cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

🔊ORO ARSENAL⚽

🔯 Channel kana keessatti Odeeffannoowwaan ✅Jijjiirraa taphattoota Arsenal ✅Seenaa taphattoota ✅Tapha kallattiidhaanfi ✅Kanneen biroos YouTube=>https://youtube.com/c/OroArsenal Yaada @Oro_Arsenalbot Creator @ibrish16 Admin : @Fgbravaa : @Abi_jss

Show more
Finland142The language is not specifiedSports2 672
Advertising posts
28 868Subscribers
+8824 hours
+2027 days
+1 26330 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

✅Maatii Oro Arsenaal koo yaada hedduu keessani dubbisaan jira osoo tolee kan hunda keessaniituu channeel irratti maxxansee hedduu natti tola garuu dhiifama yaada bayyee nama bonsu kaka'umsa namaa ta'an kennaa jiru galatooma Yaadota nama muraasa qofa maxxansaa jira kan dhiifama naaf godha kan isin maxxansitan tuffadhuu osoo hin taane irraa caalaan keessan yaada wal fakkaata waan qabdiifiidha. Galatooma Channeel keessan kallattii hundaan bira dhaabbachuu keesanittis gammannee jirra. Waa hundaafuu yaada nuu kennitaniif galatoomaa. Isin jaallatamttoota😍 👇👇YOU TUBE ORO ARSENAL 👇👇 https://youtube.com/c/OroArsenal Share @Oro_Arsenal
Show all...
👍 4 3
✅Chera HB "Arsenaalummaan tapha mohuu fi mohamuudhaan kan madaalamu miti, arsenaalummaan waan hundumaan olidha.. yoo injifates yoo injifatames kilaba abdiin irraa hin kutamnedha.. sirriidha injifatamuu fokkisaa fi yeroo injifatamuun hin malletti injifatamnullee, waggoota darban waliin walbukkee qabamee yeroo ilaalamu iddoo fooyya'aarra jirra ! Garuu kana caalawtu nuuf mala ture! ... kilabni keenya kilaba kamiifiyyuu mata dhukkubbii fi yaaddoo ta'uu isaa nurra darbee eenyullee nii beeka. Taphattoota garee isaaniif miira dhugaadhaan taphatan qabannee falmanna. bara dhufutti kana caalaa fooyyofnee argamna! Arsenal forever!" Galatoomi
Show all...
👍 3 1🙏 1
✅Suninaf girma "Hunda keenya nutti dhaga'ameera dogoggorri jiru tapha kanan dura Emirates irratti ture male Kan kaleessa miti kanaaf Wagga hedduu booda gara kanatti deebine bakka kana gahuun waan guddaadha yoo rabbi jedhe Wagga itti aanu haala bareeda tahen bakka nuuf malu nii geenya jedheen abdii qaba Ijoolle reefu kanan muuxanno male bakka kana geenye waan bara kana irra bara dhufu xiqqo muuxannon waan jijjirramuu natti fakkaata Hundaafu gltma Yoomiyyu Ani deeggara arsenal" Galatooma
Show all...
1
✅Roba "Sababni champions league keessa baanef inni guddaan Taphatoonni keenyaa muuxannoo dhabuu Taphoota champions league DHA hiriiraa jalqaba garee keenyaa kaleessatin kana dura namni champions league taphate beeku havertz fi jorginho DHA innis cheelsii keessatti ture akkata itti real Madrid champions league taphatu ni beektu jedheeni yaada champions league bara 2024/25 irratti ni fooyya'uu jedheeni yaada gareen keenyaa Arsenal. Amma kana boodatti xiyyeeffannon garee piriimerligii. Galatooma ❤️❤️❤️" Galatoomaa
Show all...
👍 3
✅EBO ABO "Kana booda maal faayidaa qaba prime league nyaates dhiises Kun waan nama dhibuu hin qabu dhugaa dubbchuuf garuu taphaan edaa yoo ilaallee baayyee tokko nama gaddisiisa hojiin MArteta. Kai Ha waan inni akkana jaallaatuuf an akka kiyyatti Arsenal yoomuu hin jubbuu garuu Artettan an sirrii miti hojiin isa natti hin tolu" Galatoomaa
Show all...
✅Yohanis Mardaasa "Mo'uu, qixa bahuu, mo'amuunis waanuma tapha keessa JIRUUDHA! Yeroo inni mo'u sirbanii yeroo inni qixa bahu ykn mo'amu arrabsuun Amala deggaraa dadhabaati! An yoomuu jaalalli an Arsenal'f qabu hin hir'atu! Tapha hafe hunda akka injifatu hawwina! Namoota group kana keessa taa'anii haasaa hin taane dubbatan keessaa nuuf baasaa" Galatoomi
Show all...
✅Yaada eyo "Arsenal bayye xaba bareeda nudawwachiisan garu abjun kun abju bara dheera wanturef hamma kanatti harka kennachun irra hin turre hatau mle arsenal Gara durati mullata bareeda akkanni qabu irra hubadheera hanqinni jiru garu taphataa sarara fulduraa akka barbachisu ifatti hubannerra" Galatoomi
Show all...
👍 1
✅Wakif wakuma "tapha halkan eda irrati halaa gaarii taphatani jiru, haa tau male amma ille hanqina hedduutu jira, kun sirrate bara dhuftuti championa tauf qophii tahu qabna. arseeeti yommiyyu abdi qabna. taphota primelig hafanimoo jabachuu qabna. Arseeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeennnnnnnnnnnnnnaaaaaaaaaaaaaallllllllllllllll%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%%100" Galatoomaa
Show all...
✅Yaada Caala "Yommuu tanaan arsee irraa abdii gudaan qaba waggaa darbee eessaa akka ture hundii keenya bena ammaa garuu kuno as gahee jiraa kanaafu garee keenya arsee irraa abdii hin kunnu. Arseeeeeeeeee umphaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa" Galatoomaa
Show all...
✅Maatiin Oro arsenaal hundumatti guyyaa hardhaa yaada ifaa ta'een fi baldhinaan miira keessa bahee yaada keessan ibsadhaa. Akkasuma yaada bareeda yoo argine channeel irratti eenyumaa isaa walii ka maxxansinu ta'a. Walumaa galatti iddoo Koomentiitt yaada keessan kennadhaa.
Show all...
👍 6