cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Больше
Финляндия30Язык не указанПродажи557
Рекламные посты
79 988
Подписчики
+15824 часа
+1 2327 дней
+2 01230 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

  • Фото недоступно
  • Фото недоступно
Oduu Gammachiisaa Imaltoota Hajjii Hundaaf! Mana Marii Dhimmoota Islaamummaaa Waliigalaa Itoophiyaa Waliin Ta’uun sirna Raawwii Hajjiif gara Sa'uudii Arabiyaatti warreen imaltan hundaaf lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin biyya Sa'uudiitti fayyadamuuf kan isin dandeessisu kuufamni addaa roomiingii Kuufama Imala Hajjii waliin hammatamuun isiniif dhiiyaatee jira. Sababa imalaan firaa fi aantee keessaniin adda osoo hin fagaatin lakkoofsa moobaayilaa biyya keessatti ittiin fayyadamaa turtaniin hariiroo keessan itti fufsiisuu ni dandeessu. Kuufama dabalataa yoo isin barbaachises kuufamoota hir’ifamni adda itti taasifame teeleebirrii Suuppar Appiin ykn karaa*999# bitachuu ni dandeessu. Ethiotelecom Telebirr
Показать все...
164👍 71 35🍾 24 10👌 8🍓 2
Фото недоступно
Baga gammaddan! 🎉 Teeleebirrii Suuppar Aappiin Bilisaan Haasa’uun Danda’amee Jira! teeleebirrii Suuppar Appii Ammayyaa’een bittaa fi gurgurtaa gaggeessuu,Maallaqaa akkasumas yeroo qilleensaa waliif daddabarsuu bira darbee vidiyoo,suuraa,barreeffamaa fi faayiloota bilisaan waliif qooduudhaan walitti dhufeenya hawaasummaa keessanii cimsadhaa, daldala keessan ariifachiisaa! Jireenya dijitaalaa keessan teeleebirrii ingeejiin (telebirr engage) salphifadhaa! Join | Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Показать все...
👍 667 250 68🆒 64🔥 45🍾 39🍓 36🥰 34🎉 33 29🤗 27
Фото недоступно
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir nagaan isin gahe! Miseensa ta'aa badhaafamaa. 🎁 Monthly 100GB Internet 🎁 Monthly 1000Mins voice packages Telebirr Gifts Ethiotelecom Gifts
Показать все...
348👍 170🆒 63 43🍓 34🍾 24🤩 16❤‍🔥 15💋 15🤗 15 13
Фото недоступно
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Показать все...
147👍 103 28🍓 22🔥 20🎄 11 3
Фото недоступно
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Показать все...
  • Фото недоступно
  • Фото недоступно
Dijitaala Hundagaleessa walqixxummaa Koorniyaatiif! Guyyaa Dubartoota Addunyaa March 8 ilaalchiisuun kuufamoota moobaayilaa addaa hir’ifama hanga %20 waliin dhiyeessine jirra! Kuufamoota teeleebirriin bitachuudhaan kennaa dabalataa %10 waliin akkasumas My Ethio tel,Chaat bootii ardii ykn karaa*999# bitadhaa; Aantee keessaniifis kennaadhaan arjoomaa! Guyyaa Dubartootaa Gaarii! #Ethiotelecom #RealizingDigitalEthiopia
Показать все...
👍 1
👍 Safaricom 🆚 ❤️ Ethiotelecom
Показать все...
Safaricom - Afaan Oromo

❇️Safaricom Ethiopia- Afaan Oromo❇️

https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r09415147420

The leading telecom service provider in Africa 📡

153👍 74🙏 33🍾 24💯 15🫡 9🤝 7 6🔥 5❤‍🔥 3🍓 1
Фото недоступно
Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan! Miseensa ta'aa kennaa ayyaanaa badhaafamaa! - Kuufama Ayyaana Cuuphaa Badhaafamaa! 📞 Daq 250 🌐 GB 2.3 ✉️ Ergaa 100 🍋 Ayyaana Gaarii! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Показать все...
369👍 217 47🍾 47🆒 38🙏 30🔥 27🥰 23🎄 23 21🍓 16
  • Фото недоступно
  • Фото недоступно
  • Фото недоступно
  • Фото недоступно
Halluuwwaniin miidhagee, bakka hundumaarraa namoota walitti fidee tokkummaan kan kabajamu Ayyaana Cuuphaatiif miidhagina dabalataa kan ta'an kuufamoota moobaayilaa hir'isa hanga %25 qaban qopheessinee kunoo gabatee keenya bal'aa irratti isiniif dhiyeessineerra. https://t.me/+ZgY8VRAKf55iZjI0 Kuufamoota Ayyaana Cuuphaa kanneen teeleebirri Suuppar-Aappiin kennaa dabalataa %10 waliin akkasumas, Maay Itiyoo-tel, Chaatbootii Ardii fi *994# tiin ofiifis bitadhaa, jaallewwwan keessaniifis kennaadhaan gumaachaa Hawwii Ayyaana gaarii keessan ibsadhaa! Ayyaana Gaarii! 🍋 Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Показать все...
👍 96 50🍓 16 10🆒 10❤‍🔥 7💋 6💯 5🎉 4👌 4🎄 3
Фото недоступно
Bakkuma jirtanii hawaalaa teeleebirriin maallaqa haala mijataan fudhadhaa kennaa %10 argadhaa! Ayyaanaaf firaa fi aantee keessan biyyoota alaa irraa karaa miiltoowwan keenyaa Hawaalaa teeleebirrii Idil-addunyaatiin maallaqni yommuu isiniif ergamu; hamma isiniif ergame %10 kennaadhaan ni argattu! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Показать все...
146👍 88 28❤‍🔥 27🎉 18🆒 7 4