cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Waajjira Barnoota Aanaa Girjaa

إظهار المزيد
فنلندا3 738لم يتم تحديد اللغةالتعليم105 392
مشاركات الإعلانات
210
المشتركون
لا توجد بيانات24 ساعات
لا توجد بيانات7 أيام
لا توجد بيانات30 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2016  #Sirna_Barnootaa_Durii keessaa( kutaa 9-11) irraa kan qophaa'u yoo ta'u, kutaa 12ffaan immoo Sirna Barnootaa Haaraa keessaa kan qophaa'u ta'uun beekame ----------------- BBO- Amajjii 15/2016 Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 akka biyyaatti kennamu Barattootni Saayinsii Uumamaa gosa barnootaa 6, haaluma walfakkaatuun Barattootni Saayinsii Hawaasaatis gosa barnootaa 6 kan qoraman ta'uun ibsameera. 1#_Gosa Barnootaa  #Barattoota_Saayinsii_Uumamaatiif kennaman 1- Afaan Ingiliizii 2- Herrega 3- Fiiziksii 4- Keemistirii 5- Baayoloojii 6- Iskoolaastiik Aptiitud Test yoo ta'an, 2#_Gosa Barnootaa #Barattoota_Saayinsii_Hawaasaatiif kennaman immoo, 1- Afaan Ingiliizii 2- Herrega 3- Seenaa 4- Ji'oograafii 5- Ikoonomiksii 6- Iskoolaastiik Aptiitud Test ta'uun beekameera. #Qormaatni_kan_qophaa'u, - Sirna #Barnootaa_Durii kutaa 9ffaa - 11ffaa jiru keessaa, - Sirna Barnootaa Haaraa kutaa 12ffaa keessaa yoo ta'u, - Qormaatni #Barnoota_Ikoonomiksii immoo, #kutaa_12ffaa_irraa_qofa akka qophaa'u Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa ibseera. Kanaafuu, Barattootniifi barsiisotni keenya gosota barnootaa, Sirna Barnootaa Qormaatni keessaa bahu, keessattuu, gosa barnootaa Ikoonomiksii irratti hir'ina barsiisaa uumame hubachuun bulchiinsa manneen barnootaafi Gumii Tiraansifoormeeshiinii sadarkaan jiru hirmaachisuun furmaata kennuun barattoota keenya ceesisuu akka dandeessan biiroon keenya dhaamsa dabarseera. Barattootni bara 2016 Qormaata Biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhattan gamanuma qophii barbaachisaa gochuun qabxii olaanaa galmeessisuuf akka hojjatan, maatiin barattootaa, hawaasni keenya, caasaan mootummaa sadarkaan jiru hundi hanga humni isaa danda'een akkuma kana dura taasisaa turtan, ammas  baratoota, barsiisotaafi manneen barnootaa keenya daran akka deeggartan dhaamsa keenya ta'a. #Qulqullinni_Barnootaa_Tumsa_Hawaasa_Keenyaatiin_Ni_Mirkanaa'a! @Oromian_Education_Bureau @Oromian_Education_Bureau
إظهار الكل...

  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
M/B O/Hiddiitti yeroo mooraan MB qulqulleeffamu
إظهار الكل...
Dorgommiin Shaampiyoonaa Guutuu Manneen Barnootaa Sadarkaa Aanaa Girjaatti Gaggeeffama ture xumurameeJira. #################### Amajjii 07/2016 WBAG:-Godina Gujii Aanaa Girjaatti Wal-Dorgommiin Shaampiyoonaa Guutuu Manneen Barnootaa Sadarkaa Aanaa Girjaatti Torbee tokkoof Gaggeeffama ture Guyyaa har'aa Bakka Hooggansa Waajjira Barnoota, Waajjira Ispoortii fi keessummoonni kabajaa dhaggamanitti Xumurame jira Sagantichaa irratti argamuun Haasawa cufiinsaa kan Taasisan Itti Gaafatamaan Waajjira Barnoota Aanaa Girjaa obbo Xaahiir H/Nuurootiif itti Gaafataman W/Dargaggoo Ispoortii Darg. Usmaan Haaj Nuuroo akka jedhanitti IspoortiinTokkummaa, jaalalaaf akka ta'ee himuun kaayyoon isaa inni guddaan ispoorteessitootaa Ciccimoo akka biyyaatti Dorgomaa ta'aan baasuu akka ta'ee himuun,Ispoortiin Diinagdee biyyaa utubuu keessattillee gahee olaanaa akka qabu dubbataniiru. Dhumarrattis Wayita dorgommiin kun gaggeeffamaa turetti Dirree keessatti Naamusni jiraachuu akka qabuu fi Rakkoo Nageenyaa tokko malee akka Xumuramuuf Qaamolee Kamiyyuu tumsu qabuu jechuun ergaa isaanii dabarsaniiru. Itti dabaluun Itti Gaafatamaan Waajjira Ispoortii Aanaa Girjaa Darg.Usmaan H/Nuuroo Akka jedhanitti Ispoortiin Nageeyaanf, walbaruuf tokkummaaf,carraa Hojii Dargaggootaaf uumuuf,fayyaaf fikk waan te'eef Hundi Keenya gahee nurraa Eegamu bahuun Shaampiyoona Sadarkaa Godinaaatti qophaa'uuf of qopheessuu qabna jedhan. Taphoota xumura Guutuu manneen Barnoota Aanaa Girjaa gidduutti Torbeen tokkoo fi Gaggeeffama turen tapha kubbaa miilaa Geebaa fi kan taphatan Mana barumsaa sad. 1 ffaa #Haranfama 01 fi M/B #X/Maaxaa sad. 1ffaa yoo ta'u Manni Barumsa X/Maaxa sad. 1ffaa Abbaa Geeba ta'un xumuree jira. Tapha kubbaa saaphanaa dhiiraan Geebaaf kan taphatan M/B sad.2ffaa #Haroo_Gobbuu fi M/B/ Sad. 1ffaa #Haranfama 01 kan taphatan yoo ta'u Manni B/M/ sad. 2ffaa Haroo Gobbuu Abbaa Geeba ta'un Xumurame jira akkasumas Tapha kubbaa saaphanaa dubaraan geebaaf kan taphatan Mana barumsaa Haroo Gobbuu Fi Mana barumsaa Haranfama 01 jiddutti taasifameen Manni Barumsa Haroo Gobbuu Abbaa Geeba ta'un xumuree jira. spoortiin jaalalaa, Ispoortiin, Tokkumma, Nageenyaa fi kkf dha. #Waajjira_Barnoota_A/Girjaa
إظهار الكل...
👍 1
Photo unavailable
✋ሰላም Abdulwahab  ግሩፖችን ላይ አድ አድርገው አሁኑኑ ገንዘብዎን ይቀበሉ። ✅የተሸለሙት ገንዘብ ፦ 10,000 ብር ፍጠኑ ዛሬ እና ነገ  ገንዘብዎን ወጪ ማድረግ ይችላሉ ✅ ገንዘብዎን ወጪ ለማድረግ ከታች ያሉት ግሩፖች ላይ ብዙ ሰዉ አድ ያድርጉ። 🔵ግሩፕ 1 👇👇👇👇👇👇 https://t.me/Tele_Brr_add_yadregu_yshelemu https://t.me/Tele_Brr_add_yadregu_yshelemu https://t.me/Tele_Brr_add_yadregu_yshelemu ግሩፕ 2 https://t.me/Tele_Brr_add_yadregu_yshelemu 💰💰💰💰💰💰💰💰💰💰 ♾♾♾♾♾♾♾♾♾♾
إظهار الكل...
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
Mathematics 💎Polynomial Functions Remedial + High School ⚖Practices Question With answers
إظهار الكل...