303
Підписники
+224 години
+77 днів
+1030 днів
- Підписники
- Перегляди допису
- ER - коефіцієнт залучення
Триває завантаження даних...
Приріст підписників
Триває завантаження даних...
MAARIYAAM DEESSU WAAQA KOO
Maariyaam Deessu Waaqa Koo
Yaa Maariyaam Yaa Badhaasa koo
Sin waamaa Eebba keen koottu Diinni arge golga haa baqatu
Atu hin dagattu anoo nan beeka Kan naaf ta'u hunda sumatu beeka
Hir'uu dookimaas at kan argitee
Kan koos ni beektaa kan natti ulfaate
Kan naaf kennamte fannoo jalatti guyyaa jimaataa Yaa qulqulleetti
Kanaaf At koodha an mucaa keeti
Tasa na hin gattu iddoo hundumatti
Mirga ilma kee at naaf dhaabbatta
Akkan hin badneef at naaf kadhatta
Araarsummaa kee kan abdatu
Guyyicha dhumaas tasa hin
salphatu
Dhandhameen beekaa mi'aayina kee laphee koorratti mallatteeffamte
Kanaaf Maariyaam an sin waammadha bara koo guutuu sin nan faarfadha
F/ttuu Shawaa Battee
👇👇👇
t.me/MaasiiGabrieel
Maariyaam Faar Shawaa Battee.mp36.57 MB
𝐊𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐛𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐟𝐮𝐥𝐝𝐮𝐫𝐚𝐚
𝐇𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐦𝐢𝐬𝐢𝐫𝐚𝐚𝐜𝐡𝐨𝐨 𝐠𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚
𝐀𝐫𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐰𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 𝐠𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 *2
👉@𝐂𝐞𝐞𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐀𝐛𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐛𝐨𝐛𝐚,𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐢𝐭𝐮
𝐘𝐚𝐚 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐠𝐚𝐚𝐫𝐭𝐮
𝐆𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐥 𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐦𝐚𝐪𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞 𝐧𝐢𝐰𝐚𝐦𝐧𝐚
𝐀𝐭𝐢 𝐧𝐮 𝐨𝐨𝐥𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐚𝐛𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 *2
👉@𝐜𝐞𝐞𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐈𝐥𝐦𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚𝐟 𝐚𝐫𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐚
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐥 𝐚𝐭𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐚𝐭𝐭𝐚
𝐊𝐨𝐜𝐡𝐨𝐨 𝐢𝐬𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐥𝐢,𝐬𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐝𝐡𝐮𝐟𝐞𝐞
𝐆𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐥 𝐬𝐢𝐰𝐚𝐚𝐦𝐧𝐚𝐧 𝐝𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐤𝐮𝐟𝐞𝐞 *2
👉@𝐜𝐞𝐞𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐮 𝐠𝐚𝐛𝐞,𝐞𝐥 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞 𝐲𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐰𝐚𝐦𝐧𝐮
𝐀𝐭𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐮𝐮 𝐲𝐞𝐦𝐦𝐮 𝐬𝐢𝐤𝐚𝐝𝐡𝐚𝐧𝐧𝐮
𝐍𝐚𝐠𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐧𝐮𝐮𝐟𝐢𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐨𝐨𝐭𝐭𝐮 𝐰𝐚𝐚𝐪𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚
𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐥 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐬𝐢𝐰𝐚𝐦𝐚𝐧𝐚𝐚 *2
👉. @ 𝐂𝐞𝐞𝐬𝐢𝐬𝐚
𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐝𝐡𝐢𝐩𝐡𝐢𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐭𝐢 𝐧𝐮𝐠𝐚𝐚𝐫𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢
𝐆𝐚𝐛𝐫𝐞,𝐞𝐞𝐥 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐚𝐭𝐢 𝐧𝐮𝐠𝐚𝐚𝐫𝐠𝐚𝐚𝐫𝐢
𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐚𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐬𝐚𝐝𝐚𝐚𝐧 𝐚𝐛𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐛𝐚𝐚𝐬𝐭𝐭𝐞
𝐘𝐞𝐦𝐦𝐮 𝐬𝐢𝐰𝐚𝐦𝐚𝐧𝐮 𝐚𝐭𝐢 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐧𝐮𝐝𝐡𝐢𝐢𝐬𝐭𝐞 *2
𝐅/𝐭𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐚𝐦𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨 𝐬𝐢𝐦𝐞𝐞
𝐟𝐚𝐫𝐟𝐚𝐭𝐚𝐚_𝐀𝐥𝐚𝐦𝐚𝐲𝐲𝐨𝐨_𝐬𝐢𝐦𝐞𝐞.mp313.13 MB
🔹Akkamin taree jedhee🔹
Akkamiin taree jedhee bodakoon ilaaluu
Waaqa maale hin jiruu Mariyaami kan si caaluu
Jalqabaaf dhumnikoo si haarmeekoo
Milkiin naaf guduunfi dhuma jireenyakoo /2/
🔹🔹
Jalalaaf nagaan dhabame gaddi baay'atus
Na hammaatus garaan koo baay'ee obsaa dadhabus
Dhibee koof qoricha naaf taate amma faayyeeraa
Galataanan galma kee seenaa hunduu tareeraa
🔹🔹
Imimmaan koo deebii argate anis jabaadhee
Akkan gad jedhettii hin hafnee ammas oljedhee
Yaadni addunyaa kanaa anaaf gufuu ta'ullee
Kufee akka hin hafne harmeekoo naf koottu ammallee
🔹🔹
Duraan dursee addunyaa kanaaf si fiilateeraa
Adda godhee si uume gooftaan dubartoota irraa
Egaa kunoo dubree Maariyaami galata argaadhu
Kan akka keeti eenyu jedhu dhaloonni martuu
===###===
☞F/ttuu Jiituu Zawudee
📬Faruu Keessan Beksifacuuf
👇👇
@Elshaadayii
@Elroohii
👇👇follow. Join
╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮
✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥
@faruuHaara
@faruuHaaraa
✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥
╰══•|❀:✞✟✞❀|•═
Akkamiin_Taree_F_ttuu_Jiituu_Zawudee_2024(128k).mp36.24 MB
Maariyaam Deessu Waaqa Koo
🎙 F/ttuu Shawaa Battee
👇👇👇follow us
╔═════════════╗
♨️ ⚪️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═════════════╝+
@Faarfataa #Share
Maariyaam Faar Shawaa Battee.mp36.57 MB
❤ 1
አንድ እርምጃ ሳልራመድ አንቺን ይዤ ተነሳሁ(2)
እመቤቴ ዛሬም ባርኪኝ ውዳሴሽን አበዛለሁ
የአምላኬ እናት ዛሬም ባርኪኝ ውዳሴሽን አበዛለሁ(2) (አዝ)
---አዝ------------
ምልጃሽ እየደገፈኝ በጌታ ፊት ስትቆሚ
ጸሎቴን እያሳረግሽ ልመናዬን ስትሰሚ
ከጎኔ ሳትለዪ ተቆጠሩ ዘመናት
ይሄው ለዚህ ደረስኩኝ ከእናትም በላይ ሆነሽ እናት
---አዝ------------
በጎጆዬ ስላለሽ መጉደልን አላውቅም
የአንደበቴ ቋንቋ ነው እናቴ ያንቺ ስም
ሰንደቄና አርማዬ የኔ መታወቂያ ነሽ
ከእግረ መስቀሉ ሥር ቀራንዮ ላይ ያገኘሁሽ
---አዝ------------
ፈውስን የቀዳሁብሽ የበረከት አዘቅት
ለዚህ ቀን የደረስኩት ሆነሽኝ ነው ብርታት
ስንቱን አለፍኩት ባንቺ ወጣሁ ስንቱን ተራራ
መከታ ጋሻዬ ነሽ የከሳሹን ቀስት እንዳልፈራ
---አዝ------------
ጌታዬን ከእቅፍሽ ፍቅርን ከመቅደስሽን
ትህትናን ተምሬያለው ፊደሌ ስለሆንሽ
ከቶ ነግቶ አይመሽም ለውዳሴሽ ሳልቆም
ብዙ ነው ምስጢራችን የኔ እና ያንቺ ማርያም
---አዝ------------
አንድ እርምኛ ሳልራመድ አንቺን ይዤ ተነሳሁ
እመቤቴ ዛሬም ባርኪኝ ውዳሴሽን አበዛለሁ
የአምላኬ እናት ዛሬም ባርኪኝ ውዳሴሽን አበዛለሁ!
ለኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ልጆች👇
•➢ ሼር // SHARE
🔸 @Z_TEWODROS
🔸🔹🔸 @Z_TEWODROS
🔸 @Z_TEWODROS
✍️Comment @Channel_admin09
ተሰምቶ_የማይጠገብ_መዝሙር_እመቤቴ_ዛሬም_ባርኪኝ_ሊቀ_መዘምራን_ቴዎድሮስ_ዮሴፍ.mp31.64 MB
DAWOO KEENYA ISHEEN
Dawoo keenya isheen haatii gooftaa keenyaa(2)
Kadhannaa isheetin lafaa yaadne geenya (2)
D.K.Isheen dhiiphana keessatti
" Isheen nama hin dhiistu
" Rakkoo dhala namaa
" Kadhaa isheen kan hiiktu
Isheen dawoo keenya Gargaartuun hundumaa
Haadha koon siin jedha haadha koo dhugumaa
Uffannaa warqeedhaan dubaroon faayamtee
Mirga ilma ishee dhaabbatte kunoo nuuf kadhatte
D.K.Isheen Lapheen koohaadha koo
" Oolmaa kee dubbata
" Wanti ati naaf gootee
" Akkamiin dagata
Wanti hamaanillee anatti yoo dhufe
Haadha koo si hin ganu laphee koorraa dhufee
Danda'ee hin obsu haadha koo maqaa kee
Keessa koo waan jiruuf yeroo hunda oolmaan kee
D.K.Isheen Warri si ganani
" Maqaa kee dhiisani
" Irri isaani hoolaa
" Keessi isaani yeeyyii
Sirraa adda na baasuuf yaalii godhaniiru
Narraa eegde haadha koo kan akka kee hin jiru
Haasawa ormootadhaa tasa hin dhaggeeffadhu
Haadhan adda bahee akkamiin jiraadhu
👇👇👇
t.me/MaasiiGabrieel
Dawoo_keenya_isheen.mp34.73 MB
👍 1
Ifoomaa Misiraachoo
Ifoomaa Misiraachoo Gabri'eel Ergamaa
Fuula waaqa dhaabbatta galgala ganama
Fannoo Warqee keetiin kottu nu eebbisi
Gabri'eel si waamna ati nu araarsi (2)
Ariifannaan baaste ijoollota Sadeeni
Osoo hin gubatini qaamni isaanii
Kochoo Diristee Daftee oolchitee
Aangoo waaqatini boba'aa dhamsite(2)
Daa'ima wallaalaa Qirqoosin cimsite
Haadha isaas iyyeluxaa ati jabeessitee
Hojiin kee raajiidha buusaa Araaraa
Ergamaa gammachuu sooraa kakuu haaraa(2)
Tajaajilaa gaarii Ergamaa Gammachuu
Gochan kee adda gargaarsaa arifachuu
Kanaaf si faarsina Dhaloonni maqaakee
Addunyaa barsiisuuf Ajaa’iba kan kee
F/taa Alamuu Dandanaa
==•|•==
Walaloo:
F/taa Koo'eel Shawaa
Yeedaloo:
F.Dn Keebar Tasfaa
F/taa Alamuu Dandanaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
╔═══════════╗
♨️ ⚫️ @OrtoOroKoon ♨️
╚═══════════╝
#Share gochuu hin dagatinaa!
Ifoomaa Misiraachoo.mp38.02 MB
👍 1
QULQULLUU GABRI’EEL
Qulqulluu gabri'eel an si waamaa
Dafii na bira gahi yaa ergamaa raamaa
Gammachuun beekamta ati yeroo hunda
Kan ati dubbattu takkaa hin qabu mudaa
Dubroo Maariyaamiin akkam gammachiiste
Ilmas ni deessa jettee abdachiiste
Jechi kee dhugaadha hin qabu dhara
Gabri'eel sin waamaa naaf kadhu araara
Gaaddisa koochoo kee jalattan guddadhe
Aduun na hin argatu ergan si filadhee
Bahuuf galuu kootis situ ana eegaa
Diinni koo na hin arguu gargaarsa keen beeka
Qirqoosiif haadha isaa ati kan gargaarte
Ijoollota sadan ibiddaa kan baaste
Dhiphina keessattis kan namaaf birmattuu
Lubbuun siin boqotte akkam haa gammaddu
Dhiphuu Daani'eeliin ati kan hubatte
Abjuu isaa hiikuudhaaf bukkeesaa qubatte
Har'as yoom na dhiiste gara laafessa koo
An si waamuu hin dhiisu jiraadhee bara koo
F/ttuu Birhaanee Misgaanuu
👇👇👇
t.me/MaasiiGabrieel
Qulqulluu_Gabri_eel_Faarfannaa_Afaan_Oromoo_Ortodoksii_Faarfattuu.mp34.74 MB
❤ 1
Repost from N/a
dubiisa seera ittin bulmaata mana kiristiyaana keenya baraa.
Jecha Labsii kale-awadi-ao.pdf1.44 MB
Оберіть інший тариф
На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.