Official Telegram channel of the President of Ukrainewatch here
Best analytics service

Add your telegram channel for

  • get advanced analytics
  • get more advertisers
  • find out the gender of subscriber
CategoryNot specified
Channel location and language

audience statistics Fayyaa

1 629-2
~96
~34
5.88%
Telegram general rating
Globally
1 185 512place
of 5 730 636

Subscribers gender

Find out how many male and female subscibers you have on the channel.
?%
?%

Audience language

Find out the distribution of channel subscribers by language
Russian?%English?%Arabic?%
Subscribers count
ChartTable
D
W
M
Y
help

Data loading is in progress

User lifetime on the channel

Find out how long subscribers stay on the channel.
Up to a week?%Old Timers?%Up to a month?%
Subscribers gain
ChartTable
D
W
M
Y
help

Data loading is in progress

Since the beginning of the war, more than 2000 civilians have been killed by Russian missiles, according to official data. Help us protect Ukrainians from missiles - provide max military assisstance to Ukraine #Ukraine. #StandWithUkraine
WAL QUUNNAMTII SAALAA YEROO LAGUU JI'AA Akkuma beekamu dubartootni yeroo umurii dargaggummaa seenanitti jijjiirama qaama isaanii irratti mul'atu keessaa tokko marsaa laguuti. Marsaan laguu kunis giddu galeessaan guyyaa 28n kan dhufu yoo tahu, dubartii irraa dubartiitti garaagarummaa guyyaa 21 -35n mul'achuu danda'a. Marsaa laguu kanaan wal qabatees gaaffilee hedduutu ka'a. Isaan keessaa muraasa yoo ilaalle: 1. Yeroo laguu ji'aa irra jirutti dubartiin tokko wal quunnamtii saalaa gochuu ni dandeessii? Deebiin isaa akka filannoo abbaati. Dubartiin tokko qulqullina ishee eeggattee hamma nama wal quunnamtii waliin gootu sana gammachiisuu dandeessutti gochuu ni dandeessi. Qorannoo saayinsii hamma ammaatti godhameen dubartiin tokko yeroo laguun ji'aa irra jirutti wal quunnamtii saalaa gochuu hin qabdu kan jedhu hin jiru. 2. Dubartiin tokko osoo laguun ji'aa irra jiruu quunnamtii saalaa yoo raawwatte ulfaa'uu ni dandeessi? Eyyeen. Ulfaa'uu ni dandeessi. Keessattuu dubartootni guyyaan marsaa laguu isaanii dhaabbataa hin taanee(irregular menstrual cycles) fi kanneen yeroon marsaa laguu isaanii gabaabaa tahe (shorter menstrual cycles) carraa ulfaa'uu qabu. Garuu carraan ulfaa'uu kun kan wal quunnamtii saalaa yeroo biraa godhamuun dhufurra gadi bu'aadha. 3. Wal quunnamtiin saalaa yeroo laguu ji'aatti godhamu fayidaa ni qabaa? Eyyeen ni qaba. Fayidaaleen kunneen yeroo baay'ee dubartiin tokko wal quunnamtii saalaa yoo gootu gadameessi ishee kottoonfachuun wal qabatu. Dabalataanis hoormoonotni yeroo wal quunnamtii saalaa maddan gahee ni qabaatu. Fayidaaleen kunneenis: - Dhukkubbii yeroo marsaa laguu ni hir'isa - Yeroo turtii laguu gabaabsa - Fedhii wal quunnamtii saalaa dabala - Mataa bowwuu ykn dhiphachuu yeroo laguu ji'aa mul'atu ni hir'isa 4. Miidhaa akkamiimmoo qaba? Wal Quunnamtiin saalaa yeroo laguun ji'aa jirutti godhamu akkuma fayidaa qabu miidhaaleen isaan wal qabatanii dhufuu malanis ni jiru. Isaan keessaa muraasni: - Miirri namatti hin tolle jiraachuu mala. Kunis yeroo dhiigni laguu bahu sanatti dubartiin tokko qulqullina ishii yoo sirriitti kan hin eeganne taate, miirri wal quunnamtii saalaa gochuun dhufu hafee gara wal mufannaatti deemuun jiraachuu mala. Kanaaf hamma danda'ametti qulqullina irratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha. - Dhukkubootni wal quunnamtii saalaan daddarban carraan babal'achuu isaanii ol aanaadha. Vaayiresootni dhukkuba wal quunnamtii saalaan daddarbanii kanneen akka HIV dhiiga keessa waan jiraataniif, carraan isaan dhiiga laguu faalame irraan nama birootti darbuu bal'aadha. Kanaaf wal quunnamtiin saalaa yeroo marsaa laguu of eeggannoon godhamuu qaba. - Carraan dhukkuboota fangasii qaama hormaataa huban daddarbuu ol aanaa taha. Dhukkuboota wal quunnamtii saalaan daddarban qofa osoo hin taane dhukkubootni fangasii naannoo qaama hormaataa huban illee, jijjiirama hoormoonii yeroo laguu uumamuun wal qabatee, carraan daddarbuu isaanii ol aanaadha. Kanaaf akka dhaamsaatti, dubartiin tokko yeroo laguu irra jirtutti wal quunnamtii saalaa gochuu yoo feete: - qulqullina ishee irratti sirriitti xiyyeeffachuu qabdi. Kun miirri jibbisiisaan akka nama quunnamtii waliin gootu sanaa fi ishee gidduutti hin uumamne gochuurra darbee, carraa dhukkuboota daddarboon qabamuu illee ni hir'isa. - Maloota ittisaa kanneen akka koondomii fayyadamuun barbaachisaadha. Kun carraa ulfaa'uu fi infeekshinii daddabarsuu hir'isuu keessatti shoora olaanaa qaba. Waan dubbistaniif ulfaadhaa!
Show more ...
Fayya
Fayya
186
0
✅Vacancy at Cooperative Bank of Oromia(For Fresh Graduate)✅ ❇️ Position: Graduate Trainee (Business) ❇️Experience: 0 year ❇️ Education Qualification: BA/BSc Degree in Cooperatives, Accounting, Agricultural Economics, International Trade and Investment Management, Agri-Business and Value-chain Management, Agro-Business Management, Economics, Management, Business Administration, Business Management, Banking and Finance, Banking and Insurance, Public Administration and Development Management, Accounting and Auditing, Accounting and Finance, or any other business related field 🔰 Place of work: Finifnne District, Adama District, Hawassa District, Jimma District, Dire Dawa District, 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Apply Online:- 🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:- 🍎Telegram:- 🔰Please Don't forget to share/ወዳጅ ዘመድዎ እንዲደርሰው ሼር ያድርጉ
Show more ...
86
0
American Embassy Scholarships 2022 For You!✅ Details: America is a home of competitive scholarship opportunities for Undergraduates, Masters, and Ph.D. students living in the US as well as international students.
American Embassy Scholarships 2022
  For You: American Embassy Scholarships 2022! U.S.A. as the destination Bachelor's, Master's, and PhD levels Financial Protection: Funded i...
62
0
Kanan fu'a jedha
83
0
🔰🔰የድርጅት ስም: የኢትዮጵያ ኮንስትራክሽን ዲዛይንና ሱፐርቪዥን ሥራዎች ኮርፖሬሽን 🔰🔰 🔰🔰ምዝገባው የሚያበቃበት ቀን: ሐምሌ 15, 2014 🔰🔰 🔰🔰ተፈላጊ የሰው ኃይል: 08 ክፍት የስራ ቦታዎች 🔰🔰 ✅የስራ መደብ: Urban Designer/ Urban Planner I ✅ ደመወዝ፡ 8415 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 02 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ 0 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በUrban Planning/ Architecture/ Urban Design ዲግሪ ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 ✅የስራ መደብ: Urban Economist I ✅ ደመወዝ፡ 8415 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 02 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ 0 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በUrban Economics/ Regional Economics/ Economics ዲግሪ ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 ✅የስራ መደብ: Graphics Designer/ Architect I ✅ ደመወዝ፡ 8415 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 01 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ 0 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በGraphic Design/ Architecture ዲግሪ ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 ✅የስራ መደብ: Environmental Planner I ✅ ደመወዝ፡ 8415 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 01 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ 0 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በEnvironmental Planning/ በEnvironmental ምህንድስና ዲግሪ ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 ✅የስራ መደብ: Drafting/ CAD/ Technician I ✅ ደመወዝ፡ 2311 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 01 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ ለ10+3 0 ዓመት፣ ለ10+2 0 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በድራፍቲንግ 10+3/ 10+2 ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 ✅የስራ መደብ: Sanitary Engineer III ✅ ደመወዝ፡ 13353 ብር የስራ ቦታ፡ አዲስ አበባ ተፈላጊ የሰው ብዛት፡ 01 ተፈላጊ የስራ ልምድ፡ ለማስተርስ 02 ዓመት፣ ለዲግሪ 04 ዓመት ተፈላጊ የትምህርት ዓይነት፡ በSanitary ምህንድስና፣ በሲቪል ምህንድስና/ በWater Supply Environmental ምህንድስና ማስተርስ/ ዲግሪ ያለው/ላት 📌📌 ሰለስራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ፡📌📌 🆎 ከተለያዩ ዓለማቀፍ እና አገር በቀል ድርጅቶች የወጡ የስራ እድል ማስታወቅያዎች ለማየት ይህን ሊንክ ይጠቀሙ 👉 ለእርሶ ካልሆኖት እባክዎ ለወዳጅዎ ያጋሩት 👉 👉
Show more ...
My Job
9
0
7
0
[ NGO Jobs] Mercy Corps Ethiopia[ For Fresh graduate] 🟣 Position: Intern HR ✅ Experience :- 0 years/ Fresh Graduate ✅ Qualifications: Degree in international development, management, business administration or field related to social sciences 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉Apply Now Online:- 🔰ከተለያዩ ድርጅት የ NGO ሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:- 🔰 Telegram:- 🔴Share and Support your friend /እባክዎ ለወዳጅዎ ያጋሩት
Show more ...
My Job
✴Good Life Begins With A Good Company When ever you are finding a job join our group ✅Vacancies ✅Scholarship News ✅Bank job vacancies ✅Ngo jobs vacancies ✅Government vacancies ✅Non Governmental job vacancies
23
0
68
0
FAYYAA Waa’ee Dhukkubbii Mataa Waggaa tokko keessatti yoo xiqqaate hawaasni 50% ta’u mataa dhukkubbiin isaa mudata Namoonni 90% ta’an ammo umrii isaanii keessatti yoo xiqqaate altakkaa mataa dhukkubbiin ni mudata. Kanaafuu waa’een mataa dhukkubbii dhiiraa dhalaa; xiqqaa guddaa; adii gurraacha osoo hin jedhin namoota hundaa kan ilaallatuu fi namoonni hedduun hubannoo irratti argachuu kan barbaadanidha. Mataa dhukkubbiin gosoota gurguddaa lamatti qoodama. Inni tokkoffaan “Primary headache” kan jedhamu yoo ta’u, inni kun dhukkuba biraa waliin osoo wal hin qabatin ofumasaatii of danda’ee yoo mataan nama dhukkubu jechuudha. Inni lammaffaan “ secondary headache” kan jedhamu yoo ta’u, inni kun ammoo dhibee biraa qaama keenya keessa jiruun ykn dhukkuba biraan walqabatee kan nu dhukkubuudha.Inni lammaffaan kuni sababa dhukkuboota hedduun dhufuu waan danda’uuf mallattoo dhukkubaati malee dhukkuba ofdanda’ee miti.Akkasumas gargaarsi godhamu dhukkuba jalqabaan jiru sanarratti waan hundaa’uuf waa’eesaa haasa’uun hubannoo addaa kennuun rakkisaadha. Kanaaf hawaasa keessatti yeroo baayyee “ mataa dhukkubbii” jennee kan haasofnu sun harki caalu “ primary headache” waan ta’eef waa’eesaa akka armaan gaditti ilaalla. Mataa dhukkubbii kan “primary headache” jedhamu bakka hedduutti hiramee ilaalamus warren gurguddoon sadan; ka’umsi isaanii fi mallattoon isaanii gargaarsi godhamu kan armaan gadiiti. Tension Headache Inni kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isaa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaa guyyaa irraa nu dhorkuu hin dandeenyedha.Inni kun qorichoota hawaasni yeroo baay’ee mataa dhukkubbiif fudhatu akka “paracetamol” fi kkf (ordinary pain killers) yoo fudhanne kan nu dhiisudha. Ka’umsi isaa guutumaa guututti beekamuu baatus muddamuu, dheebochuu fi beela’uufaa waliin walqabata. Migraine Headache Inni kun dhukkubbii mataa hamaa ta’ee namoota muraasa qofa muudatu yoo ta’u, dhukkubbiin isaa baayyee hamaa fi kan hojii irraa nama hambisudha.Mataa dhukkubbii isa armaan oliirraa adda kan isa taasisu mallattoolee biraa kan akka balaqqamsiisuu, nyaata jibbisiisuu fi ijaan ifa ilaaluu dadhabuu of biratti qaba.Yeroo tokko tokko dhukkubbiin kun dhufuun isaa dura mallattoolee akka ija ofiitti balaqqeessa’uu, sararawwaan ziig zaag fakkaatan ija ofiitti mul’achuu fi haasaa’uu dadhabuu fi kanneen biroo argisiisa.Dhukkubbiin isaa daqiiqaawwan ykn sa’atii muraasaaf qofa kan turuudha. Dhukkubbii kana kan namatti kaasan: garmalee yaadda’uu ykn muddamuu, dhugaatii alkoolii, beela’uu fi dheebochuu, baay’ee rafuu ykn hirriba dhabuu, marsaa laguu yoo dhufu (dubartootaaf), sagalee garmalee ol ka’ee nama jeequ, ifa cimaa ilaaluu, waan foolii badaa qabu fi kkf dha. Akkuma dhuunfaa keenyaatti waan nutti kaasu beeknee irraa fagaachuu qabna.Jireenya keenya guyyaa guyyaa irratti sana irra darbee miidhaa kan fidu yoo ta’ee fi qoricha xixiqqaa mataa dhukkubbiif hudhannuun yoo dhiisuu dide hospitaala deemnee qoricha ogeeyyii yaalaan ajajamu fudhachuu qabna. Cluster Headache Inni kun mataa dhukkubbuu naannoo ija keenyaa gam tokko, bitaa ykn mirga qofa kan dhukkubu yoo ta’u gama dhukkubu sanaan ija keessaa bishaan akka imimmaanii gadi dhangalaasuu fi funyaan cufuudhaan adda ta’a. Dhukkubbiin isaa garmalee hamaa fi kanneen armaan olii lamaan kan caaludha. Yoo jalqabu suuta jedhee osoo hin taane, akka tasaa takkaa dhumatti akka ibiddaa kan namarra bu’uudha. Guyyaa keessaa sa’atii walfakkaataa irratti namatti kan dhufuu fi yeroo tokko tokko irriba keessaallee nama kaasa. Ka’umsi dhukkuba kanaa tasumaa kan hin beekamnedha. Kitaabonni tokko tokko garuu sanyiidhaan ni darba jedhu. Dhukkuba kana fayyisuun dadhabamus qorichootni dhukkubbii isaa hir’isanii fi daddafee akka hin dhufne taasisan ni kennamu.
Show more ...
98
1
Vacancy at Ethiopian Human Rights Council (EHRCO)(For Fresh Graduate) 🔰 Position: Internship ✅ Experience: 0 year ✅ Number of Position: 08(eight ) ✅ Education/training: Fresh Graduate in LLB Degree ✅Place of Work: Addis Ababa, Hawassa, Gondar, Bahir Dar, Nekemte, Gambella, Dire Dawa and Jigjiga 📌 Deadline July 27, 2022 📌ሰለ ሰራው ሙሉ መረጃ ለማየት ይህንን ሊንክ ይጠቀሙ👇👇 👉 Read Detail:- 🔰ከተለያዩ ድርጅት የሥራ ማስታወቂያዎች በዚህ ሊንክ ዌብሳይቱ ላይ ይመልከቱት👇👇 =>See Detail:- 🍎Telegram:-
Show more ...
My Job
✴Good Life Begins With A Good Company When ever you are finding a job join our group ✅Vacancies ✅Scholarship News ✅Bank job vacancies ✅Ngo jobs vacancies ✅Government vacancies ✅Non Governmental job vacancies
73
1
402
2
Regional Sales Manager #safaricom_telecommunications_ethiopia_plc Dessie BA degree in any business related field with relevant work experience Quanitity Required: 1 Minimum Years Of Experience: Deadline: July 25, 2022 How To Apply: Register using the following link Note: Female candidates are encouraged to apply
My Job
✴Good Life Begins With A Good Company When ever you are finding a job join our group ✅Vacancies ✅Scholarship News ✅Bank job vacancies ✅Ngo jobs vacancies ✅Government vacancies ✅Non Governmental job vacancies
94
0
1
0
Lubbuu
1
0
Hi
1
0
Moji
1
0
Akkm isin
1
0
Hy
1
0
/delall
1
0
/delall
1
0
/delall
6
0
Deleting All Messages Now, Make Sure All Permissions Have Been Given From ...
Delete All Robot Guide
HOW TO USE DELETE ALL ROBOT 1. Add @DEV_delallbot To Your Group Or Channel & Give The Above Admin Permission In The Screenshot. Without These Permission Bot Won't Delete ANYTHING ⚠️.. Delete Message ✅ Invite Users Via Link ✅ Add New Admins ✅ 2. Send /delall In Channel Or Group To Delete All Messages.
1
0
/delall
1
0
Deleting All Messages Now, Make Sure All Permissions Have Been Given From ...
Delete All Robot Guide
HOW TO USE DELETE ALL ROBOT 1. Add @DEV_delallbot To Your Group Or Channel & Give The Above Admin Permission In The Screenshot. Without These Permission Bot Won't Delete ANYTHING ⚠️.. Delete Message ✅ Invite Users Via Link ✅ Add New Admins ✅ 2. Send /delall In Channel Or Group To Delete All Messages.
1
0
/delall
1
0
Deleting All Messages Now, Make Sure All Permissions Have Been Given From ...
Delete All Robot Guide
HOW TO USE DELETE ALL ROBOT 1. Add @DEV_delallbot To Your Group Or Channel & Give The Above Admin Permission In The Screenshot. Without These Permission Bot Won't Delete ANYTHING ⚠️.. Delete Message ✅ Invite Users Via Link ✅ Add New Admins ✅ 2. Send /delall In Channel Or Group To Delete All Messages.
2
0
/delall
2
0
@bullavabot
1
0
/cleaner
1
0
/delall
1
0
Last updated: 11.08.22
Privacy Policy Telemetrio