cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Kal e-telecom

𝙴𝚝𝚑𝚒𝚘 𝚝𝚎𝚕𝚎𝚌𝚘𝚖 Bakka bu'aa fi Giddu gala Gurgurtaa MT telekoomi Sim card telebirr Mobile card 𝙺𝚊𝚕 𝚎-𝚝𝚎𝚕𝚎𝚌𝚘𝚖 @Kaletc

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
179Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Kal e-telecom
Kabajamtoota maamiloota koo Sababa #Ethio_telecom seera haaraa baaseen MT fi Majen irratti hanqin kaardiin Uumamee jira. Kana furuuf application #Alami jedhu kana busudhaan itti fayyadamu ni dandessu. #Alami... Kal e-telecom Amboo
Show all...
#Duhaa_kahuu ✍ Kiristoos akka durba irra dhalate nama ta'ee, namoota baay'eetti gaafii hin ta'u. Isa kana bareechaani beeku. ❗️Garuu, Fannifamee, du'ee Awwalamuu fi du'aa ka'uun isaa namoota baay'ee biratti akka kijinaatti ilaalama. ♨️Haa ta'u malee, DHalachuun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo nuuf hin Dunee. ♨️ Du'uun Yesuus hiikka hin qabu ture osoo du'aa hin kaane. ❗️Haqiin Kun beekamu fi hubatamu qaba. ✅ Yesuus isuma durba irra dhalate sanatu du'ee du'aa ka'e. Inni Amma mirga Abbaa isaa jira. Deebi'ee akka dhufuus beekamadha. ‼️Baga yaadannoo du'aa ka'uu Gooftaa fi Fayyisaa keenya Yesuus Kiristoosiin isin gahe! 🙏 Ayyaana du'a ka'uu gaarii! Kal e-telecom Amboo 2022/2014
Show all...
https://t.me/Kaletelecom Teeleebirriin maal hojjechuu dandeenya? (1) Teeleebirriin eenyummeessa/akkaawuntii baankii osoo isin hin barbaachisin moobayila keessaniin haala isiniif mijatuun maamiloonni tajaajiloota faayinaansii karaa salphaa ta’een akka argatan kan taasisu qarshii diijitaalaati. teeleebirriin maamiloonni haala mijataan akka fayyadaman kan isaan taasisu: 1. Qarshii galchuu fi baasuu. 2. Qarshii erguu fi fudhachuu. 3. Yeroo qilleensaa fi kuufama moobayilaa bituuf. 4. Tikkeettii bitachuuf (fkn paarkii tokkummaa). 5. Galii funaanuu keessatti hirmaachuuf: fkn hidha haaromsa guddicha itiyoophiyaaf qarshii arjoomuuf. 6. Meeshalee/tajaajilootaa suuqii/iddoo adda addaatti argamaniif kaffaltii raawwachuuf. 7. Maamilootarraa kaffaltii fudhachuuf.
Show all...