cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Oromia Bank

Oromia Bank is continually adopting modern approaches to optimize operations, add value and provide enhanced superior customer experiences.

Show more
Finland39The language is not specifiedEconomy & Finance1 938
Advertising posts
70 128
Subscribers
-524 hours
-1907 days
+4 48730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Yeroo fi bakki osoo isin hin daangeessiin herrega keessan to’achuuf tajaajila Baankii Dijitaalaa OrooDijitaal fayyadamaa. Liinkii armaan gadii fayyadamuun Google-Store fi App-Store ykn dizaayinii armaan gadii irraa QR koodii kaameera bilbiila keessaniin kaasuun Applikeeshinii buufachudhaan maatii OrooDijitaalii ta'aa! ጊዜ እና ቦታ ሳይገድብዎ ሂሳብዎን በቀላሉ ለማስተዳደር ኦሮዲጂታል የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎትን ይጠቀሙ። ከታች ያለውን ማስፈንጠርያ በመጠቀም ከGoogle-Store እና App-Store ወይም ከታች ካለው ዲዛይን የስልክ ካሜራዎን በመጠቀም QR ኮዱን ስካን በማድረግ አሁኑኑ መተግበሪያውን በማውረድ የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details?id=com.oromiabank.mobilebanking Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
Show all...
👍 8 4👏 4🙏 4
👍 54 24🙏 10👏 6👌 6🔥 5
8
Baankiin Oromiyaa duula gabaa fi dhaqqabummaa magaalaa Tulluu Boollootti sirna ho’aan gaggeesse. Baankiin keenya sagantaa qonnaan bultoota giddu galeessa godhate kana irratti qonnaan bultoota 400 ol ta’aniif kophee hojii yeroo gannaaf oolu boottii arjoomuudhaan michuummaa mirkaneessee jira. Gorsaan Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Baankii keenyaa Obbo Indaalee Foyyee ergaa sagantaa kan irratti dabarsaniin, Baankiin Oromiyaa baankii yeroo hundaa ummata isaa waliin dhaabbachuun adda duree ta’edha jechuun, gochi kunis kanaaf agarsiiftuu ta’uu himaniiru. Itti dabaluunis, Baankiin Oromiyaa yeroo sassaabbii midhaaniis qonnaan bultoota Daandii fi aanaalee biroottiif haamtuu 8000 ol arjoomuu yaadachiisuun, qonnaan bultoonnis tajaajila addatti isaaniif qophaa’e kana fayyadamuun baankii keenya waliin walitti dhiyeenyaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru. Sagantaa kana irratti Bulchaa Aanaa Bachoo Obbo Nugusee Fantaa dabalatee jiraattonni magaalaa Tulluu Boolloo fi qonnaan bultoonni Aanaa Bachoo hedduun argamaniiru. Dhaamsa sagantaa kana irratti dhaamaniin Bulchaan aanaa Bachoo Obboo Nuguseen, Baankiin Oromiyaa qonnaan bulaa giddu galeessa godhachuun hojjechuun baankota biroo irraa adda isa godha jechuun uummatnis kana beekuun tajaajila Baankii kana itti dhiheenyaan fayyadamuu akka qabuuf waamicha dhiyeessaniiru. Imala milkii Baankiin keenyaa waggootaa 15 darbaniif taasise, akkasumas oomishaalee fi tajaajiloota Baankiin keenyaa irratti ibsi bal’aan hirmaattotaaf sagantaa kanaaf kennameera. የኦሮሚያ ባንክ የገበያ እና የተደራሽነት ንቅናቄ በቱሉ ቦሎ ከተማ በደማቅ ሥነ-ሥርዓት ተካሄደ። ባንካችን በዚህ በዓይነቱ ልዩ የሆነና አርሶ አደሩን ያማከለ መርሐ ግብር ላይ ከ400 በላይ ለሚሆኑ አርሶ አደሮች ለክረምት ስራ የሚሆን ቦት ጫማዎችን በማበርከት ሁኑኛ አጋር መሆኑን አስመስክሯል። የባንካችን የዋና ስራ አስፈፃሚ አማካሪ ኦቦ እንዳለ ፎዬ ባስተላለፉት መልዕክት ኦሮሚያ ባንክ እንደምን ጊዜውም ከህዝብ ጎን በመቆም የልማት አለኝንታነቱን በተግባር ያስመሰከረ የህዝብ ባንክ መሆኑን አውስተው፤ የተከናወነው መርሐ ግብር ለዚህ ዋቢ መሆኑን ጠቁመዋል። አክለውም ከዚህ ቀደም የአጨዳ ወቅትን በማስመልከት በደንዲና በሌሎች ወረዳዎች በአጠቃላይ ከ8000 በላይ ማጭዶችን ለአርሶአደሮች ማከፋፈሉን አስታውሰው በዚህ በልዩ ሁኔታ ለአርሶአደሮች የተዘጋጀውን ይህንን አገልግሎት በመጠቀም ከባንኩ ጋር ተቀራርበው እንዲሰሩ ጥሪ አቅርበዋል። በዚህ ደማቅ ሥነ-ሥርዓት ላይ የበቾ ወረዳ አስተዳዳሪ ኦቦ ንጉሴ ፈንታ፣ የግብርና ቢሮ ኃላፊ አቶ መገርሳ አራርሳን ጨምሮ በርካታ የቱሉ ቦሎ ነዋሪዎች እና የበቾ ወረዳ አርሶ አደሮች ተገኝተዋል። አስተዳዳሪው ባስተላለፉት መልዕክት ባንኩ በተለየ ሁኔታ አርሶ አደሩን ማዕከል ያደረጉ ግብዓቶችን ተደራሽ ማድረጉ ከሌሎች ባንኮች በተለየ ለአርሶአደሮች ቅርብ መሆኑን የሚያመላክት መሆኑን ጠቅሰው ለዚህም ጊዜውን የዋጀ አበርክቶት ላቅ ያለ ምስጋና አቅርበው ማህበረሰቡ ከባንኩ ጋር እንዲሰራና ከባንኩ ጋር በጋራ እንዲቆም ጥሪ አቅርበዋል። የባንካችን የ15 ዓመታት ስኬታማ ጉዞን ጨምሮ ባንኩ ስለሚሰጣቸው ምርት እና አገልግሎቶች ለተሳታፊዎች ገለፃ ተደርጓል።
Show all...
👍 25 3🙏 1👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waan Haaraa OrooDijitaal irraa! Herrega keessan karaa ergaa gabaabaatiin bulchuu akka dandeessan quba qabduu? Interneetii malee karaa OrooDijitaalii, ergaa gabaabaa (SMS) 839 fayyadamuun haftee herreega keessaanii beekuu dabalatee tajaajiloota Baankii biroo fayyadamuu dandeessu. Ergaaa gabaabaan OrooDigitaalii fayyadamuuf salphaa, saffisaa olaanaa qabu fi nageenyi isaa kan eeggamedha. አዲስ ነገር ከኦሮዲጂታል! በ839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት ሂሳብዎን ማስተዳደር እንደሚችሉ ያውቁ ኖሯል? ኢንተርኔት ሳያስፈልግዎ በማንኛውም የሞባይል አይነት በኦሮዲጂታል 839 አጭር የፅሁፍ መልዕክት (SMS) ቀሪ ሂሳብዎን መጠየቅ እና ሌሎች የባንክ አገልግሎቶችን ማግኘት ይችላሉ። ኦሮዲጂታል SMS ለአጠቃቀም ቀላል፣ ፈጣን፣ ምቹ እና አስተማማኝ ነው።
Show all...
👍 31 5🙏 3👏 2👌 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gammaddaan! Guyyaa Haadholii Adduunyaa sababeefachuun maqaa jaallatamtuu harmee keessanii sanduuqa yaadaa fuula TikTok Baankii keenyaa jalatti barreessuun, like fi share gochuun Birrii 1000.00 badhaafamaa jennee gaaffii Caamsaa 04, bara 2016 gaafanneen namootni baay’een hirmaattaniittu. Haaluma kanaan namootni yaadni isaanii namoota heedduun jaalatame 10 badhaasa birrii 1000.00 injifataniiru. Eenyu Badhaasa argate? Liinkii TiikTookii keenya gadii irraa argattu. 👇 https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc እንኳን ደስ አላችሁ! አለም አቀፍ የእናቶች ቀንን ምክንያት በማድረግ ግንቦት 04 ቀን 2016 ዓ.ም የተወዳጇን የእናትዎን ስም በቲኪቶክ ገፃችን ኮሜንት ላይ ይፃፉ ይህን ቪዲዮ ላይክ እና ሼር ያድርጉና የ1000.000 ብር ሽልማት ያሸንፉ ብለን ለጠየቅነዉ ጥያቄ በርካታ ሰዎች ተሳትፈዋል፡፡ በዚህም መሰረት ኮሜንት የተደረገው ሀሳብ በብዙ ሰዎች ዘንድ ተወዳጅ የሆነላቸው 10 ሰዎች የዚህ ውድድር ልዩ ተሸላሚ ሆነዋል፡፡ አሸናፊዎች እነማን ናቸዉ? ከቲኪቶክ ገፃችን ይመልከቱ፡፡ https://www.tiktok.com/@oromiabankofficial?is_from_webapp=1&sender_device=pc
Show all...
👍 27 19🙏 5🔥 3👏 2👌 1
Photo unavailableShow in Telegram
Waa’ee OrooDijitalis ta’e Tajaajila Baankii keenyaa kamiyyuu irratti odeeffannoo yoo barbaaddaan sa’aa 24/7 isin tajaajiluuf qophiidha. Yaadaafi gaaffi qabdaniif 840 irratti tolaan bilbilaa. Torbee Hojii Gaarii Baankii Oromiyaa irraa! ስለ ኦሮዲጂታልም ሆነ ስለ ባንካችን አጠቃላይ አገልግልዎት ማንኛዉም መረጃ ከፈለጉ እርስዎን ለማገዝ 24/7 ዝግጁ ነን፡፡ ለማንኛዉም ሀሳብ እና አስተያየት 840 በነጻ ይደዉሉ። መልካም የስራ ሳምንት ከኦሮሚያ ባንክ! #OromiaBank #OrooDigital #840 #CallCentre
Show all...
👍 37 11🙏 4👌 3🔥 2👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
5th Round Telegram Bot Refer and Win Challenge Winners List! Congratulations!🎊🍾🎈🎉
Show all...
🙏 61 17👍 13👌 10👏 9🔥 7
00:54
Video unavailableShow in Telegram
ኦሮዲጂታል ለደንበኞቻችን ምን አዲስ ነገር ይዞ መጣ? ተመራጭነቱስ በምን ይገለፃል? በተከታታይ ከምንለቅላችሁ አጫጭር ምስለ ድምፅ ይረዳሉ?👆 የኦሮዲጂታል ቤተሰብ ይሁኑ። Play-Store https://play.google.com/store/apps/details... Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
Show all...
👍 36 9🙏 5🔥 2
01:04
Video unavailableShow in Telegram
OrooDijitaal Maamiltoota Keenyaaf waan haaraa maal fidee dhufe? Filatamummaan isaahoo maalin ibsama? SuurSagalee Gagabaaboo isiniif qoodnu irraa ni hubattu? Maatii OrooDijitaal ta'aa. Play-Store https://play.google.com/store/apps/details... Apple-Store https://apps.apple.com/us/app/oroodigital/id6444023355
Show all...
🙏 13👍 5👏 3 2🔥 2