cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk

Mostrar más
Finlandia3 172El idioma no está especificadoEducación87 037
Publicaciones publicitarias
631
Suscriptores
-324 horas
+207 días
+6430 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailable
Galgala sa'a 3:00 irratti 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Congratulation 💥💥💥💥 🏆🏆 galgala sa'ati 3:00 irratti 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #personal_Developement_Training_And_Business_Opportunity Bakka armaan Gadiitti Eegaleera! 👉Adaamaa 👉Assallaa 👉Balee 👉Bishooftuu 👉Dukam 👉Buraayyuu 👉Jimmaa 👉Naqamtee 👉Harar 👉Amboo 👉HAWWAASA 👉Sabbataa 👉Finfinnee Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #Carraa hojii  Bizineessii fi Leenjii Gahumsaa sammuu fayyadamuu dandeessuu ✍️Addunyaa Kana irraa Kan akka sammuu ofii leenjiisuu bu'aa Guddaa Qabu hin jiru. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Carraa Guddaa Armaan Gadii Argaachuu Dandeessuu. ❤️Carraa leenjii Gahumsaa Sammuu. ❤️Carraa Hojii Bizineessi. ❤️Carraa Bilisummaa yeroo. ❤️Carraa Bilisummaa mallaqa. ❤️Carraa Bashanaannaa Biyya garaagaraa, ♥️Carraa Badhaasa konkolaata argachuu dandeessuu . 👉Odeeffaannoo Dabalataaf 👉Toora Armaan gadiitiin nu quunnamuudhaan odeeffaannoo Guutuu Qoodadha itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk 0947256423
Mostrar todo...
👍 1
Photo unavailable
Obboo koo Obbolee koo !
Mostrar todo...
✍️Nobody is perfect. But, everybody is perfect with all imperfections! ✍️ Gamoon dhagaa irraa ijaaramu jijjiirama/guddinaa hin jedhamu maaliifii boru dhalootni biraa waan diiguuf. Gamoo guddaan yaada dha. ✍️Namni/dhaloonni sammuu fi lapheen isaa araara waliin hin qabne ganama qeerransa ta'ee galgala bofa ta'a. ✍️Mootummaan biyya kamiiyyuu rakkina furuu caalaa rakkina fiduuf aangoo qabatu. Jiraachuun rakkinaa jiraachuu fi dhiisuu nama sanaa murteessa.  Rakkinni jiraachuun namni sun sosocho'aa jiraachu, hojii hojjachaa jiraachuu agarsiisa. ✍️Namni mirga isa hin beekne mirga nama biraas hin beeku. ✍️Hiikaan jiraachuu qabeenya miti, beekumsa miti, beekamuus miti. Hiikaan jiraachuu waa hunda beekuu fi beekuu dadhabuus miti. Hiikaan jiraachuu badhaadhummaa kallattii maraanii miti. Hiikaan jiraachuu dhabas miti. Hiikaan jireenyaa waan sammuu keenyaa ol akkasuma waan yaada keenyaa gadi ta'e miti. Namni tokko jiraachuu kan jalqabu yeroo hiikaa jireenyaa akka isaaf/isheedhaaf hubatameen fudhatanii jiraachuu jalqabani dha. ✍️Wanta biraa barbaaddee dhabuu dandeessa. Garuu, ofii kee yoo barbaadde hin dhabdu. ✍️Dhaabbati jalqabaa fi guddichi dachee kanaa bultii dha. ✍️Jireenyi dhala namootaa geengo dha. ✍Bareedina fokkisni hin dhoksu akkasuma fokkisas bareedinni hin dhoksu. ✍Nageenyi of irraa jalqaba. ✍ Suurri kee si caalaa hin bareedin. ✍Nama yaada guddaa nama yaada xinnootu balleessa. ✍ Dhalli namaa bareedina dachee kanaati. ✍️ Yeroo wal lolan araaraaf iddoo dhiisaa, yeroo gaddan gammachuudhaaf iddoo hambisaa, yeroo jibban jaalalaaf iddoo hambisuun yeroo hundaa furmaatni duuba rakkinaa/qormaataa jiraachuu isaati. ✍Waaqayyo kan nu dhagahu yoo nuti ofii keenya dhageenye dha.👇👇👇👇👇👇👇https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk
Mostrar todo...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉

https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk

Photo unavailable
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 Congratulation 💥💥💥💥 🏆🏆Lecturers Event🏆🏆 Saganta Barsisoota Yuuniversitii Torbee 26ffaa💥💥💥💥💥 Boru galgala sa'ati 3:00 irratti 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #personal_Developement_Training_And_Business_Opportunity Bakka armaan Gadiitti Eegaleera! 👉Adaamaa 👉Assallaa 👉Balee 👉Bishooftuu 👉Dukam 👉Buraayyuu 👉Jimmaa 👉Naqamtee 👉Harar 👉Amboo 👉HAWWAASA 👉Sabbataa 👉Finfinnee Bakkoota kanatti eegallee waan jirruuf itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 #Carraa hojii  Bizineessii fi Leenjii Gahumsaa sammuu fayyadamuu dandeessuu ✍️Addunyaa Kana irraa Kan akka sammuu ofii leenjiisuu bu'aa Guddaa Qabu hin jiru. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 Carraa Guddaa Armaan Gadii Argaachuu Dandeessuu. ❤️Carraa leenjii Gahumsaa Sammuu. ❤️Carraa Hojii Bizineessi. ❤️Carraa Bilisummaa yeroo. ❤️Carraa Bilisummaa mallaqa. ❤️Carraa Bashanaannaa Biyya garaagaraa, ♥️Carraa Badhaasa konkolaata argachuu dandeessuu . 👉Odeeffaannoo Dabalataaf 👉Toora Armaan gadiitiin nu quunnamuudhaan odeeffaannoo Guutuu Qoodadha itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk 0947256423
Mostrar todo...
👍 2
👍 Abbaan mul'ataa Danuun Qabeenya Danuun fi Jireenya Danuu Hora. 👎Abbaan Qabeenyaa Danuun Garuu mana malee Jireenya hin Ijaaru! 🎤Abbaa Jechoota Dilbi Oromticha warra Gammada sanyii follow Subscribe join us godhi 👇👇👇👇👇https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk
Mostrar todo...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉

https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk

Hojiin namoota xixxinnoo namoota caalanii argamuudha,Hojiin namoota gurguddoo kaleessa isaanii caalanii argamuudha.👇👇👇👇👇👇https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk
Mostrar todo...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉

https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk
Mostrar todo...
Oromticha Warra Gammada Sanyii✍️

🔜 𝑻𝒐𝒅𝒂𝒚 𝒊𝒔 𝒏𝒐𝒕 𝒕𝒐𝒎𝒐𝒓𝒓𝒐𝒘!! 🚩 𝑩𝒂𝒓𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂, 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊𝒈𝒂𝒍𝒂𝒂 👉Dubbiiwwaan Kaka'uumsa 👉Gorsa Adda Addaa (Advice)h 👉Caarrawwaan Hojii Bizinneessi argachuuf join godha 👉

https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Zk

Waa'ee Ofitti Amanamummaa Qabxiilee Ijoo ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ Ofitti amanamummaa dhabuun waan qabatanii jiran nama harkatti fokkisiisuu irra darbee gatii hin malleen of nama sharafsiisa. Isa kan keetti dugda si gachisiisee kan ormaaf harka si kennisiisa. Harka hin kenniin! Kana yaadatti qabachaama, fakkeenya tokko waliin haa ilaallu. ❍ Bara durii namoota sadiitu adamoof manaa bahan. Guyyaa guutuu olii gadi fiigaa turanii homaa tokkoyyuu hin arganne. Dadhabbii fi beela hammana hin jedhamneen waan hubamaniif fala osoma dhahaa jiranii, namicha gosaan warra guddaa kan hoolaa salgii isaatti baatee deemu tokko halaalatti argani. Isaan sadan keessaa tokko, "Namicha kana irraa humnaan hoolaa fudhannee qalannee nyaachuu qabna malee hin duunaa?" ittiin jechuun yaada dhiyeesseef. Yaada kanatti mataa isaa olii fi gadi sochoosuun gammachuun walii galuu isaa ibse inni tokko. Inni hafe immoo, "Hoolaa kana fudhannee akka nyaannu fedha nan qaba, garuu akkamittiin akka irraa fudhannuuf falli jira" jechaa fala sana isaaniif dhiyeesse. ❍ Akkuma walii galtee isaanii gochuuf ka'ani. Karaa namichi irra darbu irra, fageenya murtaa'aan walirraa fagaatanii dhaabbatani. Inni jalqaba irra dhaabbatu namicha hoolaa baatee deemu sanaan, "Maali namichoo! Ati gosa warra guddaa taatee saree salgiitti baattee deemtaa? Namni biraan si argee osoo nama kolfaa si hin godhiin ofirraa darbi saree kana!" ittiin jedhe. Namichi inni hoolaa baatee deemu sunis, "Namichoo! Hoolaa fi saree adda baafatteeyyuu hin beektuu? Maraataa! Kan ani baadhee jiru hoolaa malee saree miti. Ana osoo hin taane situ saree baatee jira" jechuun bira darbee deeme. ❍ Hoolaa isaa baatee osooma deemaa jiruu, bakka namicha lammataa gahe. Namichi karaarra dhaabbatee jirus hin callisne. Dabaree isaa, "Har'ammoo saree salgiitti baachuutu eegalamee,...safuu! Oollee bullee, waan hedduu arginee dhageenya. Maal taatee jirta namana?" yeroo jedhuunii, kan hoolaa baatee jiru sun akka duraa ija jabaatee ifachuu hin dandeenye. Ifachuu dhiisuurra darbee iyyuu nahee jira. Miira sodaa makateen, harka isaan qaqqabachaa hoolaa ofirratti ilaalaa, "Hoolaa mitimoo kanan baachaa jiru? Hoolaa! Sareen kana hin fakkaattu" jedhee bira darbee deeme. ❍ Shakkiin baay'ee humna isaa irratti godhatee jira. Hoolaa fi saree ta'uu adda baafachuuf ofitti odeessaa deema. Isaa akkanaan jirutu nama sadaffaa bira gahe. Kan sadaffaan sunis, "Maaliif maqaa warra kee warra guddaa nyaatta? Saree baattaa? Isayyuu salgiitti! Osoo namni biraan sin argin lafa buusii badi!" jedheen. Kana dhaga'ee qilleensa jidduu hin galchine kan inni hoolaa lafa buusee fiigichaan qajeele. Akkanaan hoolaa isaanii fudhatanii galani. ▷ Barbaachisummaa waan baatee jiruu dhabuun isaa hoolaa isa dhabsiise. Hoolaa ta'uu isa wallaalchisee salphina sareen saalfachiise. Kun miindaa waan qabatee jiru wallaaluu, miindaa ofitti amanamummaa dhabuu isaati. ▷ Akka hin daganne! Hiree kee sumatu ofiif murteeffata. Eeyyeen sumatu! Gatiin kees madaala keen murtaa'a. Ofitti amanamummaa hir'attee caarataa ofirratti hin baasiin. Gatii salphaan kan si sharafuuf qophaa'ee jiru hedduu ta'uu mala. Isa manaa baateef duubatti hin deebi'in! Isa harkatti qabattee jirtus sirriitti beeki! Ofitti amanamummaa dhabdee warqee harka keerra jiru hin darbatiin! Ofitti amanamummaa kee cimsadhu!  👇👇👇👇👇https://t.me/+zD7wtxzxgY9mY2Z
Mostrar todo...
👍 3
Photo unavailable
Life is like riding a bicycle. To keep your balance you must keep moving." - Albert Einstein 
Mostrar todo...