cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

KOTTA KOLFAA 😁😆

😁😆 Itti Bashannana irraa baradhaa Ceo of oromo

نمایش بیشتر
پست‌های تبلیغاتی
6 848
مشترکین
-124 ساعت
+887 روز
+23730 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

daa'imman lamaa 🙎🏻‍♂️abbush fi 🙍🏻‍♀️hawwiin dhukkubsattanii mana yaalaatti dabaree eeggachaa turan  osomaa taa'an Aabbush  hawwii boossuu ilaalee argee maaliif boossa? jedhee gafateen. hawi፡-  qorannoo dhiigaa  gochuufani. abush፡- maal rakkoo qabaree? hawi፡- qorannoo dhiigaa gochuuf harka namarraa muru. jechaa boossi! giddumaan Aabbushis boo'uu eegale hawi፡- ati ammoo maal taatee boossa? abush፡- wayyoooo yaa  waaqa koo  'anis qorannoo fincaanii gochuufan dabaree eeggachaa jira' jedheen boo'aa. 🤣🤣🤣🤣🤣🤣 ​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​​qoosaawwan dabalataa akka kanaa guyyaa guyyaan argachuuf react (like) gochuu hin irraanfatinaa    ♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️       ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ Join us➜ @ORO_FUNNY1
نمایش همه...
😁 4 1
Maqaa Chaanaalii Keenyaa kam filattu?Anonymous voting
  • KOTTA KOLFAA
  • AFRICA MOOD
  • KAN BIROO
0 votes
👏 4
Chanaalii kana nama Shan shaniif ergaa comment jalatti done jedhaa barressaa Join us➜ @ORO_FUNNY1 Join us➜ @ORO_FUNNY1
نمایش همه...
2
kolfaaf 😂                   yeeroon barataa turetti guyyaa tokko free class irratti barattoonni haasa'aan class iyyisiisnaan wardiyaan tokko gara kilaasii keenyaa dhufe :- 💂wardiyaa :- amma yeeroon barnootaa maal qabdu? 👨‍🏫barattoota :- amma free dha 💂‍♀️wardiyaa :-hayyee hin jeeqinaa dabtara free keessan baasaatii dubbisaa 👨‍🏫barattoota :- kakaka...😂😂 💂wardiyaa :- eenyutu kolfee?🤨 barattoota :- kilaasitu kolfe wardiyaa ; kilaasii  koottu dabtara kee fudhuu bahi!😡 barattoota:- kakakakaka....😂........🤣 Abshaalotaaf😂😂 Join us➜ @ORO_FUNNY1
نمایش همه...
😁 3
Wantii kun akka isiin hin darbinee linkii gadii seena qarshii hojjedhaa👇🏻👇🏻 https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5297113194
نمایش همه...
Hojjechiisaa 🗣 mindaan ka'umsaa birrii kuma 2 yoo ta'u yeroo muraasa booda ammoo siif dabalama! Hojjetaa 🗣 tole yeeroo  muraasa tureen dhufa🚶🏿‍♂️ nu waliin ta'aa
نمایش همه...
😁 5
Ijoollummaa kootti wanti yaadu  xiyyaarri mana keenya bukketti kufee caccabee imaltoota xiyyaara waliin kufanii du'an jalaa laptop , bilbila... fi kkf  kan fudhadhu. #gowwummaan ijoollummaa kootii kaaseedha kan hidda natti gadi fageeffate 😔🤧
نمایش همه...
👍 5😁 1
#abbaa_manaa "Guyyaan har'aa kun guyyaa Jibbisiisaadha Waajjira an dalagutti rakkoon natti Uumameera" #haadha_manaa" dhiisi damma koo rakkoo kiyya hin jedhin amma wal fuuneerraami rakkoon kee kiyya Kootis keeti..keenya jedhii natti haasayi  " #abbaa_manaa "hayyee Erga jettee " #haadha_manaa " Saniifuu rakkoon maal ture" #abbaa_manaa "barreessituun biiroo kiyyaa Nuu Ulfoofteerti" #haadha_manaa .......😳😳😳 😂😂😂
نمایش همه...
😁 3
Hojjechiisaa 🗣 mindaan ka'umsaa birrii kuma 2 yoo ta'u yeroo muraasa booda ammoo siif dabalama! Hojjetaa 🗣 tole yeeroo muraasa tureen dhufa🚶🏿‍♂️ nu waliin ta'aa👉🏿 @kuushmood
نمایش همه...
Ijoollummaa kootti wanti yaadu xiyyaarri mana keenya bukketti kufee caccabee imaltoota xiyyaara waliin kufanii du'an jalaa laptop , bilbila... fi kkf kan fudhadhu. #gowwummaan ijoollummaa kootii kaaseedha kan hidda natti gadi fageeffate 😔🤧 nu waliin ta'aa//👉🏿 @kushmood
نمایش همه...