cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

WAliin-Photography

*Guta Degefe* 🌌 Waliin photography service💃 🔖for videography 🔖for weeding 🔖for berithday 🔖for graduation 🔖for street pictures 🔖Address #D-Dolloo Creator: @moayee 📳+251917434512

Show more
Finland1 690The language is not specifiedSports14 793
Advertising posts
670Subscribers
No data24 hours
-27 days
-3730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from FARSAA ALBUM 💿
🔴⚪️Arsenaal Daaviid Rayaaf pawondii miiliyoona 25 fi dandeettii taphataa irratti ilaalaa kan kafalamu pawondii miiliyoona 5 guyyaa hardhaa walii galatee irraa gaheera. Toottinaham asiin dura pawondii miiliyoona 35 dhiheessee kufaa jalaa taasifamee jira. Kana caali waan bayyee haasayuu hin barabaadu...😁 Share @Oduu_Arsenal
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
🔴⚪️Jijjiirraa Diikilaan Raayis fi Juuliyan Timber beeksifamuu qofa hafe. Guyyoota muraasa dura Here We Go jedheen ture ammas wanti jijjiirame hin jiru, jijjiirraa beeksisuu qofa, Arsenaal taphattoota lamaan beeksisuuf waan hunda qopheessee xumureera.[Fabrizio Romano Via YouTube] gabaase Share @Oduu_Arsenal
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
🔴⚪️Jijjiirraan Deeklaan Raayisii fi Juuriyeen Tiimber erga ifa godhamee booda Arsenaal amma xiyyeeffannoo isaa taphattoota karoora Mikel Arteta keessaa hin taane gurguruutti ni deebisa. Folarin Balogun, Nicolas Pepe, Nuno Tavares, Albert Sambi Lokonga fi Cedric Soares hundi isaanii tarree kana keessatti hammatamaniiru. [Sky Sport] gabaase Share @Oduu_Arsenal
Show all...
Repost from Ebisa tech
Kiiliyaan Mbaappeen gara Piriimiyerliigii Ingiliiz yoo kan dhufu ta, e filannoon isaa Arsenaali dha. Share @oduu_arsenal2
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
⚪️ HERE WE GO : Jurrien Timber Declan Rice booda, Arsenaal akkasumas Jurrien Timber waliigaltee akkuma eegametti xumure — kunoo deemna! 🔴⚪️🇳🇱 ◉ Har'a kallattiin bilbilaa waliigaltee €40m dabalataan €5m dabalataa salphaa irratti walii galuu. ◉ Timber hanga June 2028tti kan mallatteesse yoo ta'u Arsenaal qofa barbaade, super excited about the project. 🔴⚪️Here We Go Share @Oduu_arsenal
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
🔴⚪️ | Here We Go: Declan Rice Deeklaan Raayis gara Arsenaalitti, kunoo deemna! Walii galteen fonally Arsenaal fi West Ham gidduutti taasifamee, raawwatameera ✅✨ ◉ Gunners kaffaltii rikoordii kilaboota irratti galma olaanaa isaanii £100m dabalataan £5m dabalataa daqiiqaa muraasa dura waliigaltee irra ga'een mallatteessaniiru. ◉ Arsenaaliif mallatteessitoota qaala’aa ta’e yoomiyyuu, Raayis taphataa Ingilizii qaala’aa ta’eera. ◉ Mikel Arteta fi Edu Gaspar, akka ta'uuf murteessoodha — sababiin isaas Man City har'a dursee dorgommii kana dhiisee deeme.
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
Hubachiisa. Neetwoorkiin jeequu danda'a sababa ta'eef namoonni bakka neetoorkii gaarii jirtan waliif ilaalaa. Waliif ilaaluuf garee https://fb.me/moayesen fayyadamuu ni dandeessu SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 📡MIIDIYAA📡 https://fb.me/moayesen 🌐MARSAARIITII🌐 https://fb.me/moayesen
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
Furii Photography Dembi Dollo Join my channel 👉 https://t.me/+VXQIalAm6tEReRlf
Show all...
Repost from FARSAA ALBUM 💿
Furii Photography Dembi Dollo Join my channel 👉 https://t.me/+VXQIalAm6tEReRlf
Show all...
Repost from N/a
0976421319
Show all...
Sign in and get access to detailed information

We will reveal these treasures to you after authorization. We promise, it's fast!