Walaa_Meme
💗Nutti dhihaatta 🚶 💜Jaalalaan nurraa qabamta💓 💛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😂 😘asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna. Yaadaf @walaaoromo 👇👇👇👇Join👇👇👇👇 @Walaa_Meme
Show more3 990Subscribers
-124 hours
-177 days
-7530 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Jira Jirtu Jaalatamtoota Ilmaan Oromo
Kayoon Group tun banamteef Tiktok ijoole Oromo Yaroo Jalaa gubuf Report Godhan Akka Jaala hin Gobaneef Kan Irrati wal gargaaru
Akkasuma Tiktok Account ijoole Oromo Kan dandeytii adda addaa qaban Follower isaani xiqaa Akka jajabeesine Gudatan Godhuudha Namuu Hanga Dandeesan Hiriyoota Keysan hunda As Gubbaati Add godhaa
Sheer Godhaati oromo hunda biraa Walin Nuuf gaahaa
Galatooma Ilman Oromo🙏
@oro_tikto
👍 2
Inalillaahi Wani Ileyhi Raaji'uun
Yaroo Haati Teenya Halloo Daawe Boqotee Jirti Nan Ja'an Hedduun Rifadhe
Silatu Duuti Karaa keenya Yaa haadha teenya Rabbiin Janataan si haa badhaasu
Artist Haloo Daawwee seenaa artii fi qabsoo Oromoo keessatti gameeyyii adda dureen eeraman keessaa tokko wayita taatu, kanaanis jaalala guddaa uummata Oromoo biraa horattee jirti.
Haadha Teenya Kabajaa fi jaalala Guddaa Hanga Yoona Nu bira qabda
Nagaan Boqodhu😥
😢 7

@Walaa_Meme

Ashama Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota keenya Nagaa naaf qabdanii? An nagaa qaba Galata rabbiiti❤️
Irra hedduun keessan gara keessaatin Eessa bade jattanii na gaafachaa turtan.
Dhugaa isinirraa badeetin jira Rakkoo dhunfaa takka na qabateetinn bade
Wanin isinirraa badeef Dhiifama guddaa naaf godha🙏
akkasuma warraanin promotion hojjachaafii turee wanin isiniirraa promotion hojjachuu dhaabef dhiifaman isin gaafadha
akkasuma yaroo amma kana irraa kaase nuti isin booharsuudhaaf qophii xumuure dhufnee jira.
isinis wan nu eyyeefataniif guddaa galatooma.
Warreen promotion keessan isiniif hojjachaa ture akka haareyaatin kuttaa galmaa'a isinin jana @walaaoromo asirrati
Galatooma🙏
❤ 6👍 5
Repost from N/a
⚪ G U Y Y A A T A P H A A🔴
📍 Tapha Darbii London
📀Torbee 3ffaa
🏆 Premier League
Arsenal 🆚 Fulham
🕘11:00(local time 🇪🇹)
🏟️ Emirates
@Degartoota_Arsenal
Khaan firaasha fi sirerra rafee waltuffacha bulaa khan kaartonarra rafee wal dhungacha bulaa 😀😀
Akkanuma dubbiin
@walaa_meme
Jaalali waa Sadii
1. Isa jaalateef #HIv dha
2. Isa jaalatameef #DV dha
3.isaa ilaaluf #DSTV dha
Yoo siif gallee Hiriyoota kee kan jaalatuuf Sheer godhii Afeeri Channel keysan kana gubbaatti 🙏
@walaa_meme
Obboleysa kiyya na dhagahii wahiin sitti himaa Namni tamboo Xuuxu Dafee hin duuloomu sababni isaas
.
.
.
.
Wan Dafee Du'uuf jecha😥
Yoo Kan siif galle ta'e Like fi sheer obboleyan keetif godhii🙏
@walaa_meme