cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

JAAL YADEESA DIINNA

𝐇𝐢𝐫𝐤𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨𝐧 𝐠𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚. 𝐆𝐚𝐧𝐝𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐭𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐟𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐛𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐚𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐪𝐨𝐟a!

إظهار المزيد
فنلندا3 446لم يتم تحديد اللغةالسياسة28 471
مشاركات الإعلانات
395
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
-27 أيام
+330 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

#ABO_WBOn Sabaaf sab-lammoota Oromiyaa keessa jiraanii fi Ollaa Oromiyaa jiran irratti #Olaantummaa argisiisuuf leenjisee bobbaasee lolchiisaa jira utuun taane, Wantoota Oromoo irraa Mulqaman mara bakkatti deebisee Oromoon saboota biroo waliin gama maraan #Wal_qixxummaadhaan biyya isaa Oromiyaarraa akka jiraatu gochuufi. Kanneen har'a mooraa qabsoo Oromootti kufanii ka'anii jirma guuraa jiran kun hundiyyuu ejjennoo ABO-WBO kana waan quba hin qabneef nutti diinomuutti cichan utuun taane, Oromoon yoo Oromiyaa dhuunfate, faayidaan harcaatuun isaan har'a maqaa Oromootiin maaddii faarsitoota sirna qeenxee irraa funaannataa jiran akka isaanitti hir'atu waan beekaniifi. Warreen Har'a as dachee Oromiyaarra taa'anii PP waliin mooraa qabsootti dhagaa darbachaa oolan dhiisaatii, gurmuun biyya ambaa teessee Hoggantoota ABO-WBO, qondaalota olaanoo, akkasumas WBO dirree irraa kuffisee kufaa jiru irratti haasa jibbiinsaa fi maqa balleessii hafarsaa jirtullee, faayidaan isheen kanaan dura maqaa WBOn daldaltee argachaa turte balballi isaa waan jalaa cufameefi. Walumaa galatti, Dhugaa dhaloonni Jiile kun of harkatti qabatee jiru kana qaamni hin hubanne hin jiru, Utuu deeggaraniis daandichi daandii haqaa akka ta'e Sirriitti beeku. garu immoo dhugichatti amanee fudhachuuf garaa isaa dadhabe. Manakoo, daa'imakoo, haadha manaakoo, miindaakoo, maatiikoo, firakoo, ebeluukoo kan jedhuuf dursa kennee, Warra haqaaf dafqu diina godhachuu filannoo taasifate. Dhugaanimmoo yoomiyyuu taanaan injifataadha. Guyyoonni rakkisoof hamoon kun darbanii yeroon itti taajjabbiif wal dhiyeessinu ni jira. Warri daandittii haqaa kanarra jirtan mogoleen isin hin bu'in, jabaadhaa. Kaanneen kaayyottii qulqulleettii kanaaf diina kuffistanii kufaa jirtanis bu'aa dafqa keessan ijoollummaa har'a cobsaa jirtan kanaatti guyyaa tokko jiraattanii yoo itti boqochuu baattanillee, ekeraan keessan haara itti galfachuuf jira. Dhugaan galgalaan galti!
إظهار الكل...
👍 2
Aggaammiin Fuudhaaf Heeruma Siyaasaa, Dorrobaa Qabsoo Oromoo Gatachiisuuf Tolfamu Galma Hin Gahu! Obbo Qajeelaa Mardaasaa fi gareen isaanii ABO-WBO fi saba Oromoo ganuun fuudhaaf heeruma siyaasaa PP waliin tolfachuun harka lafa jalaan herrega siyaasaa buufachuuf nutu ABO dha jechuun uummata Oromoo foddaa miidiyaa PP-tti gadi bahuun afaanfaajjii mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hoofaa turan. Ta'uus dubbiin Akka isaan yaadaniif abjootan hintaane, danuuma jarri olola qabatanii hogayyuu baanan qabsichi jabaachaa, hundee gadi fageeffachaafi bargaagaa adeeme. Shira diina irraa itti kenname, milkeessuuf guddoo ifaajjanis qabsoo hidhannoo WBOn, gaggeeffamaa jiruu libsuu ijaaf gufachiisuu hindandeenye. Murni Biltsiginnaas aggaammii harka Qajeelaa Mardaasaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessa mataa galfachuuf hawwite waan jalaa fashalaa'eef namicha harkuma walitti rukuttee muuddeen aangoorraa molquun gara gorsaatti gadi buufte. Kun injifannoo guddaadha. Akkaafi akkaataan adeemsa jara lamaanii walquba dhabaa jiraachuu namatti argisiisa. Fuudhaaf heerumni kijiba siyaasaa qabsoo Oromoo dhiigaaf lafee jaallan qaaliin dorrobe gatachiisuuf aggaamame maseeneera. Seenaa Qabsoo Oromoo Keessatti Namni Oromoo Ganee Kabajame Hin Jiru Yoo Waaroo Salphinaa Gonfate malee! Oromiyaan Biyya! ~Ilaalcha Oromoo✍️
إظهار الكل...
👍 2
sign up to get a 10 US Dollar newcomer bonus! I made more than 200 US Dollars by watching the video here, so you can try it. https://videofunds.homes/7104828796778626/
إظهار الكل...
Watch the video to make money20240701 🎉

Watch videos and get $ 0.60 per minute of viewing.20240701

👍 3
إظهار الكل...
Hamster Kombat

Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!

Repost from Jaal Shurube Voice
01:56
Video unavailableShow in Telegram
Dhuga Ba'uumsa Booji'amtoota ```````````````````````````````````````` Dhugaan Suutuma Onnee nama seenti. Gurbaan dhugaa hin arganne, dhugaan garuu barbaaddee mucaan baate!     Amma naaf galeen sana booda!
إظهار الكل...
6.83 MB
👍 7😁 1
Durii kaasee hanga harraatti Mootummoota biyyattii itiyoopiyaa jedhamtu kana kan bulchan hunda Kan mootii isaan taasise dhiiga OROMOOTI. namootuma oromoon Akka namaatti lakkaawaatu,namuma oromoon beekaaf Hayyuun kooti hooggana kooti jedhutu injifannoosaa,barcuma aangoosaa dabarsee diinatti gurguree garbummaa dachaa jalatti sabicha kiffise. duuti irraa hin dhaabbatu ykn waan du'uuf hin argatu kanaaf Kan isa saaxile ilmaan isaaf qabsaa'aniif ilmaan isatti qabsaa'aan qalbeeffachuu dhabuusaati.ammas dhaloota harra ittiin Abdii horate kana waranasaa WBO Jabeeffatee dhiphinaaf gidiraasatti xumura taasisuutu isaaf fala. IFNI JIRA OROMIAAN NI BILISOOMTI INJIFANNOON KAN SABA BAL'AATI Surraa Gindaabaa
إظهار الكل...
👎 1
#Dargaggoo *dhaamsa kiyya dargaggeessa oromiyaaf carraa dhumaa kallattii adda addaan isiniif dhaamameera ammas irra deebii! hin dogoggorinaa xiqqoo ija keessanirraa saaqaa waa hubadhaa ! waraanni isin fedhiinis , dirqamaanis ta'aa jirtan kun guyyaa mara du'uuf booji'amuu taate jirti hireensaa utuu isinittin dhiyin yoo of argattan gaariidha. yoo dogoggorte waraana isa magaalaa keessa dhiqate , dibate deemu ilaaltee dhaqaa jirta yoo ta'e , inni waraanni bilisummaa oromoo ajjeessee , booji'uu maaf sittin argamiini? moo atis akkasuma ta'uu deemta? du'a seenaan qabne of baraaraa! eeyyee yoo warra magaalaadha bareedanii deeman sana ilaalteeti ta'e hin goyyoomin inni fakkeenya yks model dha. ati gonkuma akka isaan taatu  inni kan bareedeef itti yaadameeti. akkuma ati Isa ilaaltee dhaqxe biyyee nyaattuufidha. inniyyuu bareedinaaf ciminni isaa hamma wbon bira hin ga'inittidha "of tuulummaan jikitaa hanga bishaan argutti "akkuma jedhamu sana jechuu kooti. kanaaf dammaqaa of ilaalaa fakkeenyaaf yoo ilaaltaniittu ta'e qodaan suuqii tokko keessa jiru , akka namatti mulatuuf iddoo argamu yks foddaarra kaa,'u yoo bituuf gaafatte garuu Isa mul'atu osoon taanee isa ka'ame jiruu fuudhanii siif kennu ; kana jechuun yoo waraanicha taate waraana bakka bu'e kan mul'atu Isa magaalaa guddaa keessaati lolaaf yoo gaafatame garuu Isa magaalaa keessaa osoon taane , siin Isa ilaalee dhaqetu lolatti hirmaata. ati
إظهار الكل...
👍 2
Photo unavailableShow in Telegram
#DhangaaTorbanii Friday | June 28 | 2024. 1PM EST | 8PM OROMIA TIME Tap-In | #DhangaaTorbanii | Stay in the know. Webinar link 👇🏾 us02web.zoom.us/j/85741418940?… Webinar ID: 857 4141 8940 Passcode: 193892 #DuulaIrbuuShinniggaa #Oromo #Oromia
إظهار الكل...
👍 2
Gaalee laaftuu dagalee mukaa hiitee qabdu,tan gahee isii bahatte hin hanqatin,sibiila xiqqoo mismaara jedhamtu,kan utubaafi baaxii manaa wal qabsiistuu gadi hin tahinii Humna qabduufi dandeettii qabdu xinnoodha jettee hin tuffatinii,ufii gadi dhaabuu dadhabdu kan ijaarame utubii gumaacha kee bahi Bu’uura ijaarsaa tahuu dadhabdu,kan ijaarame tumsi, barsiisaa gaarii tahuu yoo dadhabde,barataa humna horate tahi,dhukkuba yaaluu osoo hin taane,ittisuuf carraaqi,gatii ufiifi kennite,nama si bira jiruufis kennii laalii ufitti amani Gatiin uffata keetii,akka gatii eenummaa ketiitii ol hin taane uf qusadhu,qabeenyi kee,Aqlii keetii ol akka hin taane uf toohadhu gaafa ufiif cimaa taate,nama biraatiif haftee tahuu dandeettaa uf argadhu Bilisummaa Oromiyaa Guddoo
إظهار الكل...
👍 3👎 1
اختر خطة مختلفة

تسمح خطتك الحالية بتحليلات لما لا يزيد عن 5 قنوات. للحصول على المزيد، يُرجى اختيار خطة مختلفة.