cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

JESUSGLOBAL🌍

GOSPEL FOR ALL IN ALL LANGUAGES, CULTURES, VALUES AND ASPECTS.....🌲🌲🌲🦢🦢🦢☘️☘️☘️

Show more
Finland1 525The language is not specifiedEducation49 918
Advertising posts
708Subscribers
No data24 hours
-67 days
-2230 days
Posts Archive
Er. 32 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³⁸ Isaan saba koo in ta'u, ani immoo Waaqayyo isaaniif nan ta'a; ³⁹ isaan bara jireenya isaanii hundumaa ana akka sodaataniif isaanitti, isaan booddeedhaanis ijoollee isaaniitti akka toluuf, ani garaa tokkoo fi yaada tokko isaaniif nan kenna. ⁴⁰ Ani kakuu bara baraa isaaniif nan gala, wanta gaarii isaaniif gochuus hin dhiisu; isaan si'achi ana irraa akka gara hin galletti garaa isaanii guutuudhaan ulfina akka anaaf kennan nan godha. ⁴¹ Ani wanta gaarii isaaniif gochuutti nan gammada; ani dhugumaan garaa koo fi yaada koo guutuudhaan biyya kana keessa jabeessee isaan nan dhaaba. ⁴² "Badiisa guddaa kana akkuman saba kanatti fide, akkasuma immoo wanta gaarii isa ani isaan abdachiise hundumaa isaaniif nan kenna; ⁴³ biyya isin, 'Harka warra Baabilonitti kennameera, oneera, namni, horiinis keessa hin jiru' jettan kana keessaa namni deebi'ee lafa bitachuuf jira; ⁴⁴ ani saba koo biyya itti booji'amanii deebisee waanan fiduuf, yommus lafti kutaa biyya Beniyaamin keessaa, gandeen naannoo Yerusaalem jiran keessaa, mandaroota Yihudaa keessaa, mandaroota biyya gaara gubbaa keessaa, mandaroota biyya dachaa keessaa, mandaroota biyya gara mirgaa keessaas meetiitti in gurgurama; dhuga-baatonni itti in waamamu, caaffanni bittaa fi gurgurtaas caafamee in mallateeffama; ani Waaqayyo kana dubbadheera" jedhe.
Show all...
ኤርምያስ 32 ¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯ ³⁸ እነርሱም ሕዝብ ይሆኑኛል እኔም አምላክ እሆናቸዋለሁ። ³⁹ ለእነርሱም ከእነርሱም በኋላ ለልጆቻቸው መልካም ይሆንላቸው ዘንድ ለዘላለም እንዲፈሩኝ አንድ ልብና አንድ መንገድ እሰጣቸዋለሁ። ⁴⁰ ለእነርሱም ከማደርገው በጎነት አልመለስም ስል፥ ከእነርሱ ጋር የዘላለምን ቃል ኪዳን እገባለሁ፤ ከእኔም ዘንድ ፈቀቅ እንዳይሉ መፈራቴን በልባቸው ውስጥ አኖራለሁ። ⁴¹ ለእነርሱም መልካምን በማድረግ ደስ ይለኛል በእውነትም በፍጹም ልቤና በፍጹም ነፍሴ በዚህች ምድር እተክላቸዋለሁ።
Show all...
Qaccee Qajeelotaa | Elias Tesfaye
Show all...
Yoos dhukkubattii akka fayyifamtanitti cubbuu keessan walitti himadhaa, waliifis kadhadhaa! Kadhannaan nama qajeelaa waan baay'ee hojjechuu in danda'a*. Yaaqo 5:16
Show all...
Wantoota 30 amanuudhaaf ulfttan🙏 Waaqayyo dinqii dha🙏 1.Simbirroonni bishaan yoo dhuhaniyyuu finvaan hinfincaa'an 2. Mixii ykn goondaan takkaa hirriba hinrafan, somba hinqaban, goondaan hojjetaan hanga umurii waggaa 7 tti jitaachuu danda'a, mootittiin immoo hanga waggaa 15 jiraachuu dandeessi. 3. Bineensa tasa hindhukkubsanne, kaanseriin illee isa qabuu hindanda'u 4. Fardeenii fi saawwan dhaabbatanii rafuu danda'u 5.Kanniisni dammaa garaa lama qabdi, garaa tokko damma kaawuuf, tokko nyaata kaawwachuuf isaam fayyada 6. Shaarkiin inni guddaan adiin sun utuu homaa hin nyaatin hanga baatii sadii turuu danda'a. 7. Arrabni qurxummii weelii ulfaatina arbaa irra ni caala 8. Barariin mataam irraa cite nyaata hanga guyyaa torbaatti hiraatee, nyaata dhabuu qofaan du'a 9. Taa'umsa ijaa isaanii irraan Kan ka'e, harroonni miilla isaan afran al takkatti arguu dnada'u. 10. Qurxummiin. Doolfiin bishaan keessatti sagalee kilometer 24 irraa salphaatyi shaga'uu danda'a. 11. Bookeen busaa ilkaan 47 qabdi 12. Harreen diidoo kamuu sarara walfakaataa kan qaban hinjiran 13. Billaachi miila ishee isaa booddeen waa dhamdhamatu 14.Qaamni saalaa Sharariitiin dhiiraa miila isaa isa tokkorra jira 15. Kanniisni ija shan qaban 16. Booyyeen uumamaan gara samii ilaaluu hindanda'u 17.Hantuutni yoo beelofte, eegee ishee ni nyaatti 18. Haadha manaa isaaf amanaa bineensi ta'e waangee qofa 19. Weeliin guddaan sun hanga ammaatti bineensota duraan turanis ta'e amma jiran keessaa isa guddaa dha. 20. Bineensota harma hoosisan keessaa kan balali'u simbira halkanii qofa, miilli isaanii hedduu qal'oo waan ya'eef deemui hindanda'an 21. Simibirri halkanii yeroo hunda boolla isaanii keessaa yeroo ba'an gara bitaatti barrisu 22. Bofni ijoonnisaa yoo haguuhamaniyyuu qadaaddii ija isaan arguu dnada'a. 23. Bookeen busaa kan dubartii qofatu nama hidda, kan dhiiraa hinhiddu 24. Hantuutonni bosonaa dafanii wal horuu, baatii 18 keessatti hantuutoni lama firoota miliyoona lama horachuu dandeessu 25. Kanniisni tokko damma fal'aana tokko qopheessuu daraaraa 4000 ol daawwachuu qaba 26. Ciilalluun hanga waggaa sadiitti rafuu danda'a 27. Hiituun sharariitii walitti dhufee shiboo furdina walfakaataa qabu wajjin wal qixa cimaa dha 28. Arbi bishaan kiiloo mewtrii 5 irra jiru urgeeffavhuu danda'a 29. Ooyister kannjedhamu qurxummiin qaama saalaa isaa jijijjiiree takka dhiira, takka immoo dhalaa ta'uu danda'a 30. Waggaatti harka sadii keessaa tokko (1/3) midhaan oomishaman ilbiisotaan nyaatamu. Yaadota addaa biroof barsiisoo dubbii Waaqayyoo yoo barbaaddan Kana join godhaa🙏 👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/oromsisJesus https://t.me/oromsisJesus https://t.me/oromsisJesus https://t.me/WaldaaAfaanOromooDirreeDawaa https://t.me/WaldaaAfaanOromooDirreeDawaa https://t.me/DirreeWangeelaadotcom https://t.me/DirreeWangeelaadotcom
Show all...
0937920444 👆asirratti na quunnamuu dandeessu
Show all...
Namoonni YouTube Hafuuraa kana irratti faarfannaa gaggaarii qopheessitanii anaa wajjin hojjechuu barnaaddan, viidiyoo faarfannaa ergitanii ana faana hojjechuu dandeessu. Bu'aa isaa walakkaa share goonee hirmaanna. Faarfannaa gaggaarii, lallaba, barsiida fi barumsa gaggaariin hirmaachuu dandeessu
Show all...
“Waaqayyo amanannaa kee in ta'a, miilli kee kiyyoodhaan akka hin qabamneef in eega.” — Fak. 3:26
Show all...
Repost from Faarfannaa haaraa
Carraa Skoolarshippii Hafuuraa Karaa Nuti Itti Argannu Tartiiba Kana Hubadhaa Hamma Dhumaatti Dubbisaa Humna Jijjiiramaa Iskoolaarshiipii Hafuuraa: Imala Sammuu irraa gara Lubbuutti 👇👇👇👇👇👇 https://cutt.ly/pwyIZhGx https://cutt.ly/pwyIZhGx
Show all...
Uf, akkam miyaa'aawaa?
Show all...
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu KUTAA 74FFAA Wangeela Maatewos Boqonnaa Tokko
Show all...
General Physics: Chapter 6: ELECTRODYNAMICS AND ELECTRONS. Afaan Oromoo:... https://youtube.com/watch?v=oLCxbvdunwc&feature=share
Show all...
Repost from Sanyii Guddataa
BU'UURA MILKAA'INAA ┃3K    ⁃ Kaayyoo    ⁃ Karoora    ⁃ Kutannoo ❍ Gatii baasuu qabdu hundumaa baasii waan hojjechuu dandeessu hojjedhu! Ammuma hojjedhu! Kana dhabeera, sana dhabeera hin jedhin! Wanti gochuu dandeessu baay'een jiru. Of amansiisi! Yeroo keetti fayyadami! Kaayyoon kee guddina waan ta'eef wanta amma hojjechuu qabdu ammuma raawwadhu! Wanta yeroo itti aanu hojjechuuf yaada qabdu immoo karoora addaa qopheessi! Karoora kee gara fiixan bahuumsatti fiduuf kutannoo qabaadhu! 3K QABAADHU: ①. Kaayyoo: Kaayyoon si milkeessiti! Kaayyoo qabaachuun abdiidhaan akka jiraattuu fi obsaan akka turtu humna siif taati! ②. Karoora: Karoora yoo qabaatte waan hojjechuu qabduu fi waan hojjechuu hin qabne adda baafatta. ③. Kutannoo: Milkaa'ina barbaaddee fi guddina hawwitetti seenuuf kutannoo qabaachuun hunda caalatti barbaachisaadha. Viv Gaggeessummaa Hiriyyoota kee #add gochuu hin dagatin! Positive mind find opportunity in everything. https://t.me/+s8kdfRdWEjwzNTU0
Show all...
Barattoonni Exit Exam dhaaf qophaa'aa jirtan kaffaltii xiqqoodhaan online yaaluu dandeessu
Show all...
Show all...
“Waaqayyoon sodaachuun jalqaba ogummaa ti, warri isa duukaa bu'anii hojjetan hubannaa gaarii qabu; Waaqayyoon jajachuunis yeroo hundumaaf jabaatee in dhaabata.” — Far. 111:10
Show all...
Namoota ergaan kun gira ga’e hundumaaf African holding group namoota ergaan kun bira ga’e dubbisuu barbaada.Kunis dhimma qaama warraaqsa dingadee Oromoo gama tokkuummaafi qindoomina beekumsa Oromoo ganamaan dabaalee kallattii kaa’ee jira. Kana bu’uura godhachuudhaan hubannoo namootaaf qooduuf gara Dirre Dhawaatti akka dhufu murteessee jira. Kanaafuu, namoonni Ergaan kun bira ga’u namoota biroo waliin walitti himatanii boor ganama wiixata (21/10/2015) sa’aa 3:00tti Makda Hotel kan Masaqalenyaatti argamutti argamtanii akka walga’icha irratti hiramatan jechuun barbaada. Odeeffaannoo dabalataaf immoo toora kana ilaalaa Hirmaadhaa Irraa hin hafnu utuu ta’ee gaariidha. Haala jiru gaafachuufi waliin dubbachuu irratti hirmaachuun dansuma gaariidha. Dhaabbati kun jiraachuu keenya beekee dhufe waan ta’eef,jiraachuu keessan argamuun yaada qabda qoodaafi. https://youtu.be/Erl2pDl6q-c Jirbiin wal gargaartee Arba hiiti, 1+8>9. (Dhaaddannoofi yaad-rimee African Holding Group Share Company) dha.
Show all...
Faarfannaa lafee namaatti seenu🔨🔨🔨🔨💜💜💜💜 @oromsisJesus
Show all...
Yesuus si jallata
Show all...
😭😭😭
Show all...
☝️Waaqayyoon Sodaadhu! ☝️Waaqayyoon Beeki ☝️Waaqayoof Ija godhadhu 👇👇👇👇👇👇 @oromsisJesus
Show all...