cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Ethio airdrop channel

Student text book,teacher guide,reference book and grade 12 model exam you can get any ting😎

إظهار المزيد
Ethiopia11 329لم يتم تحديد اللغةالتعليم92 809
مشاركات الإعلانات
573
المشتركون
-224 ساعات
-117 أيام
-3330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailableShow in Telegram
Photo unavailableShow in Telegram
Pixelverse bot telegram guyyaa al takka qofa seenun claim gochuun coin sassabachuu dandeesanidha Kan hojechuu barbaddaan link kana gadii seenun argachuu dandessuu yeroo dhiyyoti dhuma waan taef dafatii jalqaba https://t.me/pixelversexyzbot?start=5760246201 Let's fight for rewards together! Take your welcome bonus: 💸 2,000 Coins + 2X multiplier for the first 24 hours 🔥 10,000 Coins + 3X multiplier if you have Telegram Premium
إظهار الكل...
إظهار الكل...
NEAR Wallet

Next-generation telegram wallet built over NEAR blockchain. Build in HOT mining

👍 3 1
Yeroo dhiyotu hafee dafa jalqaba
إظهار الكل...
إظهار الكل...
NEAR Wallet

Next-generation telegram wallet built over NEAR blockchain. Build in HOT mining

👍 2
إظهار الكل...
Time Farm

Maximize your productivity and earn SECOND tokens

إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

2
Toora kanatti fayyadamuun hojjedha airdrop isin fayyadudha
إظهار الكل...
إظهار الكل...
CEX.IO Power Tap

🤩 Farm CEXP tokens and earn rewards! CEX.IO App makes it simple and secure to buy, exchange, and store cryptocurrencies

Godinaalee Oromiyaa Fi Aanolee isaa A. SHAWAA KIBBA LIXAA 1. Sooddoo Daaccii 2. Qarsaa Maallimaa 3. Daawoo 4. Iluu 5. Gooroo 6. Bachoo 7. Sadan Sooddoo 8. Amayya 9. Tolee 10. B/m Walisoo 11. Walisoo 12. Wancii B. GODINA ADDAA NAANNAWAA FINFINNEE 1. Aqaaqii 2. Boorehi 3. B/m Buraayyuu 4. 5. Wal maraa 6. Sabbataa Hawaas 7.Muloo 8. B/ m Sabbataa 9. B/m Sandaafaa 10. Laga Xaafoo Laga Daadhii 11.B/m Dukam 12. B/m Sulultaa 13. B/m Aqaaqii 14. Sulultaa 15. Galaan 16. B/M Sandaafaa C. SHAWAA LIXAA 1. Abuunaa Gindabarat 2. Ada'aa Bargaa 3.B/m Amboo 4. Amboo 5. Baakkoo Tibbee 6. Calliyaa 7. Daannoo 8. Dandii 9. Ejeree 10. Ilfataa 11. Ginda Barat kaachisii 12. Jalduu 13. Jibaat 14. Meettaa Roobii 15. Miidaa Qanyii 16. Noonnoo 17. Dirree Incinnii 18. Tokkee Kuttaayee 19. Meettaa 20. Ejersa Lafoo 21. Liiban Jaawwii 22.Cobii D. Qeellam Wallaggaa 1.Anfilloo 2.Daallee Sadii 3.Daallee Waabaraa 4.B/M Dambi Dolloo 5.Gaawoo Qeebbee 6. Gidaamii 7. Hawaa Galaan 8. Jimmaa Hoorroo 9. Laaloo Qilee 10. Sayyoo 11. Yemaalogii Walal E. WALLAGGA LIXAA 1. Aayira 2. Baabboo Gambeel 3. Begii 4. Boojjii Coqorsaa 5. Ganjii 6. B/M Gimbii 7. Gullisoo 8. Boojii Dirmajjii 9. Haaruu 1o. Hoomaa 11. Jaarsoo 12. Qondaalaa 13. Qilxu Kaarraa 14. Laaloo Assaabii 15. Mana Sibuu 16.Najjoo 17. Noolee Kaabbaa 18. Sayyoo Noolee 19. Yuubdoo 20. Lataa Sibuu 21. Mandii . F. WALLAGGA BAHAA 1.Boonayyaa Boshee 2. Diiggaa 3. Jiddaa Ayyaanaa 4. Kiiramuu 5. Gobbuu Sayyoo 6. Gudayyaa Biilaa 7.Guutoo Giddaa 8. Haroo Limmuu 9. Leeqaa Dullachaa 10. Ibaantuu 11. Jimmaa Arjoo 12. Limmuu 13. B/m Naqamtee 14. Nuunnuu Qumbaa 15. Saasiggaa 16. Sibuu siree 17. Waamaa Hagaloo 18. Waayyuu Tuqaa 19. Gudayyaa Jaree 20. Guutoo Wayyuu 21. B/M Angar Guutee . G. HORROO GUDURUU WALLAGGAA 1. Abbaay Coomman 2. Abee Dongoroo 3. Amuruu 4. Guduruu 5. Habaaboo Guduruu 6. Horroo Bulluq 7. Jimmaa Gannat 8. Jimmaa Raaree 9.B/M Shaambuu 10. Jaardagaa Jaartee 11. Horroo 12. Comman Guduruu 13. Suluula Finca'aa H. SHAWAA KAABAA 1.Abbichuu fi Nya'aa 2. Alaltuu 3. Dabire Libaanos 4. Dagam 5. Darraa 6. B/m Fiichee 7. Giraar Jaarsoo 8. Hidhabuu Abootee 9. Jiddoo jiddaa 10. Qinbibiit 11. Kuyyuu Garba Gurraachaa 12. Warra Jaarsoo 13. Wucaalee Muka Xurii 14. Yaayyaa Gullallee . I. SHAWAA BAHAA 1.Ada'aa 2. Adaamaa 3. Adaamii Tulluuf Jiddoo Kombolchaa 4. B/m Bishooftuu 5. Booraa 6. Dugdaa 7. Boosat 8. Fantaallee 9. Gimbichuu 10. Liiban 11. Lumee 12. B/m Baatuu J. ARSII 1. Aminyaa 2. Asakoo 3. Asallaa 4. Balee Gasgaar 5. Collee 6. Digaluuf Xiijjoo 7. Diksiis 8. Dodota 9. Inqolloo Waabee 10. Gololchaa 11. Guunnaa 12. Heexosaa 13. Jajuu 14. Limmuuf Bilbiloo 15. Loodee Heexosaa 16. Martii 17. Muunessaa 18. Roobee 19. Seeruu 20. Siree 21. Shirkaa 22. Suudee 23. Xannaa 24. Xiyyoo 25. Ziwaay Dugdaa 26.Shanan Kooluu Dogoggora jiru kamiifuu dhiifama-Nu Ofkalchaa jechaa yoo dogoggorri jiraate Aanoolee haaraa jiran godina kam keessaa akka hafee Comment @Don_forget nuu barreessuun Aanoolee keenyaa wal haa barsiisnu.
إظهار الكل...
8👍 7
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.