cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

My Life 🤍❤️🖤

Odeeffannoo dabalataa argadhaa link armaan gadii kana tuqaatii https://www.facebook.com/profile.php?id=100069645393593

Show more
Finland1 066The language is not specifiedNews & Media17 061
Advertising posts
5 580Subscribers
-124 hours
-167 days
-7930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Mootummaan UK, Ambaasadarri Eertiraa Landan jiran biyyichaa akka bahan ajaje January 19, 2024 Mootummaan UK Landanitti ambaasadara Eertiraa kan tahan Isxifaanos Habtemaariyaam biyya akka bahan ajajuu maddeen dippilomaatii BBCtti himan. Waggoota 30 oliif hariiroo dippilomaasii gaarii kan qaban UK fi Eertiraan amma ambaasadara Eertiraa biyyaa ari’uu ilaalchisee mootummaan lameenuu ifatti waan jedhan hin qaban. Marsariitiin Imbaasii Eertiraa Landan jiru akka agarsiisutti, bakka ambaasadarichaa haguuguun itti waamamaa inmbaasichaa olaanaa tahuun kan hojjechaa jiran Saalii Abdullahidha. Mootummaan UK Ambaasadar Isxifaanos Habtemaariyaam akka biyyaa bahan tarkaanfiin fudhate Eertiraan duraan amabaasadara UK irratti tarkaanfii wal fakkaataa waan fudhatteef deebii isaati jedhu maddeen dippilomaatii BBC’n dubbise Join Godhaa 👇 https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/887 Gabaasa guutuu 👇 https://ift.tt/sKylevx
Show all...
👍 3
Somaaliyaan hanga waliigalteen Itoophiyaafi Somaalilaand hin haqamnetti akka hin mariyanne beeksifte January 18, 2024 Itoophiyaan waliigaltee walhubannoo Somaaliland waliin mallatteessite hanga kaastee, tokkummaa daangaa Somaaliyaa hin mirkaneessinetti jaarsummaa Finfinnee waliin taasifamuuf “bakka akka hin qabne” Somalaiyaan beeksifte. Somaaliyaan ejjennooshee kana kan ibsatte Manni-maree Nageenyaafi tasgabbii Gamtaa Afrikaa (AUPSC) walga’ii gaggeesseen booda biyyoonni lamaan “marii hiika qabeessa ta’e” gochuudhaan rakkoo qaban akka furatan gaafachuu hordofee ibsa Amajji 18, 2024 baasteenidha https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/885 Gabaasa guutuu 👇 https://ift.tt/NdrAzlp
Show all...
👍 2 1
Pirezidantiin Somaaliyaa daawwannaa hojiif gara Ertiraatti imalan January 8, 2024 Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammud daawwannaa hojiitiif gara Ertiraatti imalan. Akka ibsa Waajjira Pirezidantii Somaaliyaa jedhetti, daawwannaa kanaan Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud gitasaanii Ertiraa Pirezidanti Isaayyas Afa-warqii waliin dhimmoota hariiroo biyyoota lamaaniirratti ni mariyatu. Daawwannaan Pirezidanti Hasan Sheek Mohaammud Ertiraatti taasisan kun Itoophiyaafi Somaalilaand haala Itoophiyaan ulaa galaanaa Somaalilaand itti fayyadamuu dandeessurratti waliigaltee wal-hubannoo erga mallatteessanii torban tokkoon boodadha. Itoophiyaan waliigaltee wal-hubannoo ulaa galaanaa ittiin argattuufi misoomsuuf ishee dandeessisu Somaaliilaand waliin kan mallatteessite Amajjii 1, 2024 ture. Waajjirri Pirezidantii Somaaliyaa, Xilla Somalia, imala hojii Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud iaalchisuun fuula X irratti, "dhimmoota biyyoota obbalaa lamaan ilaallatan irratti mariyatu," jechuun barreesseera. Itoophiyaan akka biyya walabaatti kan of ilaaltu Somaaliland waliin akkaataa ulaa galaanaa fayyadamuun danda'urratti waliigaltee wal-hubannoo mallatteessuu hordofee Pirezidant Hasan Sheek Mohaaamud hooggantoota biyyoota gara garaa waliin bilbilaan haasaa taasisaa turaniiru. Pirezidantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud seera seera sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaalilaand irratti waliigalan kufaa taasisu Amajji 6, 2024 mallatteessaniiru. ''Seerri kun tokkummaa, birmadummaa fi daangaa biyya keenyaa kabajuuf murteessaadha,'' jedhan Hasan Sheek Mahmuud ergaa mallatteessuun booda X irratti qoodaniin. Pirezidanti Hasan Sheek Mohaamud hoogantoota biyyoota qaxanaa sana keessa jiran akkasumas Gamtaa Awurooppaa waliin bilbilaan dubbataniiru. Waliigaltee sanada walhubannoo Itoophiyaafi Somaaliland mallatteessan hordofee mormii Somaaliyaatti dhagahamee guyyoota muraasa booda Pirezidatiin Somaaliyaa kun Pirezidantii Masirii, Yugaandaa, Turkiifi Qaataar waliinis bilbilaan dubbataniiru. Pirezidantichi haasaa pirezidantii Masirii waliin taasisaniin, “Masiriin Somaaliyaa cinaa dhaabbachuuf ejjennoon qabdu cimaadha” jedhan Abdul Fattaa al- Siisiin. Marii pirezidantii Yugaandaa Yuweerii Museeveenii waliin taasisaniin ammoo hoogantoonni biyyoota lamaanii dhimma nageenyaaf wal tumsuurratti dubbachuu isaanii Waajirri Pirezidantii beeksiseera. Pirezidant Hasan haasaa Pirezidatii Turkii Resiip Tayib Erdohaan waliin taasisaniin deeggarsa walirraa hin cinne mootummaan Turkii walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabaniif waajirichi galateeffateera. Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud haasaa Amiirii Qaaxaar Tamiim Biin Hamaad waliin taasisaniin ammoo dhimmoota waloofi hariiroo qaxanichaa keessatti fedhii biyyoota lamaaniirratti mariyachuun isaanii ibsameera. Haasaa bilbilaan aanga’aa olaanaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Boorel waliin taasisaniinis Pirezidant Hasan Sheek Mohaammud Gamtichi deeggarsa walabummaafi tokkummaa daangaa Somaaliyaatiif qabuuf galata dhiyeessuun isaanii dhagahameera. Mootummaan Itoophiyaa handaara galaanaafi buufata humna galaanaa qabaachuuf waliigalteen Somaalilaand waliin mallatteesse muddama uumuu hordofee deebii kenneen, ''waliigaltee kanaan amantaan cabes, seerri sarbames hin jiru'' jedhe. Amajjii 1, 2024 mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigalteen waliin hojjechuu malleetteefamuu hordofee biyyi Somaalilaand qaama kooti akka biyyaatti beekamtii hin qabduu jettu Somaaliyaan ''tokkummaa daangaa lafa kootti bu'ameera'' jechuun mormii dhageessifteetti. Waliigaltee kanaan gocha ''weeraraati'' kan jette Somaaliyaan, ambaasaaddarashee Finfinneerraa ofitti waamteetti. ''Raawwiin waliigaltichaa seera idila-addunyaa kan cabse, fudhatama kan hin arganneedha'' jechuunis ibsite. Somaalilaand biyya kamiinuu akka biyya walabaatti beekamtii kan hin arganne ta'uufi Somaaliyaan ammoo qaama kooti jechuusheetiin muddamni dhalate. Guutuu isaa dubisuuf linki kana tuqaa seenaa 👇 https://t.me/OBN_OromiaBroadcastingNetwork/884
Show all...
👍 3
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa Isinin Jaalladha qaaliiwan ko #PleaseFollowMe Oro ko Suleyiman Awal 👇 tiktok.com/@suleyimanawal
Show all...
My Life 🤍❤️🖤 on TikTok

@suleyimanawal 1978 Followers, 2167 Following, 577 Likes - Watch awesome short videos created by My Life 🤍❤️🖤

TB Joshuwaa: Gaggeessaan waldaa guddaa addunyaa amantoota gudeedaafi hiraarsaa turuu BBCn saaxile January 8, 2024 Lallabaan wangeelaa beekamaa Naajeeriyaa TB Joshuwaa yakkawwan gudeeddiifi namoota gidirsuu keessatti bara dheeraa hirmaachaa turuu BBCn saaxile. Barsiisa amantaatiin Naajeeriyaarra darbee addunyaarratti baayyee beekamaa kan ta’e TB Joshuwaa, waggoota dheeraatiif dhoksaan yakkawwan gudeeddiifi saal-qunnamtii waliin walqabatan hedduu raawwachaa turuu qorannoon BBCn ardiiwwan sadii waliin gahe saaxileera. Miseensonni duraanii Waldaa Kiristaanaa kudhanii ol ta’an, isaan keessaa shanan isaanii Biriitish kan ta’an, TB Joshuwaa akka isaan gudeedeefi ulfa ofirraa baasan dirqisiifamuu himatan. Himannaan yakka gudeeddiifi gidisruu mooraa waldichaa Leegos keessaa dhaga’amu kun waggoota 20f kan turedha. Sinaagoog Charch oof Ool Neeshins (Scoan) himannaa irratti dhiyaate kanaaf deebii hin kennine, garuu himannaawwan kanaan dura irratti dhiyaatan dhara jechuun waakkateera. Bara 2021 du’aan kan boqote TB Joshuwaa, lallabaa wangeelaa beekamaafi karaa TV barsiisutiinis baayyee beekama. Addunyaarrattis hordoftoota hedduu qaba. Wantota qorannoon BBC waggoota lamaan darban gaggeesse saaxilan keessa: Namoonni baayyeen ijaan argan Joshuwaan daa’imman hiraarsuu, namoota reebuufi cancalaan hidhuu dabalatee miidhaa qaamarra geessisaa ykn gidirsaa ture jedhu. Dubartoonni baayyeen TB Joshuwaa miidhaa saalaa isaanirraan gahaa turuu himatan waggootaaf mooricha keessatti irra deddeebiin gudaadamaa turre jedhu. Gudeeddii TB Joshuwaa isaanirraatti raawwatu hordofees ulfa dirqamaan akka ofirraa baasan taasifamuu himannaawwan jedhanis hedduuti dhiyaatu. Keessumaa dubartiin tokko gara si’a shanii akka ulfa addaan kuttu dirqisiifamuu himatti. Namoota hedduu waan ofiin beekan Joshuwaan sagantaasaa “dinqii fayyisuu” jedhuu guutummaa addunyaarratti namoota miliyoonaaf tamsa’uun akkamitti akka sobu gadi fageenyaan ibsu. Dubartoota miidhaan irra gahe keessaa shamarreen Biriitish maqaan ishee Raahee jedhamtuufi umuriin ishee wagga 21 taate, barnoota Yunivarsiitii Biraayitan keessatti barattu bara 2002 addaan kuttee Waldaa TB Joshuwaatti galte. Shamarreen kun bara sanarraa kaastee waggoota 12 itti aananiif akka warra “duuka buutotasaa” jedhamanii keessaa tokkootti mooraa walxataa Leegos jiru keessatti dabarsite. “Nuti hundinuu waan akka jannata keessa jirruutti yaadama ture, garuu nuti gaannaba/jaannaba keessa turre. Gaannaba/jaannaba keessatti ammoo wantota fokkisoo ta’anitu raawwatamu,” jechuun BBCtti himte.
Show all...
👍 2
Harka fuune kabajamtoota keenya Harki keessan fayyaa ha ta,u TikTok obboleesa keessanii kana Follow Godhaa Isinin Jaalladha qaaliiwan ko #PleaseFollowMe Oro ko Suleyiman Awal 👇 tiktok.com/@suleyimanawal
Show all...
My Life 🤍❤️🖤 on TikTok

@suleyimanawal 1978 Followers, 2167 Following, 577 Likes - Watch awesome short videos created by My Life 🤍❤️🖤

Taatoo beekamaan Ameerikaa Wiil Ismiiz barataa yuniversitii fedhu seenuuf km 4000 imale badhaase January 5, 2024 Dargaggeessi yunivarsiitii abjuu isaa ta'e seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale taatoo beekamaa Hooliwuud Wiil Ismiiz irraa badhaasa argate. BBCn baatii Fulbaanaa darbe akka gabaasetti dargaggeessi lammii Giinii Maamaaduu Saafayu Baari jedhamu yunivarsiitii Masrii seenuuf biskiliitiidhaan kiiloo meetira 4,000 imale. Dargaggeessi kun ji'a afuriif Afrikaa Dhihaa keessa imalee ture. Yuniversitii Al-Azhar Masrii magaalaa Kaayiroo keessatti argamutti barnootasaa bilisaan barachuuf carraa argate.
Show all...
👍 4
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...
👍 1
🔹 TELEBIRR - AFAAN OROMOO🔸 Teleebirr Fayyadamtoota fi miseeensota Horachuuf badhaasa garaa garaa qabatee dhiyaatera. 🔹 Baga gammaddan 🔸 Start yoo jettaan qarshii 1000 badhaafamtu. Dabalataan, namoota 30 yemmuu affeertan qarshii 3000 badhaafamtu. Liinkii affeerraa Suleyiman. 🔽 https://t.me/Telebirr_Afaan_Oromoo_bot?start=r0806459688 Liinkii affeerraa keessaani argachuudhaaf liinkii affeerraa Suleyimantin galmaa'aa. Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...