Jabaachuu Qabna
#Da’imman taane yeroo jirutii deemsa jalqabuuf yemmuu yaaluu kufuu fi kahu bayy'ee keessa darbineti ture😁. Yemmuus namoonni haala keenyatti ni kolfuu dabalees ni bashannanuu turan. "Irraa deddebi’ee kufeera, inumaayyuu immo kan kolfa ta’uu irraa deemsichii yoo natti hafe hoo?"... Jedhe da'imnii deemsa dhabee garuu hin jiru😊.
Eega ammas ofii kee of danda’uf ykn jireenya hafuraa kee guddisuuf yoo yaaltu rakkinni sii mudatu waan ammanaa hin jedhamnedha😔.
Karaa bayy'een wantii dhibee si kuffisu jirachuuf maala
🤔. Ammaa akka gaafa da'imummaa kee sana abdii kutate dhabachuu irraa ofiike qusata tanan " Jireenya kee mo'achuufi isaa Waaqayyoo sin jedhe sanaas dhaaluun kee waan gonkumaa hin hafneedha"😊. Kanafuu Jabadhu😊
Kirstoos isa humna siif kennuun hundumaa dandessaati.😊
@faruu ~✝
Show more ...