cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Baruumsa Amantii

Show more
Finland2 846The language is not specifiedReligion & Spirituality69 724
Advertising posts
1 025Subscribers
No data24 hours
-17 days
-2630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost fromย Sagalee Fayyinaa(MARPE)
Barumsa Gabaaba Obboleessa keenya Sisay Azuza irra afaan Amariffaatiin video Isaa ilaala dhaggeeffadhaa! Ergaa Guddaa๐Ÿ™ ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ Hafuura yaada garaa keessanii keessattis haareffamaa*! Namummaa haaraa isa qajeelummaa fi qulqullummaa dhugaatti, fakkaattii Waaqayyootiin uumame uffadhaa*!
Show all...
โค 3๐Ÿ‘ 1
WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN..! 1.Karoora kee. 2.Dadhabina kee. 3.Kufaatii kee. 4.Iccitii kee. 5.Sochii kee kan fuul-duraa. 6.Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin. ย ย ย ย ย ย  JAHAN KANA IMMOO HUBADHU!ย ย  1.Yaadi malee hin dhiphatin! 2.Nama irraa baay'ee hin eeggatin! 3.Dandeettii keetti fayyadami! 4.Dogoggora kee irraa baradhu! 5.Ofitti amani! 6.Dandeettii kee beeki! ๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Show all...
๐Ÿ‘ 4
๐Ÿ‘‰Bagaa waaqayyoo ittiin sii ga,een jedha. Kitaaba bayyee dinqiisisadha Bitachuun fayadaama...
Show all...
๐Ÿ‘ 1
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Show all...
#itti_yaduu fi #Hojjechuu! Duursa hanga naatti dhagahaamee fi hanga keessikoo na ajajee dubbaadha! Yoo yadni kiyya fuudhaatama qabate #Share_like_comment_goodha!ย  #itti_yaduu Yeroo tokkoo tokkoo namni baay'ee goodhe itti yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo xiqqoo yaada. Namni tokkoo tokkoo immoo yeroo itti yaaduyuu hin qabu ta'a. Garuu wanta kan biras ta'e kam.namni yaada garagaraa qaba! Akkaata itti yaadus kallaatti adda adda ta'en yaada. ~Namniย  baay'ee yaadu. akka yaadu sanatti argachuu dhabuu dandaa'a . ~Namni xiqqoo yaadu garu baay'ees argachu dandaa'a osoo hin beekin jechudha. ~Namni itti yaduuf yeroo dhabee carra argachuu isa xiqoodha. Argaachus dandaa'a! Yeroo hundaa yoo yaadnee argachuu dandeenya. Yaadu qofas mitti. Osoo yaadins argachuu dandeenya. #Garuu inni guuddan erga argataniidha. Yoo argatte inni ati argatteyuu sii jala badu,manca'uu,gubbachuu,saamamuu,fi kkf itti dhufu danda'aa. Maaliif yoo jette? Osoo itti hin yaadin waan argattef osoo itti hin yaadins dhabda ! Yoo itti yaade kaaroorsitee, hojjette argatte garuu inni kanumaa keetti! Hin badus hin saamamtuus ....Yoo dhugumman kaankee ta'e! Kanaafuu yaadu fi hojjechuun waan hundarra filaatamadha! Maliif yoo jette? Osoo hin yaadin hin hojjetuu Yaadu qofanis hin argattuu! Yoo yaade waaqayyoo wal siif qixxeessa! Yoo hojjette waaqayyoo si milkeessa ! #Thinking_and_doing ! GALATOOMA! Yoo Dhuguman dubbiste tatee #Share_like_comment Byย  Abii
Show all...
แ‹จแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ฐแŠ•แ‰€แˆณแ‰€แˆฑ! แŠ แŠ•แ‹ต แˆแˆฝแ‰ต แˆ‹แ‹ญ แŠ แ‰ฃแ‰ต แˆแŒแŠ• แ‹ˆแ‹ฐ แˆฒแŠ’แˆ› แ‰คแ‰ต แˆŠแ‹ˆแˆตแ‹ฐแ‹ แ‹แŒช แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ‹แ‹ญ แˆ˜แŠชแŠ“ แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแ‹จแŒ แ‰ แ‰€แ‹ แŠแ‹แกแก แˆแŒ… แŠจแ‰คแ‰ต แŠฅแŠ•แ‹ฐแ‹ˆแŒฃ แ‰ แŒฃแˆ แˆตแˆˆแŒจแˆˆแˆ˜แ‰ แ‰ต แˆตแˆแŠฉแŠ• แŠ แ‹แŒฅแ‰ถ แŠ แ‰ฃแ‰ฑ แŒ‹แˆญ แ‹ฐแ‹ˆแˆˆแกแก โ€ข แˆแŒ…แก- โ€œแŠ แ‰ฃแ‹ฌ แŠฅแŠ•แ‹ดแ‰ต แˆแˆแŒฃ? แŒจแˆˆแˆ› แˆตแˆˆแˆ†แŠ แŠ แ‹ญแ‰ณแ‹ญแˆโ€แกแก โ€ข แŠ แ‰ฃแ‰ตแก- โ€œแˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‹ญแ‰ณแ‹ญแˆƒแˆ?โ€ โ€ข แˆแŒ…แก- โ€œแŠ แˆแˆตแ‰ต แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ฅแ‰ป แŠแ‹ แ‹จแˆšแ‰ณแ‹จแŠโ€ โ€ข แŠ แ‰ฃแ‰ตแก- โ€œแŠ แˆแˆตแ‰ต แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‰ฐแˆซแˆ˜แ‹ตโ€ โ€ข แˆแŒ…แก- โ€œแŠฅแˆบโ€ (แŠ แˆแˆตแ‰ต แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‰ฐแˆซแˆ˜แ‹ฐ) โ€ข แŠ แ‰ฃแ‰ตแก- โ€œแŠ แˆแŠ•แˆต แˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‹ญแ‰ณแ‹ญแˆƒแˆ?โ€ โ€ข แˆแŒ…แก- โ€œแŠ แˆแŠ•แˆ แˆŒแˆ‹ แŠ แˆแˆตแ‰ต แŠฅแˆญแˆแŒƒ แ‹ซแˆ…แˆ แˆญแ‰€แ‰ต แ‹ญแ‰ณแ‹จแŠ›แˆโ€ โ€ข แŠ แ‰ฃแ‰ตแก- โ€œแ‰ แŠแ‰ตแˆ… แ‹จแˆšแ‰ณแ‹ญแˆ…แŠ• แŠ แˆแˆตแ‰ต แŠ แˆแˆตแ‰ต แŠฅแˆญแˆแŒƒ แŠฅแ‹ซแˆแŠญ แŠจแˆ˜แŒฃแˆ… แŠฅแŠ” แŒ‹ แ‰ตแ‹ฐแˆญแˆณแˆˆแˆ…แŠ“ แ‹จแ‰ณแ‹จแˆ…แŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ฐแŠ•แ‰€แˆณแ‰€แˆตโ€ แˆแŒ… แ‰ฅแ‹™แˆ แˆณแ‹ญแ‰†แ‹ญ แŠ แ‰ฃแ‰ฑ แŒ‹แˆญ แ‹ฐแˆจแˆฐแกแก แˆแˆ‰แˆ แŠแŒˆแˆญ แŒฅแŒ‰ แ‹ตแˆจแˆต แŠฅแˆตแŠชแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆ แŠ แ‰ตแŒ แ‰ฅแ‰แกแก แ‰ แˆšแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆ แˆ˜แŒ แŠ• แ‰ฐแˆซแˆ˜แ‹ฑแกแก แ‹จแˆšแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แˆตแ‰ตแˆซแˆ˜แ‹ฑแฃ แŠจแˆ˜แˆซแˆ˜แ‹ณแ‰ฝแˆ แ‰ แŠแ‰ต แ‹ซแˆแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆแŠ• แˆ›แ‹จแ‰ต แ‰ตแŒ€แˆแˆซแˆ‹แ‰ฝแˆแกแก แˆแˆ‰แŠ•แˆ แŠแŒˆแˆญ แŠฅแˆตแŠจแˆแ‰ณแ‹แ‰ แŠ แ‰ตแŒ แ‰ฅแ‰แกแก แ‰ แˆแ‰ณแ‹แ‰แ‰ต แˆแŠญ แˆตแˆซแŠ• แŒ€แˆแˆฉแกแก แ‰ แˆแ‰ณแ‹แ‰แ‰ต แŠฅแ‹แ‰€แ‰ต แˆ˜แŒ แŠ• แˆตแˆซแŠ• แˆตแ‰ตแŒ€แˆแˆฉแฃ แ‹ซแŠ•แŠ• แŠจแˆ˜แŒ€แˆ˜แˆซแ‰ฝแˆ แ‰ แŠแ‰ต แ‹ซแˆแŠแ‰ แˆซแ‰ฝแˆ แˆแˆแ‹ตแŠ“ แŠฅแ‹แ‰€แ‰ต แ‹ˆแ‹ฐ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐ แ‹ญแˆ˜แŒฃแˆ‰แกแก แˆแˆ‰แˆ แˆฐแ‹ แŠฅแˆตแŠชแ‰€แ‰ แˆ‹แ‰ฝแˆ แŠ แ‰ตแŒ แ‰ฅแ‰แกแก แ‹จแˆšแ‰€แ‰ แˆแ‰ฝแˆ แˆ‹แ‹ญ แ‰ แˆ›แ‰ฐแŠฎแˆญ แ‰ฐแˆฐแˆ›แˆฉแกแก แ‰ แˆšแ‰€แ‰ แˆแ‰ฝแˆ แˆ‹แ‹ญ แˆตแ‰ณแ‰ฐแŠฉแˆฉแŠ“ แ‹ฐแˆตแ‰ฐแŠ› แˆตแ‰ตแˆ†แŠ‘แฃ แ‰€แ‹ตแˆž แ‹จแˆ›แ‹ญแ‰€แ‰ แˆแ‰ฝแˆ แˆแˆ‰ แŠฅแŠ“แŠ•แ‰ฐแŠ• แŠจแˆ˜แ‰€แ‰ แˆ แ‹แŒช แˆแˆญแŒซ แŠ แ‹ญแŠ–แˆซแ‰ธแ‹แˆแกแก แ‹จแŒ แ‹จแ‰ƒแ‰ฝแˆแ‰ต แŠแŒˆแˆญ แˆ™แˆ‰ แ‰ แˆ™แˆ‰ แŠฅแˆตแŠชแˆฐแŒฃแ‰ฝแˆ แŠ แ‰ตแŒ แ‰ฅแ‰แกแก แ‹จแ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ฝแˆแŠ• แ‰ฐแ‰€แ‰ แˆ‰แŠ“ แ‰ แ‹šแ‹ซ แ‰ แˆ˜แŒ€แˆ˜แˆญ แ‹จแˆแ‰ตแ‰ฝแˆ‰แ‰ตแŠ• แŠ แ‹ตแˆญแŒ‰แกแก แ‰ แ‰ฐแˆฐแŒฃแ‰ฝแˆ แ‰ แŒฅแ‰‚แ‰ฑ แ‹จแˆแ‰ณแ‹ฐแˆญแŒ‰แ‰ต แŒฅแˆจแ‰ตแŠ“ แ‹จแˆแ‰ณแŠจแŠ“แ‹แŠ‘แ‰ต แŠแŒˆแˆญ แ‹จแ‰€แˆจแ‹ แŠฅแŠ•แ‹ฒแˆˆแ‰€แ‰…แˆ‹แ‰ฝแˆ แˆ˜แŠ•แŒˆแ‹ต แˆ˜แŠญแˆแ‰ฑ แŠ แ‹ญแ‰€แˆญแˆแกแก แŠ แ‰ตแ‰€แˆ˜แŒก! แ‹จแ‰ณแ‹ซแ‰ฝแˆแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ฐแŠ•แ‰€แˆณแ‰€แˆฑ! https://t.me/Dreyob ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Diorthosis https://t.me/Diorthosis https://t.me/Diorthosis
Show all...
Dr. Eyob Mamo

Life skill development! You can contact me @DrEyobmamo

๐Ÿ‘ 4
Repost fromย Getu Official
ABDII โ€ข 2Qor. 4:18 โ€ข Isa. 64:4 โ€ข โ€œNuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla amalee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti.โ€ โ€” 2Qor. 4:18 โ€ข Abdiin nama hin yeellaasisu โ€ข Abdiin kan bara baraati! โ€ข Abdiin wanta ijaan argamu miti! โ€ข Abdiin amantii irra dhaabata! โ€œCaaffata qulqullaa'oo keessatti, "Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye" in jedha.โ€ โ€” 1Qor. 2:9 Join: @Getu_Official
Show all...
๐Ÿ‘ 2
Repost fromย Getu Official
Ergaa Macaafa Qulqulluu 2Qorontos. 5:17-21 ยนโท Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera. ยนโธ Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'e; inni hojii araarsuu isaa kanas namootatti akka dabarsinuuf nuuf kenne. ยนโน Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne. ยฒโฐ Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna, ยฒยน Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbamaal isa godheera. @Getu_Official @Getu_Official
Show all...
๐Ÿ‘ 2