cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Ifnan Tube (RVUMSJ ADAMA)

For All Comment @Rvumsj_bot Rift Valley University Muslim Students Jamea @RVUMSJ Life of youth https://www.youtube.com/@Ifnantube

Більше
Рекламні дописи
290
Підписники
+424 години
+47 днів
+1430 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Sadarkaa Kurnan Zulhijjaa jalqabaa **** عن ابن عباس رضي الله عنهما أن النبي صلى الله عليه وسلم قال: «ما من أيام العمل الصالح فيها أحب إلى الله من هذه الأيام – يعني أيام العشر - قالوا : يا رسول الله ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال ولا الجهاد في سبيل الله إلا رجل خرج بنفسه وماله ثم لم يرجع من ذلك بشيء». رواه البخاري Ibn Abbaas irraa akka odeeffametti Nabiyyiin (SAW) akkana jedhan: "Guyyootiin kamuu kan guyyoota kurnan (Zulhijjaa) kana caalaa hojiin isaan keessa jaalatamu hin jiru." Ogga kana sahaabonni "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee moo?" jedhan. Nabiyyiinis (SAW) "jihaanni karaa Rabbii keessatti godhamullee isaan hin caalu, nama lubbuufi qabeenya isaatiin bahee ergasii homaa fudhatee hin deebine qofti osoo hafuu." Bukhaariitu gabaase. Hojiileen khayrii kamuu yeroo kana keessa baay'ee jaalatamaadha. Kanaafuu: 1. Hajjii gochuu, 2. Salaata waajibaa sirriitti eeggachuu, dhiironni msajidatti deddeebi'uu, 3. Zikrii akka takbiiraa, subhaanallaahfi laa ilaaha illallaah baay'isuu, 4. Sooma sunnaa soomuu, 5. Uduhiyyaa qaluu, 6. Qur'aana baay'isuufi kkf heddummeessuudhaan yeroo kana haa booji'annu.
Показати все...
3
فضل العشر من ذي الحجة الحمد لله من مواسم الطّاعة العظيمة العشر الأول من ذي الحجة، التي فضّلها الله تعالى على سائر أيام العام؛ فعن ابن عباس رضي الله عنهما، عن النبي صلى الله عليه وسلم قال: مَا مِنْ أَيَّامٍ الْعَمَلُ الصَّالِحُ فِيهَا أَحَبُّ إِلَى اللَّهِ مِنْ هَذِهِ الْأَيَّامِ يَعْنِي أَيَّامَ الْعَشْرِ ، قالوا يا رسول الله: ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال: وَلَا الْجِهَادُ فِي سَبِيلِ اللَّهِ، إِلَّا رَجُلٌ خَرَجَ بِنَفْسِهِ وَمَالِهِ فَلَمْ يَرْجِعْ مِنْ ذَلِكَ بِشَيْءٍ رواه البخاري (969)، وأبو داود (2438) – واللفظ له –، والترمذي (757)، وابن ماجة (1727). وعنه أيضا، رضي الله عنهما، عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:  ما من عمل أزكى عند الله عز وجل، ولا أعظم أجراً من خير يعمله في عشر الأضحى. قيل: ولا الجهاد في سبيل الله؟ قال: ولا الجهاد في سبيل الله عز وجل، إلا رجل خرج بنفسه وماله، فلم يرجع من ذلك بشيء  رواه الدارمي 1/357 وإسناده حسن كما في الإرواء 3/398. فهذه النصوص وغيرها تدلّ على أنّ هذه العشر أفضل من سائر أيام السنة من غير استثناء شيء منها، حتى العشر الأواخر من رمضان. ولكنّ ليالي العشر الأواخر من رمضان أفضل من ليالي عشر ذي الحجة، لاشتمالها على ليلة القدر، التي هي خير من ألف شهر. انظر تفسير ابن كثير 5/412. ما يستحب من الأعمال في العشر من ذي الحجة فينبغي على المسلم أن يستفتح هذه العشر بتوبة نصوح إلى الله، عز وجل، ثم يستكثر من الأعمال الصالحة، عموما، ثم تتأكد عنايته بالأعمال التالية: 1- الصيام فيسن للمسلم أن يصوم تسع ذي الحجة. لأن النبي صلى الله عليه وسلم حث على العمل الصالح في أيام العشر، والصيام من أفضل الأعمال. وقد اصطفاه الله تعالى لنفسه كما في الحديث القدسي: "قال الله: كل عمل بني آدم له إلا الصيام فإنه لي وأنا أجزي به." أخرجه البخاري 1805 وقد كان النبي صلى الله عليه وسلم يصوم تسع ذي الحجة. فعن هنيدة بن خالد عن امرأته عن بعض أزواج النبي صلى الله عليه وسلم قالت: كان النبي صلى الله عليه وسلم يصوم تسع ذي الحجة ويوم عاشوراء وثلاثة أيام من كل شهر. أول اثنين من الشهر وخميسين " أخرجه النسائي 4/205 وأبو داود وصححه الألباني في صحيح أبي داود 2/462. 2- الإكثار من التحميد والتهليل والتكبير فيسن التكبير والتحميد والتهليل والتسبيح أيام العشر. والجهر بذلك في المساجد والمنازل والطرقات وكل موضع يجوز فيه ذكر الله إظهاراً للعبادة، وإعلاناً بتعظيم الله تعالى. ويجهر به الرجال وتخفيه المرأة.  قال الله تعالى:  ليشهدوا منافع لهم ويذكروا اسم الله في أيام معلومات على ما رزقهم من بهيمة الأنعام  الحج/28. والجمهور على أن الأيام المعلومات هي أيام العشر لما ورد عن ابن عباس رضي الله عنهما: (الأيام المعلومات: أيام العشر) وعن عبد الله بن عمر رضي الله عنهما، عن النبي صلى الله عليه وسلم قال:  ما من أيام أعظم عند الله ولا أحب إليه العمل فيهن من هذه الأيام العشر فأكثروا فيهن من التهليل والتكبير والتحميد  أخرجه احمد 7/224 وصحّح إسناده أحمد شاكر.  وصفة التكبير: الله أكبر، الله أكبر لا إله إلا الله، والله أكبر ولله الحمد، وهناك صفات أخرى. والتكبير في هذا الزمان صار من السنن المهجورة ولاسيما في أول العشر فلا تكاد تسمعه إلا من القليل، فينبغي الجهر به إحياء للسنة وتذكيراً للغافلين، وقد ثبت أن ابن عمر وأبا هريرة رضي الله عنهما كانا يخرجان إلى السوق أيام العشر يكبران ويكبر الناس بتكبيرهما، والمراد أن الناس يتذكرون التكبير فيكبر كل واحد بمفرده وليس المراد التكبير الجماعي بصوت واحد فإن هذا غير مشروع. إن إحياء ما اندثر من السنن أو كاد فيه ثواب عظيم دل عليه قوله صلى الله عليه وسلم:  من أحيا سنة من سنتي قد أميتت بعدي فإن له من الأجر مثل من عمل بها من غير أن ينقص من أجورهم شيئاً  أخرجه الترمذي 7/443 وهو حديث حسن لشواهده. 3- أداء الحج والعمرة إن من أفضل ما يعمل في هذه العشر حج بيت الله الحرام، فمن وفقه الله تعالى لحج بيته وقام بأداء نسكه على الوجه المطلوب فله نصيب - إن شاء الله - من قول رسول الله صلى الله عليه وسلم:  الحج المبرور ليس له جزاء إلا الجنة . 4- الأضحية ومن الأعمال الصالحة في هذا العشر التقرب إلى الله تعالى بذبح الأضاحي واستسمانها واستحسانها وبذل المال في سبيل الله تعالى. فلنبادر باغتنام تلك الأيام الفاضلة، قبل أن يندم المفرّط على ما فعل، وقبل أن يسأل الرّجعة فلا يُجاب إلى ما سأل. والله أعلم. منقول
Показати все...
هل وردت مناسبة معينة لاستحباب صيام التسع من ذي الحجة؟ - الإسلام سؤال وجواب

لم تثبت مناسبة خاصة لأيام العشر كما ذكر السائل، وإنما هي أحاديث مكذوبة على رسول الله صلى الله عليه وسلم. وفضل الأيام العشر، والعمل الصالح فيها وخاصة الصيام، ثابت من الأحاديث الصحيحة. ولا يلزم ثبوت الفضل في يوم حدوث شيء أو مناسبة فيه، بل يكفي أن الله فضل هذا اليوم على غيره.

2
Shammarran bultii ijaarrataniifi kan fuula dura ijaarrachuuf deeman qofaaf. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 1) Namni mudaa dhabe hin jiru;namni guutuu(perfect) ta'e hin jiru. 2) Dhiironni jaala irraa kabaja barbaadu waan ta'eef #kabaji_kabaji ammas kabaji hin dagatinii kabajiiiiiiiiiiiiiiii 3) Dafii dhaga'i; suutaaf tasgabbiin itti haasa'i. 4) Dhiira waliin gonkuma hin dorgominii ati mataa keetiif haadha manaa cimftuu ta'uuf ofumaa kee woliin dorgomi. 5) Gonkumaa isa waliin wal qixa ta'uuf hin yaalin. Ati Haadha manaa inni Abbaa Manaa. 6) Ati nama waan taateef ni dogoggorta kanaaf mormuuf hin yaalinii dafii dhiifama gaafadhu. 7) Garmalee itti hin hinaafin. Kun tasgabbii sammuu keessaniif gaarii hin ta'u. 8) Eeyyama isaa malee gonkumaa mana keerraa fageenya dheeraa hin deemin. 9) Nyaata inni jaallatu adda baasii beeki , yoo haalli jiruu eeyyame yoo xiqqaate torbanitti al lama qopheessiif 10) Baajata irratti nama bilchina qabu ta'i. Yoo qabaatte fedhii keetiin atis qaawwa duuchuu ni dandeessa. 11) Gorsaa isaa ta'i malee qeeqaa isaa hin ta'in. Yoo dogoggorellee suuta hubachiisuu yaali. 12) Haati manaa gargaartuu abbaa manaa ta'uu yoomiyyuu hin dagatin. 13) Gaafa Rabbiin ijoollee siif kenne, ijoollee keetiif jettee abbaa manaa kee hin dagatin. Yeroo kee qoodiif. 14) Abbaa manaa kee woliin seequufi kokkolfuu aadaa godhadhu. 15) Abbaan manaa kee hojii irraa yeroo galu nagaa gaafadhu. Fuula gaariin simadhu yoo danda'ame hammadhuu dhungadhu. 16) Abbaan manaa kee osoo hin nyaatin manaa akka hin baane. 17) Yeroo Abbaan manaa kee aaru callisi( haasa'uu dhiisi) 18) Yeroo hunda qulqullina kutaa ciisichaa eegi(xiyyeeffannoo addaa itti kenni) yoo fudhatama qabaachuu barbaadde haalaan qopheessi. 19) Qaamaaf qalbiin dubartii qulqulluu ta'i 20) Nama Jaalalaa ta'i(be romantic) 21) Yeroo hunda waan haati manaa gochuu qabdu yaadadhu. Ati obboleettii isaa miti. 22) Firoota isaa akkuma kan kee ilaaltutti ilaali. 23) Yeroo baay'ee firoottan isaa akkamitti akka jiran gaggaafadhu. 24) Waliin gara mana sagadaa deemaa. 25) Abbaa manaa kee ykn mana kee kan nama biraa wajjin gonkumaa wal hin madaalchisin. #Bultii_gaarii_isiniif_haa_ta'u
Показати все...
👍 3 1
Assalamu aleeykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu jira jirtu? Miseensoonni jama'aa RVUMSJ Hundaf Guyyaa boru harbaa/Roobbii sa'aati 5:30 irrati qophii shuura fi Halaal Aartii "OBSI MALEE " kutaa 3ffaa ykn kutaa xumura fi Sagantaa leenjii Barnoota kutaa 2ffaan waan qophaa'e jiruuf akka irrati hirmaatani barnoota irra argaatan kabajaafjalaalan isiin beeksiifna Woldorgoomii Halaal Aartii guyyaa boruu harbaa "OBSI  MALEE " marsaan 3ffaani qophaahe isiin egaa jira   waan ta'eef hundi keessan akka irrati hirmaatani  kabajan isiin gafaana Akkasumas keessatu obbooleewwan keenya hundi keessan dhiira fi shamaaran akka irrati dhuftaani dirqama islaamumman isiin irra qabdu haa bahanun dhamsa jama'aa RVUMSJ "Kootaa  islaamumma waliin dagaagsina" @RVUMSJ
Показати все...
👍 2
Assalamu aleeykum waraahmatullaahi wabarakaatuhu jira jirtu? Miseensoonni jama'aa RVUMSJ Hundaf Guyyaa boru jimaata sa'aati 10:00 irrati qophii shuura fi Halaal Aartii fi Sagantaa leenjii Barnoota  waan jiruuf akka irrati hirmaatani barnoota irra argaatan kabajaafjalaalan isiin beeksiifna Woldorgoomii Halaal Aartii guyyaa boruu jimaata "OBSI  MALEE " marsaan 2ffaani qophaahe isiin egaa jira   waan ta'eef hundi keessan akka irrati hirmaatani  kabajan isiin gafaana RVUMSJ Kootaa  islaamumma waliin dagaagsina @RVUMSJ
Показати все...
👍 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 3
Assalaamu aleeykum warahmatullahi wabarakaatuuhu kabajamtoota jaalatamtoota miseensoota jama'aa RVUMSJ hundaaf Wal kabajuun wal jaalachuun wal irraa dhagahuun dirqama islaamummaan teenya nu barsiiftedha. Inshaa allaah guyyaa Har'aa ykn jumu'a Har'a kana sa'atii 10:00 irraa eegallee bifa adda ta'een wal argaan jama'aa RVUMSJ sagantaalee bashannansiisoo garagaraa halaal Aartiidhaan qabatee isin eega jira. Isaanis walaloo dorgommii fi diraama gabaaba "Obsi malee"jedhu qabatee isin eegaa jira Isinis hiriyyoota keessan faana argamtanii daqiiqaa 40-50tif shaa shambaa osoo jettanii sammuu haaromsuuf baay'ee gaaridha Inshaa allaah isinis dhiiraa shamaraan irratti argamtanii akka boohartan,akka barnoota irraa fudhattan kabajaan affeeramtanii jirtu Hundi keenya rabbiif jechaa  dirqama  islaamumma haa bahanun dhamsa qophii keenyati. Inshaa allaah RVUMSJ waliin gara fuunduraa
Показати все...
Namni gariin ummata Shii'aa kanaan sobamuu isaatu natti mullata Hin sobaminaanii Nutii fi Isaan amantii garagaraa qabna ------------------------------------------------ Namni alarraa laalu tokkumma nu seha nutiifi isaan waan bu'uraa hedduurratti wal dhabna, wanti bu'uraa sunimmoo gariin waan islaamarraa nama baasu faa taha. Shii'aan gaafa jalqaba uumamtu ilaalcha Aliyyii abubakrii fi Umarirra caalchisuutiin gad dhaabbattus san booda gama fitqaalee hedduutti gargar baate, san keysaa warri khilaafaa lammeen dide Raafidaa ifiin je'an, raafidaan tun warra boodarra Abubakrii fi Umar akkasumas guutuu sahaabotaa nama 5 malee ilaamummaa kheysaa bahan jechuutti amanan. Yoo sahaabaan guutuun islaamummaarraa bahan eenyutu Muslimaahuu ree, Islaamummaa eenyutu dabarsee nuun gahe ree. Asumaanuu jarri mootummaa Fursii tan waggoota kumaatama biyya hedduu bulchaa turte Umar dhufee cabsinaan hijaa/haaloo saniitiif islaama haariya uummatan islaama amantii 3 if keysaa qabu Majuusiyyaa/Yahuudaa fi Islaama. Shii'aa Iiraan tana jechuunimmoo Raafidaa dha, eenyummaa isaanii as gaditti dubbisi. - Shii'aan Iiraan warra qur'aanni rabbii sirrii miti kan nu harka jiru kun qur'aana dogongoraati kan sirrii Saahibuzzamaan harka jiraatti amanu. Namni qur'aana keessaa aayatni 1 dogongora ja'e guutumaa guutuutti islaamummaarraa baha maalayyaa nama qur'aanni guutuun dogongora jechuutti amane. Kitaaba isaanii gurguddaa akka Bihaarul Anwaar fi Faslul Khixaab Fii tahriifi kitaabi rabbilarbaab faa keessatti aalimman jaraa kan akka Majlisii Xuusii fi Khumeynii dabalatee akka quraanni amma nu harka jiru khun sirrii hin tahin raggaasisan. Qur'aana guutuu miti namni aayata 1 khijibsiise islaamummaarraa bahuu ammoo qur'aanaatu hime. - Warra Abu bakrii fi Umar abaaraa oolee haadhamanaa ergamaa rabbii Aaishaa arrabsaa abaaraa bulu. Namni ummaa teenya Aaishaa sakkaba munaafiqootaa san deebi'ee isiirra khaa'e qur'aana kijibsiiseeti Islaamummaarraa baha, jarri Shii'aan iiraan garuu sakkaba dur munaafiqni ja'e qofaa miti sakkaboota hahhaarawa ummaa teenyarra khaayaniiti Islaamarraa if baasan. - khijibni rabbiin islaamummaa kheysatti dhoorke isaan biratti aqiidaa taheeti Islaamummaa kheysaa utubaan guddaan tuqyaa/soba tahuu kitaabban gurguddaa akka Kaafii fi Maa laa yahduruhuu illal faqiih faa kheysatti khaayan. Namni soba hin sobne/tuqyaa hin qabne islaamummaa hin qabu je'an, kunimmoo faallaa ergamaa rabbii deemuudha. - saahibban ergamaa rabbii gurguddaa jannanni baaylamameef hunda isaanii aliyyi malee warra ibiddaa taasisaniiti, sahaabaa nabii nama 124,000 kheysaa nama 5 fii jara Aalalbeytii qofatu islaamummaa kheysa ture malee jarri khaan waakkattoota jechuu dubbatan, khanammoo kitaabban isaanii amma yaadachuu dhabus kitaabban hedduu qubaan hin lakkaawamne kheysatti gabaasanii raggaasisan. MEE UMMATA AKKANA JIRU, MAAL ISAANIITU MUSLIMA LAATA?
Показати все...
👍 2🥱 1
As wr wb jirra jirtu? fayyaa keessanii? baga jiraattan Guyyan shaakala halaal aartii wiixata fi roobii 5:30 irraa hanga sa'ati 7:00. Jimaata ammoo sa'ati 8:30 irra hanga 9:30tti ni shaakalama jedhamee jira Jimaatuma sa'aatii 10:00 irraa eegalee walaloo,diraama gabaaba,fi sagantaalen qabaman jimaata jimaata yeroo kamuu kan agarsiifamu ta'a Hundii keessanuu gahee isinirra islaamumman akkasumas obbolummaan eeydu bayadhaa Tolee? Rabbiin nutti haa laaffisu
Показати все...