cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Walaa_Meme

💗Nutti dhihaatta 🚶 💜Jaalalaan nurraa qabamta💓 💛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😂 😘asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna. Yaadaf @walaaoromo 👇👇👇👇Join👇👇👇👇 @Walaa_Meme

نمایش بیشتر
فنلندة1 123زبان مشخص نشده استشوخی و سرگرمی5 575
Advertising posts
3 990مشترکین
-124 ساعت
-177 روز
-7530 روز
آرشیو پست ها
Jira Jirtu Jaalatamtoota Ilmaan Oromo Kayoon Group tun banamteef Tiktok ijoole Oromo Yaroo Jalaa gubuf Report Godhan Akka Jaala hin Gobaneef Kan Irrati wal gargaaru Akkasuma Tiktok Account ijoole Oromo Kan dandeytii adda addaa qaban Follower isaani xiqaa Akka jajabeesine Gudatan Godhuudha Namuu Hanga Dandeesan Hiriyoota Keysan hunda As Gubbaati Add godhaa Sheer Godhaati oromo hunda biraa Walin Nuuf gaahaa Galatooma Ilman Oromo🙏 @oro_tikto
نمایش همه...
👍 2
Inalillaahi Wani Ileyhi Raaji'uun Yaroo Haati Teenya Halloo Daawe Boqotee Jirti Nan Ja'an Hedduun Rifadhe Silatu Duuti Karaa keenya Yaa haadha teenya Rabbiin Janataan si haa badhaasu Artist Haloo Daawwee seenaa artii fi qabsoo Oromoo keessatti gameeyyii adda dureen eeraman keessaa tokko wayita taatu, kanaanis jaalala guddaa uummata Oromoo biraa horattee jirti. Haadha Teenya Kabajaa fi jaalala Guddaa Hanga Yoona Nu bira qabda Nagaan Boqodhu😥
نمایش همه...
😢 7
Inalillaahi Wani Ileyhi Raaji'uun Yaroo Haati Teenya Halloo Daawe Boqotee Jirti Nan Ja'an Hedduun Rifadhe Silatu Duuti Karaa keenya Yaa haadha teenya Rabbiin Janataan si haa badhaasu Artist Haloo Daawwee seenaa artii fi qabsoo Oromoo keessatti gameeyyii adda dureen eeraman keessaa tokko wayita taatu, kanaanis jaalala guddaa uummata Oromoo biraa horattee jirti. Haadha Teenya Kabajaa fi jaalala Guddaa Hanga Yoona Nu bira qabda Nagaan Boqodhu😥 @Walaa_Meme
نمایش همه...
Inalillaahi Wani Ileyhi Raaji'uun Yaroo Haati Teenya Halloo Daawe Boqotee Jirti Nan Ja'an Hedduun Rifadhe Silatu Duuti Karaa keenya Yaa haadha teenya Rabbiin Janataan si haa badhaasu Artist Haloo Daawwee seenaa artii fi qabsoo Oromoo keessatti gameeyyii adda dureen eeraman keessaa tokko wayita taatu, kanaanis jaalala guddaa uummata Oromoo biraa horattee jirti. Haadha Teenya Kabajaa fi jaalala Guddaa Hanga Yoona Nu bira qabda Nagaan Boqodhu😥 @Walaa_Meme
نمایش همه...
Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️ Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan. Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏 akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira. isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma. Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @walaaoromo asirrati     Galatooma🙏
نمایش همه...
6👍 5
Repost from N/a
⚪ G U Y Y A A T A P H A A🔴 📍 Tapha Darbii London 📀Torbee 3ffaa 🏆 Premier League Arsenal 🆚 Fulham 🕘11:00(local time 🇪🇹) 🏟️ Emirates @Degartoota_Arsenal
نمایش همه...
Bakka masgiidaa osoo ilkaan shimallis digamee akkam namatti tola😏
نمایش همه...
Khaan firaasha fi sirerra rafee waltuffacha bulaa khan kaartonarra rafee wal dhungacha bulaa 😀😀 Akkanuma dubbiin @walaa_meme
نمایش همه...
Jaalali waa Sadii 1. Isa jaalateef #HIv dha 2. Isa jaalatameef #DV dha 3.isaa ilaaluf #DSTV dha Yoo siif gallee Hiriyoota kee kan jaalatuuf Sheer godhii Afeeri Channel keysan kana gubbaatti 🙏 @walaa_meme
نمایش همه...
Obboleysa kiyya na dhagahii wahiin sitti himaa Namni tamboo Xuuxu Dafee hin duuloomu sababni isaas . . . . Wan Dafee Du'uuf jecha😥 Yoo Kan siif galle ta'e Like fi sheer obboleyan keetif godhii🙏 @walaa_meme
نمایش همه...
😁😁😁😁😁"Baacoo"😂😂😂😂✌ Gaaf tokko Abbaa Manaatiifi Haati Manaa,Galgala Osoo ibidda irra taa'anii waliin mari'ataa jiranii, Abbaan Manaa Dhuufuu #Tas godhe,Haati manaa Dogongora Jettee Hin Dubbannee Inuma Cal'iste, Ammas Utuma Taa'anii Haasayaa Jiranii Haati Manaatis Taraa Ishiitti Dhuufuu #Xaar gootee, Abbaan Manaa Xiqqoo Cal Jedhee Taajjabee Tumaan Akkas Jedheen. Har'a #Xarriin Guyyaan meeqa? Jennaaniin Haati Manaatis Deebistee Atis #Tisaas irraa Kaasii Yaadadhugaa Jetteen Jedhama😁😁 @Walaa_Meme Iddoo Nagaa Oolaa Jechumaaf 🙏 ❤💚❤
نمایش همه...
#MAALOO_HUNDUU_DUBBISAA_HIROYOOT_KEECHANIIN_GAHAA Seenaa Kana Dubbisaa Waan Hedduu Irraa bartuu! ==================================== Abbaa manaaf haadha manaatu ture. Isaan lameenuu hiyyeessa (harka qalleessa) turan. Haati manaa isaa guyyaa tokkos rakkadheera jettee isa rakkistee tasuma hin beektu ture. Gaafa tokko akka tasaa baay'ee waan cinqamteef, fala dhabnaan akkas jette "rifeensi koo garmalee dheera waan ta'eef dibata baay'ee fedha. Osoo qabaattee waan rifeensatti dibatan naaf bittee natti tola ittiin jette". Innis baay'ee gaddee anis taa'ee waa'een moofawuu kophee koo yaadaan ture jedhee yaadaan liqimfame. Dhiisi hin yaadin jaalalli nuuf gaha jettee tasgabbeessiteen. Ganama hirribaa ka'ee osoma deemu dukkaana kuusaa kophee bira gahe. Achumaan dukkaanichatti goree akkas jedhe ..adaraa ani hiyyeessa, waan konkolaataan yaabee galu dhabe karaatti rakkadhe, kopheen koo dulloomaa ta'us narra bitaa qarshii ta'e naaf kennaa jedheen. Isaanis tole jedhanii qarshii kennaniifii kophicha irraa bitan. Dukkaana biraa deemee qarshii sanaan dibata rifeensaa bitee miila qullaa karaa dheeraa qaxxaamuree gale. Yeroo galu haati manaa rifeensa ishee gabaabsitee jirti. Maal goote rifeensa? Maal taate ani dibata ati jette siif bitee dhufe ittiin jedhe. Isheenis akka mana rifeensa dubartootaa deemtee rifeensa ishee irraa kuttee gurgurtee, kophee haaraa isaaf bittee dhufte itti himte. Lamaan isaaniyyuu imimmaan ta'anii hafan. Jaalalli dhugaa kan gaafa maallaqa qaban qofaa miti, Jaalalli isa onnee keessatti mana ijaaree halkaniif guyyaa taa'u. Rabbii Jaalala dhugaa nuuf haa kennu! Yoo sitti tole sheer godhi @Walaa_meme
نمایش همه...
---Qoosaa kana mee dubbisaamee!---- ********** Abbaa manaa fi haadha manaa hedduu wal jaallatantu ture.Jaalalaanis ta'ee waliif amanamummaan isaanii kan nama hawwisiisu ture.Guyyaa tokko galgala seexanni jaalalasaanitti hinaafuun gidduu isaanii galee jaalalasaanii akka hin taane godhee wal-lolchiise. Abbaan manaas akkas jedheen,"siinan jedha intala nana,kana booda ija kee arguu hin fedhu! Kanaaf,miya mana kanaa keessaa kan sitti tole sassaabbadhuutii mana koo naa gadhiisii deemii!"ittiin jedhe. Isheenis,"akkamitti obboleetti naan jettaa? Haadha manummaan koo hafee?"hedduu gadditee.Baayyees boosse! Ta'uus abbaan manaa galgala sana ol deebiyee dhaqee rafe.Isheen garuu dhiphachaa turte.Innis akka nama du'eetti of gatee rafe.Ganama yeroo dammaqu mana warrashee keessatti of arge.Isa booda gaaffii itti ta'eetu,"eda kanan rafe mana kootti ture! Maaltu as na fidee?"jedhee ishee gaafate.Isheenis deebiftee akkas ittiin jette,"eda galgala yeroo wal-lollee meeshaalee manaa keessaa kan sitti tole sassaabadhuutii mana kootii deemii naan jettee turte,kanaaf anis waan natti toluufi kanan jaalladhu si ture! Kanaafan yeroo ati raftu baadhee si fidadhee!" jette.Abbaan manaa ishee kunis dinqisiifannaa fi gammachuu guddaadhan isheetti marmee dhungate.Akkasis ittiin jedheen,"dhiifama naaf godhi dogoggoreen ture! Baga kan koo taate jedhee addasheerra dhungate. Gabaabaadhumatti kanan jechuu barbaade kunootti! Gaayilli namoota hedduu jaalala guddaadhan jalqabee utuu hin turiin jibba guddaadhan diigama.Gaayila namaa kan diigu seexana isa jaalala hin beeknee fi hin jaallanneedha.Namoonni baayyeen garuu isa kana walaalurraan kan ka'ee dubbii xiqqoodhan kana booda ija kee arguu hin barbaadu waliin jedhu.Gaayila isaanis yeroo diigan agarra! Qabeenyaa waliin horatanis utuusan gargar hiratanii agarra.Kuni salphina guddaadha firoota ko.Warra Waaqayyo isaan siyachi lama miti tokko jedhe,warra lubni waldaa kiristiyaanaa isin harraan booda lama miti tokko jedhee walitti eebbisetu gargar caccabe. Dhibeen hamaa waldaa kiristiyaanaa rakkisee fi miidhe waa'ee gaayila amantootaa diigameeti! Gaayilli nagaa hin qabne,gaayilli jaalala hin qabne akka holqa hattuudha.Keessuma immoo gaayilli Waaqayyo keessa hin jirre hiika hin qabu! Waaqayyo kana nu haa oolchu! Hubannaaf ogummaasaa nuf haa kennu! Amen! Eebbifamaa!!! @Walaa_meme
نمایش همه...
Jechoota #Robert_Mugabe keessaa tokko kan sitti tole naaf barreessaa. 😊 1, Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofa si waliin haasa'uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta'e, ati nama waliin jiraachaa jirta osoo hin taane #BOOKEE waliini! 2, Namootni baay'een jaalallee malee jiraachuun hin dandaa'amu jedhu, ani garuu #OXYGEN  malee jiraachuutu hin dandaa'amun jedha! 3, Afiriikaa keessaatti seerri namootni hundi kabajan "battery low" kan jedhu qofa. 4, Dubartootni hundi hanga qorichi HIV AIDS argamutti wal quunnamtii saala(sex) hin hojjennu jedhanii otoo didaniiru ta'e Dhiirotni qoricha isaa guyyaa 30 keessatti argatu ture. 5, Addamii fi Hewwaan otoo akka uummata chaayina ta'anii sila yoona jannatuma keessa jirra .sababni isaas mukicha hin nyaatinaa jedhamaan sana dhiisanii boficha nyaatu ture. 6, Ati jaalallee tokkoo ol qabda yoo ta'ee sikeessa kan jiru jaalala otoo hin taane "Memory card" dha 7, Dubartootni tokko tokko waan jiimi (gym) hojjetan fakkaatu garuu mana jiimii (gym) balbala isaayyuu hin beekan . ta'us dhiira tokko biraa gara dhiira kan birootti fiiguuf jechaa kan bocni qaama isaanii bareedu. 8, Otoo Haadha manaa qabduu barattoota kee faana jiraachuun sitti tola yoo ta'ee haadha manaakeef yuuniformii barataa bitiif. 9, Seexanni iyyuu "gay " hin qabu ture sababni isaa addamii fi hewwaan qullaa jiran waan filateef. 10, Ati miidhagduu miti taanan ani miidhagduu miti jedhi miidhagina keessaa kan jettu dhiisi ,nuti X-ray dhaan Ilaala hin deemnu. 11,Waaqayyoo qorataa cimaadha cinaacha dhiira mirga keessaa lafee tokko fuudhe sagalee guddistu(loud speaker) hojjete. 12,  Addunyaan kun Biyya keenya Afrikaa kana nu miiteetti. ∆. Faranjiin tokko otoo gara Afrika dhufee dawwata (tourist) jedhanii simatu ∆. Afrikaan tokko otoo gara Awuropaa deeme godaantota seeraan alaa jedhu ∆. Warri Afrikaa gara alaa yeroo dhaqan hojjettoota faranjootaa ta'u faranjoonni yeroo gara afrikaa dhufanis isaanuma hojjechiisatu Kaanafuu Afrikaan addunyaa kana irraa haqa qabdi" Maarree lakk kamtuu sitti tola filadhu yoo sitti tole like fi share godhi.galatoomaa Warri Itti Haafufu jattan #Comment nuuf godha @Walaa_meme
نمایش همه...
🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳🌳 Waamicha Guddaa Namoota Channeel Telegram qabdan Maraaf. 🌳Waamicha Guddaan Kun maali ja'uu dandeessan ? 🌳Akkuma beekama Oromon Mil.60 ol Nitaana Akkasuma Channel Telegram Tan Ijjoole Teenya tan oromo memeber 100k ol kan qaban ni xiiqaata Saniifu Yaa da bilchaata takka qabane dhufnee jira 🌳Warreen Channel Qabdanii fi akkasuma Dandeeti Barreesu qabdan Akka Member channel Keessan Yaroo gabaabati Kan 1k qabu Yaroo gabaabati 10k Galu 10k qabu akka 20k galu Godhuuf Yaada barreeda qabane dhufne jira. 🌳Oromiyaa Guddoo Keenya Kallattii hundumaan Haa Guuddisnu! 🌳Channaloota Afaan Oromoo Afaan Oromo Guuddiisu keessati gahee guddaa qabu Afaan keenyaan Odeeffannoo, Bashanana fi Barnoota Adda adda Dabarsuun kanaaf channalota  Afaan Keenyaaf iddoo haa Laannu isiinin janna!! 🌳Tanaafu Warrii channel Qabdan garaa 👉👉 @walaaoromo 👈👈 ja'uu kanan nu quunamuu dandeessan 👉👉 @walaaoromo 👈👈 Waliin taane Art fi Afaan keenya haa guudisnu ✊✊
نمایش همه...
Ibsa Gaddaa! Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi waqixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha. Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha. Lubbuu kee haa Jannatu Adeeroo koo😥 @Walaa_meme
نمایش همه...
Akkam jirtan Kabajamtoota keenya ? 🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸🇺🇸 Guyyaan Dv Guutu Dhumuudhaf guyyaa Muraasa hafee Warri guugu feetan kan hanga ammaa hin guutin gara kanan nu quunama @walaaoromo
نمایش همه...
Dhalaan funyaan hin qabnee hedduu jaalala beeytii Ja'an dubbiin tun hangam takka dhugaadha😂😂 @Walaa_Meme
نمایش همه...
Live jira dv2024
نمایش همه...
Warri Dv 2024 guutu barbaadu hundi Arra galgala live sa'a 1:0 wal haa garu channel kana gubaati🙏 Carran barana jiru kun barreedadha passport nama gaafatu isin hin dabriin
نمایش همه...
Jirra jirtu Kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya Live jira Seene Warri Dv2024 guutu barbaadan
نمایش همه...
Jirra jirtu Kabajamtootafi jaalatam toota keenya Akkami qophoytanii Dv Bara 2024 Guutuf Warri Guutu barbaadan Itti qobaa'ati Gara Keesatin nuu dubisa
نمایش همه...
Zaranyinnatiin gaafa abbabaa bassoo nyaachisanii, Caalaadhaan cuubee cabbaxi jedhan dhufte😐 Nan sobe @Walaa_Meme
نمایش همه...
Harree Sadii Karaa deemu jira 1.Harreen #duraa Akkana jatteen #Hiiihuuu jatteen 2.Harreen #Lamadaa Akkana jatteen # Huuuhiiiii 3.Harreen #Sadafaa Hanga Ammaa barreefama kana duubisu jira😂😂 Yoo siif galle #sheer godhiiti Data cufi rafi😂
نمایش همه...
Gatii Madaalawaadhan Tishartii  Barreeda kana Warri feetan Gara keesaatin nu quunama
نمایش همه...
Chiiki barreedu takka #FB Gubbaati janajanuufib Kardii 100 ergeef😘 Father kiyya yoo mal nan ja'e gaaridha isiniiti fakkata Kardiin ergiite na gahee jiraa Galatoomi nan hin ja'u seetani Kan galleef qoftiin #Comment and Sheer       @Walaa_Meme
نمایش همه...
Kabajamtoota Maati @Walaa_Meme Nagaa keessani? an nagaa galata Rabbii haa ta'u Group keenya kan @Walaa_meme join godhaati nu waliin Bashananaa Kuno Link👇👇👇👇 https://t.me/walaa_meme1
نمایش همه...
👉Durbi gaafa heeruma irraa Abdii kutatte jarsa namaa kajeltii🤣 Dubbiin jabduudha adeero Warri fuudha didanii Boontan dafaa Heeruma😂 @walaa_Meme
نمایش همه...
Rabbiin wan Ati Barbaaddu Osoo hin taane wan Si Barbaachisu Siif Kenna. Abdii kee isa qofa irra Godhadhu🥰🙏 Wan hundaaf Galata galchuu hin dagatiina @walaa_Meme
نمایش همه...
Hoteelaa fii Onnee Shamarannii abbuma Qarshii qabutu seena! nan ja'an 😂😂😂 Dubbii tun hangam takka dhugaadha😁
نمایش همه...
Ashamaa Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Amaati keenya Kuno arra Warra sport Hojjataniif Powder Barreeda isiniif qabanee dhufnee jira #Creatine_Gold_powder bittadha itti fayyadama Nu quunama @walaaoromo
نمایش همه...
Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef😁, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Ayyaana EID Arafaatiin isin Gahe. 🌴🕋🌴🕌🌴🕌🌴🕋🕌🕋🌴🕌🕌🌴 Warra EID MUBARAK nan ja'e fi nan hin ja'iin hundaan🥰🥰
نمایش همه...
Boru Ajandaan Guddaan tora Facebookii fi soshaal-Midiyaa hundaan Namni Hundi kan irratti xiiyyeefatu EID MUBARAK wan Taheef😁, Anis Gama kootin asuman Nama Hunda Dura Obolleewwan kiyya warreen Amantaa Muslimaa Hordofan Maraan Baga Ayyaana EID Arafaatiin isin Gahe. 🌴🕋🌴🕌🌴🕌🌴🕋🕌🕋🌴🕌🕌🌴 Warra EID MUBARAK nan ja'e fi nan hin ja'iin hundaan🥰🥰
نمایش همه...
❤️ 1
Hacee Gaafa Aduwa Yoomu ati nuuf qaalidha Bara baran oso hin ta'in yoomu ati onnee teenya keessa jirta hacee #Ati_yoomu_nuuf_qaalidha ❤️💚❤️ @walaa_meme
نمایش همه...
❤️ 1
Repost from N/a
Yooya jira jirtu kabajamtoota fi jaalatamtoota keenya Kuno arra Gattii madalawaadhan Mashiina Killee fi Batraa Keeki itti dalagan isiniif qabannee dhufnee jira meshaa barreeda kana bixuudhan itti fayyadamaa Warri bituu barbaadan asiin na quunamaa @walaaoromo
نمایش همه...
Repost from N/a
#Creatine_powder Powder barreeda kana Itti fayyadama Nama hundaaf ta'a dhalaafis dhiiraafis ni ta'a Powder kana Nama sport hunda kan dalagu fadhachuu qaba Wan takka nama hin miidhu Warrii powder kana barbaadan @WalaaOromo karaa kanan nu qunamaa
نمایش همه...