cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Safwaan mahmoud

Baga nagayaan gara channel Telegram Safwaan Mahmoud dhuftan Akkasuma youtube channel khiyyallee subscribe godhuu hin dagatinaa👇👇 https://youtube.com/channel/UCFUbMesILLX4QT3t_WQhJUw GALATOOMA ULFAADHA❗️

Show more
FinlandThe language is not specifiedReligion & Spirituality
Advertising posts
1 940Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Kan akka bara kanaa barri abaarramaan tasuma hin jiru. Uumamni hamaan nama caalus hin uummamne. 🤐😷🤐😷🤐 “Akkan qoradhetti(Dr. Milkeessaa Miidhagaa), bakki waan kun itti raawwate Oromiyaa, godina Gujii Lixaa, Aanaa Bulee Horaa, ganda Dibisaa Oggoo gaafa Dilbata darbe kana Mudde 11, 2022 ture. Akki itti qabame namni kun, "shaneef odeeffannoo geessita" jechuun shakkiidhaan bosonatti gadi geessanii erga gidirsanii booda, aalbeen qalani. Akkuma vidiyoo san irraa agartan, namni raawwatu sun erga ajjeesee boodas quufuu dadhabeetu, aalbeen qaama du'e tuma. Hubadhaa, namni qalame kun nama siiviliidha. Uffata siivilii uffata. Rifeensi isaa daabee miti. Oromoon kaabaa kibbaan lixaa bahaan kanatti jira. #OromooHaaBaraarru wanni jennuuf kanaafi.” Dr. Milkeessaa Miidhagaa
Show all...