Baruumsa Amantii
Show more
1 042Subscribers
No data24 hours
-37 days
-2930 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
👉Bagaa waaqayyoo ittiin sii ga,een jedha.
Kitaaba bayyee dinqiisisadha
Bitachuun fayadaama...
👍 1
26300
#itti_yaduu fi #Hojjechuu!
Duursa hanga naatti dhagahaamee fi hanga keessikoo na ajajee dubbaadha!
Yoo yadni kiyya fuudhaatama qabate
#Share_like_comment_goodha!
#itti_yaduu
Yeroo tokkoo tokkoo namni baay'ee goodhe itti yaada.
Namni tokkoo tokkoo immoo xiqqoo yaada.
Namni tokkoo tokkoo immoo yeroo itti yaaduyuu hin qabu ta'a.
Garuu wanta kan biras ta'e kam.namni yaada garagaraa qaba!
Akkaata itti yaadus kallaatti adda adda ta'en yaada.
~Namni baay'ee yaadu. akka yaadu sanatti argachuu dhabuu dandaa'a .
~Namni xiqqoo yaadu garu baay'ees argachu dandaa'a osoo hin beekin jechudha.
~Namni itti yaduuf yeroo dhabee carra argachuu isa xiqoodha. Argaachus dandaa'a!
Yeroo hundaa yoo yaadnee argachuu dandeenya. Yaadu qofas mitti.
Osoo yaadins argachuu dandeenya.
#Garuu inni guuddan erga argataniidha.
Yoo argatte inni ati argatteyuu sii jala badu,manca'uu,gubbachuu,saamamuu,fi kkf itti dhufu danda'aa.
Maaliif yoo jette?
Osoo itti hin yaadin waan argattef osoo itti hin yaadins dhabda !
Yoo itti yaade kaaroorsitee, hojjette argatte garuu inni kanumaa keetti!
Hin badus hin saamamtuus ....Yoo dhugumman kaankee ta'e!
Kanaafuu yaadu fi hojjechuun waan hundarra filaatamadha! Maliif yoo jette?
Osoo hin yaadin hin hojjetuu
Yaadu qofanis hin argattuu!
Yoo yaade waaqayyoo wal siif qixxeessa!
Yoo hojjette waaqayyoo si milkeessa !
#Thinking_and_doing !
GALATOOMA!
Yoo Dhuguman dubbiste tatee
#Share_like_comment
By Abii
26600
Repost from ዳይኦርቶሲስ ( DCM )Surafel Amaha
የታያችሁን ያህል ተንቀሳቀሱ!
አንድ ምሽት ላይ አባት ልጁን ወደ ሲኒማ ቤት ሊወስደው ውጪ መንገድ ላይ መኪና ውስጥ እየጠበቀው ነው፡፡ ልጅ ከቤት እንደወጣ በጣም ስለጨለመበት ስልኩን አውጥቶ አባቱ ጋር ደወለ፡፡
• ልጅ፡- “አባዬ እንዴት ልምጣ? ጨለማ ስለሆነ አይታይም”፡፡
• አባት፡- “ምን ያህል ይታይሃል?”
• ልጅ፡- “አምስት እርምጃ ያህል ብቻ ነው የሚታየኝ”
• አባት፡- “አምስት እርምጃ ተራመድ”
• ልጅ፡- “እሺ” (አምስት እርምጃ ተራመደ)
• አባት፡- “አሁንስ ምን ያህል ይታይሃል?”
• ልጅ፡- “አሁንም ሌላ አምስት እርምጃ ያህል ርቀት ይታየኛል”
• አባት፡- “በፊትህ የሚታይህን አምስት አምስት እርምጃ እያልክ ከመጣህ እኔ ጋ ትደርሳለህና የታየህን ያህል ተንቀሳቀስ”
ልጅ ብዙም ሳይቆይ አባቱ ጋር ደረሰ፡፡
ሁሉም ነገር ጥጉ ድረስ እስኪታያችሁ አትጠብቁ፡፡ በሚታያችሁ መጠን ተራመዱ፡፡ የሚታያችሁን ያህል ስትራመዱ፣ ከመራመዳችሁ በፊት ያልታያችሁን ማየት ትጀምራላችሁ፡፡
ሁሉንም ነገር እስከምታውቁ አትጠብቁ፡፡ በምታውቁት ልክ ስራን ጀምሩ፡፡ በምታውቁት እውቀት መጠን ስራን ስትጀምሩ፣ ያንን ከመጀመራችሁ በፊት ያልነበራችሁ ልምድና እውቀት ወደ እናንተ ይመጣሉ፡፡
ሁሉም ሰው እስኪቀበላችሁ አትጠብቁ፡፡ የሚቀበሏችሁ ላይ በማተኮር ተሰማሩ፡፡ በሚቀበሏችሁ ላይ ስታተኩሩና ደስተኛ ስትሆኑ፣ ቀድሞ የማይቀበሏችሁ ሁሉ እናንተን ከመቀበል ውጪ ምርጫ አይኖራቸውም፡፡
የጠየቃችሁት ነገር ሙሉ በሙሉ እስኪሰጣችሁ አትጠብቁ፡፡ የተሰጣችሁን ተቀበሉና በዚያ በመጀመር የምትችሉትን አድርጉ፡፡ በተሰጣችሁ በጥቂቱ የምታደርጉት ጥረትና የምታከናውኑት ነገር የቀረው እንዲለቀቅላችሁ መንገድ መክፈቱ አይቀርም፡፡
አትቀመጡ! የታያችሁን ያህል ተንቀሳቀሱ!
https://t.me/Dreyob
👇👇👇join👇👇👇
https://t.me/Diorthosis
https://t.me/Diorthosis
https://t.me/Diorthosis
Dr. Eyob Mamo
Life skill development! You can contact me @DrEyobmamo
👍 4
30920
Repost from Getu Official
ABDII • 2Qor. 4:18 • Isa. 64:4 •
“Nuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla amalee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti.”
— 2Qor. 4:18
• Abdiin nama hin yeellaasisu
• Abdiin kan bara baraati!
• Abdiin wanta ijaan argamu miti!
• Abdiin amantii irra dhaabata!
“Caaffata qulqullaa'oo keessatti, "Waan Waaqayyo warra isa jaallataniif qopheesse, ijji namaa hin argine, gurri namaa hin dhageenye, yaadni namaas bira hin geenye" in jedha.”
— 1Qor. 2:9
Join: @Getu_Official
👍 2
33740
Repost from Getu Official
Ergaa Macaafa Qulqulluu
2Qorontos. 5:17-21
¹⁷ Kanaafis namni kan Kristos yoo ta'e, uumama haaraa dha; inni moofaan darbe, kunoo, inni haaraan dhufeera.
¹⁸ Kun hundumtuu Waaqayyo isa karaa Kristos ofitti nu araarse biraa ta'e; inni hojii araarsuu isaa kanas namootatti akka dabarsinuuf nuuf kenne.
¹⁹ Kunis,Waaqayyo irra-daddarbaa namootaa itti lakkaa'uu dhiisee, karaa Kristos biyya lafaa ofitti araarse jechuu dha; ergaa araara isaa kana immoo hadaraa nutti kenne.
²⁰ Egaa nuyi afaan Kristos taanee ergamneerra; Waaqayyos karaa keenya isin in dhageessifata; "Waaqayyotti araaramaa!" jennee qooda Kristos taanee isin in kadhanna,
²¹ Isa cubbuu tokko illee hin qabne, nuyi karaa isaa qajeelina Waaqayyoo akka argannutti, nuuf jedhee cubbamaal isa godheera.
@Getu_Official
@Getu_Official
👍 2
29230
"FALA YESUUS" =>Dachen Urgufamee Ejjennoo Gadhiisee =>Tullun Yoo Roqamee Jige Wal Jijjigsee =>Qillensi Dhabame Bubbeen Yo Hin Kaanee =>Isa Kaleessarra Haalli Gaarin taanee =>Biiftun Ifa Dhaabee Addeessi Yo Of Dhoksee =>Burqitu Cufamee Hongen Lafa Gogsee =>Furmaanni Dhabamee Beekaf Gurguddaarraa =>Rakkon Ilman Nama Lakkofsisee Jaarraa =>Yesuusin Kan Qabu Kanaan Hin Miidhamuuu =>Raafamu Haalichan Rom'ee Hin Jeeqamuu =>Egaa Maal Yoo Jettan Furmaanni Waa Maraa =>Maqaan Isaa YESUUSI Abbaa Bara Baraa =>Isatti Baqadhaa Isa Baasa Karaa =>Isin Irra Buusaa Gidiraaf Makaraa =>Isuman Jiraadhaa Dhugaadha Adaraa Chala%
👍 4
52440
Repost from KUTANNOO
⿻ Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!
⇣
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➊ - Motivational Tips
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➋ - Gaggeessummaa
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➌ - Gaa'ela | Marriage
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➍ - Nan Baradha
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➎ - Student Library
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➏ - Reading PDF
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➐ - Kutannoo
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➑ - Spiritual PDF
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➒ - Grace Media 24
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
➓ - Hope Promo
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
11 - Best Films
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
« 12 - Waliin Waliif »
┗━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━┓
« 13 - Beeksisa Hojii »
┗━━━━━━━━━━━━━┛
HOPE PROMOTION
Advertising Telegram
Channels/Groups
◌ @hopepromotion
◌ @Getpostbot
◌ @BittaafiGurgurtaaChannel
➶ ContactMe: @Getu_Abera
The Power Of Thought
Hiika Yaadaa
Gaggeessummaa
Reading PDF
Gaa'ela (Marriage)
Waliin Waliif
Computer Soln
Nan Baradha
Student Library
Beeksisa Hojii
Kutannoo
Spiritual PDF
Getu Official
Arara Tv
Walaloofi Asoosama
Dhimma Fayyaa
Research Paper
Best Films
Walaloo Faaruu
Faaruu Ganamaa
Hope Promo
BittaafiGurgurtaaChannel
Contact info
5200
Sign in and get access to detailed information
We will reveal these treasures to you after authorization. We promise, it's fast!