cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

ASOOSAMA FI JAALALA

Barattoota biyyakoo afoola oromoo fi barnootaa gara garaa argachuuf Join join godhaa @abduu_king

Mostrar más
Etiopía5 998El idioma no está especificadoDeportes14 845
Publicaciones publicitarias
2 538
Suscriptores
+16724 horas
+7587 días
+1 41930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
♈ 𝐃𝐡𝐮𝐦𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐞𝐟𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐣𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟❔ ✔️𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ❔ ✔️𝐀𝐛𝐝𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟❔
Mostrar todo...
🟣 𝐊𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚 𝐁𝐞𝐞𝐤𝐮𝐮𝐟 🟣
🟤 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐍𝐚𝐠𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 🟤
♈ 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐚𝐣𝐣𝐞𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ♈
🔵 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐝𝐮𝐮𝐟 🔵
✔️ 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐁𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐨𝐭𝐭𝐢 ✔️
Asoosama Gabaabaa Ciniinsuu Jaalalaa #kutaa_2ffaa ✍️... Famii Warraa Abbomsa ( Ciniinsuu Jaalalaa Ayi yaa dhukkuba jaalalaa! Sabboontuun guyyaa gaafa tokko ganama wahii osoo moora yuunivarsiitii keessa naannoftuu akka tasaa ta'ee waan ijji Atinaaf of hin hammanne itti taate, har'a itti himuun qaba jedhee garaa isaa kutatee faana dhahe Saa sa sabboo sabboontuu jedhe waame osoo afaan isaa kirkiruu ishiinis yeroo maqaa ishii dhageessutti rifeensa ishii akka eegee farda shaaaa shaaa gootee of duuba galagaltee ija ishii Isa akka bakkalcha barii fakkatu Sana fuutee yeroo ilaaltu, altokkichaan qaama isaa koloneeffattee bakka dhaabbatee jirutti osoo deebii biraa itti hin deebisiin gogee ija ishii ilaalaa hafe. Erga deddeebistee waamtee jalaa callisnaan dhiistee deemte. Daqiiqaa muraasa erga achi turee akka nama hirriba keessaa dammaquu of baree maaltu akka ta'aa ture wallaalullee akka sabboontuu waamee ture qofa yaadate. Atinaaf kutaa barnootaa galuu dhiisee ishii qofa hordofuu eegale ganamaaf galgala yaanni isaa gara ishii imaluu qofa. Halkan tokko otoo kutaa (Doormii) isaa keessa ciisaa jiruu yaanni wahii gara isaa dhufte innis buusee baasuu eegale yaanni isaa tokko "dhiisi waan kana borii keetiif gufuu guddaa ta'a. Barnoota kee addaan kuttee abdii maatiin kee sirraa qabaniifii kaayyoo kee Kan ofii keef kaayyeffatte irraa si kuffisuu danda'a." Jedhee yaanni isaa itti hasaasa. Yaanni isaa gara biraan hammoo intalli kun si darbuu hin qabdu bultii ykn jireenya Kee egereef sii taati. Akkamitti mucayyoo kana dhiistee barnoota kee qofa waliin fiigda? Jedhee yaadonni isaa kun sammuu isaa keessatti lola guddaa uumanii, Atinaaf akka nama maraatee qofaa isaa halkan guutuu guumgumaa bule. Inni yaada Isa sabboontuu jaallachuu qabda jedhee Isa jajjabeessu deeggaree akka ishii qofatti xiyyeeffatu of amansiise, Garuu hammuma guyyaan dabalaa deemu haalonni Atinaaf itti jiru sabboontuuf ifa ta'aa deeme ishiinis dhoksaatti galaana Atinaaf nyaate keessa lixxee bidiruu jaalalaan daakuu. Kutaan 3ffaan itti fufaa @asoosamaf_jaalalaa @asoosamaf_jaalalaa
Mostrar todo...
👍 5🥰 2
Maaltu sammuu kee si gubaa maaliif kophaa gubattaa: Dubbisii waa hubattaa: Amantii kee yaadattaa: Cinqii ofirraa kaaftaa: Sammuutu boqataa Wave @Abu_Amaar1
Mostrar todo...
🕌 Ummata muslimaa😌
🌏 Addunyaa islaamaa🌎
🌐 Media Islaamaa🌐
💵 beeksisa hojii 💵
🧕Dubartii islaamaa🧕
📡💻 Tecnology📱💻
💉🩺 Gorsaa Fayyaa🩺💉
🧠 Xinsammuu🧠
🏆🥇 Dorgomanii badhaafamuu🏆🥇
📚 Kuusaa Kitaabaa📚
💰💵 Hojii Online 💰💵
🗞 Risaalaa Rasuulaa🗞
💍 Fudhaa fi Heeruma💍
🏠 Gaa'ila islaama🏠
🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA. ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 KARAA MILKAA'INAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 MILKAA'INA JIREENYAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 GAAFFII FI DEEBII ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓  🔔 ODUU HAALA YEROO ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 AMANTAA ISLAAMAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA SAHAABOTA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓ 🔔 SEENAA NABIYYII (S A W) ┗━━━━━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━━━━━┓   🔔 HADIISAAFI QUR'AANA ┗━━━━━━━━━━━━━━┛   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███   ███▓▒►JOIN ►▒▓███
Mostrar todo...
𝐉𝐎𝐈𝐍
𝐂𝐋𝐈𝐂𝐊 𝐇𝐄𝐑𝐄
𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮𝐫 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Photo unavailableShow in Telegram
Gorsa dhimmoota dhuunfaa irratti:- √ hariiroo fi gaa'ela √ hojii, barnootaa fi milkaa'ina √ amantii fi jireenya kiristaanummaa √ gaaffilee dhuunfaa hedduu bifa icciitii eegeen deebisuu
Mostrar todo...
✉️ 𝐺𝑜𝑟𝑠𝑎 𝐷ℎ𝑖𝑚𝑚𝑜𝑡𝑎 𝐷ℎ𝑢𝑛𝑓𝑎 ✉️
💢 𝐵𝑎𝑟𝑠𝑖𝑖𝑠𝑎 𝐴𝑚𝑎𝑛𝑡𝑖 💢
📖 𝐽𝑖𝑟𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝐾𝑖𝑟𝑠𝑡𝑎𝑛𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 📖
📞 𝐽𝑜𝑖𝑛 𝑎𝑙𝑙 📞
Photo unavailableShow in Telegram
Ciniinsuu jaalalaa kutaa 2ffaa Yeroo muraasa booddee React godhaa nu eegaa ✍️✍️
Mostrar todo...
👍 6🥰 2
Photo unavailableShow in Telegram