cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Barsiisaa Kofalchiisaa

Barataa bohaarra Join fi share godhaa❤️💚❤️ yaada yoo qabaattan @Oroko_bot

نمایش بیشتر
فنلندة3 332زبان مشخص نشده استآموزش97 819
Advertising posts
418مشترکین
-124 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
-230 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

Nama 1 afeeruun qarshii 3, nama 100 yoo afeertan birr 300 jechuudha 🕰 Guyyaa 3 qofaaf tura, dafaa itti fayyadamaa! ✅ Bot telegramaa hedduun soba ta'anillee inni kun dhugaa ta'uusaa mirkaneessinee jirra Qarshii kana hojjechuufis step 4'n kanneen hordofaa: 1. Link kana tuquun start godhaa: 👉 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r01529941710 2. Channel isaanii lamaan @hulepay_payment fi @hulepay_official join godhaa 3. Itti aansuun 'Check' kan jettu tuqaa 4. Referral link isiniif kennamu namootaaf share godhaa! Nama 1 irratti qarshii 3 kan kaffalu yoo ta'u, qarshii keessanis karaa telebirr isiniif kaffalama! Qarshii 10 fi isaa ol yeroo geessan baafachuu ni dandeessu! Itti fayyadamaa! @Oromiyaanbiyya2
نمایش همه...
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraa fi hanga ammaatti kan itti hin fayyadamin jirtan hundaaf: Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r01529941710 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✔️Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii 3 kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba! 100%dhugaadha https://t.me/+BqNfzOz9fe9mZjdk
نمایش همه...
Barsiisaa Kofalchiisaa

Barataa bohaarra Join fi share godhaa❤️💚❤️ yaada yoo qabaattan @Oroko_bot

1
نمایش همه...
Barsiisaa Kofalchiisaa

Barataa bohaarra Join fi share godhaa❤️💚❤️ yaada yoo qabaattan @Oroko_bot

📢#Eebba Kitaabaa📚 Kitaabni Barruu Bara Kee jedhu kan Barattuu Loonee Nagaashuu tin barraahe harka dubbistootaa gahuuf guyyaa eegaa jira. Gaafa Guyyaa 20/08/2016 EC ykn 28/04/2024 GC Magaalaa Maqii Hoteela Fayisaa Shuummootti ni eebbisiifama. Maarree jaalattoonnii fi dinqisiifattoonni aartii Oromoo hundi keessanuu affeeramtanii jirtu irraa hin hafinaa Aartinis isinuma qabdi. Qaxalee kana koottaa jajjabeessaa jenna🙏🏼 Akka nu godhan sanaan Hanga har'aa, silaa hin jirruu Yoomuu haqaaf jiraannaa Sossobaan dubbiin cirruu Har'i kun boru mitii Abdiin kee hin kutin tiruu Bubbulee wayuu argaa Dhaloonni lubbuun jiruu Amma mee of bir'adhuu Cichoominaan dammaqii Akka of-taateen jiraadhuu Kan diinaa gadi naqii Sanyii tokkos hin jennuu Harreenis fardan hootuu, Hundaa adda baafachaa dhibamtuun lammii footu Dhaamsa koos naa hubadhuu Keetiif kan namaa beekii Sodaadhan hin jiraatin Barrumtuu bara keetii😍❤️ #Loonee_Nagaashuu milkaahi
نمایش همه...
4
#Irbuu_Shinniigaa Baga GGO GEESSAN Adda ba'aa jettanii Lakkii nuti adda hin banuu Kaleessa tokko turree As geenyee lama hin taanuu Islaama kiristaana Waaqeffataa jettanii Nuu hin qoodina Gonkumaa Lafeen keenya🦴 Dhiigni keenya❣️ Kayyoon keenya tokkumaa Sababa kamiin iyyuu Nu giddu hin dhaabdan dallaa Oromoo taanee baanee Oromoo taanee gallaa Galuun sun iyyuu yoo hafee Yoo taates cita mormaa Wal irraa adda hin baanu Fudhannee ajaja ormaa Jabbiin miilli hidhame Margaan hin badadinaa Amantaan lakkooftanii Kutaan nu hin ramadina Adda ba'aa jettanii Lakkii nu'i adda hin baanu Rakkootti galle jennee Warra wal ganu hin taanu Feetan qawwee keessaniin Nu harcaasa akka baalaa Qoodamnee jiraachuu irraa Tokkoomnee du'uut caalaa ❤️💚❤️
نمایش همه...
ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraa fi hanga ammaatti kan itti hin fayyadamin jirtan hundaaf: Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r01529941710 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✔️Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba! 100%dhugaadha https://t.me/+BqNfzOz9fe9mZjdk
نمایش همه...
Barsiisaa Kofalchiisaa

Barataa bohaarra Join fi share godhaa❤️💚❤️ yaada yoo qabaattan @Oroko_bot

https://t.me/tapswap_bot?start=r_1080580160 🎁 +2.5k Shares as a first-time gift
نمایش همه...
Mee seenaa gaddisiisaa kana dubbisaa #Fact1 Seenaa ajaa'ibaa💔😭 Taateen kan raawwate August /2019 GC dha. biyya kanatti ammoo jidduu kana oduun kuni caalmaatti dhageettii argachuun ijoo dubbii miidiyaa hawaasaa ta'ee jira. Mohaammad Adam ogaa jedhama, Harargee Magaalaa Baddeessaatti dhalate, wayita waraana Ethio-Eritrea Raayyaa Ittisaatti makamee waraana hirmaatee ture, gaafa waraanni xumuramu Kutaa Waraana isaa waliin Dirre dawaatti deebi'e, achii waraana ganuun gara Jibuutii deeme, Jibuutiidhaa Oromiyaan bilisoomsa jedheen Eertiraa deemee WBO tti makame jedha Mohaammad yeroo seenaa isaa himu, Eertiraa keessatti hojii Qonnaa kan kiraan isaa WBO f galu waggaa kudha lama akka hojjate dubbata, boodarra warroota miseensa WBO dullumaafi sababa garaagaraan soorama bahan waliin carraa argatee Eertiraa bahee Kaambii baqattootaa Suudan gale, achiiyis yeroon booda akka carraa bahee Liibiyaa seene, Liibiyaa keessatti hojii humnaa hojjatee Doolaara 700 argateen karaa dallaalaa galaana Meditiriyaaniyaa qaxxamuree Awurooppaa galuuf namoota 15 waliin Doonii xiqqoo tokko koree imala jalqabe, imalichi garuu kan eebbaa hin turre, namni doonitti oofu GPS fayyadamuu waan hin beekneef karaan jalaa badee galaana irra osoo asiif achi naannessuu dooniin gaaza fixxe, imaltoon rifaatuun boo'uu jalqaban hunduu abdii kute, gaafa guyyaa shan gaalaana irra turan namni du'uu jalqabe, nyaataafi bishaan hin qaban, bishaan soogiddaafi fincaan isaanii warri dhugan battalatti du'un, garii galaana of gatan, Mohammad garuu iddoo waraanatti yeroo wanti akkanaa nama muudatu barnoota (how to survive your life) kan jedhu waan barateef bishaan galaanas fincaanis hin dhugne, gaafa guyyaa 11 galaana sanirra turan isa waliin nama 3 qofatu hafe, warra hafan saniin nama du'ee ciisu tokko nyaatanii lubbuu isaanii akka turfatan, tarii waan waaqaa hin beekanii xiyyaarri nuu dhufuu dandaa'aa jedheen mariisise jedha Mohaammad, isaanis tole jedhanii nama nyaachuu isaanii dubbata, garuu jarri lamaan yoosuu du'an, Mohaammadiif galgaluma sana Hayilakooptariin dhufteefi doonii sanirraa isa fuutee gara hospitaala biyya Maaltaa jedhamu isa geessite, achitti yaalamee damdamachuun amma biyya Faransaayi jira, seenaa isaa kanas miidiyaan addunyaa kanaa yeroo sanatti wal harkaa butee gaabasee ture, amma ammoo Itiyoophiyaanonni seenaa isaa Tiktok irraa erga dhagahanii namoonni hedduun seenaa isaa dinqisiifachuun qoodaa jiru. Lubbuun waaqni uume, waaqni yoo gane malee homaa hin taatu🙏 Seenaan akkanaas jira
نمایش همه...