cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐Ÿ’œJannata ๐ŸŒ(Heaven)๐ŸŒˆ

๐ŸŒChaanaalii mootummaa waaqaaf si qopheessu ๐Ÿ™†Yaada Ajaa'ibsiifattan hedduu Kan irraa barattan. ๐Ÿ›ฃ๏ธ๐Ÿ›ฃKan itti boqottan,daandii qajeelinaa irratti kan ittiin Wal tiksinu๐Ÿ’ŸJaalala waaqayyoo fiwalii galtee waaqa waliin cimsu Creator #Tola Bayisa

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
194Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

*****Anaan kaa*********** ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ Harki ishee reebamee dirmammaa'uu irra darbee madaa'eera. Sababiin isaas sababiin isaas mucayyoon laalii Jedhamtu kun yeroo hunda itti barfata, barfattee daree seenti jechuudha.isa booda barsiisaan ishee harkaa ishee shiboodhaan reeba barattoota garbiraafis barsiisa ta'a jedhee! Guyyaa tokko barsiisaan kun akka tasaa tahee itti barfannaan biskileettiidhaan gara mana barumsaatti fiigaa jira.fuldura isaatti mucaa xiqqoo wiilcheriidhaan nama guddaa dhiibdu arge. Bira darbuuf jedhee hubatee yommuu ilaalu barattuu isaa laalliin ishee yeroo hunda reebicha amaleeffatte sanadha. Laalliin abbaan ishee dhagni isaa mudhiin gadi laamsha'aa waan ta'eef yeroo hunda ganamaan kaatee ciree hojjettee abbaa ishee nyaachiftee abbaa ishee hojiin isaas mudhiin isaa ol nagaa waan taheef achuma taa'ee kophee qulqulleessuun galii argatuun waan jiraataniif bakka hojii isaa sana geessa jirti barsiisichis hedduu rifatee booddeetti deebi'ee suuta jedhee duuba isaaniitti hafee deemuutti kahe. Laalliinis abbaashee akkuma abbaashee iddoon geessee booda gara mana barumsaatti fiigicha finxiraachaa kaate barsiisichis garaan isaa hedduu Isa raafame.gocha duraan ishee irratti gochaa ture yaadatee boo'aa dura ishee kilaasii seenee barattoonni hundinuu iddoo qabataniiru akkuma seeneen gara balbala darichaatti galagalee jilbeeffatee boo'aa laalliiniin eeguu eegale akkuma durii laalliinis barfattee dhuftee balbala daree rukkutuu eegalte. Seeni jennaan seentee akkuma durii ishee ofumaan harkashee barsiisaa ishee jala qabatti .barsiisichis ofitti qabee hammatee boo'ee dhiifama gaafachaa fuudhee ol baate.ANAAN KAA! Jedhee harkashee reebichaan madeesse sana afuufaa fudhatee dareedhaa gad ba'ee............. ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰Dubbii ijoo ๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‰ Wanta gaariis ta'ee hamaa maaliif akka gochaa jirru sirriitti hubachuu qabna. Yaa namootaa yooma hammam aarreyyu yooma hammam sardamneyyuu namatti murteessuu Irraa of haa qusannu!! Galatoomaa
Show all...
Ificha na harkaa fuudhi dabarsigaa dhalakoo๐Ÿ’“*****************/************* "Egaa dhalakoo jaalalli gooftaa yesuus kiristoos erga na qabee tureera. Qajeelummaansaa,garraamummaansaa amanamummaan isaa gammachuun isaa humni isaa jabinni isaa fayyisuun isaa dhugummaan isaa hamma jedhe gahuunsaa maqaa isaaf amanamaa tahuun isaa obsi isaa abdiin isaa gara laafinni isaa tikti isaa ifti isaa mi'aan isaa mararree fi simboon jaalala isaa na mo'atee jaalala isaan booji'ameen bara hedduu Waliin jiraadhe jiraataas jira.egaa ifti kun ifa Isa kaanirraa kan addaan Isa baasu yeroo hundumaa keessa jireenya nama ibsuutiin. Keessi jireenya nama yoo ife immoo akkuma iji keenya foonii yommuu ifti jiru wantoota gargar baasu iji keenya kan keessoos yemmuu ifu dandeettiin nuti wantoota hafuura keenyaf miidhuu fi fayyadu Adda baasnee akka beeknuuf nu gargaara. Ifti faallaa dukkanaati.bakka ifti jiru dukkanni hin jiru.kanaaf ifti kun yesuus kiristoos akka guutummaa biyya lafaatti dhugaa bahi! Ibiddicha ificha humnicha wangeelaa kana sagalee waaqayyo kana dhalootatti dabarsi "naan jedhe
Show all...
๐ŸŒน๐Ÿ‚๐Ÿ‚๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐Ÿ‚๐Ÿฅ€Isinan jaalladha isinan kabaja bara hundumaatti sinan abdadha yoo jiraattan jiruun natti tolti๐ŸŒท๐Ÿฅ€๐Ÿฅ€๐ŸŒท๐Ÿ๐Ÿ‚๐ŸŒ๏ธ๐Ÿคฝ.
Show all...