cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Garee Gargaarsa Masjiida Salaam

@Asela03mesjid Facebook: Website: https:// Twitter: www.twitter.com/ App: https:// Contact: @----bot Beeksisaaf(Ads): @

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
191Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
Ethio Civil Servants

@Online

Repost from Ethio telecom
ውድ ደንበኞቻቸችን የ2014 በጀት ዓመትን በስኬት ማጠናቀቃችንን አስመልክቶ ለሞባይል ደንበኞቻችን ስለአብሮነታችሁ ምስጋና ከሐምሌ 22-24/2014 ዓ.ም የሚያገለግል የ1.5 ጊ.ባ ዳታ፣ የ45 ደቂቃ የሃገር ውስጥ ጥሪ እና 100 መልዕክት እንዲሁም ለያልተገደበ ድምፅ + ዳታ ጥቅል ደንበኞች ደግሞ የ10 ደቂቃ የዓለም አቀፍ ጥሪ በስጦታ ማበርከታችንን ስናበስር በታላቅ ደስታ ነው! ስለደንበኝነታችሁ እናመሰግናለን!
Show all...
Assalamualaykum warahmatullaahi wabarakaatu. #Sahaabonni_Rasuulaaﷺ :- Sahaabota kabajamoo kanneen Rabbin isaan guddise, akkasumas caalmaya isaaniif kenne sababa Nabiyyicha isaa ﷺ wajin jiraachuutiifi. Akka isaan namoota dachii Rabbii gubbaa jiran nabiyyoota irraa kan hafe irra caaloo ta'an gad jabeessuuf Hadiisonni caaloo ta'an bay'eetu dhufe. 🌺llamaan gaggaarii Islaamaa (sahaabota) fuullin seenaa amantichaa bareechan gidduu seenaa isaan gari hawaasa muslima biyya keennatif hanga ta'e dhandhamsiisuuf jecha sagantaa mat-Dureen isaa (Seenaa Sahaabata kurnan Jannataan gammachiifamanii) jedhuu isiniif qobbeessinee jirraa.
Show all...
🏃‍♂Wol- Dorgomii🏃 (competition) Qabeenyaan wol caaludhaaf guyaa maraa wol-Dorgomii ti jira, wolaakin wol-Dorgomii akira dagane jira...😞☺️ Yero amma kana yoo namni bilbila haarawa bitatu🤳 anis bitachu qaba jedha of cinqa, Uffata haarawa yoo namarati arginus ufatuma San bitachu kajela, yoo toko mana haarawa ijaratus kaa isaa caalu ijaraachudhaaf of cinqa bula, inni tokko bekamee yero maqaan isaa adunya irrati leellifamus nuttis akka isaa ta'uudhaaf qilee buuna...... wol-Dorgommiin adunya tun xumura hin qabduu. .🙂.......Garuu....🙂 Karaa islaamuma irrati,karaa keyrii iraati,jannata argachuf jecha nama woldorgomu argun bayee rakisa dha. Namni hifzi qur'ana irrati wol dorgomu xina dha,namni saalata sunnan woldorgomu hin jiru,saffaa dura argachuf kan manaa dursee bahus dhabame jira, salaamta dursani jechunis saala ta'era,sadaqachu irratis harkii nuu gababtee jira,wol ziyarunis hafte jirti, waan keyiri ta'e iirati wol dorgomin hin jiru jechun ni danda'ama..... Woluma galati jannata argachudhaf woldorgomi jiru kesa hin jiru, fagoma tenye qabenya wol-Dorgomuti qabmne jira, waan hunda Rabbi nuu haa laafisuu....... Waan dubise iiraa
Show all...
Repost from N/a
#በጎነት ለረስ ነው!!!
Show all...
Harka Keessan Rabbitti Ol Qabaa Aamiin Jedhaa !!! •••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Bismillaahi Arrahmaani Arrahiim Alhamdulillaahi Rabbil Aalamiin Wassalaatu Wasaalaamu Alaa Rasuulillaahi Sallallaahu Aleeyhi Wasallam Yaa Rabbii Keenya Dilii teenya hunda nuuf araarami Haadhaa abbaa keenyatti nuuf toli Ibaadaa tee hunda Nuuf Laaffisi Yaa Rabbi dalagaa gaggaarii hunda nurraa qeebali Yaa rabbi adunyatti jiruu gaarii Nu jiraachisi Aakhiratti jannatul Firdoowsiin nu qananiisi Yaa Rabbi waan nu jalaa bade Nuuf Mullisi Yaa Rabbi waan nu jalaa fagaate hunda nuuf dhiheeysi Yaa Rabbi Nama karaa Keetirratti du’u nu taasisi. Yaa Rabbi Rizqii nutti ballisi Kheeyriin dalaguu nuuf laaffisi Yaa Rabbi shabaaba Keenya jaartii gaarii kenniif Shamarran keenyaaf jaarsa gaarii kenni Dhukkuba Keenya hunda nuuf fayyisi Kan nurraa Aakhirame hundaaf Rahmata Nuuf godhi. Yaa Rabbii keenya si kadhannee nuuf qeebali Tun nurraa irratte atummaan itti nuuf guuti. Aaaamiin Aaamiin Yaa Rabbal Aalamiin.
Show all...
🙏ጌታዬ ሆይ!!ጨንቆኛል አልኩህ (ከአላህ ራህመት ተስፋ አትቁረጡ አልክ! ....ካንተ ሌላ ማንም የለኝም አልኩህ (እኔ ከደም ስርህ የበለጠ ቅርብ ነኝ )አልክ 🙏አትርሳኝ አልኩህ (አስታውሱኝ አስታው ሳቹሃለሁኝ)አልክ..... .. ተስፋን ስጠኝም አልኩህ (ከችግርም ጋር ደስታ አለ) አልክ ...ህልሜ እንዴት እውን ይሆንልኝ ይሆን አልኩህ (ለምኑኝ እቀበላቹሃለው)አልክ 🙏ጌታዬ ሆይ ጥራት ይገባህ ምን ያህል ቸር ነህ !!! @sineislam @sineislam
Show all...
Xiinxali dubbisi eega dubbistees share godhi jzk Calculation Herreegaa Akkaan Hamaafi Balaafamaa Tahe Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga Booyutti Dhihaadhetti Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa Harka Rabbiiti Jirtii *Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60 jiraattee Haa jennuu *Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60 Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan Dabarsite. *Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite *Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste *Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan Dabarsite Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa, +Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa Waggaa 2Qofatu Siif Hafe Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu Irraa Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee Siin jedhe Dubbii Dhugaa 100%100 Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn (604) Hin Caalu ..Akkasii mitii Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii Koottuu Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti Guutannaa kaa Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30 Hirree meeqa ta'a? Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin Salphaadha Fuula 600÷30=20 Calculationii Baayyee Salphaadha Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra Fuula 20÷5=4 Amma Qaceellotti Hubattee.. Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo Qabaate Salaata Waajibaa boodaan Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee mee Na Wajjiin Turi Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan jarjartu Fakkaattaa Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu mitii Kan Nuuf Hafe Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana Qara'anii Khattamanii /xumuranii Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa Ni Beeytaa?? Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa Hin hojjanne...? Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin taasisnee Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!! Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma Nama Dalageeti Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf inshaa'allaah Gosti nyaataa8 Akkaan Cimtuudha Humna Ittisa Qaama Namaa jabeessuufi Dhukkuboota Gargaaraa Barbadeessuuf Rummaana Roob Qullubbii Adii Shunkurtii Shaayii Magariisa Dhuunfaa/feexoo ?? ?? : WaaSadii Qaama Dhukkubsachiifti 1Haasawa Baayyee 2Hirriiba Baayyee 3nyaata baayyee Waa afur Qaama Namaa Diigdi: 1. Yaaddoo 2. Naasuu 3. Beela 4.Gurzaa/Qaaxiraa Waa afur Bareedina fuulaa fi tolinna Isaa dabalti 1. Rabbi Sodaachuu. 2. Waadaa Guutuu 3. Arjummaa 4. Naamusa Ufii eeggachuu WaaAfur Sababaa Rizqiiti 1. HalkanSalaatuu 2. wayta Hiraabaa/obboroo Araara Rabbii Khadhachiisaa heddummeeysuu 3. Sadaqaa Toohachuu Itti yaaduu 4. Rabbi Faarsuu Ganamaafi Galgala Waa afur Sababaa Rizqiiti Dhoorgiti: 1. Subhii Booda Rafuu. 2. Salaata Xiqqeessuu. 3. Ceem'aa . 4Gantummaa./Ganuu Yoo Dilii Hojjechuu Yaadde Aayata sadihii Yaadadhu 1. si Namni Dilii Dalagu Rabbiin Isa Argaa Hin Beekhuu" 2. Nama Fuuldura Rabbii Isaa Dhaabbachuu Sodaatee Dilii Dalagu Dhiisef Jannata lamatu jiraaf 3. NamaRabbii Isaa Sodaatee Dilii Irraa Fagaateef Rabbiin Rakkoo Keessaa Isa baasa Haala mijeessaaf Dubbiin tun Yoo Si Gammachiistee Osoo Torarraa Hin bahin tamsaasin Namni Waan Takkattii Nama Qaceelche Akkuma Nama Dalageetii Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii ergiifi https://t.me/masjidasalaamasela03
Show all...
Garee Gargaarsa Masjiida Salaam

@Asela03mesjid Facebook: Website: https:// Twitter: www.twitter.com/ App: https:// Contact: @----bot Beeksisaaf(Ads): @

ID Eid-ul Adha(Arefa). Arefa Bring us happiness all our ways May Allah makes You the next Hajje to Makka! for all my family. Allahu Akber Allahu Akber Allahu Akber La-Ilah Ilahu Allahu Akber Allahu Akber Walilahil Hamdu!! Allahu Akberu Kabira Walhamdu Lillahi kasira wa Subhanlahi Bukratan wa asila!! Taqabalana mina wa minkum salihal A'amal!! Ed Mubarek!! Kuli amin wa antum bi-keyir InshaAllah!! may Allah accept our dua!
Show all...
lebeka Allahuma Lebeka Inal Hamda Wonamta lakwolmulk Lashariklak. My beloved Muslim brothers and sisters, may the peace and love of Allah embrace your life.I Wish for you and your family a very Happy Eid. Eid Mubarak!
Show all...