cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

DINIGAAS TRADING S.C HQ

Qindeessitootni koree asitti Wal gahu

إظهار المزيد
Ethiopia12 436لم يتم تحديد اللغةالأعمال78 327
مشاركات الإعلانات
273
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-17 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Photo unavailable
Unka kana haga ammaatti nama 105 qofatu Nuuf deebisee jira. Ammas yeroo muraasaaf ni eegna. Dabalataanis bilbillee isin qunnamaa waan jirruuf Akkatuma odeeffannoo isinirraa argannuun Karaa sadan asii gadii qaamaan, bakka bu'aan ykn yaa'ii itti aanutti qaamaan kan jedhu kanaan isin keessummeessina. Hojiin itti aanee Haga Kaappitaala sheerii isiniif qoodamuun adjust gochuun sanada qopheessuu fi sagantaa siniif baasnee sanaan waamicha siniif gochuudha. Kanaaf yeroo isiniif ramadametti mallatteessuuf qophaa'aa. Galatoomaa.
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailable
Itti Nuuf dafaa, warri sheerii bittan hunduu guutaa?
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailable
Kanneen Unka kana hin guutiin jirtan atattamaan Nuuf guutaa, Haga galgala Sa'a 3tti qofa turs. Namoota beektaniif kanneen sheerii bitatanii jiraniif keessoon qoodaafi. Hojimaata keenya saffisiisuuf hunduu dirqama qabna. Beeksisa Ariifachiisaa! Yeroo darbe sanada mirkaneessuu waliin walqabatee waamicha adda addaa isiniif taasisaa turuun keenya ni yaadatama. Haa ta'u malee haga ammaatti bakka bu'iinsi isaanii kan nuqaqqabe namoota muraasa qofa dha. Kanaafuu haala kamiin sanada mirkaneessuuf akka yaaddan baruuf jecha Unka asii gadii qopheessinee waan jirruuf Unka kana namootni sheerii bitatanii jiran hundaaf qooduun haga wiixata(12/9/2016) galgala Sa'a 3tti guurtanii akka Nuuf deebistan kabajaan isin gaafanna. Link https://forms.gle/dfxctLwx9894atax9
إظهار الكل...
Unka odeeffannoo mallattoo

Odeeffannoo asii gaditti argamu haalaan guutuun Nuuf ergaa.

Beeksisa Ariifachiisaa! Yeroo darbe sanada mirkaneessuu waliin walqabatee waamicha adda addaa isiniif taasisaa turuun keenya ni yaadatama. Haa ta'u malee haga ammaatti bakka bu'iinsi isaanii kan nuqaqqabe namoota muraasa qofa dha. Kanaafuu haala kamiin sanada mirkaneessuuf akka yaaddan baruuf jecha Unka asii gadii qopheessinee waan jirruuf Unka kana namootni sheerii bitatanii jiran hundaaf qooduun haga wiixata(12/9/2016) galgala Sa'a 3tti guurtanii akka Nuuf deebistan kabajaan isin gaafanna. Link https://forms.gle/dfxctLwx9894atax9
إظهار الكل...
Unka odeeffannoo mallattoo

Odeeffannoo asii gaditti argamu haalaan guutuun Nuuf ergaa.

  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Milkaa'ina gama balalii xiyyaaraa Magaalaa Naqqamteetti eegalamuun argame uummata Lixa biiftuu maraaf Baga Gammaddan Baga gammadne Jenna. Sochii hawaasa Dinagdee keessatti geejjibni dhimma ijooti. Waaqayyo Saba keenyaaf nageenya waaraa yoo buusee bara 2021tti Buufata Xiyyaaraa Gidda Ayyaanaa ijaan arguuf jirra. Hojiiwwan akkasii dhaabbata keenya Dinigaasiif strategic partner waan ta'aniif hawwattummaa magaalota Keenyaa guddisuu keessatti waan nurraa eegamu mara ni taasifna.
إظهار الكل...
👍 1
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
Milkaa'ina gama balalii xiyyaaraa Magaalaa Naqqamteetti eegalamuun argame uummata Lixa biiftuu maraaf Baga Gammaddan Baga gammadne Jenna. Sochii hawaasa Dinagdee keessatti geejjibni dhimma ijooti. Waaqayyo Saba keenyaaf nageenya waaraa yoo buusee bara 2021tti Buufata Xiyyaaraa Hidda Ayyaanaa ijaan arguuf jirra. Hojiiwwan akkasii dhaabbata keenya Dinigaasiif strategic partner waan ta'aniif hawwattummaa magaalota Keenyaa guddisuu keessatti waan nurraa eegamu mara ni taasifna.
إظهار الكل...
Photo unavailable
Guyyàa har'aa Tuutni Miidiyaa OBN Fi Ogeeyyiin Abbaa Taayitaa Saayinsiif Technology Oromiyaa irraa dhufan nadubbisanii Documentary bal'aa hojjennee turre. Kalaqa gama Fayyaan hawaasa keenyaaf gumaachuuf hojjechaa jiru Fi haala waliigala kalaqaan Wal qabsiisee qooda fudhattootarraa maal akka eegamu dubbadheen jira. Qabxiiwwan kaase keessatti Bu'aa walitti dhufanii hojjechuu Fi humna guddaa hawaasa keessa jiru walqabsiisee fakkeenyummaa W.A Dinigaas kaaseera. Dhaabbata Guddaa Fi Rakkoolee hawaasaa furuu danda'u lafa qabsiisuu keessatti mul'ata Koo ifatti kaa'eera. Waliin taanee kana akka dhugoomsinu shakkii hin qabnu. Carraa argame hundumaan milkaa'ina keenyaaf guyyàa guyyaan riqicha ce'umsaa ni keenya. Guutuun isaa sagantaa Orosytech irratti TV OBNn Kam darbu ta'a(Boor Sa'a 6 booda). Carraa kana kan Nuuf mijeessitan hunduu guddaa galatoomaa! Kabaja guddaa siniif qabna!
إظهار الكل...
3
National ID galmooftanii FAN fudhachuun FID kan hin argatiin jirtan Lakkoofsa 9779 irratti bilbiluun FAN keessan himattanii fudhachuu dandeessu.
إظهار الكل...