cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Obsaaf &jaalala++

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
702Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

⚡️እኛም አሐዱ ብለናል⚡️ እጅዎ ላይ ባለው #ስልክ📱 ብቻ ወደ #ሀብት_ማማ ይውጡ ዛሬውኑ ይጀምሩ ከፍታን #ከአሐዱ ጋር ያጣጥሙ። 🎁 #የአሐዱ_ባንክ ቦትን ተጠቅመው ሲመዘገቡ የ 2,000 ብር ስጦታ ይበረከትልዎታል። በመቀጠል 1 ሰዉ ወደ ቦቱ ሲጋብዙ የ 100 ብር ክፍያ ያገኛሉ። ይህ ማለት 30 ሰዎችን ወደ ቦቱ ሲጋብዙ 3,000+ 2,000 = 5ሺብር በአካውንትዎ ገቢ ይደረጋል ማለት ነው። በርካቶች በዚህ መንገድ እየተሸለሙ ነው። እርሶም አሁኑኑ አሐዱ ብለው ይጀምሩ👇👇 https://t.me/ahadu_bank_officialbot?start=r0926096476 መልካም እድል ‼️ ለበለጠ መረጃ ቻናላችን ይጎብኙ 👇👇 https://t.me/+VkwGmUA2pxRkMjA0 https://t.me/+VkwGmUA2pxRkMjA0
Show all...
ውድ መሜ ! በርስዎ ግብዣ አማካኝነት ቦታችን የተቀላቀሉ ሰዎች ቁጥር 22 ነው። የእርሶ የመጋበዣ ሊንክ : https://t.me/Safaricom_bonus_bot?start=r0926096476 ⚠️ ተሸላሚ ለመሆን ቻናላችን መቀላቀል አለባችሁ። https://t.me/+4vLmhNqxznYwNDA0 እናመሰግናለን!
Show all...
Safaricom bonus

ይህ ሳፋሪኮም ኢትዮጵያ የድርጅቱን ተደራሽነት ለማስፋፋት 'የይጋብዙ ይሸለሙ' ፕሮግራም የሚያከናውንበት ይፋዊ የቴሌግራም ቦት ነው። #ከኛጋርይንበሽበሹ

ውድ Amme ! በርስዎ ግብዣ አማካኝነት ቦታችን የተቀላቀሉ ሰዎች ቁጥር 0 ነው። የእርሶ የመጋበዣ ሊንክ : https://t.me/Safaricom_bonus_bot?start=r0717123253 ⚠️ ተሸላሚ ለመሆን ቻናላችን መቀላቀል አለባችሁ። https://t.me/+4vLmhNqxznYwNDA0 እናመሰግናለን!
Show all...
Safaricom bonus

ይህ ሳፋሪኮም ኢትዮጵያ የድርጅቱን ተደራሽነት ለማስፋፋት 'የይጋብዙ ይሸለሙ' ፕሮግራም የሚያከናውንበት ይፋዊ የቴሌግራም ቦት ነው። #ከኛጋርይንበሽበሹ

እንኳን ወደ #Safaricom ኢትዮጵያ አገልግሎት በሰላም መጡ ‼️ Safaricom ኢትዮጵያ ውስጥ የሚጀምረውን አገልግሎት ለማስተዋወቅ እና የህዝብ ተደራሽነቱን ለማስፋት ያዘጋጀው #3ሺ ብር የሚያሸልም በጣም ቀላል ውድድር አዘጋጅቷል ። በሽልማቱ ተሳታፊ ለመሆን ይህን ሊንክ ተጭነው ቡታችን ይቀላቀሉ👇 https://t.me/EthioSafaricombot?start=r0926096476 ✅ የተሸላሚዎችን ዝርዝር ለማየት ቻናላችን ይቀላቀሉ 👇👇 https://t.me/+SNquGIqQZ7TrnyUN ይህ የእርስዎ መጋበዣ መልዕክት ነው #SHARE ወይም #FORWARD በማድረግ ውድድሩን ይቀላቀሉ ።መልካም እድል 🎁 🌐 Safaricom Ethiopia™
Show all...
Join godhaa badhafamaa.
Show all...
. SABABOOTA SIRRII HIN TA'IN KAN GAA'ELATTI NAMA SEENSISAN 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 ◉ Yeroo ammaa kanatti Kan gaa'elli baayy'ee fiixaan ba'umsa dhabeef, sababa namni kaayyoo gaa'eelaa sirriitti hubachuu dadhabeefidha. Maaliif gaa'ela godhachuun akka isa/ ishee barbaachise sirriitti hubatanii, beekanii itti seenuun; akka gaa'ela milkaa'ina qabu godhannu nu taasisa. Wanta hunda dura sababoota sirrii hin ta'iin gaa'elatti nama seensisan adda baasanii beekuun gaarii dha. Sababoonni dogoggoraa kun akka armaan gadiitti jiru: ➠ MAATII AARSUUF : Acuuccaa, dheekkamsa, fi aarii maatii dheessuf jecha gaa'ilatti seenuu. Ani eenyu akkan ta'e maatii kootti agarsiisuun qaba jedhanii bifa aariin gaa'elatti seenu. Namni aariin ka'ee nama aarsuuf gaa'ela godhatu, nama waliin gaa'ela godhatu kana ija jaalalaan, ija hiriyyummaadhaan ilaaluu dhiisuu mala. ➠ JEEQUUMSA MAATII BAQACHUUF : Namoonni tokko tokko maatii jeeqamoo keessatti Kanijoolleen guddatan jiru. Yeroo hunda maatiin mana keessaa walitti iyyu, wal jeequ, wal abaaru yoo ta'e, isaanii amma yoomittin akka kanatti jiraadha, gaa'ela godhee mana kana sokkuun qaba jedhanii gaa'elatti seenu. Rakkina tokko baqachuuf jennee otuu hubannoo gaa'elaa hin qabaatiin yoo itti seenne rakkina biraaf nu saaxiluu danda'a. Kun immoo gowwummaadha. ➠ MIIDHAMA KALEESSA HIR'ANFACHUUF : Namoonni tokko tokko hariiroo ykn jaalala keessatti yoo miidhamaniiru ta'e, miidhama isaanii kana hir'anfachuuf jecha dafanii gaa'elatti seenu. Miidhama keenya kaleessaa irraa fayyuuf jennee hubannoo malee yoo dafnee gaa'elatti seenne, milkaa'uu dhiisuu dandeenya. ➠ YEROO NURRAA DARBA JEDHANII WAAN SODAATANIIF : Ammuma umuriin keenya dabalu otuu ani gaa'ela hin godhatiin umuriin koo darbaa jira jennee yaadda'uu eegalla. Keessumaa wanti akka kanaa irra caalaa shamarran mudata. Yeroon narra darbaa jira waan ta'eef nama na gaafate yoon argadhe gaa'ela dhaabbachuun qaba jenne sammuu keenyatole qopheessina. Waa'ee isaa/ ishee otuu gadi fageenyan hin bariin dafnee jennee gaa'elatti seenna. Yeroon narra darbaa jira jenne namuma hin beekne waliin mana ijaarrachuun gaarii miti. ➠ SODAA QOFUMMAA KEESSAA BA'UUF : Namoonni baayy'een maatii isaanitti hirkatanii waan guddataniif, maatii isaanii irraa yeroo ba'an nama itti hirkatan barbaachaaf jecha dafanii gaa'elatti seenu. Ijoolleen hirkattuummaa maatitiin guddatan ofitti amanamummaa hin qaban. Gaafa maatiiykn isaanii irraa adda ba'an wanti hundi waan itti dukkanaa'uuf qofummaan waan itti dhaga'amuuf qofummaa kana keessaa ba'uun qaba jedhanii otuu hubannoo gaa'elaa hin qabaatiin dafanii itti seenu. Gaa'elli qofummaa keessaa ba'uuf ijaarratan yeroo baayy'ee milkaa'ina hin qabu. ➠ NAMA MIIDHUU WAAN SODAATANIIF : Namoonni lama wal jaallatu haa jennu. Otuma walbaayy'ee jaallachaa jiranii, isheen shamarree waa'ee gaa'eela itti kaasti. Isheen isa jaallattee jirti. Inni dhiiraa garuu jaalala dhugaa qabaachuu dhiisuu mala. yoo ati na dhiiste ofin ajjeessa, ani si malee jiraachuu hin danda'u isaan jetti yeroo baayy'ee. Kanaaf yeroo isheen gaa'ela godhanna jettu, yoon dide ni miidhamti jedhee waan sodaatuuf tole jedha otuu jaalala dhugaa isheef hin qabaaatin. Miidhama yeroo gabaabaaf jedhanii dhukkuba yeroo dheeraa walitti horuun gaarii miti. ➠ SABABA ULFAAF : Namoonni tokko tokko hiriyyummaan otuu jiranii wal qunnamii saalaa raawwatu. Kana gidduutti intalli ni ulfoofti. Haa ta'u malee, jarreen kun gaa'elaaf qophii miti. Ulfaa'uun ishee karoora isaanii jijjiiree dafanii akka isaan gaa'ela godhatan godhe. Karaa biraa immoo isheen shamarree garmalee yoo isa jaallatte hiriyyaa ishee sana qabachuuf jettee daftee ulfoofti; akkasumas inni dhiiraa baayy'ee waan ishee jaallatuuf tarii na dhiisti jedhe yoo yaade, ittiin qabachuuf jedhee dafee ulfeessuun gara gaa'eelatti seenu. Gaa'elli akkasii iddoo tokko ga'ee rakkina godhachuu danda'a. Kanaaf of eeggannoo gochuun barbaachisaadha. ┄┄┉┉✽‌»‌💥✿»💥‌✽‌┉┉┄┄
Show all...
Great app to earn FREE gift cards, PayPal cash, or mobile recharge. Enter code CSV153 to receive 500 coins instantly! https://play.google.com/store/apps/details?id=net.greward.app
Show all...
GReward: Earn Money Online - Apps on Google Play

Play games and earn money on your Paypal, mobile recharge, or win gift cards.

Show all...