uz
Feedback
๐—ž๐—จ๐—ฆ๐—› ๐—œ๐—ฆ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฅ๐—ง๐—œ๐—œ

๐—ž๐—จ๐—ฆ๐—› ๐—œ๐—ฆ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฅ๐—ง๐—œ๐—œ

Yopiq kanal

for promo only @KUSHSUPPORTs

Ko'proq ko'rsatish

๐Ÿ“ˆ Telegram kanali ๐—ž๐—จ๐—ฆ๐—› ๐—œ๐—ฆ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฅ๐—ง๐—œ๐—œ analitikasi

๐—ž๐—จ๐—ฆ๐—› ๐—œ๐—ฆ๐—ฃ๐—ข๐—ข๐—ฅ๐—ง๐—œ๐—œ kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 60 761 obunachidan iborat bo'lib, Sport toifasida 958-o'rinni va Finlandiya mintaqasida 50-o'rinni egallagan.

๐Ÿ“Š Auditoriya koโ€˜rsatkichlari va dinamika

ะฝะตะฒั–ะดะพะผะพ sanasidan buyon loyiha tez oโ€˜sib, 60 761 obunachiga ega boโ€˜ldi.

08 Iyun, 2026 dagi oxirgi maโ€™lumotlarga koโ€˜ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 2 692 ga, soโ€˜nggi 24 soatda esa 116 ga oโ€˜zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya oโ€˜rtacha 4.51% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 4.54% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni toโ€˜playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post oโ€˜rtacha 2 744 marta koโ€˜riladi; birinchi sutkada odatda 2 761 ta koโ€˜rish yigโ€˜iladi.
  • Reaksiyalar va oโ€˜zaro taโ€™sir: Auditoriya faol: har bir postga oโ€˜rtacha 28 ta reaksiya keladi.

๐Ÿ“ Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida taโ€™riflaydi:
โ€œfor promo only @KUSHSUPPORTsโ€

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi maโ€™lumot 09 Iyun, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli boโ€˜lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Sport toifasidagi muhim taโ€™sir nuqtasiga aylantirishini koโ€˜rsatadi.

60 761
Obunachilar
+11624 soatlar
+6617 kunlar
+2 69230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Iyun '26
Iyun '26
+1 212
83 kanalda
May '26
+4 072
89 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+3 213
85 kanalda
Get PRO
Mart '26
+5 452
90 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+4 258
85 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+4 099
85 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+2 727
83 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+2 668
90 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+3 542
87 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+11 065
93 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+11 503
102 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+10 999
90 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+1 447
0 kanalda
Get PRO
May '25
+943
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+1 106
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+2 012
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+1 691
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+1 121
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+1 572
2 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+1 228
1 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+931
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+105
3 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+188
5 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+109
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+243
1 kanalda
Get PRO
May '24
+417
1 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+433
1 kanalda
Get PRO
Mart '24
+217
0 kanalda
Get PRO
Fevral '24
+883
0 kanalda
Sana
Obunachilarni jalb qilish
Esdaliklar
Kanallar
09 Iyun0
08 Iyun+116
07 Iyun+123
06 Iyun+211
05 Iyun0
04 Iyun+129
03 Iyun+214
02 Iyun+153
01 Iyun+266
Kanal postlari
โœ…Waancaa Addunyaa guyyaa lama booda jalqabuuf jiruu irratti biyyoota arfan yeroo jalqabaaf hirmaatan: ๐Ÿ”ฐJoordaan ๐Ÿ”ฐUuzbeekist
โœ…Waancaa Addunyaa guyyaa lama booda jalqabuuf jiruu irratti biyyoota arfan yeroo jalqabaaf hirmaatan: ๐Ÿ”ฐJoordaan ๐Ÿ”ฐUuzbeekistaan ๐Ÿ”ฐKuraasaawoo fi ๐Ÿ”ฐKeep Vaardee

2
๐ŸŸฃKENO Bifa Gara Garaan akka Barbadanitti Nuu bira akka jiru beektu? Withdrawal yeroo Gootaan saffisni isaa ajaa'ibaa โœ… Fast
๐ŸŸฃKENO Bifa Gara Garaan akka Barbadanitti Nuu bira akka jiru beektu? Withdrawal yeroo Gootaan saffisni isaa ajaa'ibaa ย ย ย ย ย ย  ย ย ย ย ย ย  โœ… Fast Keno ย ย ย ย ย ย  โœ…Hot keno ย ย ย ย ย  โœ…Sweat Keno ย  ๐Ÿ”ฅ๐ŸŽ‰Guyyaa gaarii๐Ÿ‘‘๐Ÿฅณ ย  ๐Ÿ”ฅ๐ŸŽ‰ Tapha gaarii3๏ธโƒฃ๐Ÿฅณ โžœ๐Ÿ’ณRakkoo Withdrawal @bestgamez1 โžœ โญ•๏ธ Deeggarsa VIP tiif @Bestgamessupport2 โžœ โค๏ธTelegram Channel https://t.me/bestgamez2 Start Here ๐Ÿ’œ โžก๏ธ@BestGamezzBot โžก๏ธ@BestGamezzBot โžก๏ธ@BestGamezzBot
490
3
Matn yo'q...
1 041
4
Matn yo'q...
1 099
5
๐ŸŒŽ Taphoota michommaa biyyoota addunyaa kaleessa taphataman! Neezerlaand 2-1 Uzbeekistaan Faransaay 3-1 Ayarlaandi Kaabaa Gak+1
๐ŸŒŽ Taphoota michommaa biyyoota addunyaa kaleessa taphataman! Neezerlaand 2-1 Uzbeekistaan Faransaay 3-1 Ayarlaandi Kaabaa Gakpo and olise๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ’ฏ
995
6
Matn yo'q...
975
7
Matn yo'q...
1 139
8
๐ŸŸฃBest Game irraa Taphoota hawwatoo heddutuu jira Isiin kamiin jallattu amumma seenaa taphaadha ๐Ÿฅณ๐Ÿฅณ Tapha gaarii ๐Ÿฅณ๐Ÿฅณ โžœ โ”Rak
๐ŸŸฃBest Game irraa Taphoota hawwatoo heddutuu jira Isiin kamiin jallattu amumma seenaa taphaadha ย  ๐Ÿฅณ๐Ÿฅณ Tapha gaarii ๐Ÿฅณ๐Ÿฅณ โžœ โ”Rakkoo kuufamaaf @Betsdeposit โžœ๐Ÿ’ณRakkoo Withdrawal @Bestsupportwithdraw โžœ๐Ÿ’ก๐ŸŽ Bonasii ykn gaaffii biroof @bestgamez1 โžœ โญ•๏ธ Deeggarsa VIP tiif @Bestgamessupport2 โžœ โค๏ธTelegram Channel https://t.me/bestgamez2 Start Here ๐Ÿ’œ โžก๏ธ@BestGamezzBot โžก๏ธ@BestGamezzBot โžก๏ธ@BestGamezzBot
1 711
9
๐Ÿ“Š Istaatistiksii Waancaa Addunyaa โžช Taphoota seenaa waancaa addunyaa keessatti goolii baay'inaan irratti galfame. 1. Oostiri
๐Ÿ“Š Istaatistiksii Waancaa Addunyaa โžช Taphoota seenaa waancaa addunyaa keessatti goolii baay'inaan irratti galfame. 1. Oostiriyaa 7-5 Siwiizarlaand [gooliiwwan 12 - 1954 kudha-lamaan xumuraa]. 2. Biraazil 6-5 Poolaandi [goolii 11 - Marsaa 16ffaa bara 1938]. 3. Haangaarii 8-3 Jarmanii Dhihaa [gooliiwwan 11 - 1954 garee garee]. 4. Haangaariin 10-1 El Salvaador [gooliiwwan 11 - bara 1982 garee garee]. 5. Faransaay 7-3 Paaraaguway [goolii 10 - 1958]. โžช Taphoota garaagarummaa goolii hedduu qaban 1. Haangaariin Kooriyaa Kibbaa 9-0n injifatte [1954 ]. 2. Yugoslavia 9-0 Zaire [1974]. 3. Haangaariin 10-1 El Salvaador [1982] 4. Siwiidin Kuubaa 8-0 [1938 kudha-lamaan xumuraa]. 5. Uraagaay 8-0 Booliiviyaa [1950 ]. 6. Jarman 8-0 Sa'udii Arabiyaa [2002 ]. #Waancaa_Addunyaa_2026 YOU TUBEย  KUSH SPORTย  || ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ http://bit.ly/3HhQyqv ๐’๐‡๐€๐‘๐„โžชย || @KUSHISPOORTII ๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช || @KUSHISPOORTII
1 983
10
Seenaa premier league England keessatti ta'ee ture akka armaan gadii kanatti isiniif dhiheessina๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Seenaa premier league England keessatti ta'ee ture akka armaan gadii kanatti isiniif dhiheessina๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
2 511
11
Matn yo'q...
2 205
12
๐Ÿ‰ DASH ๐Ÿ๐Ÿ ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ’ฐ ๐Ÿ–– Qarshii nii barbaaddu ? Eyye yoo tahe Gara Dash Bet kotta nii barbadamtu Linkii Kanan Seenuun Acount
๐Ÿ‰ DASH ๐Ÿ๐Ÿ ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ ๐Ÿ’ฐ ๐Ÿ–– Qarshii nii barbaaddu ? Eyye yoo tahe Gara Dash Bet kotta nii barbadamtuย  Linkii Kanan Seenuun Acount banadhaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ”— https://dashbetss.com?promo_code=KUSHDASH ๐Ÿ˜€Telegram Join Gochuufโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ https://t.me/DASHBETSCHANAL โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ https://t.me/dashbetss_bot
2 217
13
Matn yo'q...
2 236
14
2026/27 Manchester City Squad........๐Ÿฅถ
2026/27 Manchester City Squad........๐Ÿฅถ
2 167
15
Abbaafi ilma biyyoota garaagaraa bakka buโ€™uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan Meeqa keessaniitu Ilmi Zinadine Zidane gooli e
Abbaafi ilma biyyoota garaagaraa bakka buโ€™uun Waancaa Addunyaarratti hirmaatan Meeqa keessaniitu Ilmi Zinadine Zidane gooli eegaa ta'u quba qaba.. Luukaa Zidaan Aljeeriyaa bakka buโ€™uun waancaa Addunyaa 2026 guyyoota muraasa booda jalqaban irratti hirmaachuuf jira.. Abbaan isaa Ziinaddiin Zidaan ammoo kana dura Garee Kubbaa Miilaa Faransaay bakka buโ€™uun waancaa addunyaarratti hirmaataa tureera. Tapha Faransaay jalqabaaf Shaampiyoonaa taate kan bara 1998 irratti taphataa cimaa gaโ€™umsa addaa mulโ€™ise yoo taโ€™u, bara 2006 ammoo gareen isaa xumuraaf gahee ture innis Maatresii mataan itti bu'uun kaardii diimaan dirree irraa ari'ame biyyi isaas rukuttaa adabbii adda baaftuun Xaaliyaaniin injifatamee waancaa dhabe.... Ilmi Zidaan Luukaa Zidaan ammoo biyya akaakayyuu isaa Aljeeriyaaf taphachuu filateera. Waancaa adunyaa kana irratti luukaa Zidane Karra eegaa biyyaa Aljeeriyaa ta'uun kan taphatu ta'a. YOU TUBEย  KUSH SPORTย  || ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ http://bit.ly/3HhQyqv ๐’๐‡๐€๐‘๐„โžชย || @KUSHISPOORTII ๐’๐‡๐€๐‘๐„โžช || @KUSHISPOORTII
2 324
16
Maatemaatishiin lammii Jarman beekamaan Joโ€™aakiim Kileement Neezerlaand Waancaa Addunyaa 2026 kan Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikootti qophaa'u ni injifatti jedhee raageera. Namni kun kanaan dura waancaawwan addunyaa sadii walitti aansuun eenyu akka injifatu sirriitti raagee kan milkaa'eedha: โœ… Bara 2014: Jarman ๐Ÿ‡ฉ๐Ÿ‡ช โœ… Bara 2018: Faransaay ๐Ÿ‡ซ๐Ÿ‡ท โœ… Bara 2022: Arjentiinaa ๐Ÿ‡ฆ๐Ÿ‡ท Maatemaatishiin kun 'Mathematical Model' fayyadamuun kan raagu yoo ta'u, jalqaba irratti eenyu akka injifatu dursee beekuun hin danda'amu jedhee amana ture. Garuu bara 2014tti yeroo jalqabaaf raagni isaa Jarman irratti milkaa'uun isatti ajaa'ibamee ture. ๐Ÿ“ˆ Gareen Roonaald Kumaaniin dursamu kun seenaa isaaniitti waancaa addunyaa sadii xumura (final) ga'anii waancaa dhabanis bara 2026tti carraa guddaa akka qaban raagni kun ni mul'isa. ๐Ÿ“… Neezerlaand tapha ishee jalqabaa Waxabajjii 14 Jaappaan waliin taphatti. Ramaddii 'F' keessatti Suwiidin fi Tuniiziyaa waliin argamu. Isin hoo tilmaama kanaan walii galtuu? Neezerlaand waancaa addunyaa ishee jalqabaa ni fudhatti jettanii yaaddanii? ๐Ÿ’ญ๐Ÿ‘‡
121
17
+3
Matn yo'q...
2 439
18
Seenaa Liigoota Awurooppaa kanneen kaleessa galgala walin maqaa dhoofne keessaa kan reaction ๐Ÿ‘ baay'ee arkatee ture ๐Ÿ‘ Premier League dha kanaafuu isiniif maxxansuuf deemna waan ta'eef react โค๏ธ๐Ÿ‘๐Ÿ˜๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘ jabeessaa godhaa!
2 176
19
OFFICIAL Bara dorgommii Laaligaa 2026/27 Hagayya 9 eegala.
2 288
20
Harry Kane biyyoota adda addaa 21 irratti garee biyyaalessaa Ingilaandiif galchii lakkoofsisuun record Waayinii Rooniin qabam
Harry Kane biyyoota adda addaa 21 irratti garee biyyaalessaa Ingilaandiif galchii lakkoofsisuun record Waayinii Rooniin qabamee ture cabsee jira.
2 201