cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Shambu College of Teacher Education

Больше
Рекламные посты
6 947
Подписчики
+1224 часа
+517 дней
+24530 дней
Архив постов
Galmee kutaa 12ffaa Qulqulleessuuf KBBf ergamu. 2016.xlsx3.59 KB
Kanneen Calalliif maqaan keessan gara Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa Shaambuutti ergamee jiru ragaa Barnoota keessanii originalaa Fi koppii qabanii hanga 01/11/2016tti qaamaan argamuun galmaa'uu keessan akka mirkaneeffattan haata'u!
Показать все...
MGO kanneen hin darbine.pdf3.85 KB
Barsiisota Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa Shaambuu irraa eebbifamtanii qorumsa MGO fudhachuun hin milkaa'in haftan Keessaa sagantaa galgalaan kan xumurtan dubaraa Fi sagantaa idileen kan xumurtan immoo dhiira Ganna kana leenjii gabaabaan isiniif kennamee ramaddii akka argamtan BBO'n kallattii nuuf kenneen Jira. Bu'uuruma kanaan kanneen maqaan keessan tarreeffama kana Keessaa jiru Guyyaa 13/09/2016 irraa eegaltanii hangar 25/09/2016tti Kolleejjii Barnoota Barsiistotaa shaambuutti qaamaan argamtanii akka galmooftsn jechaa indoon leenjii Fi Guyyaan leenjii erga gamer xumuramee booda kan isin beeksifamu ta'a!
Показать все...
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.