cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Gospel Tube 🎤🎹

[በMb ሜጋ ባይት እና በአነስተኛ Kb አማራጭ አዳዲስ መዝሙሮች ፣ ቆየት ያሉ መዝሙሮ፣ Live Worship እንዲሁም ተደምጠው የማይጠግቡ መዝሙሮችን ለማግኘት 👇👇👇 https://t.me/joinchat/AAAAAFCqMw6-vbP8xXm6Vw Creator @Nebexv Our youtube channal 🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻🔻 Other Channel @Mezmurpictures

Show more
Advertising posts
4 698Subscribers
+424 hours
+17 days
-5430 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViewsSharesViews dynamics
01
መዳን በሌላ በማንም የለም በ እየሱስ ነው እንጂ Farfannaa bareedadha isin affeererra.
5311Loading...
02
ተባረኩበት
7678Loading...
03
Siilo'am                  (Isa ergame)                       Yoh9:7 “Siilo'am” jechuun isa ergame       jechuu dha. Macaafa qulqulluu keessatti jechi kun si'a afur caqafame. Yoh 9 irraatti yesuus namicha dhaloota isaatti jalqabee jaama ture sana dhoqee lafaa fuudhe dhoqqeessee ija isaatti dibee bishaan isa siilo'am jedhamu hiikon isaas isa ergame jechuu isa ta'ee sanatti akka dhaqee dhiqatu abboome. Namichis akkuma sana godhee fayye. Asitti waa lama argina tokko hojii uumu Waaqayyoo isa jalqabatti; kootaa nama akka bifaa fi fakkaatti keenyatti ni uumna jedhee dhoqee/biyyoo irraa qaqqabatee uume sanaatti iji namicha kanaa dhalootuma isaatti jalqabee hin jiru waan ta'eef/hin argu waan ta'eef  ija isaa akkuma jalqabatti godhe dhoqqee irraa uume. Kana duwwaadhan waan hin geenyef;fayyini namicha kanaas fiixan waan hin baanef dirqama gara siilo'am dhaqee dhiqachuun irra ture. Erga dhaqee dhiqatee boodes fayyini isaa fiixan ba'e. Baayyeesaa kanan agarsiisu barbaade ilmaan namaa hundi bishaanichatti dhaqee yoo hin dhiqane arguu hin danda'u. Bishaanichi inni dhaqee itti dhiqatee sun yesuus isa ergameedha. Kan ija dhoqee irraa isa uumes yesuusuma. Asuman yesuus Waaqa ta'u isaa akkuma yeroo jalqabaa sanatti dhoqee irraa deebise uumu isaattin agarsiisera. Iddoo kanatti waanti nu hubachuu qabnu kan biraan immoo akkuma namicha dhaloota isaatti jalqabee ija hin qabne kun uumama haaraadhan yoo hin uumamne malee arguu hin dandeenye namni lamaffaa hin dhalannes mootummaa waaqayyoo itti galuu miti ija isaattinu arguu hin danda'u.(Yoh 3:3)                 Mat6:22 irratti “Yesus, "Iji ibsaa dhagnaa ti; iji kee fayyaa guutuu yoo ta'e, dhagni kee hundinuu ifaa in ta'a.” jedha. Kanaafu iji keenya fayyina guutu fayye jechuun dhagni keenya guutun ifaa in ta'a. Egaa Yesuus asitti waan raawwaten waantota gurguddaa 3 agarsiisera.      1) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama akka ta'e.      2) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama waan ta'ef uumaa isa ta'e yesuusitti dhiyaachun akka isaaf ta'uu fi uuma ta'uusaa amanu akka qabu.        3) Gara isa cubbuu keenya nuuf dhiisu danda'u nu qulleessuu danda'u yesuusitti deemun akka nuuf ta'u agarsiisa.      As keessatti waan sadii hubachuun nuuf in ta'a. Tokko iji dhagna keenya guutumaa akka bakka buutu. Lama Yesuus uumaa kee ykn uumaa ta'uu amanuu akka qabdu. Sadii yesuus cubbuu kee akka siif dhiisu fi si qulleessuu amanu akka qabdudha. Akka isa ergame ta'e amantee uumaa ta'u isaa yoo mamte hin fayyitu. Kan dursus uumaa kee akka ta'e amanuudha. Uumaa kee akka ta'e hin amantu taanan qullaa'udhafis gara isaa hin dhaqxu.          👉🏾 TRINITY'n sirritti ifee kutaa kana keessaa natti mul'ata.      Yoo gara isa ergame kanaa hin dhaqxu ta'e garuu akkuma warra Luq 13:4 irratti caqafamanii sana taata.  Akkas jedha :-Yookiis jarreen kudha saddeet bishaan Siilo'am bukkeetti, masaraan dhagaa ol dheeraan jigee isaan fixe sun, saba Yerusaalem jiraatan hundumaa irra caalaa kan yakkan isinitti fakkaataa ree?jedha. Eenyun caalatti yakkiteef utuu hin taane qalbii jijjiirachuu dadhabuu keetini. Inni ergame akka ittin quloofnuf yesuusi. Yoo uumaa ta'uu isaafi isa akka itti qulloofnuf ergame ta'uu isaa amantee gara isaa dhufte ni fayyita. Yoo hin amantu ta'e garuu cubbuun caalu si irraa argamee utuu hin taane isa waaqayyoo erge sanatti amanuu diduu keettin ykn fudhachuu dadhabuu keetin akka warra bishaan siilo'am bukkeetti dhuman sanaa yesuusuma biratti siif dhuma. Karaan waaqayyoo ittin nu fayyisu yesuusuma qofa. 🙏🏿please Caalaadhumatti obboloota musilimaa biraan naa ga'aa. https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu
8501Loading...
04
Beekan akka isa abbaan qofti beeku beeku hin jiru. Mat 11:27 Dhugaadha beekumsi kana caale hin jiru. Ilma kan beeku abbaadhuma qofa. Inni abbaa jedhamaa jiru kun Waaqayyoon akka ta'e qalbifachuun keenyas immoo caalaatti akka gammadnu nu godha. Sababni isaas waan Waaqayyoo duwwaan beeku beekun beekumsa isa dhumaatti. Egaa an isa Waaqayyoo qofti beeku beekun naaf ta'eera. Innis ilma isaa isa jaalatamaa iyeesusi. Fiixe beekumsaa irra ga'uu barbaadu kana booda hin qabu. Of jejuus yoo ta'e kana caalaa waantin ittin of jejuu hin jiru. Beekadha kan ofiin jedhu isa qofaas mitti attilee beekadha kan ittiin jetu baayyeen isaa isa Waaqayyoo qofti beeku ilma isaa hin beeku. Kanatti guddaan gammada.Fiixeen beekumsa hundaa isa Waaqayyoo qofti beeku sana beekudha. Lakkoofsuma kana irratti Waaqayyoon kan beeku ilma isaa yesuus qofa. Kana duwwaadhan hin hafne. Warra Waaqayyoon baruun isaani fedha isaa ta'ee duwwaatu isa beeku danda'a. HALLELUJAH. kana kan hubachuu dandeesu warra kana hin beekne wajjin gaafa wal qunamtee haasoftu ykn yaada wal jijjiirtudha. Warri isa Waaqayyoo duwwaan beeku ilma isaa yesuusin Waaqayyoo isa ilmi duwwaan beeku beekun isinniif ta'e garaa keessan irraa Galateefadhaa. Nuu ifeera
8230Loading...
05
Ilaalame Google'n ana karaan kan jedhee barsiisefi dubbate waan hin argineef gaafa <who is the only way to heaven>jetannii gaafatannu isa armaan olii kana siniif deebbisa. 👉🏾YESUUS KARAA ABBAATTI GEESUDHA.Yoh 14 Namoonni hamma har'aatti karaa abbaatti geesu barbaadudhan halkaniif guyyaa dhama'aa jirtanu; kaan guyyaatti si'a torba yoon dogongoruu baadhe, kaan biyyaa biyyatti holqa meeqa keessa naanna'aa jirtanu karaan isa qofa. Kun dhugaa addunyaan utuu hin jaalattin amantedha. Yesuus karaa abbaatti geesudha. Maalo kootaa karaa kana irra bu'aatti abbaa wajjin wal argaa. Utuun baayyee dubbadhe natti tola dubbiftee qalbifannaan kunuu ga'aadha. Warri karaa abbaatti geesu isa dhugaan ba'ameef kana irra buutan yoo fedha keessan ta'eefi ormootaf share gochuun keessan gaari isinitti fakkaate mul'ate share godhaa. “Namni garaa isaatti amanee qajeelaa ta'a, afaan isaatiinis beeksisee in fayya.”Rom. 10:10 👆Akkas jedhee barreefame waan jiruufis immoo karaa dhugaa kanaaf dhugaa ba'a. Isa itti amantanis beekisisaa.
1 1442Loading...
Repost from N/a
መዳን በሌላ በማንም የለም በ እየሱስ ነው እንጂ Farfannaa bareedadha isin affeererra.
Show all...
👍 9 4
ተባረኩበት
Show all...
👍 5
Repost from N/a
Siilo'am                  (Isa ergame)                       Yoh9:7 “Siilo'am” jechuun isa ergame       jechuu dha. Macaafa qulqulluu keessatti jechi kun si'a afur caqafame. Yoh 9 irraatti yesuus namicha dhaloota isaatti jalqabee jaama ture sana dhoqee lafaa fuudhe dhoqqeessee ija isaatti dibee bishaan isa siilo'am jedhamu hiikon isaas isa ergame jechuu isa ta'ee sanatti akka dhaqee dhiqatu abboome. Namichis akkuma sana godhee fayye. Asitti waa lama argina tokko hojii uumu Waaqayyoo isa jalqabatti; kootaa nama akka bifaa fi fakkaatti keenyatti ni uumna jedhee dhoqee/biyyoo irraa qaqqabatee uume sanaatti iji namicha kanaa dhalootuma isaatti jalqabee hin jiru waan ta'eef/hin argu waan ta'eef  ija isaa akkuma jalqabatti godhe dhoqqee irraa uume. Kana duwwaadhan waan hin geenyef;fayyini namicha kanaas fiixan waan hin baanef dirqama gara siilo'am dhaqee dhiqachuun irra ture. Erga dhaqee dhiqatee boodes fayyini isaa fiixan ba'e. Baayyeesaa kanan agarsiisu barbaade ilmaan namaa hundi bishaanichatti dhaqee yoo hin dhiqane arguu hin danda'u. Bishaanichi inni dhaqee itti dhiqatee sun yesuus isa ergameedha. Kan ija dhoqee irraa isa uumes yesuusuma. Asuman yesuus Waaqa ta'u isaa akkuma yeroo jalqabaa sanatti dhoqee irraa deebise uumu isaattin agarsiisera. Iddoo kanatti waanti nu hubachuu qabnu kan biraan immoo akkuma namicha dhaloota isaatti jalqabee ija hin qabne kun uumama haaraadhan yoo hin uumamne malee arguu hin dandeenye namni lamaffaa hin dhalannes mootummaa waaqayyoo itti galuu miti ija isaattinu arguu hin danda'u.(Yoh 3:3)                 Mat6:22 irratti “Yesus, "Iji ibsaa dhagnaa ti; iji kee fayyaa guutuu yoo ta'e, dhagni kee hundinuu ifaa in ta'a.” jedha. Kanaafu iji keenya fayyina guutu fayye jechuun dhagni keenya guutun ifaa in ta'a. Egaa Yesuus asitti waan raawwaten waantota gurguddaa 3 agarsiisera.      1) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama akka ta'e.      2) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama waan ta'ef uumaa isa ta'e yesuusitti dhiyaachun akka isaaf ta'uu fi uuma ta'uusaa amanu akka qabu.        3) Gara isa cubbuu keenya nuuf dhiisu danda'u nu qulleessuu danda'u yesuusitti deemun akka nuuf ta'u agarsiisa.      As keessatti waan sadii hubachuun nuuf in ta'a. Tokko iji dhagna keenya guutumaa akka bakka buutu. Lama Yesuus uumaa kee ykn uumaa ta'uu amanuu akka qabdu. Sadii yesuus cubbuu kee akka siif dhiisu fi si qulleessuu amanu akka qabdudha. Akka isa ergame ta'e amantee uumaa ta'u isaa yoo mamte hin fayyitu. Kan dursus uumaa kee akka ta'e amanuudha. Uumaa kee akka ta'e hin amantu taanan qullaa'udhafis gara isaa hin dhaqxu.          👉🏾 TRINITY'n sirritti ifee kutaa kana keessaa natti mul'ata.      Yoo gara isa ergame kanaa hin dhaqxu ta'e garuu akkuma warra Luq 13:4 irratti caqafamanii sana taata.  Akkas jedha :-Yookiis jarreen kudha saddeet bishaan Siilo'am bukkeetti, masaraan dhagaa ol dheeraan jigee isaan fixe sun, saba Yerusaalem jiraatan hundumaa irra caalaa kan yakkan isinitti fakkaataa ree?jedha. Eenyun caalatti yakkiteef utuu hin taane qalbii jijjiirachuu dadhabuu keetini. Inni ergame akka ittin quloofnuf yesuusi. Yoo uumaa ta'uu isaafi isa akka itti qulloofnuf ergame ta'uu isaa amantee gara isaa dhufte ni fayyita. Yoo hin amantu ta'e garuu cubbuun caalu si irraa argamee utuu hin taane isa waaqayyoo erge sanatti amanuu diduu keettin ykn fudhachuu dadhabuu keetin akka warra bishaan siilo'am bukkeetti dhuman sanaa yesuusuma biratti siif dhuma. Karaan waaqayyoo ittin nu fayyisu yesuusuma qofa. 🙏🏿please Caalaadhumatti obboloota musilimaa biraan naa ga'aa. https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu
Show all...
1
Repost from N/a
Beekan akka isa abbaan qofti beeku beeku hin jiru. Mat 11:27 Dhugaadha beekumsi kana caale hin jiru. Ilma kan beeku abbaadhuma qofa. Inni abbaa jedhamaa jiru kun Waaqayyoon akka ta'e qalbifachuun keenyas immoo caalaatti akka gammadnu nu godha. Sababni isaas waan Waaqayyoo duwwaan beeku beekun beekumsa isa dhumaatti. Egaa an isa Waaqayyoo qofti beeku beekun naaf ta'eera. Innis ilma isaa isa jaalatamaa iyeesusi. Fiixe beekumsaa irra ga'uu barbaadu kana booda hin qabu. Of jejuus yoo ta'e kana caalaa waantin ittin of jejuu hin jiru. Beekadha kan ofiin jedhu isa qofaas mitti attilee beekadha kan ittiin jetu baayyeen isaa isa Waaqayyoo qofti beeku ilma isaa hin beeku. Kanatti guddaan gammada.Fiixeen beekumsa hundaa isa Waaqayyoo qofti beeku sana beekudha. Lakkoofsuma kana irratti Waaqayyoon kan beeku ilma isaa yesuus qofa. Kana duwwaadhan hin hafne. Warra Waaqayyoon baruun isaani fedha isaa ta'ee duwwaatu isa beeku danda'a. HALLELUJAH. kana kan hubachuu dandeesu warra kana hin beekne wajjin gaafa wal qunamtee haasoftu ykn yaada wal jijjiirtudha. Warri isa Waaqayyoo duwwaan beeku ilma isaa yesuusin Waaqayyoo isa ilmi duwwaan beeku beekun isinniif ta'e garaa keessan irraa Galateefadhaa. Nuu ifeera
Show all...
👍 2
Repost from N/a
Ilaalame Google'n ana karaan kan jedhee barsiisefi dubbate waan hin argineef gaafa jetannii gaafatannu isa armaan olii kana siniif deebbisa. 👉🏾YESUUS KARAA ABBAATTI GEESUDHA.Yoh 14 Namoonni hamma har'aatti karaa abbaatti geesu barbaadudhan halkaniif guyyaa dhama'aa jirtanu; kaan guyyaatti si'a torba yoon dogongoruu baadhe, kaan biyyaa biyyatti holqa meeqa keessa naanna'aa jirtanu karaan isa qofa. Kun dhugaa addunyaan utuu hin jaalattin amantedha. Yesuus karaa abbaatti geesudha. Maalo kootaa karaa kana irra bu'aatti abbaa wajjin wal argaa. Utuun baayyee dubbadhe natti tola dubbiftee qalbifannaan kunuu ga'aadha. Warri karaa abbaatti geesu isa dhugaan ba'ameef kana irra buutan yoo fedha keessan ta'eefi ormootaf share gochuun keessan gaari isinitti fakkaate mul'ate share godhaa. “Namni garaa isaatti amanee qajeelaa ta'a, afaan isaatiinis beeksisee in fayya.”Rom. 10:10 👆Akkas jedhee barreefame waan jiruufis immoo karaa dhugaa kanaaf dhugaa ba'a. Isa itti amantanis beekisisaa.
Show all...
👍 3
Go to the archive of posts