cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

ABDII SABAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! ๐Ÿ’ฌNU QUNNAMUUF๐Ÿ’ฌ @AbdiiSabaaDm ๐ŸŽฏMARIIF @Abdiisabaa

Show more
Finland2The language is not specifiedNews & Media251
Advertising posts
341 921
Subscribers
+48524 hours
+2 1927 days
+7 31930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Fuula Feesbuukii miidiyaa @abdii_sabaa ammuma hordofaa! Odeeffannoo hatattamaa argadhaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Show all...
๐Ÿ‘ 138โค 37๐Ÿ˜ฑ 10๐Ÿ˜ข 9
#Falasxiin Harโ€™a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen Falasxiin akka biyya walaba taatetti beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. "Har'a Falasxiin biratti guyyaa baayyee seena qabeessadha" jedhan. Muummichi ministeeraa Aayirlaand Siimoon Haaris, "Har'a Aayirlaand, Noorweey fi Ispeen walabummaa Falasxiin beekamtii kenneera. Murtee kana hojiirra oolchuuf tokkoon tokkoon keenya tarkaanfii biyyaalessaa kamiyyuu ni fudhanna" jedhan. Muummichi ministeeraa itti dabaluudhaan, "#torban_itti_aanu keessatti biyyoonni hedduun tarkaanfii barbaachisaa kana fudhachuuf nu waliin akka ta'an mirkanaa'adha" jedhan. Mootummaan Aayirlaand beekamtiin sabummaa kun furmaata mootummoota lamaa kan deeggaru taโ€™uu fi nagaa waaraa naannichaaf barbaachisaa taโ€™uu ibseera. Ministirri Muummee Ispeen Peedroo Saancheez fi Ministirri Dhimma Alaa Noorweey Espen Bart biyyi isaanii Caamsaa 28 irraa eegalee Mootummaa Falasxiin beekamtii akka kennan ifatti beeksisaniiru. Muummichi ministeeraa Noorweey Jonas Gahr Storr akka jedhanitti, "(Falasxiin) beekamtii argattu malee, Baha sana keessatti nageenyi jiraachuu hin danda'u" jedhan. Itti dabaluunis ''falasxiin biyya walaba ta'uuf mirga bu'uuraa qabdi,'' jedhan. ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Show all...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

๐Ÿ‘ 347โค 114๐Ÿ‘ 30๐Ÿ˜ข 16๐Ÿ˜ฑ 12๐Ÿคฉ 12๐Ÿ•Š 2๐Ÿ”ฅ 1
01:44
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 9โค 4๐Ÿ’” 3
Photo unavailableShow in Telegram
#EXITEXAM Dhaabbileen barnoota olaanoo dhuunfaa odeeffannoo barattoota isaanii qormaata Baโ€™iinsaa fudhatan hanga Caamsaa 16/2016tti akka dhiyeessan Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii dhaamaniiru. Dhaabbata ion I odeeffannoo barattoota isaanii unkaa Ministeerri Barnootaa qopheesse fayyadamuun erguu akka qaban abbaan taayitichaa akeekkachiiseera. ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Show all...
๐Ÿ‘ 496โค 140๐Ÿ˜ข 48๐Ÿ‘ 44๐Ÿ™ 42๐Ÿ˜ฑ 17๐Ÿ”ฅ 10๐ŸŽ‰ 8๐Ÿคฏ 4๐Ÿคฉ 3
Photo unavailableShow in Telegram
#Wallaggaa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa balallii gara Naqamtee eegaluufi Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Waxabajjii 10 bara 2016 eegalee torbetti guyyaa 4 balallii gara godina Wallagga Bahaa, magaalaa Naqamteetti akka taasisu beeksise.
Show all...
๐Ÿ‘ 360โค 85๐Ÿ’ฏ 26๐Ÿ”ฅ 24๐Ÿ‘ 19๐Ÿ˜ฑ 9๐Ÿ˜ข 7
Photo unavailableShow in Telegram
Sirni awwaalchaa Raaโ€™isii bor gaggeeffamuu jalqaba. Miidiyaan mootummaa Iraan akka gabaasetti sirni awwaalchaa pirezidaantii Iraanii fi jila isa waliin balaa helikoopteraan duโ€™anii Kibxata boruu gara Tehraanitti gaggeeffamuu jalqaba. ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!T Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
Show all...
๐Ÿ˜ข 327๐Ÿ‘ 237โค 96๐Ÿ˜ฑ 44๐Ÿคฏ 19๐Ÿคฉ 16๐Ÿซก 12๐Ÿฅฐ 4๐Ÿค 4๐ŸŽ‰ 2๐Ÿ†’ 1
PIREZIDAANTOOTA BALAA Aviyeeshiniin DU'ANII: ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡พ Pireezidaantii Paaraaguway (1940) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ญ Pireezidaantii Filippiins (1957) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท Pireezidaantii Biraazil (1958) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ถ Pireezidaantii Iraaq (1966) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ท Pireezidaantii Biraazil (1967) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ด Pirezidaantii Booliiviyaa (1969) ๐Ÿš ๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡จ Pireezidaantii Ekuwaadoor (1981) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฟ Pireezidaantii Moozaambiik (1986) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฐ Pirezidaantii Paakistaan โ€‹โ€‹(1988) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ท๐Ÿ‡ผ Pireezidaantii Ruwaandaa (1994) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ง๐Ÿ‡ฎ Pirezidaantii Burundii (1994) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ฒ๐Ÿ‡ฐ Pireezidaantii Kaaba Maqedooniyaa (2004) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡ต๐Ÿ‡ฑ Pireezidaantii Poolaandi (2010) ๐Ÿ›ฉ๏ธ ๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฑ Pireezidaantii Chiilii duraanii (2024) ๐Ÿš ๐Ÿ‡ฎ๐Ÿ‡ท Pirezidaantii Iraan (2024) ๐Ÿš Maddi: istaatiksii Addunyaa
Show all...
๐Ÿ‘ 348๐Ÿ˜ข 85โค 57๐Ÿซก 16๐Ÿ˜ฑ 7๐Ÿฅฐ 4๐Ÿคฏ 4๐ŸŽ‰ 3๐Ÿ”ฅ 1
Deeggaraan Arsenaal Keeniyaa erga gareen kun waancaa dhabee booda of ajjeese Miidiyaaleen Keeniyaa akka gabaasanitti, Maanchistar Siitiin waancaa Piriimiyerliigii Ingiliiz gareen kun waliin dorgomaa ture irraa injifachuu booda namni Keeniyaatti deeggaraa Arsenaal ta'e of ajjeese. Namichi kun tapha halkanii erga ilaalee booda uffata garee isaa uffatee funyoodhaan of fannise. Akka gabaasaaleen mul'isutti eenyummaan nama kanaa hanga ammaatti hin mirkanoofne. Waggaa 20 booda waancaa eegaa kan ture Arsenaal shaampiyoonaa liigichaa ta'uuf dorgomaa ture, kaleessa garuu Maanchistar Siitiin yeroo 4ffaaf walitti aansuun kabaja liigii kanaa galmaan gahuu danda'eera. Maanchistar Siitiin liigii kanaan qabxii 91 yoo galmeesse Arsenaal ammoo qabxii 89 walitti qabuun waggaa kana qabxii lama qofa gadi bu'uun sadarkaa 2ffaan xumureera. Taatee Keeniyaatti mudate hordofuun lammiileen biyyattii miidiyaa hawaasaa irratti gaddi kan itti dhagaโ€™ame yoo taโ€™u, gariin akka ajaaโ€™ibsiifaman barreessaniiru. Dhimmi kun dubbii biyyattii ijoo yeroo ammaa ta'eera. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Show all...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

๐Ÿ‘ 200๐Ÿ˜ข 93โค 44๐Ÿคฉ 25๐Ÿคฏ 16๐Ÿ˜ฑ 10๐Ÿ‘ 6๐Ÿ†’ 6
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿคฉ 70๐Ÿ‘ 43๐Ÿ˜ข 36โค 28๐Ÿ˜ฑ 12๐Ÿ‘ 11๐Ÿซก 8๐Ÿคฏ 5
Bakka helikooptarri Pirezidaantii Iraan Ibraahim Raayisii fe'ee ture kufetti mallattoon lubbuu namaa hin mul'anne. ๐Ÿ‘‰ Namoonni siyaasaa Ameerikaa X irratti gammachuu isaanii ibsaa jiru Televizhiniin mootummaa Iraan akka gabaasetti, bakka balaan helikooptarri Pirezidaantii Ibraahim Raayisii fi Ministira Dhimma Alaa Iraan Huseen Amiir Abdolayan feโ€™ee mudatetti mallattoon lubbuu namaa hin mulโ€™anne. Raayisiin naannoo daangaa Iraan fi Azarbaajaan irraa erga deebi'ee booda gara magaalaa Tabriiz deemaa ture. Balaan walfakkaataan kun kaaba dhiha Iraan keessatti kan mudateera., Hojiin barbaacha guddaan haala qilleensaa hamaadhaan kan gufate yoo taโ€™u, dirooniin Turkii barbaacha helikooptara Raisin irratti hirmaate marsariitiiwwan balalii hordofan irratti argamee jira. Namoonni siyaasaa Ameerikaa balaa helikooptara kanaa irratti gammaduu isaanii ibsaa jiru. Dura taa'aan koree tajaajila hidhannoo mana maree paartii Rippabilikaan Maayikeel Waaltz, helikooptarri kun dhabamuu isaa ''kasaaraa gaarii'' jedhan. Rippabilikaan Filooriidaa Riik Iskootiin X irratti akkas jedhe, "Raisiin yoo duโ€™e addunyaa kana caalaa bakka nageenya qabuu fi fooyya'aa ta'a." Namoonni giddugala magaalaa Tehran keessatti addabaabayii Vali-Asur keessatti jilbeenfatanii kadhannaa taasisaa jiru, pirezidaantichi akka lubbuun jiraatan hawwaa jiru. Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa. ๐Ÿ“ก MIIDIYAA @ABDII_SABAA ๐Ÿ“ก SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
Show all...
Support

Baga nagaan dhuftan. Kallattiin kara dhimma keessaniitti seenaa!

๐Ÿ‘ 274๐Ÿ˜ข 80โค 56๐Ÿ˜ฑ 16๐Ÿ™ 14๐Ÿคฉ 11๐Ÿ’ฏ 6๐Ÿฅฐ 4๐Ÿคฏ 3