cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Ortodoksii Tawaahidoo Tube

Baga nagaadhaan gara channel keenyatti dhuftan! Channel keenya kana irratti faaruuwwan, barnoota, koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo ni argattu! Contact us :- @ortokoo_bot

Ko'proq ko'rsatish
Advertising posts
8 326Obunachilar
+5024 soatlar
+2417 kunlar
+97230 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Обуначиларнинг ўсиш даражаси

Ma'lumot yuklanmoqda...

Hangafa Ergamootaa Qulqulluu Gabri'eel Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Gabri'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo? ♦ Qulqulluun Gabri'eel maal maal irratti muudame? ♦ Maqaan Qulqulluu Gabri'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti? ♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Gabri'eel yoom yoomi? Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸 https://bit.ly/3BDnvFB https://bit.ly/3BDnvFB
Hammasini ko'rsatish...
1
Hiikoo Sirna Qiddaasee Kutaa 5ffaa ♦ Sirna Qiddaasee irratti Ahaaduu maalif jedhama? Hiikni isaa hoo? ♦ Sirna Qiddaasee irratti yeroo meeqa sagadna? ♦ Sirna Qiddaasee irratti yeroo meeqa harka fuuna? ♦ Sirna Qiddaasee irratti yeroo Wangeelli dubbifamu maal gochuu qabna? Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3nIEwsf https://bit.ly/3nIEwsf
Hammasini ko'rsatish...
𝐇𝐢𝐢𝐤𝐨𝐨 𝐒𝐢𝐫𝐧𝐚 𝐐𝐢𝐝𝐝𝐚𝐚𝐬𝐞𝐞 | 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 5𝐟𝐟𝐚𝐚

Tajaajila Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin, Waa'ee Dubroo Maariyaam, Waa'ee Qulqullootaa, Wareegamtootaa

👍 5
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 4ffaa ♦ Sirni Qiddaasee erga jalqabame booda wantoota nurraa eegaman maal maalidha? • Iddoo tokko dhaabbachuu irratti • Waaqayyo sodaachuu irratti • Kadhannaa Gaabbii Kadhachuu irratti fi k.k.f Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! hiriyoota keessaniifis qoodaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3BoHWFC https://bit.ly/3BoHWFC
Hammasini ko'rsatish...
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 4ffaa

Sirna Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa, Kitaaba Sirna Qiddaasee, Hiikoo Sirna Qiddaasee, Kadhannaa Qiddaasee, Kadhannaa Gaabbii

5👍 4
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe! ♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? ♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e? ♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama? Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa! https://bit.ly/3FJu1xe https://bit.ly/3FJu1xe
Hammasini ko'rsatish...
6👍 4
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 3ffaa Sirna Qiddaasee irratti of eeggannoowwan nuti taasisuu qabnu; → Sirni Qiddaasee erga jalqabame booda Ba'uu fi seenuu waliin kan wal qabate → Sagalee dhageessisuu irratti → Meeshaalee Elektirooniksii qabatanii seenuu waliin kan wal qabate → Ancufaan sagalee dhageessisuun kan wal qabate → Wanta hamaa dubbachuu waliin kan wal qabate → Wanta Bilchaataa nyaataa fi dhugaatii qabatanii Mana Kiristaanaa seenuu fi Qurbaana booda nyaata nyaachuun kan wal qabate → Xiiqii qabatanii Sirna Qiddaasee irratti hirmaachuu waliin kan wal qabate → Waa'ee Haguuggii buufachuu ykn baafachuu waliin kan wal qabate → Wal dhageeffachuu waliin kan wal qabate → Wuddaasee Kantuu waliin kan wal qabate → Kadhannaa dhuunfaa Sirna Qiddaasee irratti gaggeessuu waliin kan wal qabate fi k.k.f Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/qiddaasee.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/qiddaasee.html
Hammasini ko'rsatish...
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 3ffaa

Sirna Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa, Sirna Qiddaasee, Kadhannaa Qiddaasee, Kadhannaa Qurbaanaa

👍 2
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu; ✓ Qophii Sammuu ykn yaadaa taasisnu ✓ Qophii Qulqullina Qaama keenyaa eeggachuun taasisna ✓ Qophii Sirna Uffannaa Afuurawaa Eeguuf taasisnu fi k.k.f Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3vJYp5Z https://bit.ly/3vJYp5Z
Hammasini ko'rsatish...
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 2ffaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee, Of eeggaannoo Mana Kiristaanaa seenuu keenyaan dura taasisnu, Sirna Mana Kiristaanaa, Kadhannaa Qurbaanaa

Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan • Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3CaeDaX https://bit.ly/3CaeDaX
Hammasini ko'rsatish...
👍 3
Do you enjoy reading this channel? Perhaps you have thought about placing ads on it? To do this, follow three simple steps: 1) Sign up: https://telega.io/c/ortodoksii_tawaahidoo 2) Top up the balance in a convenient way 3) Create an advertising post If the topic of your post fits our channel, we will publish it with pleasure.
Hammasini ko'rsatish...

👍 7
Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe! Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/3mNrtq1 https://bit.ly/3mNrtq1
Hammasini ko'rsatish...
17👍 1
Sirna Uumamaa Kutaa 1ffaa Koorsii Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin sirna Uumamaa kutaa 1ffaa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 http://bit.ly/3TUyhBE http://bit.ly/3TUyhBE
Hammasini ko'rsatish...
🥰 16 3🔥 3👍 2