cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Gospel Tube ๐ŸŽค๐ŸŽน

[แ‰ Mb แˆœแŒ‹ แ‰ฃแ‹ญแ‰ต แŠฅแŠ“ แ‰ แŠ แŠแˆตแ‰ฐแŠ› Kb แŠ แˆ›แˆซแŒญ แŠ แ‹ณแ‹ฒแˆต แˆ˜แ‹แˆ™แˆฎแ‰ฝ แฃ แ‰†แ‹จแ‰ต แ‹ซแˆ‰ แˆ˜แ‹แˆ™แˆฎแฃ Live Worship แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆแˆ แ‰ฐแ‹ฐแˆแŒ แ‹ แ‹จแˆ›แ‹ญแŒ แŒแ‰ก แˆ˜แ‹แˆ™แˆฎแ‰ฝแŠ• แˆˆแˆ›แŒแŠ˜แ‰ต ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/joinchat/AAAAAFCqMw6-vbP8xXm6Vw Creator @Nebexv Our youtube channal ๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป๐Ÿ”ป Other Channel @Mezmurpictures

Show more
Advertising posts
4 697Subscribers
-424 hours
-97 days
-6030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย N/a
แˆ˜แ‹ณแŠ• แ‰ แˆŒแˆ‹ แ‰ แˆ›แŠ•แˆ แ‹จแˆˆแˆ แ‰  แŠฅแ‹จแˆฑแˆต แŠแ‹ แŠฅแŠ•แŒ‚ Farfannaa bareedadha isin affeererra.
Show all...
๐Ÿ‘ 9โค 4
แ‰ฐแ‰ฃแˆจแŠฉแ‰ แ‰ต
Show all...
๐Ÿ‘ 5
Repost fromย N/a
Siilo'am                  (Isa ergame)                       Yoh9:7 โ€œSiilo'amโ€ jechuun isa ergame       jechuu dha. Macaafa qulqulluu keessatti jechi kun si'a afur caqafame. Yoh 9 irraatti yesuus namicha dhaloota isaatti jalqabee jaama ture sana dhoqee lafaa fuudhe dhoqqeessee ija isaatti dibee bishaan isa siilo'am jedhamu hiikon isaas isa ergame jechuu isa ta'ee sanatti akka dhaqee dhiqatu abboome. Namichis akkuma sana godhee fayye. Asitti waa lama argina tokko hojii uumu Waaqayyoo isa jalqabatti; kootaa nama akka bifaa fi fakkaatti keenyatti ni uumna jedhee dhoqee/biyyoo irraa qaqqabatee uume sanaatti iji namicha kanaa dhalootuma isaatti jalqabee hin jiru waan ta'eef/hin argu waan ta'eef  ija isaa akkuma jalqabatti godhe dhoqqee irraa uume. Kana duwwaadhan waan hin geenyef;fayyini namicha kanaas fiixan waan hin baanef dirqama gara siilo'am dhaqee dhiqachuun irra ture. Erga dhaqee dhiqatee boodes fayyini isaa fiixan ba'e. Baayyeesaa kanan agarsiisu barbaade ilmaan namaa hundi bishaanichatti dhaqee yoo hin dhiqane arguu hin danda'u. Bishaanichi inni dhaqee itti dhiqatee sun yesuus isa ergameedha. Kan ija dhoqee irraa isa uumes yesuusuma. Asuman yesuus Waaqa ta'u isaa akkuma yeroo jalqabaa sanatti dhoqee irraa deebise uumu isaattin agarsiisera. Iddoo kanatti waanti nu hubachuu qabnu kan biraan immoo akkuma namicha dhaloota isaatti jalqabee ija hin qabne kun uumama haaraadhan yoo hin uumamne malee arguu hin dandeenye namni lamaffaa hin dhalannes mootummaa waaqayyoo itti galuu miti ija isaattinu arguu hin danda'u.(Yoh 3:3)                 Mat6:22 irratti โ€œYesus, "Iji ibsaa dhagnaa ti; iji kee fayyaa guutuu yoo ta'e, dhagni kee hundinuu ifaa in ta'a.โ€ jedha. Kanaafu iji keenya fayyina guutu fayye jechuun dhagni keenya guutun ifaa in ta'a. Egaa Yesuus asitti waan raawwaten waantota gurguddaa 3 agarsiisera.      1) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama akka ta'e.      2) Namni hundinuu dhaloota isaatti jalqabee jaama waan ta'ef uumaa isa ta'e yesuusitti dhiyaachun akka isaaf ta'uu fi uuma ta'uusaa amanu akka qabu.        3) Gara isa cubbuu keenya nuuf dhiisu danda'u nu qulleessuu danda'u yesuusitti deemun akka nuuf ta'u agarsiisa.      As keessatti waan sadii hubachuun nuuf in ta'a. Tokko iji dhagna keenya guutumaa akka bakka buutu. Lama Yesuus uumaa kee ykn uumaa ta'uu amanuu akka qabdu. Sadii yesuus cubbuu kee akka siif dhiisu fi si qulleessuu amanu akka qabdudha. Akka isa ergame ta'e amantee uumaa ta'u isaa yoo mamte hin fayyitu. Kan dursus uumaa kee akka ta'e amanuudha. Uumaa kee akka ta'e hin amantu taanan qullaa'udhafis gara isaa hin dhaqxu.          ๐Ÿ‘‰๐Ÿพ TRINITY'n sirritti ifee kutaa kana keessaa natti mul'ata.      Yoo gara isa ergame kanaa hin dhaqxu ta'e garuu akkuma warra Luq 13:4 irratti caqafamanii sana taata.  Akkas jedha :-Yookiis jarreen kudha saddeet bishaan Siilo'am bukkeetti, masaraan dhagaa ol dheeraan jigee isaan fixe sun, saba Yerusaalem jiraatan hundumaa irra caalaa kan yakkan isinitti fakkaataa ree?jedha. Eenyun caalatti yakkiteef utuu hin taane qalbii jijjiirachuu dadhabuu keetini. Inni ergame akka ittin quloofnuf yesuusi. Yoo uumaa ta'uu isaafi isa akka itti qulloofnuf ergame ta'uu isaa amantee gara isaa dhufte ni fayyita. Yoo hin amantu ta'e garuu cubbuun caalu si irraa argamee utuu hin taane isa waaqayyoo erge sanatti amanuu diduu keettin ykn fudhachuu dadhabuu keetin akka warra bishaan siilo'am bukkeetti dhuman sanaa yesuusuma biratti siif dhuma. Karaan waaqayyoo ittin nu fayyisu yesuusuma qofa. ๐Ÿ™๐Ÿฟplease Caalaadhumatti obboloota musilimaa biraan naa ga'aa. https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu
Show all...
โค 1
Repost fromย N/a
Beekan akka isa abbaan qofti beeku beeku hin jiru. Mat 11:27 Dhugaadha beekumsi kana caale hin jiru. Ilma kan beeku abbaadhuma qofa. Inni abbaa jedhamaa jiru kun Waaqayyoon akka ta'e qalbifachuun keenyas immoo caalaatti akka gammadnu nu godha. Sababni isaas waan Waaqayyoo duwwaan beeku beekun beekumsa isa dhumaatti. Egaa an isa Waaqayyoo qofti beeku beekun naaf ta'eera. Innis ilma isaa isa jaalatamaa iyeesusi. Fiixe beekumsaa irra ga'uu barbaadu kana booda hin qabu. Of jejuus yoo ta'e kana caalaa waantin ittin of jejuu hin jiru. Beekadha kan ofiin jedhu isa qofaas mitti attilee beekadha kan ittiin jetu baayyeen isaa isa Waaqayyoo qofti beeku ilma isaa hin beeku. Kanatti guddaan gammada.Fiixeen beekumsa hundaa isa Waaqayyoo qofti beeku sana beekudha. Lakkoofsuma kana irratti Waaqayyoon kan beeku ilma isaa yesuus qofa. Kana duwwaadhan hin hafne. Warra Waaqayyoon baruun isaani fedha isaa ta'ee duwwaatu isa beeku danda'a. HALLELUJAH. kana kan hubachuu dandeesu warra kana hin beekne wajjin gaafa wal qunamtee haasoftu ykn yaada wal jijjiirtudha. Warri isa Waaqayyoo duwwaan beeku ilma isaa yesuusin Waaqayyoo isa ilmi duwwaan beeku beekun isinniif ta'e garaa keessan irraa Galateefadhaa. Nuu ifeera
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Repost fromย N/a
Ilaalame Google'n ana karaan kan jedhee barsiisefi dubbate waan hin argineef gaafa jetannii gaafatannu isa armaan olii kana siniif deebbisa. ๐Ÿ‘‰๐ŸพYESUUS KARAA ABBAATTI GEESUDHA.Yoh 14 Namoonni hamma har'aatti karaa abbaatti geesu barbaadudhan halkaniif guyyaa dhama'aa jirtanu; kaan guyyaatti si'a torba yoon dogongoruu baadhe, kaan biyyaa biyyatti holqa meeqa keessa naanna'aa jirtanu karaan isa qofa. Kun dhugaa addunyaan utuu hin jaalattin amantedha. Yesuus karaa abbaatti geesudha. Maalo kootaa karaa kana irra bu'aatti abbaa wajjin wal argaa. Utuun baayyee dubbadhe natti tola dubbiftee qalbifannaan kunuu ga'aadha. Warri karaa abbaatti geesu isa dhugaan ba'ameef kana irra buutan yoo fedha keessan ta'eefi ormootaf share gochuun keessan gaari isinitti fakkaate mul'ate share godhaa. โ€œNamni garaa isaatti amanee qajeelaa ta'a, afaan isaatiinis beeksisee in fayya.โ€Rom. 10:10 ๐Ÿ‘†Akkas jedhee barreefame waan jiruufis immoo karaa dhugaa kanaaf dhugaa ba'a. Isa itti amantanis beekisisaa.
Show all...
๐Ÿ‘ 3
Repost fromย N/a
๐Ÿ…ฑ๏ธŽ๐Ÿ…ฐ๏ธŽ๐Ÿ†๏ธŽ๐Ÿ…ฐ๏ธŽ๐Ÿ…ฑ๏ธŽ๐Ÿ…ฑ๏ธŽ๐Ÿ…ฐ๏ธŽ๐Ÿ…ฐ Bakka yesuus kan gad dhiifame Hidhaan isaa hiikame Barabbaan ana hidhaan koo isaan hiikame Anaaf mal ture hidhamuuf giddirfamuun Yesuustu dhufe waa'een koo yaadatame Nama gumaa ta'uun koo dagatamee Haa hiikamu kanan jedhame Gadi lakifame. Dhugaadha nuu akka Barabbaa warra gumaa fi diinota Waaqayyoo ta'uu keenya irraan kan ka'e warra cubbuuf badii keenyan hidhamne. Garuu yesuus iddoo keenya bu'e nuti gadi lakkifamne. Haleluyaa ๐“ฆ๐“ช๐“ช๐“บ๐“ช๐”‚๐”‚๐“ธ๐“ธ๐“ท ๐“ฐ๐“ช๐“ต๐“ช๐“ฝ๐“ฎ๐“ฎ๐“ฏ๐“ช๐“ญ๐“ฑ๐“ช๐“ช https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu https://t.me/yadetabirhanu
Show all...
โค 5๐Ÿฅฐ 1
Repost fromย N/a
Mat 4 :1-11 irratti hundaa'e. Qorumsa seexanaa kutaa fi sadarkaa isaani. Qorumsa seexanaa kutaa sadiifi sadarkaa saditti qoodne ilaala. Kutaawwani fi sadarkaawwan isaanittin wal caala. Kutaa jalqabaa "Ati dhugumaan ilma Waaqayyoo yoo taate, dhagoonni kun buddeena akka ta'aniif abboomi!" ittiin jedhe.โ€ As keessatti waanuma foon keenyan wal qabatudha. Fakkeenyaf nyaata dhugaatti, uffannaa, qabeenya, mana fi kkf of keessatti haamata. As keessatti jechootuma alaa barreefamani hin jire waantota nu barbaachisan irratti hundaa'e fayyadamti. Qorumsa kana keessatti boo'u aaru jeeqamun gammachuu dhabuun ni mul'atu. Kutaa lammaffaa โ€œ"Ati dhugumaan ilma Waaqayyoo yoo taate kana irraa gad of darbadhu, 'Inni ergamoota isaa siif in abbooma, miilli kee dhagaatti akka hin buunettis isaan harka isaanii irratti si in baatu'kan jedhu caafameera" ittiin jedhe.โ€ Kutaan lammaffaan kun isa jalqabaa irra ni hammaata. Sababni isaa akka isa jalqabaa jechootuma alaa hin bareefanen utuu hin taane sagalee waaqayyoottin qorumsa qoramnu waan ta'ef abdii nuuf kenname aboo nuuf kenname fi kkf irratti waan hundaa'ef ulfaataadha. Qorumsi kunis gara du'aatti kan nu geesu fi waaqayyoo akka qoru kan nu godhuudha. Amantii keenyas kan ajjeesudha. Abdiis kan nu kutachiisudha. Sababa isaa gara dhumaa irratti nan ibsa. Kutaa sadaffaa โ€œ"Lafa dhooftee anaaf yoo sagadde, isaan kana hundumaa siif nan kenna" jedheen.โ€ Qorumsi kun isa dhumaatti. Targettii seexanaattis. Qorumsoota ammaa kan caalaa baayyee hamaa fi ulfaatadha. Akka isa jalqabaa Alemawim sgawim aydelem. Akkasums kan barreefamen ala. Sexanawi newu. Qorumsi kun akka ulfaatu kan godhu namni ulfina fi aboo waan dheebotuf diduuf ulfaata ta'a. Isa kana irratti ifachuutu nuuf ta'a. Kutaawwan laman gara olii keessatti yesuus utuu gochuu danda'u kan inni dideef hin barbaachisuf ykn isa bareefame sanatti amanuu dhabee utuu hin taane godhii fi dhiibaa seexanaattin waan ta'eefi. Jireenya keessatti nus waan baayyee dhiibaa seexanaattin kadhanneera gooneras.Garuu Waaqayyoo dogongora keenyatti waan hin hirmaanef waan nu barbaachifneef utuu hin taane utuu nu barbaachisu Waaqayyoo nu dhoowwatera. Kunis dudduuba kadhannaa, gaaffii fi boo'icha baayyee keenya boode isa jiru waan beekufi. Waanuma barreefame jiru nuuf kakatame kan jireenya keenya keessati Waaqayyoo raawwachuu dideef gochuu dadhabee ykn soba ta'ee miti. Kanaaf jireenya kadhannaa keenya keessatti kadhannaa nu goonufi gaaffiin nu gaafanu dhiibaa eenyutin akka ta'e adda baafachu qabna. Waan nyaachu dhuguu uffachuu deemu qabnu duwwaadhaf dhiibaa seexanaattin sochii fi yaali goona taanan fuula Waaqayyoo duratti taajabamna. Akkuma kana barreefamera jenee dhiibaa seexanaattin shaakala hin taane keessa lixna taanan ittin haa jiraanuf ittin haa eebbifamnuuf ittin haa ooluf sagalee nuuf barreefameen duuna,abaaramna akkausumas badna, salphana, cabna. Isa kana keessaa Waaqayyoo qooda hin qabu. Isa sadaffaa kana immoo cira yeroo itti laachun nu hin barbaachisu. Of irraa ifachuutu nuuf ta'a. As irratti yaadni fi akeekni seexanaa ifaadha. Mul'ataa waan ta'eef hin goonu hin raawwanus. Garuu ulfaata kan godhu isa hin mul'ane dheebu keessoo keenyatti. Isaanis warran gara oliitti dhahedha. Kanaafu dheebuwwan kana ofittii kutuu qabna. Hamma dheebun kun nu keessa jirutti gaaffin kun seexana biraa nuuf dhiyaata. Irra deddeebi'e nuuf dhiyaachu isaa irraan kan ka'es dhanna nuu ta'e guyyaa tokko utuu hin beekin isa diini barbaadu sana taane argamna. Kanaafan utuu yeroo hin laatin of irraa ifachuu qabna kanan jedhef. Waaqayyoo koo waan na barsiistef si haa galatu. from my diary. channel kana yeroo dheraadhaf irraa fagaadheen ture kana boode karaa channel kanaa isin tajaajiluf of qopheesera. muuxannoo jireenya koos siniifan qooda. kan guyya guyyaani. kanaaf karaa linkii https://t.me/yadetabirhanu kanaa maati channel koo kanaa ta'aa. Eebbifama!
Show all...
โค 3๐Ÿ™ 3๐Ÿ‘ 2
แˆฐแˆแ‰ณแ‰ฝแˆแ‰ณแˆ?๐Ÿ‘๐Ÿ‘Ž
Show all...
๐Ÿ‘ 16โค 2
แ‹จแˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต แ‹ˆแŠ•แŒŒแˆ แ‰ฐแŠจแ‰ณแ‰ณแ‹ญ แ‰ตแˆแˆ…แˆญแ‰ต แ‰ แ‹ถแˆญ/ แˆ›แˆ™แˆป แˆแŠ•แ‰ณ
Show all...
๐Ÿ‘ 19๐Ÿ™ 4๐Ÿ”ฅ 2
Show all...
๐Ÿ‘ 3