Hachalu Advocate page 😍
Oromoof oromiyaa
نمایش بیشترکشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
179
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز
- مشترکین
- پوشش پست
- ER - نسبت تعامل
در حال بارگیری داده...
معدل نمو المشتركين
در حال بارگیری داده...
Repost from Etana Habte
Abbaa tooftaa, abbaa tarsiimoo, abbaa beekumsaa, abbaa gootummaa,abbaa bareedinaa, Jawaar Mohaammad hiikni jecha qabsaa’aa jettuu si'i! Erga ati nutti muul'attee, takka hinbeeku Oromoon dhokatee. Ni muul'ate addunyaattii aadaa, seenaa fi eenyummaadhan ardii kutee! Fakkeenya qabsaa‘otaa, riqicha dhalootaa, karaankee karaa tokkummaa, jaalalaa, obbolummaa, namumma, walabummaa fi injifannooti! Itoophiyaanota qofa miti, Oromoota qofa miti, siyaasni maal akka ta’e, Afrikaanonniyyuu sirraa haa baratan! Ati addunyaa dhala namaatif qaalidha! }
2900

1700
Repost from Etana Habte
Photo unavailable
Itoophiyaanota qofa miti, Afrikaanonni hundi ishii sirraa haa baratan. Qabsaa‘aa jechaan si'i. Hiikni jecha falmataa jedhuu sii. Kan sabni ittiin dhaadatu, kan diinni kirkiree sodaatu, kan sabni irratti mormii hingabne, kan diinni dura hindhaabanne. Kan saba tokkoomsu, kan diina bittinneessu. Kan mandaratti hin waamamne, kan addunyaan sagal ajaayibsiifatte. Kan BBC fi Aljazeeran, kan Rooyitersii fi New times ragaa ba'eef. Kan Oromoo addunyaatti muul'ise, kan Wayyaanee Obaman faarsite daaraa godhe. Kan siyaasa Oromoo addunyaarratti bittinnaa‘e Finfinneetti deebise, kan baankii fi taankii yaadan cabse, kan Habashummaa biyyoorra deebisee, Oromummaa ol baase. Nama jechaa fi nama gochaa. Nama waan godhu beeku, nama akkamitti akka godhu beeku, nama yoom akka godhu beeku.
https://www.facebook.com/100070169735512/posts/289890606693262/?app=fbl
1600
Repost from Seenaa Jimjimoo
Photo unavailable
#Arraan_Tana😭
Haccee dhabuun baayyee nu gaddisiise😭😭 hayyoota keenya arraan tana 😭😭👇👇
https://youtu.be/VvpRYhpUP9o
200