cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Galaana Faarfannaa † Asea of ​​Song▶️

Yaada qabdan Yookaan faarfannaa hojjettanii akka isiniif gadhiifamu Kan feetan 0917635480 nuquunnamaa https://www.youtube.com/@bilisummaabaaruuofficial5324 @bilisummaa1763

Show more
Finland637The language is not specifiedMusic7 884
Advertising posts
8 803Subscribers
+2224 hours
+1697 days
+62630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

GIDDU GALAEESSAKOO: GURMUU MUL'ATA DHALOOTAA https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲like comment ▷ @jcpchurch1 @araratv1◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞Yadaaf 👉 @Faarfannaahaaraa_bot
Show all...
(Yohannis 14 ) ------------ 1 Yesus itti fufee bartoota isaatiin, "Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa! 2 Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema. 3 Yommuun dhaqee iddoo sana isiniif qopheessus, iddoodhuma ani jiru isinis akka jiraattaniif deebi'ee dhufeetan gara ofii kootiitti isin fudhadha. 4 Lafa ani dhaqu, karicha achi geessus in beektu" jedhe. 5 Toomaas immoo, "Yaa gooftaa, eessa akka ati dhaqxu hin beeknu, karicha immoo attamitti beekuu dandeenya?" jedheen. 6 Yesus deebisee, "Karichi, dhugaan, jireenyis, ana; anaan yoo ta'e malee, eenyu iyyuu gara abbaa hin dhufu. 7 Ana beektanii utuu jiraattanii, abbaa koos in beektu turtan; ammaa jalqabdanii isa in beektu, isa argitaniittus" jedheen. 8 Filiphos immoo, "Yaa gooftaa, abbaa nu argisiisi, kanaa achi nu ga'a" ittiin jedhe. 9 Yesus deebisee, "Utuma ani yeroo dheeraa hammana ga'u isinii wajjin jiraadhuu iyyuu ana hin beeknee, Filiphos? Namni ana arge abbaa arge; attamitti, 'Abbaa nu argisiisi' jetta ree? 10 Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru hin amantuu ree? Abbaa isa ana keessa jiraatutu hojii isaa hojjeta malee, dubbii ani isinitti dubbadhu hundumaa ofuma kootiin hin dubbadhu. 11 Ani abbaa keessa, abbaanis ana keessa akka jiru na amanaa! yookiis sababii hojichuma kana hundumaaf ana amanaa! 12 "Dhuguma, dhuguman isiniin jedha, namni anatti amanu waan ani hojjedhu hundumaas in hojjeta; ani gara abbaa waanan dhaquuf kana irra kan caalu iyyuu in hojjeta. 13 Abbaan ilma isaatiin ulfina akka argatutti, waanuma isin maqaa kootiin kadhattan ani nan raawwadha. 14 Waanuma tokko isin maqaa kootiin yoo kadhattan, ani nan raawwadha" jedheen.
Show all...
👍 8 1
🔤aarfannaa 🔤oo - 🔤atnael 🔤amene 🔠ew 2️⃣0️⃣2️⃣4️⃣ 💻📱@galaanafaarfannaa☑️
Show all...
👍 20 9👎 2
Coming Soon...
Show all...
👍 9
Coming Soon Natnael T
Show all...
👍 41 19🔥 6
GARAA NAMAAF LAAFTA : GARTUU FOCUS WOLAITA SODO https://www.youtube.com/@faarfannaa-haaraaofficial ✨ Gadhiifamera ✨ 📲sнαяє📲like comment ▷ @jcpchurch1 @araratv1◁       🔺🔺🔺Join us 🔺🔺 📞Yadaaf 👉 @Faarfannaahaaraa_bot
Show all...
👍 19 10👏 1