cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

pavel durov dog#FREEDUROV
avatar

BIIROO BARNOOTAA OROMIYAA NEW INFORMATION CHANNEL-2024

•𝚆𝚎 𝚂𝚑𝚊𝚕𝚕 𝙼𝚊𝚔𝚎 𝙾𝚛𝚘𝚖𝚒𝚊 𝙵𝚕𝚘𝚘𝚍 𝚘𝚏 𝙶𝚎𝚗𝚒𝚞𝚜 𝚂𝚝𝚞𝚍𝚎𝚗𝚝𝚜 𝚠𝚑𝚘 𝚜𝚌𝚘𝚛𝚎 𝚑𝚒𝚐𝚑 𝚐𝚛𝚊𝚍𝚎𝚜 𝚒𝚗 𝙽𝚊𝚝𝚒𝚘𝚗𝚊𝚕 Examination. •https://t.me/BIIROO_BARNOOTAA_OROMIYAA_2024 ~~~~~~~~~~ https://www.youtube.com/@BBO-2024

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
1 189
Obunachilar
+524 soatlar
+237 kunlar
+9330 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Ethiopia’s Upcoming Salary Increase Set to Launch on September 11 ,7Sep,2024 letter from the Ministry of Finance confirms that one of the key promises of the government’s macroeconomic reform—a wage increase—will take effect on September 11, 2024. Over the past few hours, an image of a letter purportedly from the Ministry of Finance, along with a calculation showing the new salary scale, has been widely shared on social media. The letter, signed by Finance Minister Ahmed Shide, was addressed to the Prime Minister’s office, with a copy sent to the Civil Service. The letter and salary scale indicate that more than 91.4 billion birr has been allocated for the salary increase, which will be implemented starting September 1. The Ministry of Finance and the Civil Service Commission have submitted the proposed salary increase to the Council of Ministers for approval. According to the new salary structure, individuals earning 1,100 birr will see their salary increase by 332 percent, bringing their total income to 3,660 birr. Meanwhile, those with higher earnings, such as those receiving 20,468 birr, will see a 5 percent increase, raising their salary to 21,491 birr.
Hammasini ko'rsatish...
Photo unavailableShow in Telegram
ኢትዮጵያ የብዙ ብሔሮች፣ የብዙ ቋንቋዎች፣ የብዙ ባህሎች፣የብዙ እምነቶች፣ የብዙ ሥልጣኔዎች፣ የብዙ ጀግኖች፣ ሀገር ናት። ኢትዮጵያ ኅብር ናት። ሁሉም የኛ በእኛ ለእኛ የተሰጡ ናቸው። ሁሉን እናከብራለን፤ በሁሉም እንኮራለን። ኅብረ ብሔራዊነታችን መልካችን፣ አንድነታችን ደግሞ ህልውናችን ነው። እነዚህ ኅብራዊ ጸጋዎች በአንዲት ሀገር በኢትዮጵያ የሚገኙ ናቸው። ዓላማችን አንድ የፖለቲካና የኢኮኖሚ ማኅበረሰብ መገንባት ነው። ግባችን የኢትዮጵያ ብልጽግና ነው። ይህ ነው አንድነታችን። የተበታተንን ኅብሮች አይደለንም፤ የተጨፈለቅን አንድ ዓይነቶችም አይደለንም። እኛ ኅብረ ብሔራዊ አንድነት ያለን ኢትዮጵያውያን ነን። Itoophiyaan biyya saboota hedduu, afaanota hedduu, aadaawwan hedduu, amantaawwan hedduu, qaroominoota hedduu, gootota hedduuti. Itoophiyaan daneettiidha. Hunduu nuyiin unuuf kan kennaman keenyadha. Hundayyuu ni kabajna; hundaanuu ni boonna. Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa'ee jiraachuu keenyaati. Kennaawwan danummaa kunneen biyya tookko, Itoophiyaatti kan argamanidha. Kaayyoon keenya hawaasa siyaasaafi dinagdee tokko ijaaruudha. Galmi keenya badhaadhina Itoophiyaati. Tokkummaan keenya kanadha. Daneessota faffacaane miti; Akaakuu walitti baqne tokkos miti. Nuti Itoophiyaanota tokkummaa sabdaneessa qabnudha.
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Tikvah-University
Photo unavailableShow in Telegram
#ጥቆማ ይመዝገቡ! በሥራና ክህሎት ሚኒስቴር እና በቴክኒክና ሙያ ስልጠና ኢንስቲትዩት በጋራ የተዘጋጀው 2ኛ ዙር የቴክኖሎጂ ማበልጸጊያና ፈጠራ ሠመር ካምፕ ፕሮግራም ምዝገባ በመካሔድ ላይ ነው፡፡ ፕሮግራሙ ወጣቶች ችሎታቸውንና የፈጠራ ሐሳባቸውን ወደ ተጨባጭ ሥራ እንዲለውጡ የሚያስችል ነው። በማንኛውም መስክ የቴክኖሎጂ እና የሥራ ፈጠራ ሐሳብ ያላችሁ በሙሉ ከታች የተቀመጠው ሊንክ ላይ በመግባት መመዝገብ ትችላላችሁ። ለመመዝገብ 👇 https://forms.office.com/r/CNMFUUSZZe ከምዝገባ በኋላ በሚካሔድ ልየታ ለሚመረጡ የፈጠራ ባለሙያዎች የሠመር ካምፕ ፕሮግራሙ፣ አዲስ አበባ ላምበረት መናኸሪያ አካባቢ በሚገኘው የቴክኒክና ሙያ ስልጠና ኢንስቲትዩት ዋናው ካምፓስ ይካሔዳል። @tikvahuniversity
Hammasini ko'rsatish...
Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Har’a garuu kitaabota hedduu barreessuufi hiikuun dhaloota qaraa jira. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/wi9ZGzX
Hammasini ko'rsatish...
Barreessaa kaleessa du'aaf eegamaa ture har'a dhalootatti onnee horaa jiru

Dargaggeessa abdii kutannaa hamaa keessa turedha. Du’eera jedhamees mana yaalaatii awwaalchaaf baafamee ture. Har’a garuu kitaabota hedduu barreessuufi hiikuun dhaloota qaraa jira.

Deeffuu fi dhuufuun qilleensa gara keessatti fudhannu, dhugaatii dhugnuu fi baakteeriyaa qaama sirna bullaa’insa soorataa keenya keessa jiranirraa maddu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9zlGnm6
Hammasini ko'rsatish...
Maaliifan dhuufa jettanii yaaddanii beektu?

Deeffuu fi dhuufuun qilleensa gara keessatti fudhannu, dhugaatii dhugnuu fi baakteeriyaa qaama sirna bullaa’insa soorataa keenya keessa jiranirraa maddu.

A L I bara 2016 keessa Itoophiyaan Rifoormii Maakiroo Ikonoomii ilaachisuun jijjiirama guddaa taasifteetti. Sharafa alaa gabaa jirurratti akka hundaa'u gochuu, gabaa daldalata qinxaabootii hanga jimilaatti abbootii qabeenyaa biyya alaaf banaa gochuu kanneen jedhaman warra ijoodha. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/j1IFNl6
Hammasini ko'rsatish...
Dinagdee Itoophiyaa Bara 2016 keessatti bifa jijjiirrate

A L I bara 2016 keessa Itoophiyaan Rifoormii Maakiroo Ikonoomii ilaachisuun jijjiirama guddaa taasifteetti. Sharafa alaa gabaa jirurratti akka hundaa'u gochuu, gabaa daldalata qinxaabootii hanga jimilaatti abbootii qabeenyaa biyya alaaf banaa gochuu kanneen jedhaman warra ijoodha.

ውጤት ወደ ማታ ይለቀቃል። ትምህርት ሚኒስቴር ከሰዓት መግለጫ ይሰጣል። ስለ ፈተናው ሁኔታ፣ ምን ያክል ተማሪ 50 እና ከዛ በላይ አመጣ የሚለውን ከሰዓት እንሰማለን ። ዘንድሮ የተፈታኞች ቁጥር 684,205 ተማሪዎች ነው። ከነዚህ ውስጥ 29,718 ተማሪዎች በ #Online ተፈትኗል። Remedial ይቀር ይሆን? ስንት ተማሪ ያልፋል ? ካለፈው ሁለቱ አመት የተለየ ያርግልን። ውጤት ወደ ማታ ላይ ከ 12 ሰዓት ቡሃላ ይለቀቃል። በሀገሪቱ ያለው ሰው ሁሉ ማለት በሚቻል መልኩ ሙከራ ያደርጋል። ስለዚህ ሳተዩ እስከ ነገ ልቆይባችሁ ይችላል ። Network ይጨናነቃል። ✅መልካም አዲስ አመት ✅መልካም ውጤት 🔥ለሁሉም ውጤት ጠባቂዎች Share ይደረግ✅ @ETHIO_MINISTRY_EDUCATION
Hammasini ko'rsatish...
Repost from Abdii Booruu
Gambella University Baayyina:200 ol barbaada Muuxannoo:0 year Guyyaa: 29/12/2016 Maxxanfame Dafaa Galmaa'aa Gita hojii: ✔️ Assistance Professor and above ✔️Lecturer and Above ✔️ Assistance Lecturer ✔️ Graduate Assistance II Galmeen: Qaamaan Yunivarsiitii Gaambeellaa Biiroo HR lakk.8  ykn Email armaan gadii fayyadamuun galmaa'uu dandeessu Email: 1 College of Agriculture and Natural Resource Email: [email protected] 2 College of Engineering and Technology Email: [email protected] 3 Faculty of Social Science and humanity Email: [email protected] 4 College of Natural and Computetional Science Email: [email protected] 5 School of Law Email:[email protected]
Hammasini ko'rsatish...
Gambella University Baayyina:200 ol barbaada Muuxannoo:0 year Guyyaa: 29/12/2016 Maxxanfame Dafaa Galmaa'aa Gita hojii: ✔️ Assistance Professor and above ✔️Lecturer and Above ✔️ Assistance Lecturer ✔️ Graduate Assistance II Galmeen: Qaamaan Yunivarsiitii Gaambeellaa Biiroo HR lakk.8 ykn Email armaan gadii fayyadamuun galmaa'uu dandeessu Email: 1 College of Agriculture and Natural Resource Email: [email protected] 2 College of Engineering and Technology Email: [email protected] 3 Faculty of Social Science and humanity Email: [email protected] 4 College of Natural and Computetional Science Email: [email protected] 5 School of Law Email:[email protected] Join 👉 https://t.me/Abdyboru Join 👉 https://t.me/Abdyboru
Hammasini ko'rsatish...

#ERGAA_ARIIFACHIISAA! Daldaltootaa fi namoota mana kireessan hundaaf: Mootummaan maqaa "dabalata miindaa" jedhuun ummata keenya bujaajessaa jira. Miindaa dabalame jedhamus kunooti; gatii sukkaara kiiloo tokkoo kan hin caalledha. Haata'u malee qaala'insi gabaa fi gatiin kiraa manaa dabalata miindaa kana sababeeffatee 300% ol dabaleera. Kanaafuu, daldaltoonni fi kireessitoonni manaa daballii miindaa jedhame kan hin jirre ta'uu beektanii gurgurtaa meeshaa keessanii fi kiraa manaa bakka duraatti deebisuun obbolaa keessan hojjettoota mootummaaf akka yaaddan cimsinee isin beeksifna.
Hammasini ko'rsatish...
👍 1
Boshqa reja tanlang

Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.