OROMO MUSIC DJโข๐ถ๐ผ๐ธ
Guddina Art keenyaatiif ORO๐ถDJ๐ง joinยฎ jechuun hin dagatamuu ๐ธ๐ธ๐ธ๐ถ๐ถ
Show more- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Data loading in progress...
Check out:- Amazing New Ethiopian Oromo Music with its Lyrics By Our Young Artist Andualem Gosa. G. U. M. G. U. M. E. ยถ By ANDU'ALEM GOSA Lyrics By:- Sisay Asefa (Oromsiis Abbaa Biyyaa) Melody: Andu'alem & Yosan Getahun Composer: TEDMOS STUDIO (Tedros Moges) Dhugaa Ganamaa Dhugeeffannaa Oromummaa Waloo Uumaa....(2) Seertuu Seera Namoomaa. Walooma Waliin Gadaan Galti Namaa......Waloo-Uumaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Dafoo Hadan-Dafii Ayyaana Warra Kootii Qomoon Mariin Murtu Qormaata Mara Mootii Gadaan Waloon Galtu Dhugaan Walaba Baatii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii] Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Sagaltama Si Taajjabee.....Gumgume Ijji Moggaa Moggaa Moggaatti wal-Laaluu Shimbir Laga Lagaa Mormorii Marmaaruu Kormi karraa karraa Karratti walwaalu Walbeekan WaliiGaluu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakkii-Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] Gurree Gurraan Galu Gurraacha Gurra Lootii Korjoo Kormaan kormu Korrommiin Warra Kootii Lammii Lammiin Yaatu Lammachi Luba Yaatii Bokkuun Gadaa Galu Adunyaa Mara Mootii [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii Yaayyaa- Ba-YYaayyaa Yaa Ilmaan Aayyaa Ilaaf-Ilaamee Tokkoomuu Wayyaa Tabbaan Tabba Tabbaa....Gumgume Tabbatti Ol Yaabuu Lagaan Laga Lagaa Lagatt-Achi Darbuu Qomoon Qomoo Qabuu Qomatti Wal Qabuu Qomoon Gamtaa Qabu Mataa Gadi Hin Qabuu Harki Harka Harkaa Hidhee wal Sakaalu Arrabni Dhugaa Diigee Waan-Dharaa Daldalu Seera Uumaa Dabsee Uumaman wal-lolu [Lakki Lakkiisii Lakkiboo] Dafoo Dafimee Waaqa Waaqaa Waloomaa Waan Afriiqaa Koyyaa Sooreekoo Yaa Sorooraakoo Waloon wal Faanaa Waliin Dhugaa Wal'aanaa [ Walooma Walooma Waloomaa] #OromoDJ #andualemgosa #Gumgume #like #lyrics #ethiopianmusic #oromomusic #viral #New #viral #andualem_gumguma #oromo #ethiopia #vision #Menawshewa #hope #thisweek #oromia #sirba #oromiyaa