cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Future Generation Hope Secondary School Ambo Branch

2012

نمایش بیشتر
فنلندة2 554زبان مشخص نشده استآموزش61 787
پست‌های تبلیغاتی
1 404
مشترکین
+124 ساعت
+167 روز
+6730 روز
آرشیو پست ها
MOCK 4 END.pdf3.79 KB
Maths Review questions for g 12.pdf0.93 KB
Maatii Barattoota FGH sadarkaa 2ffaa Damee Amboo tiif Manni barumsaa gaafa guyyaa 28/07/2016 sa'aa 1:00 irratti mana barumsaatti dhimma barnootaa irratti marii gabaabaa waan qabnuuf yeroo kabajuun akka argamtan kabajaan isin beeksifna. Hubachiisa : maatiin barataa kamiiyyuu walgahicha irratti yeroo kabajuun argamuu kan qabuu fi yoo Kan hin argamne tahe manni barumsaa barataa isaa ykn ishee Kan hin keessummeessine tahuu cimsinee isin beeksifna.
نمایش همه...
Barattootni keenya kutaa 12ffaa hundi keessan qorumsa biyoolessaa Gosa barnoota keemistiriitiin bara 2000-2011 tti jiru kana shaakalaa!!!
نمایش همه...
QORUMSA Biyoolessaa Keemistirii bara 2000-2011.pdf1.35 MB
52.71 MB
Gaaffii fi deebiin Akka Fiyuchari sad. 2ffaatti bifaa ho'aa ta'ee guyyaa har'aa gageefame
نمایش همه...
Agriculture short note for grade 11
نمایش همه...
Agr Grade 11 short note unit 9 and 10.pdf9.31 KB
Agr. Grade 11 short note ch. 7 & 8.pdf5.91 KB
Repost from N/a
Maatii Barattoota mana Baruumsa Oolmaa Daa'immanii F.J.H Damee Amboo , Mana Baruumsa F.J.H Sad.1ffaa Lakk. 1, Mana Baruumsa F.J.H Sad.1ffaa Lakk.2 gaafa guyyaa 14/7/2016 ganama barii Sa'ati 1:00 irratti wal-gahii maatii waan qabnuuf akka nuuf argamtan kabaja guddaan isin beeksisaa Sad.2ffaa F.J.H Damee Amboo gaafa 15/7/2016 ganama barii Sa'aatii 1:00 irratti mana Baruumsaatti yeroo kabajjanii akka nuuf argamtan kabajaan isin beeksifna. Hub:- Qulqullina barnootaa fiduuf mariin maatii murteessaa waan ta'eef koottaa haa mari'annun ergaa keenya.
نمایش همه...
Extreme Biology Grade 9 &10 @EthioExtreme_books.pdf29.42 MB
Physics-Reference for Grade 11 & 12.pdf100.47 MB
Hub: kanfalttin mana barumsatti rawwatama.
نمایش همه...
4_5929496364114252075 (1).pdf1.54 KB
Guyyaa 9/06/2016 BARATTOOTA MANA BARUMSA KEENYAA HUNDAAF Dhimmi :Guyyaa Barnoonni semisteera 2ffaa itti eegalu isin beeksisuu ilaala. Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalame barattootni mana barumsa keenyaa kutaa 9-12ffaatti jirtan barnoonni semisteera 2ffaa gaafa guyyaa 11/06/2016 karaa guutuu taheen waan eegaluuf harcaatii tokko malee akka barnoota keessan irratti argamtan isin beeksifna. Hubachiisa: Barnoonni guyyaa guutuu waan taheef laaqana keessan qabattanii akka argamtan isin yaadachiifna.
نمایش همه...
Barattoota kutaa 12ffaa bara barnoota 2016 qormaata biyyoolessaa fudhatan hundaaf guyyaan foormii itti guutan sababa walga'ii arfachiisan jiruuf waan gara fuldurratti siqeef hanga isin beeksifnutti obsaan nuu eegadha.
نمایش همه...
Guyyaa 01/06/2016 Barattoota haraa semisteera 2ffaatti mana barumsa keenyatti barachuu barbaaddan hundaaf Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalame barattootni haaraa semisteera kanatti mana barumsa keenyatti barachuu barbaaddan kutaa 9-11ffaa qofatti Kan simannu ta'uu beektanii qormaata seensaaf guyyaa 1/06/2016 - 7/06/2016 tti sa'aa hojii hundatti qaamaan dhuftanii akka galmooftan isin beeksifna. ULAAGAA GALMEE 1.Barataa/ttuu naamusa gaarii qabu ykn qabdu 2.Qabxii semisteera 1ffaa giddu galeessaan 65 fi isaa ol Kan qabu ykn qabdu 3. Mana barumsaa duraan turame irraa kiliraansii fiduu Kan danda'u /dandeessu/ta'uu qaba Hubachiisa: Barattootni kutaa 12ffaa mana barumsa keenyatti barachaa turtanii sababa adda addaan bara kana mana barumsa biroo tti semisteera 1ffaa barattan yoo fedhii qabaattan Kan isin simannu ta'uu isin hubachiifna(barattoota KJ - 11ffaatti FGHtti baratan qofaaf)
نمایش همه...
Guyyaa 26/05/2016 Barattoota Mana barumsa keenyaa kutaa 12ffaa hundaaf Qorumsi faayinaalii guyyaa baruu(27-05-2016) mana barumsa keenyatti Kan isinii kennamu ta'uu beektanii ulaagaalee armaan gadii guuttanii sa'aa 2:00 irratti mana barumsa keenyatti akka argamtan isin beeksifna. 1. Yuuniifoormii karaa guutuu taheen uffachuu 2.Qubeessaa( pencil) oriijinaalaa fi qartuu qubeessaa 3.waraqaa eenyummaa qofa qabattanii akka argamtan cimsinee isin hubachiifna.
نمایش همه...
Barattoota kutaa 12ffaa qormaata biyoolessaa bara 2016 fudhachuuf qophiirra jirtaa hundaaf Qorumsi biyoolessaa bara 2016 gosa barnoota 6 n akka kennamu waan murtaaheef gosoota barnoota armaan gadii irratti xiyyeeffannoo akka kennitan cimsinee isin beeksifna. 1.Afaan Ingiliffaa(English) 2. Keemistirii 3.Baayoloojii 4.Fiiziksii 5. Herreega 6. Aptiituudii
نمایش همه...