cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

DIRREE ISPOORTII ⚽

✓Odeeffannoo gabaabaa sport ✓Tamsaasa kallatti taphootaa ]Gaafii badhaasaa qabu Wajjiin taphachaa itti fuufna Aja'ibaa Rabbiiiiiiiii jechaa Gaafiifi promotion👉@Qartuukoo

Mostrar más
Etiopía3 923El idioma no está especificadoEducación28 731
Publicaciones publicitarias
4 647
Suscriptores
-824 horas
-427 días
+61330 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
🚨 BREAKING: Al Nassr Varjiil Vaan Daayikiif kontiraata taphataa sarara ittisaa addunyaa kanarraa KAFFALTII OL'AANAA isa taasisu dhiyeessan. 💰 Daarektarri waliigalaa Al Nassr Kibxata darbe bakka bu'aa lammii Nezerlaand kanaa waliin wal arganii jiru. [Madda marca]
Mostrar todo...
👍 1
Hubannoof✅ Notcoin irratti namonni sobamaa jiraniif👌 Notcoin keessan biraan birri jiruun worroonni gurgurachaa jirtan sirrii miti gara dollar yoo deebi'e birri keessan Sanaa oli dhufa Ofeeggannoo godha👌 Dabalataan warronni ton space beta jelaa qabdaan link argitan join hin godhinaa notcoin ykn dollar keessan isin jelaa baduu danda'a.👌 Worroonni notcoin qabdan ykn dollar qabdan nama amantan dhabdan keessan na qunnamuu dandeessu 👇👇👇👇👇 @beshiroro @beshiroro
Mostrar todo...
👍 1
👕 Group A squads for tomorrow's matchday Germany 🇩🇪 vs Scotland 🏴󠁧󠁢󠁳󠁣󠁴󠁿 #EURO2024 @Euro2024_en
Mostrar todo...
👍 2🔥 1
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Aston Viilaan kontiraata Filippee Kootiinhoo addaan kutuuf mariirra jira. (Madda: The Athletic)
Mostrar todo...
Photo unavailableShow in Telegram
🚨🗣️ Leo Messi: "Inter Miami kilabii koo isa dhumaa ta'a." (Madda: ESPN)
Mostrar todo...
Mostrar todo...
PRIVATE App

Get farm PRIVATE Coin

Hubannoof✅ Notcoin irratti namonni sobamaa jiraniif👌 Notcoin keessan biraan birri jiruun worroonni gurgurachaa jirtan sirrii miti gara dollar yoo deebi'e birri keessan Sanaa oli dhufa Ofeeggannoo godha👌 Dabalataan warronni ton space beta jelaa qabdaan link argitan join hin godhinaa notcoin ykn dollar keessan isin jelaa baduu danda'a.👌 Worroonni notcoin qabdan ykn dollar qabdan nama amantan dhabdan keessan na qunnamuu dandeessu 👇👇👇👇👇 @Biyyakoo2 @Biyyakoo2
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Leenjisaan Baarseloonaa duraanii Xaaviin Piriimiyerliigii Ingiliiz keessatti leenjisuu barbaada. (Madda: SPORT)
Mostrar todo...
👍 5
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 Maanchistar Yunaayitid, Baarseloonaa fi Baayermuunik Hundi isaanii Joo Paalhinhaaf fudhachuuf fedhii qabu. 🇵🇹 Fuulhaam gatii paawundii miiliyoona 30 Baayern harkatti dide dachaa lama barbaadaa. (Madda: SkyKaveh)
Mostrar todo...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
🚨 BREAKING: 👀 Baarseloonaan Koobii Maayinoo fudhachuuf jijjiirraa paawundii miiliyoona 8.5 dabalataan Raafinhaa akka dhiyeessan gabaafameera. 🤣🤯 Safuudha booo (Madda: elnacionalcat)
Mostrar todo...
😘 3