cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Yesus Na Jallatera ❤

Naagan Gooftaa Kenyaa Yesus sini Wajin Haa Ta'u Kirstoos nagaa kenyaa Efe 2:14 Kayoon chaniyalii kana Dubbii Sagaalee Goofta dhagesaani akka itti ebifaamtanifi nus wan kessaa kenyaa bulee uttu hin qosaatin isif barreesina

Show more
FinlandThe language is not specifiedMotivation & Quotes
Advertising posts
1 069Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Fedhii_ofii_daangessuu Dhalli namaa hundi fedhii waa argachuu qaba. Uumamurraa jalqabee, namni Fedhii ykn dheebuu wan hin qabne argachuu qaba. Yeroo tokko tokko garuu fedhiin waa hawwuu keenyaa garmalee dabalee yeroonni itti sammuu keenya jeequ jira,... Bro mee yaadi ati harra konkolaataa hin qabdu ta'a,.. garuu konkolaataa bitachuu ni feeta.. tarriimmoo yoona 14 pro max butachuu barbadda,.. wantin jechuu barbade sadarkaa Amma irra jirtu kana irratti waan ta'e tokko argachuu inuma barbadda,... kun bayyee gaaridha bro,... garuu fedhiin keenya akka humnaa ol ta'ee, sammuu keenya hin jeeqne qofa,... maaf yoo jette fedhiin dhala nama hin dhaabbatu akkuma galaanaa wal keessa ya'a waan ta'ef,... Garuu akkuma Gaafa Galaanni tokko hidhamu bishaan mursaa qofa dabarsu,... Nuys fedhii keenya dangessinee,... wan muraasa qofa hawwuu ni dandeenya,... fedhiin humnaa oli Sammuu keenya jeqaa wan ta'ef,. waan hawwine argachuu ni dandeenya,...garuu waan humnaa olii hawwinee sammuu of jeequu hin qabnu.❤️🙏 Sistu jecha jedhu wan ani hin fayyadamneef dhifaama warri shammarrani🙏
Show all...
https://www.facebook.com/ifa.haile.16 Warri fb irratti na hiriyoonfachuu👆 barbaddan link kanaan n hiriyoonfachuu dandessu
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Nama Abdii Kutachuudhaf sababa Gaha qabu, Garuu abdii hin kutannee 👇 , — Nick Vujicic ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➥ "Daa'ima waggaa saddeetii ta'een of ajjeesuun anarra jira jedheen yaade. Sababiin isaa abdii hin qabun ture. Kanaaf harka kennuun yaale, abdii kutachuu. Yennaa umuriin koo waggaa kudhanii, bishaan mana keessa jiruun of ukkaamsee of ajjeesuuf yaaliin godhe. Abbaa kootti, "bashannanuu barbaadeenii"n jedheenii. Garuu dhugaa dhaan jiraachuu dhaabuun barbaade. Na gaheera ture. Namoonni waan gadi na qabaniif baay'ee natti ulfaate. Ani nama guutuu fi gahaa akkan hin taane amanuun eegale. Nama dadhabaa fi nama kufe akkan ta'e amanuun eegale. Nama namoonni jaalatan yookiin sifeeffatan tasa ta'uu akkan hin dandeenyen amanuu eegale. Haalan keessa ture jijjiiruu hin dandeenye, guyyaa tokko ganama ka'ee, 'harkaaf lukan barbaada, harkaaf luka naa kenni!' jechuu hin dandeenye. Gaaffiiwwan qaba ture, garuu deebii hin qabu ture. Abbaa koof haadha koo "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Ogeeyyii fayyaadhaan "maalif kun ta'e?" Jedheen gaafadhe. Hin beekani. ➢ Jireenya keessatti wantoonni to'annoo kee ala ta'anii ati jijjiiruu hin dandeenye, kan waliin jiraachuuf dirqamtu jiru. Filannoon nu qabnu lama: ➀. Harka laachuu (abdii kutachuu) yookiin ➁. Deemsa keenya itti fufuu. ➢ Kanaaf yommuu kuftu maal goota? Deebitee kaata. Kana namni hundi beeka. Sababiin isaas yoon deemuu eegale bakka fedhe nan gaha. Garuu sittan hima, jireenya keessatti yeroon tokko tokko jira, yeroon ati kuftee deebitee ka'uuf garuu jabina itti dhabdu. Ani gajjallaa kanan jira, lafatti galagalee. Harkaaf luka hin qabu. Deebisee ka'uu dhaaf waan hin danda'amne ta'uu qaba, garuu miti. Argitee, deebisee ka'uu dhaaf si'a dhibba deddeebisee nan yaala, yennaa dhibba yoo naaf milkaa'uu baate, abdii yoon kute deebisee nan ka'a jettee yaaddaa? Lakki, garuu yoo naa milkaa'uu baate, irra deebi'ee yoon yaale, ammas ammas irra deddeebi'ee yoon yaale hamman yaaluu koo itti fufetti yennaa hunda carraa deebisee ka'uu nan qaba. ➢ Hamma abdii kuttee harka laattutti kun dhuma miti, ammallee abdii qabda. Arrabsamuun, mana caccabaa qabaachuun akkam akka ulfaatu hin beeku, garuu laphee cabe qabaachuun akkam akka ta'e beeka. Kophaa ta'uun maal akka ta'e beeka. Garuu kun dhuma akka hin taane akka beektun barbaada. Haalli ati itti xumurtu murteessaadha. Ciminaan xumurtaa? Yoos cimina itti deebitee kaatu argatta,.... akka ani ka'e kana." #share Leadership

Yeroo tokko tokko waaqayyo lubbuu kee olchuuf jedhee, waan baayyee si barbaachisu si dhowwata!🌿🌿
Show all...
Woow😱 motivationi Ajaa'ibaa kana ilaaluu qabda. namoota baayyeetti of ta'aanii jiraachuun itti cima. Namni motivationi kana ilaale of ta'ee, jiraachuu jalqaba. Ammuma ilaalii, baruumsa guddaa irraa argadhu.! AFAAN OROMOO AFAAN ADDUNYAA HAA GOONU.💪 https://youtu.be/sC3y2eL_Ir8
Show all...
Eenyummaa kee isa Dhugaadhaan jiraadhu.! |Motivational by Afan oromo| ||IFAA TUBE||