cookie

ما از کوکی‌ها برای بهبود تجربه مرور شما استفاده می‌کنیم. با کلیک کردن بر روی «پذیرش همه»، شما با استفاده از کوکی‌ها موافقت می‌کنید.

avatar

Wolaaloo fi kolfa😂

Bashannanaaf Qoosaaf Tapha aadaaf W/loo jaalalaa Akkasumas sagantalee Garagaratiif fi hojii beeksiisatif Taajaajiila keenna nii argattuu Tessoon keenya shashemene @walaaloo @kormiyo

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استزبان مشخص نشده استدسته بندی مشخص نشده است
پست‌های تبلیغاتی
319
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

معدل نمو المشتركين

در حال بارگیری داده...

የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ለዕድለኞች መልካም ዜና ይዞ መጥቷል #የ1.1_ትሪሊየን ትርፍ #ያጋሩ ይሸለሙ https://t.me/CommercialBankEth እንኳን ደስ አላቸችሁ የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ሀብት 1.1 ትሪሊየን ትርፍ ምክንያት በማድረግ የባንካችን ፕሬዝዳንት #አቶ_አቢ_ሳኖ እስከ መስከረም_5 ብቻ የሚቆይ #የቴሌግራም_ገፅ ማነቃቂያ የሚሆን ሽልማቶች ተዘጋጅቷል። https://t.me/CommercialBankEth እስከ_መስከረም_5 ድረስ የሚቆይ ልዩ የሽልማት ፕሮግራም አዘጋጅቷል። በዚህም መሰረት እድለኞችን በርካታ # ስጦታዎችን ለመሸለም ተዘጋጅተናል! # 1ኛ . ለ200 እድለኞች ከ300,000 ብር በላይ ዋጋ የሚያወጡ ባለ 3 እግር ተሽከርካሪዎችና እያንዳንዳቸው ከ50,000 ብር በላይ ግምት ያላቸው ሙሉ የቤት እቃዎች # 2ኛ . ለ 220 እድለኞች 50ሺ ብር እና እያንዳንዳቸው ከ15,000 ብር በላይ ዋጋ ያላቸው የማቀዝቀዣ ፍሪጆች፤ # 3ኛ . ለ 245 እድለኞች 10ሺ ብር እና እስከ 7,000 ብር የሚያወጡ Infinix ሞባይል ቀፎዎች # 4ኛ . ለ 150 እድለኞች 10ሺ ብር እና የTECHNO SPARK የሞባይል ቀፎዎች # 5ኛ . ለ 100 እድለኞች 5ሺ ብር እና የTechno spark የሞባይል ቀፎች እንዲሁም ሌሎች ተጨማሪ የአዲስ አመት ስጦታዎችን አዘጋጅተናል። #ይፍጠኑ እስከ #መስከረም_5 2014 ድረስ የእነዚህ አጓጊ ሽልማቶች ባለ እድል ይሁኑ። ልብ ይበሉ! በሽልማት ፕሮግራሙ ከመሳተፍዎ በፊት # በጥንቃቄ መመሪያዎችን ያንብቡ! ለመሸለም እነዚህን መመሪያዎች በጥንቃቄ ይከተሉ። 1.መጀመርያ ከታች ባለው ማስፈንጠርያ የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ። https://t.me/CommercialBankEth 2. በመቀጠል ይህንን መልዕክት ከ50 በላይ ለሆኑ ሰዎች በፍጥነት ሼር ( Forward) ያድርጉ፤ (ልብ ይበሉ! ብዙ ሰዎችን # add ባደረጉ ቁጥር የሽልማት ዕድልዎን ያሠፋሉ!) https://t.me/CommercialBankEth
نمایش همه...

@Dura_picture Shashemene For every events +251916063337
نمایش همه...
#DURA_PHOTOGRAPHY @Dura_picture @Dura_picture @Dura_picture @Dura_picture @Dura_picture @Dura_picture ❤ Join it 👆 👆 ❤ ❤ 4 any events ❤ ❤ #shashemene ❤ ❤ contact us 👇 ❤ ❤ @Dura_B ❤ 🤝🤝🤝🤝🤝🤝🤝 😍😍😍😍😍😍😍 📸📸📸📸📸📸 🤜🤛 🤜🤛 🤜🤛 ❤❤❤❤❤❤ @Dura_picture +251916063337
نمایش همه...
Gadaa Magazine Gadaa Magazine torbaanoota darbaan afraniif maxxaansaa fuula chanaalicha irratti akka hin dhoobnee dhorkamaa turera. Rakkoo kana furuuf dhaabbataa Telegiraamaa waliin hasaa'a turrera, haa ta'uu malee deebii gahaa hin argannee. Gadaa Magazine marii maatii isaa waliin tasiiseen chanaalaa haaraa banuun hojii idilee isaatti akka deebi'uu qabu murtaa'eera. Egaa hordoftoonni maatii chanaalicha turtan akkasumas hordooftoonni haaraan maatii chanaalicha ta'uuf geessituu @Gadaa_magazine fayyadamuudhaan itti dabalamaa. Gadaa Magazine hundeeffamee baatii 7 keessatti hordooftoota 31,000 ol horachuu danda'eera. Itti dabalamaa 👇👇 https://t.me/Gadaa_magazine https://t.me/Gadaa_magazine
نمایش همه...
GADAA MAGAZINE

https://www.gadaamagazine.com/

Contact: @GadaaMagazineBOT

♻️Channel Baayee namatti toluuf fudhatama argate♻️ ❇️🌀▫️JOIN▫️🌀❇️
نمایش همه...
✅Asoosama✅
❤️Jaalala Dhugaa❤️
⛑Siyaasa⛑
🌫Aadaa🌫
♻️Afaan♻️
😂😁Kolfaa fi Bashannana😁😂
🌍Oduu Wayitaawaa Addunyaarraa🌏
🏸⛹‍♀ Oduu fi Qophiilee Ispoortii Addunyaarraa ⛷🎱
🌆🌆Photography & Oro Gallery🌇🏙
#hin_booyiin😂😂 hin booyinii na laali mee tana lufnaan worraa haftaa an sin tuquu fuulan guurin mammarattee kophaa raftaa🙄 ~ ati guddoo maaliif bootta dhiisi lakkii mee saalfadhuu wonti boottuuf naa galeeraa hin sodaatin sin gaafadhuu🤔 mana galee... jira jennaan si amanee naa kakattee biyyee haatee ni deemta moo maal si woyya nattin himtuu abbaa nyaate?🍞🙄 @wolaaloo @wolaaloo
نمایش همه...
#Fuldura_laalaa_koottu😂 Hin sodaatini dubbisi barri sodaa lufeeraa kamiin feeta natti himi baajaji moo shufeeraa? mucaan bitatee hin qabuu tama namaa qabatee save godhadhuu galii mee laakkofsa gabatee dhaabattee haftettaa bar socho'i mee yaa boontuu dhagaa dhiittee kuftaatii ful dura laalaa koottuu😎 @wolaaloo @wolaaloo
نمایش همه...
#Hacee_koo😢 Haqni kee badeen hafu hin taa'u abdii muree ampuuliin ani beeku ifti koo hacee turee😢 ajandaan keessan adhaa waan Goobana Daaceetii ana keessan galchinaa ani sanyii haceetii💔💔 Hacee koo😢 @wolaaloo @wolaaloo
نمایش همه...
#Idaayyittii😲 Amma maaliif harka fiddee itti martee akka bofaa akki duraa sun hafeeraa adha irraa kiyya qofaa wonta isin godhaa turtaan hundaa beeka dhagayeeraa suuraa kaatee maaf dhaabatta amma deemi si gayeeraa🤔 @wolaaloo @wolaaloo
نمایش همه...
آرشیو پست ها