii http://onelink.to/fpgu4m ykn *127# tiin yeroo bitattan keessaa deebii %5; akkasumas waan fedhii keessanii hanga qarshii 2500tti karaa teeleebirrii yoo bittan immoo yeroo qilleensaa fi kuufama kan ittiin bitachuu dandeessan keessaa deebii %10 ni argattu! teeleebirrii - Salphaa, Saffisaa, Mijataa fi Amansiisaa! Click here:https://t.me/+HQ8BmGcRr1kzY2I0 #Ethiotelecom #telebirr #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
πŸ‘ 343❀ 119❀‍πŸ”₯ 33πŸŽ‰ 31πŸ’― 29✍ 27🍾 23πŸ•Š 20πŸ’‹ 20🫑 20πŸ‘Œ 17
Photo unavailable
Tarreen maqaaa badhaafamtootaa chaanaali Telebirr - gift irraatti gadhiifamee jira. Winners πŸ† - Total 101 πŸ”ΉAbdi Hailu HundesaπŸ”Έ πŸ”ΉAbdu Yimam MummeπŸ”Έ πŸ”ΉAbebe Diriba MijenaπŸ”Έ πŸ”ΉAbibeker Yakub AbduleπŸ”Έ πŸ”ΉAdane Gezahegn TadesseπŸ”Έ πŸ”Ή See more... Badhaafamtoonni baga gammaddan! Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
Show all...
πŸ‘ 465❀ 202✍ 68πŸ†’ 58🍾 43πŸŽ‰ 40πŸ“ 39πŸ™ 37🀝 35πŸ‘ 32πŸ‘Œ 32
Photo unavailable
Baankii Gadaa irraa gara teeleebirrii akkasumas teeleebirrii irraa gara Baankii Gadaatti tajaajila maallaqa daddabrsuu eegaluu keenya gammachuudhaan ibsina! teeleebirri Suppar-Aappii fayyadamaa Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
Show all...
✍ 302πŸ‘ 266❀ 162πŸ† 85πŸ†’ 69πŸ™ 37🫑 32πŸŽ‰ 29πŸ”₯ 28πŸ•Š 28😍 28
Photo unavailable
Teeleebirrii galmaa’uu fi fayyadamuu keessaniif kennaan galateeffannaa isiniif mala! Tajaajila teeleebirriif yeroo galmooftan, akkaawuntii yeroo banattan, yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn Kuufama yeroo bitattan akkasumas biyyoota alaa irraa maallaqa karaa hawaalaa idil- addunyaatiin yeroo fudhattan, kennaan isiniif arjoomama ! Join | Telebirr Gifts Invite | Telebirr-Bot
Show all...
❀ 941πŸ‘ 472πŸ™ 145✍ 118🍾 103πŸ•Š 90πŸ†’ 89πŸ“ 88πŸ”₯ 87πŸ‘Œ 87❀‍πŸ”₯ 86