cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

Shambu College of Teacher Education

Більше
Фінляндія968Мова не вказанаОсвіта21 925
Рекламні дописи
6 826
Підписники
+2524 години
+837 днів
+24930 днів
Архів дописів
MGO kanneen hin darbine.pdf3.85 KB
Barsiisota Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa Shaambuu irraa eebbifamtanii qorumsa MGO fudhachuun hin milkaa'in haftan Keessaa sagantaa galgalaan kan xumurtan dubaraa Fi sagantaa idileen kan xumurtan immoo dhiira Ganna kana leenjii gabaabaan isiniif kennamee ramaddii akka argamtan BBO'n kallattii nuuf kenneen Jira. Bu'uuruma kanaan kanneen maqaan keessan tarreeffama kana Keessaa jiru Guyyaa 13/09/2016 irraa eegaltanii hangar 25/09/2016tti Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa shaambuutti qaamaan argamtanii akka galmooftsn jechaa indoon leenjii Fi Guyyaan leenjii erga gamer xumuramee booda kan isin beeksifamu ta'a!
Показати все...