cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

𝐆𝐎𝐋𝐀 𝐒𝐄𝐄𝐑𝐀𝐀 𝐌𝐀𝐊𝐊𝐎𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈𝐈 - 𝐌𝐀𝐊𝐎 𝐁𝐈𝐋𝐈 𝐋𝐀𝐖 𝐑𝐎𝐎𝐌

𝐀𝐛𝐨𝐮𝐭-𝐋𝐚𝐰 𝐢s a 𝐋eading 𝐄-𝐋egal 𝐒ervice 𝐏odium, 𝐖hich 𝐢s 𝐒et 𝐔p 𝐛y 𝐒𝐚𝐛𝐚𝐚'𝐢𝐟 𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐬𝐚𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐭o 𝐏rovide 𝐕arious 𝐋egal 𝐒ervices! (𝐎𝐑𝐎𝐌𝐈𝐀,𝐄𝐓𝐇𝐈𝐎𝐏𝐈𝐀 & 𝐖𝐎𝐑𝐋𝐃) Contact Us:- 𝐅𝐚𝐜𝐞𝐛𝐨𝐨𝐤:

نمایش بیشتر
أثيوبيا11 212زبان مشخص نشده استقانونی5 119
پست‌های تبلیغاتی
684
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
+57 روز
+930 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Jiraataa magaala Asoosaa kan ta'e shakkamaan Gabratinsaayi Taklaayi jedhamu hidhattoonni waan butan fakkeessun sobaan haadha warraasaarraa birrii 500,000 to'annaa jala oolee Waajjira Poolisii Magaala Naqamteetti kennamuu Raayyan Ittisaa Itoophiyaa fuula miidiyaa hawaasaa isaa irratti barreesse. BBC News Afaan Oromoo https://t.me/sebaifguyasa
نمایش همه...

Shared via All PDF Reader, a practical app that makes reading and editing PDF files super convenient. Free download:https://st.deepthought.industries/UFnyA3
نمایش همه...
File Number 250725.pdf2.03 KB
Photo unavailableShow in Telegram
#Oolmaa dhaddachaa guyyaa 04/11/2016 #Himatamaan muka Mana Amala Sirressaa hate adabbii hidhaa salphan adabamee; Himatamaan maqaan isaa Dachaas Aliyyii Ahamad jedhamu badhaadhina isaaf hin malle argachuuf itti yaadee gaafa guyyaa 27/10/2016 halkaan irraa tilmaamaan toora sa’aati 7:00 tahuu Go/Ha/Bahaa Aanaa Gurawaa Araddaa Mag/Gurawaa Ganda 07 jedhamu keeysatti qabeenya Mana Amala Sirressaa Gurawaa kan ta'ee muka qorani kan nyaatnii sirreeffamtoota seeraa itti qopha'uu hate jechun eeruun Waajjira Poolisii Aanaa Gurawaatti dhiyaatee poolisiin galmeen qorannoo xumuree Abbaa Alangaa Aanaa Gurawatiif galmee dabarsuun Abbaan Alangaa Aanaa Gurawaas himatamaa kana irratti himanna banuun Mana Murtii Aanaa Gurawaati dhiheeyse falmiin erga geggeeffamee booda dhaddacha guyyaa arraa ooleen adabbii himatamaa fi fakkattoota isaa ni barsisaa jedhu Adabbii hidhaa salphaa Waggaa lama (2) fi ji’a sadii (3) adabamee.
نمایش همه...
👍 4 1
𝐎𝐥𝐦𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚𝐚! 👉Himatamaan Sobaan nama yakkee hiisise Hidhaa Cimaa waggaa 2 fi Adabbii Maallaqaa Qarshii 1000 adabame✍ Himatamaan Maqaan isaa Worquu jambaruu kabbadaa jedhamu sababa Haati Manaa ykn haati worraa isaa baatee galuu diddeef jecha Obboleessa Haadha worraa isaa kan ta'e miidhamaa dhuunfaa Mul'ataa Maragaa jedhamutti bilbiluun yoo ati obboleettii kee naaf galchuu didde shaneedha jedheen Eeruu kennee si hiisisa jechuun kanumaan Akkuma dhaaddate Waajjira poolisii kutaa Magaala Galaan Guddaatti dhiyaachuun akka waan miidhamaan kun meeshaa waraanaatiin Deeggarsa shaneef taasisuutti eeruu kennuun kanumaan Miidhamaan  maatii isaa waliin nagaan mana isaa jiraatu eeruu himatamaan kun kenneen  Qabamuun Guyyaa 10f erga hidhamee booda Miidhamaan kun osoo too'annoo jala jiruu akka himatamaan kun sobaan isa hiisisee jiru Eeruu waan dhiyeeffateef kanumaan Abbaan Alangaa fi Qorataan poolisii Eeruu miidhamaan dhiyeeffate irratti hundaa'uun ragaa namaa, kan waraabbii sagalee fi ragaa barreeffamaa sassaabbachuun S/Y bara 1996 bahe kew 447/A jalatti himannaa hundeessuun Ragaa erga dhageessifatee booda Manni murtiis keewwatuma himannaan jalatti dhiyaate jalatti ofirraa ittisi jechuun Himatamaan Ragaa ittisaa hin Qabu jechuun waan iyyateef keewwata 447/A jalatti balleessaa jechuun dhaddacha gaafa guyyaa 1/11/2016 ooleen Adabbii hidhaa Cimaa waggaa lamaa fi Qarshii 1000 adabee jira✍✍ Kanaafuu akkuma waliigalaatti Namoonni yeroo ammaa maqaa siyaasaa waliif kennuun sobaan gocha namni hin raawwanneen nama Qulqulluu Dararaa oolan akka irraa baratan Dhaamsa keenyaadha✍✍ "Haqaaf Haqaan Hojjennaa" 𝐖𝐚𝐚𝐣𝐣𝐢𝐫𝐚 𝐀𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐀𝐥𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐚𝐚𝐰𝐚𝐚 https://t.me/sebaifguyasa
نمایش همه...

ሰ/መ/ቁ 99124 እና 231292 ከማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል ጋር በተያያዘ ተዋዋይ ወገኖች የሽያጭ ውሉን በሰነዶች ማረጋገጫና ምዝገባ ጽ/ቤት ቀርበው ለማጸደቅ ወይም ለማረጋገጥ ስምምነት ካደረጉ ወይም ቅድሚያ ክፍያ ተከፍሎ ቀሪው ክፍያ ሻጭና ገዥ በበሰነዶች ማረጋገጫና ምዝገባ ጽ/ቤት ቀርበው ሲፈራረሙና ውሉ ሲጸድቅ ወይም ሲረጋገጥ እንደሚከፈል ስምምነት ካደረጉ የሽያጭ ውሉ በሰነዶች ማረጋገጫና ምዝገባ ጽ/ቤት ፊት ካልተደረገ ካልተረጋገጠ ወይም ካልጸደቀ በቀር ሻጭ ወይም ገዥ (ረቂቅ) ውሉ መደረጉን በፍርድ ቤት ክርክር ወቅት ባይክድም ወይም ቢያምንም እንኳን ግራ ቀኙ የውሉን አጻጻፍ ስርዓት አስመልክቶ ያደረጉት ስምምነት ተፈጻሚ ሳይሆን የሽያጭ ውሉ በህግ ፊት የሚጸና ውል አይደለም። በተለይ በሰ/መ/ቁ 231292 ላይ ይህን ነጥብ አስመልክቶ ችሎቱ በውሳኔው ላይ የሚከተለውን ሐተታ አስፍሯል። እንደሚታወቀው የማይንቀሳቀስ ንብረት የሽያጭ ውል የሚደረግበት ስርዓት (ፎርም) የተለየና ጥብቅ መስፈርት የሚከተል መሆኑን ከፍ/ብ/ህ/ቁ 1723 እና 1678(ሐ) ድንጋጌ መገንዘብ ይቻላል፡፡ ስለ ውሉ አመሰራረት በተደነገገበት የፍ/ብ/ህ/ቁ 1678(ሐ) ሥር እንደተመለከተው የሚፀና ውል ነው ለማለት የውሉ አፃፃፍ ፎርም (ዐይነት) በህግ የታዘዘ ሆኖ እንደትዕዛዙ ባይፈፀም ፈራሽነትን የሚያስከትል ሲሆን ይህን አንድ ልዩ ፎርም መከተል ይገባል፡፡ በፍ/ብ/ህ/ቁ 1723 ድንጋጌ መሰረትም የማይንቀሳቀስ ንብረት ሽያጭ ውል ሁለት መስፈርቶችን ማሟላት የሚጠበቅበት ሲሆን የመጀመሪያው ውሉ በጽሁፍ መሆኑ ሲሆን ሁለተኛው ውሉ በአዋዋይ ወይም በፍርድ ቤት መዝገብ ፊት መከናወን የሚኖርበት መሆኑ ነው፡፡ ህጉ ይህ እንዲሆን የሚጠይቀው በተዋዋዮች መካከል በህግ ፊት የሚፀና ውል እንዲኖር ለማድረግ ነው፡፡ በዚህ ረገድ ይህ ሰበር ሰሚ ችሎት በሰበር መዝገብ ቁጥር 21448 እና ሌሎችም በርካታ መዛግብት አስገዳጅ ትርጉም ሰጥቷል፡፡ ከዚህም ሌላ ይህ ሰበር ሰሚ ችሎት በሰ/መ/ቁ 99124 እና ሌሎችም ተመሳሳይ መዛግብት በሰጠው አስገዳጅ ትርጉም ሁለቱ ወገኖች ውሉን በአዋዋይ ፊት ለማድረግ ተስማምተው በታሰበው መሰረት ውሉን በአዋዋይ ፊት ለማድረግ ካልቻሉ ያደረጉት ስምምነት ረቂቅ ከመሆን አልፎ ውል ነበር ለማለት እንደማይቻል ወስኗል፡፡ በተያዘው ጉዳይ የስር ፍርድ ቤት የግራ ቀኙን ክርክርና የስምምነታቸውን ይዘት ተመልክቶ የሽያጭ ውሉን በሰነዶች ማረጋገጫና ምዝገባ ጽ/ቤት ቀርበው መፈራረም የሚል ሃሳብ እንደነበራቸው መገንዘብ መቻሉን በማረጋገጥ ወስኗል፡፡ ነገር ግን የቤቱ ሽያጭ ውል በስምምነታቸው መሰረት በሰነዶች ማረጋገጫና ምዝገባ ጽ/ቤት ሊፈረም እንዳልቻለ በማረጋገጥ ወስኗል፡፡ ስለሆነም በፍ/ብ/ህ/ቁ 1678(ሐ) እና 1723(1) ሥር የተመለከተው ፎርም ያልተሟላ በመሆኑ ሁለቱ ወገኖች አስቀድመው ያደረጉት ስምምነት በህግ ፊት የሚፀና ሊፈፀም የሚችል ውል አይደለም በማለት የስር ፍርድ ቤት ያሳለፈው ውሳኔ የሚነቀፍ ሆኖ አላገኘነውም፡፡ በሌላ በኩል አመልካች የስምምነቱ መኖር እስካልተካደ ድረስ በሰ/መ/ቁ 36887 ከተሰጠው ውሳኔ አንጻር በግራቀኙ መካከል ውል የለም ሊባል እንደማይቻል ተከራክረዋል፡፡ ሰበር አጣሪ ችሎቱም ይህን ጠቅሶ አስቀርቧል፡፡ ነገር ግን ግራ ቀኙ የቤት ሽያጭ ውሉን በውል አዋዋይ ፊት ወደፊት ለማድረግ በግልጽ ስምምነት ባደረጉበትና ይኸው ስምምነት ሳይፈፀም መቅረቱ በተረጋገጠበት ሁኔታ በአዋጅ ቁጥር 454/1997 አንቀጽ 2 (በአዋጅ ቁጥር 1234/2013 አንቀጽ 10 እንደተሻሻለ) መሰረት በተመሳሳይ ጭብጥ የተሰጠውና በጉዳዩ ላይ አስገዳጅነት የሚኖረው በሰ/መ/ቁ 99124 እና ሌሎችም ተመሳሳይ መዛግብት የተሰጠው አስገዳጅ ትርጉም ከሚሆን በቀር በሰ/መ/ቁ 36887 የተሰጠው ውሳኔ ሊሆን አይችልም፡፡ ስለሆነም አመልካች በዚህ ረገድ ያቀረቡት ክርክር ተቀባይነት ያለው ሆኖ አላገኘነውም፡፡ 𝐂𝐫𝐞𝐝𝐢𝐭 :-𝐀𝐛𝐚𝐫𝐚𝐡𝐚𝐦 𝐘𝐨𝐧𝐧𝐢𝐬 https://t.me/sebaifguyasa
نمایش همه...

𝑁𝑎𝑚𝑛𝑖 𝑑𝑎𝑎𝑛𝑑𝑖𝑖 𝑑ℎ𝑒𝑒𝑟𝑎𝑎 𝑖𝑚𝑎𝑎𝑙𝑎𝑎 𝑗𝑖𝑟𝑢 𝑔𝑢𝑓𝑢𝑢 𝑥𝑖𝑥𝑥𝑖𝑞𝑞𝑜𝑜𝑓 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑠𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑑ℎ𝑎𝑎𝑏𝑢!
نمایش همه...
Photo unavailableShow in Telegram
አንተ አምላክ ሆነህ ሳለ የሞትክልኝ እኔ ማን ነኝ::
نمایش همه...
1
Photo unavailableShow in Telegram
Murtii Dirqiisiisaa Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa ------------------------ (Waxabajjii 26, 2016 MMWO, Caffee Araaraa, Finfinnee)-Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa dhimma ol iyyannoo Mana Murtii Aadaa irraa dhiyaatu ilaalchisee Manneen Murtii Ol'aanaa fi Manni Murtii Waliigalaa aangoo kan hin qabne ta'uu murtii dirqisiisa kennee jira. Waraabbii murtii kenname toora telegraamii keenya ' Oolmaa Dhaddachaa' jedhu irra keenyee jirra.Liinkii https://t.me/oolmaadhaddachaa2016 jedhu cuqaasuun argachuu kan dandeessan ta'uu ni hubachiifna. ------------------ #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO
نمایش همه...
یک طرح متفاوت انتخاب کنید

طرح فعلی شما تنها برای 5 کانال تجزیه و تحلیل را مجاز می کند. برای بیشتر، لطفا یک طرح دیگر انتخاب کنید.