cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qiling», bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Kolleejjii barsiisota jimmaa

Ko'proq ko'rsatish
Turkiya8 146Til belgilanmaganErotika92 647
Reklama postlari
1 895
Obunachilar
+1024 soatlar
+257 kunlar
+2830 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

BEEKSISA HOJII Ethiopian Artificial intelligence Institute 1) Data Analysist • Education: BA in Geography, Sociology, Law, Management, Political Science, History, Civic, Security, Peace and Security, Demography, International Foreign Relations, Foreign Language, Statistics, Information System • Experience: 0 • Required Number: 105 2) Information Technology Officer • Education: BSc in Computer Science, Computer Engineering, Software Engineering, Information Technology, Information System • Experience: 0 • Required Number: 5 3) Accountant • Education: BA in Accounting, Economics, Purchasing Management, Management, Marketing, Business Administration • Experience: 0 • Required Number: 5 4) Junior Law Officer • Education: LLB Law • Experience: 0-1 year • Required Number: 5 5) Network Administrator • Education: BSc in Computer Science, Computer Engineering, Software Engineering, Information Technology, Information System • Experience: 4 years • Required Number: 2 6) Database Administrator • Education: BSc in Computer Science, Computer Engineering, Software Engineering, Information Technology, Information System • Experience: 4 years • Required Number: 3 7) Information Technology Officer • Education: BSc in Computer Science, Computer Engineering, Software Engineering, Information Technology, Information System • Experience: 4 • Required Number: 5 - Registration Place: Addis Ababa, Next to Timur Anbessa Hospital or online via https://www.aii.et/announcement/vacancy/ - Deadline: 7/10/2016 Share gochuudhaan waliif qoodaa. @jimmateachercollege @jimmateachercollege
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
#Dhugaalee_Beekamuu_qaban. ✓Hin yaaltu taanan hin kuftu. ✓Hin kuftu taanan, homaa hin bartuu. ✓Homaa hin bartuu taanan waan sirrii hin hojjettu. ✓Waan sirrii hin hojjettu taanan immoo milkiin hin yaadamu. Kanaaf Yaalii, Kufii, Kufiinsa keerraa baradhu ka'i, Hojjedhuuti Milkaa'ii. Join 👇👏❤️💯🎄♻️🎄🙏. @jimmateachercollege @jimmateachercollege
Hammasini ko'rsatish...
👍 5
Jirra jirtuu maatiwwaan channele keenya link kana gadii kana share gochuun channel keenya nuufguddisaa. https://t.me/jimmateachercollege
Hammasini ko'rsatish...
👍 6
Abdii Ahmad Adduunyaa irraa 1ffaa ba'uun maqaa biyyasaa ol fuudhe ~~~ Abdii Ahmad Ibraahim Yunivarsiitii guddicha biyyoota adduunyaa garaa garaa irraa barattoota gulantaaleefi akaakuu garaa garaatiin simatee barsiisuufi Indiyaatti kan argamu 'RK University'tti barattoota gosa barnootaa Faarmaasiin (Pharmacy) leenji'aa turan keessaa qabxii olaanaa galmeessisuun barattoota sadarkaa Intarnaashinaalii mara keessaa sadarkaa 2ffaadhaan eebbifameera. Ilmi Baalee Roobeen biyyaaf gumaachite Abdii Ahmad barnoota isaa sadarkaa 1ffaafi 2ffaa achuma magaalaa Roobee Mana Barnootaa Sadarkaa 1ffaa Alii fi Mana Barnootaa Sad 2ffaa Gaalamaa akkasumas qophaa'inaa (Preparatory) ammoo Mana Barumsaa Qophaa'innaa Roobeetti barate. Sana booda ALA bara 2020'tti iskoolarshiippiidhaan gara biyya Hindii deemee Yunivarsiitii RK Rajkokitti barumsaa isaa Pharmacy barachuu kan eegale yoo ta'u kunoo xumura irrattis qabxii boonsaa galmeessiseen maqaa isaa bira dabaree kan biyya isaa sadarkaa addunyaatti ol fuuchuu danda'eera.
Hammasini ko'rsatish...
6
Guyyaan qormaataa MGO barsiisota manneen barnootaa Sadarkaa 1ffaa fi 2ffaaogummaa barsiisummaa keessa jiranii gara Waxabajjii 9, 2016 jedhamee kan ture gara Waxabajjii 13tti beellamameera
Hammasini ko'rsatish...
👍 6 4
Ministeerichi Barnootaa Qormaata Kutaa12ffaa Bara Kana ‘Online’ Kennamu Ilaalchisee Ibsa Kenne Ministeerri Barnootaa Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ‘online’ niin bara kana kennamu ilaalchisee ibsa kenneera. Qormaata kutaa 12ffaa kana yeroo jalqabaaf karaa bilisa dijitaalaan qoruuf hojii dijitaalessuu hedduun raawwatamaa jiraachuu beeksiseera. Bu’uura kanaan kilaasteroota bakkeewwan qormaataa adda bahan fuula duratti liinkiiwwan qophaa’an tuquun shaakaluun danda’aman ibseera. Hanga ammaattis barataan qormaata kana fudhatu ‘username’ fi ‘password’ kan hin arganne yoo jiraate, biiroowwan barnootaaf waan ergameef qindeessitoota manneen barnootaasaaniirraa argachuu akka danda’an Ministeerri barnootaa beeksiseera. Hojiin kunis kilaasteraan qoodamuu himeera. Haaluma kanaan:- Kilaastera 1ffaa Bulchiinsa magaalaa Finfinnee https://c2.exam.et Kilaastera 2ffaa keessatti Naannoo Gaambeellaa https://c3.exam.et Naannoo Amaaraa https://c3.exam.et Kilaastera 3ffaa Naannoo Beenshaangul gumuz https://c4.exam.et Naannoo Hararii https://c4.exam.et Naannoo Affaar https://c4.exam.et Naannoo Oromiyaa 1 •magaalaa Adaamaa: https://c4.exam.et Magaalaa Agaaroo https://c4.exam.et Magaalaa Amboo https://c4.exam.et • Godina Arsii https://c4.exam.et •Godina Arsii Lixaa https://c4.exam.et • Magaalaa Asallaa https://c4.exam.et Baalee https://c4.exam.et • Magaalaa Baatuu https://c4.exam.et • Magaalaa Bishooftuu https://c4.exam.et •Boorana https://c4.exam.et • Magaalaa Bulee horaahttps://c4.exam.et • Buunnoo Beddllee https://c4.exam.et • Magaalaa dodolaa https://c4.exam.et • Baalee Bahaa https://c4.exam.et • Boorana Bahaa https://c4.exam.et •Gujii https://c4.exam.et • Harargee Bahaa https://c4.exam.et • Harargee Lixaa https://c4.exam.et • Magaalaa Hoolataa https://c4.exam.et • Horroo Guduruu Wallaggaa https://c4.exam.et • Iluu Abbaa Boor https://c4.exam.et Kilaastera 4ffaa Magaalaa Dirree Dhawaa https://c5.exam.et Naannoo Oromiyaa -2 • Jimmaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Jimmaa: https://c5.exam.et • Qeellem Wallaggaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Maayaa: https://c5.exam.et • Magaalaa Mattuu: https://c5.exam.et • Magaalaa Mojoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Mooyaalee https://c5.exam.et • Magaalaa Najjoo: https://c5.exam.et • Magaalaa Naqamtee: https://c5.exam.et • Magaalaa Roobee: https://c5.exam.et • Sandaafaa Bakkee: https://c5.exam.et • Magaalaa Shaakkisoo https://c5.exam.et • Magaalaa Shaashamannee ከተማ: https://c5.exam.et • Magaalaa Sgaggar https://c5.exam.et • Magaalaa Shanoo: https://c5.exam.et • Shawaa Bahaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kaabaa: https://c5.exam.et • Shawaa Kibba Lixaa: https://c5.exam.et • Shawaa Lixaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Bahaa፡ https://c5.exam.et • Wallagga Lixaa፡ https://c5.exam.et • Gujii Lixaa፡ https://c5.exam.et • Magaalaa Walisoo፡ https://c5.exam.et https://t.me/jimmateachercollege
Hammasini ko'rsatish...
👍 8
Photo unavailableShow in Telegram
Barsiisonni Dippiloomaa Sagantaa IDILEE, GALGALAA, GANNAA fi DHUMATORBEE barattanii eebbifamtanii fi qabxii MGO 50 fi isaan ol galmeessitanii hanga ammaa kan hin qaxaramne Hanga Waxabajjii 5/2016 galmaa'aa! @amirkasimtube @amirkasimtube
Hammasini ko'rsatish...
👍 4 2
​22/09/2016 #Hubachiisa #Qormaata_kutaa_6ffaafi_8ffaairratti dhimmoota #xiyyeeffannoo_barbaadan:- ---------------------- Biiroon Barnootaa Oromiyaa seenaa keessatti isa jalqabaafi adda ta'e barattoota miiliyoona 1.4 ol ta'aniif qormaata Naannoo kennuuf qophii xumureera. Qormaata Naannoo kan fudhatan barattoota #kutaa_6ffaa 731,955 #kutaa_8ffaan immoo, 672,500, #walitti_barattoota 1,404.455 yoo ta'an, #Caamsaa 29-30/2016fi #Waxabajjii 4-5/2016tti walduraa duubaan qormaata kan kennu ta'uun beekameera. #Baay'inni #barattoota_qormaata_fudhachuuf_qophaa'anii (kutaa 6fi 8 qofti) lakkoofsa biyyoota addunyaa hedduu(#Jibuutii_dabalatee_baay'ina #ummata_biyyoota_70 ol ta'an kan caaludha. Akka naannootti barattoota heddummina hanganaa qaban qoruu jechuun humna namaa, maallaqaafi meeshaalee hedduun kan irratti dhangala'e ta'uun beekamaadha. Kanaafuu, Qormaatni kun akka galma gahu hawaasni, maatiin baratttootaa, caasaan mootummaa sadarkaan jiru, qaamni nageenyaa sadarkaan jiru, abbootiin Gadaa, haadholiin Siinqee, abbootiin amantii, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, qaamni waraqaa qormaataa geejjibsaa jiru, qaamni waraqaa qormaataafi iddoo qormaataa hordofu hundi #firiin_barattoota_keenyaa_akka_jalaa_hin_qisaasamne qormaatni raabsamee, kennameefi waraqaan deebii qormaataa hanga Biiroo Barnootaatti deebi'utti, #keessattuu_Gumiin_Tiraansiformeeshiinii_Barnootaa_Oromiyaa_sadarkaan_jirru_hundi_xiyyeeffannoo_olaana_kennuun_hordofuu qabna. #Xiyyeeffannoowwan; #Waraqaan_qormaataa_yeroo geejjibamu_konkolaataa irratti/bakka kuufamutti roobni akka hin tuqne, bakka wanti waraqaa nyaatu hinjirre(hantuuta),fi kkf hin jirre taa'uu qaba. #Qormaatni_hannaaf_akka_hin-saaxilamne, #Iddoon_Qormaatni_itti_kennamu nagaa kan qabuufi waca hin qabne. #Qormaata_booda,_waraqaan_deebii of eeggannoon saamsamee gara BBO akka dhufu hordoffii wal irraa hincinne gochuu milkaa'inaaf haa hojjannu.. #CARRAA_GAARII ! -BBO- @amirkasimtube
Hammasini ko'rsatish...
👍 2
Boqonnaa Sammuu Keetiif Dursa Kenni: ✔Sammuun boqonnaa qabu hojii gurguddaa hojjeta. ✔ Kalaqa gurguddaa dhaloonni bara baraan itti fayyadamee jiraatu kan uumu sammuu boqonnaa qabuu dha. ✔ Yaada gaarii addunyaa borcamaa jirtu kanaaf furmaata hunda biratti fudhatamu kan oomishu, nama xiin-sammuu isaaf iddoo kenne dha. ✔ Iddoo guddaa sammuu keetiif kenni! ✔ Yaada xinnoo ofii keetiif gonkumaa hin qabaatin! Waan xiqqoodhaanis of hin madaalin! ✔Yaada namoota hundaa hin deeggarin! Yaada sammuu keetii addatti dhaggeeffadhu! ✔Namni dhugaa dhaga'u, dhugaa dubbachuudhaan addatti hin ilaalamu. ✔Guyyaatti yoo xiqqaate daqiiqaa 15f iddoo tasgabbaa'aa turuun yaada sammuu keetii dhaggeeffadhu! ✔ Wanti hundumtuu harka kee keessa jira. Jireenya sitti kenname itti fayyadami! Hundumtuu bakka jirutti gammadee jiraata. ✔Sammuu kee irratti dhiibbaa uumuu dhaan haala kamiyyuu moo'attee jiraachuu akka dandeessu siif [email protected]/Amirkasimtube
Hammasini ko'rsatish...

👍 2😁 2
FURTUU MILKAA'INAA • Ilaalcha • Attitude • ❏ Barsiisaa Yuuniversiitii kan ta'e Pirofeeserri beekamaan tokko qorannoo isaa dhiyoo kana gaggeesseen waan haaraa nama ajaa'ibu kana nuuf qabatee dhufe. Qorannoon isaa kunis qubee fi lakkoofsa fayyadamuun ture. Kaayyoon isaas furtuu milkaa'inaa barbaaduu ture. Qubee Afaan Oromoo A-Z fudhadhaa! Kana booda akka armaan gadiitti gita qubee tarreeffattaniin lakkoofsa 1-26 tarreeffadhaa! A-1        I-9             Q-17      Y-25 B-2       J-10           R-18       Z-26 C-3        K-11          S-19 D-4        L-12          T-20 E-5        M-13         U-21 F-6        N-14         V-22 G-7        O-15         W-23 H-8        P-16          X-24 Akka armaan olii kanatti erga tarreeffattanii booda Furtuu Milkaa'inaa 100% dhufuu kan nuuf danda'u barbaaduu eegale. Maaliidha laata 100% dhufuu kan danda'u? Waliin haa barbaannukaa pirofeesera faana taanee. ❶. HARD WORK - Jabaatanii hojjechuu: H+A+R+D+W+O+R+K 8+1+18+4+23+15+18+11=98% ❷. KNOWLEDGE - Beekumsa: K+N+O+W+L+E+D+G+E 11+14+15+23+125+4+7+5=96% ❸. LOVE - Jaalala: L+O+V+E 12+15+22+5=54% ❹. LUCK - Carraa L+U+C+K 12+21+3+11=47% Jabaatanii hojjechuun, beekumsi, jaalalli, carraan, tokkoyyuu parsantii dhibba (100%) kan dhufe hin jiru. Maaliidharee parsantii dhibba furtuu milkaa'inaa kan ta'u qarshiidhaa? mee waliin haa ilaallu. ❺. MONEY - M+O+N+E+Y 13+15+14+5+25=72% qarshiis miti ➏. LEADERSHIP - Gaggeessummaa dhaaree? L+E+A+D+E+R+S+H+I+P 12+5+1+4+5+18+19+8+9+16 = 97% kanas miti! ➐. ATTITUDE - Ilaalcha immoo ta'innaaree A+T+T+I+T+U+D+E 1+20+20+9+20+21+4+5=100%👏👏👍 Furtuun milkaa'inaa 100% dhufuu kan danda'u ilaalcha keenya ta'uu isaa mirkaneesse. ❏ Ofii keef, namootaaf, addunyaaf ilaalchi ati qabdu gammachuu siif kenna. Ilaalcha kee hanga hin jijjiirretti gammachuu fi milkaa'uu akka hin dandeenye mirkaneesse. Kanaaf Ilaalchi furtuu milkaa'inaa keeti jechuudha! Ajaa'ibaam!! Share share
Hammasini ko'rsatish...
👍 4
👍 4
👏 2